cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

muhaajirafiAnsaara❤️

Aswrwb chanaliin kana irra barnoota heddu argachu dandessan Barnot islamumma Seena sahabota Sena rasuula S.W.S fi k k.. f irra argachu dandessan isinis join share waliif godha

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
3 345
مشترکین
+6124 ساعت
+4097 روز
+1 58730 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
قال الحسن البصرى: نفسك إن لم تشغلها بالحق ، شغلتك بالباطل
3611Loading...
02
Balaan buute Rabbin Balaa isinitti hin buusini Macaafni qulqullun maal jedha??👇👇👇👇👇👇 Kes. 23 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Namni tumamee sangoome yookiis namni saalli isaa murame waldaa Waaqayyootti hin lixin! ² Namni abbaa hin beekaminiif dhalatu waldaa Waaqayyootti hin lixin! Sanyii isaa keessaas hamma dhaloota kudhaniitti waldaa Waaqayyootti hin lixin! Gaafi👇👇👇👇 1 nama qaamni isaa murame akkamittti bekkama?? 2 suurre namarra baasani laalu moo?? 3 namooni kuuwan hoo maal ballesse?? “Ani Phaawulos, isin dhagna yoo of qabsiiftan Kristos homaa waa'ee akka isiniif hin baafne isinitti nan hima.” — Gal. 5:2 warronni kirstoosin hordoftaan dubbi kana maal jettu??? namni kittanate yesuus akka homaa isaa him baafe dubbata phaawloos maaf hordoftu yesuusin??? garam nuu waamtu yaa warra kirstoos??? rabbin isin haa qajeelchu @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3181Loading...
03
Media files
3071Loading...
04
Media files
2931Loading...
05
DHUGUMA YESUUS AJJEEFAMEE? Tofiq Abarashaad ☪ 🆚 Galaanaa✝ durii kan amma Furqaan☪ 👇👇👇👇 https://t.me/search_True_Religion
3541Loading...
06
በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ" በተመለከተ ከዩኒቨርስቲ ተወካዮች ጋር ውይይት ያካሄደ ሲሆን ተቃውሞ ገጥሞታል! (#ሀሩን_ሚዲያ፦ግንቦት 01/2016) ከሰሞኑ በአወዛጋቢነቱ አጀንዳ ሁኖ የቆየው በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ"ከዩንቨርሲቲ ተወካዮች ጋር በአዳማ ከተማ ውይይት ማድረጉ ተሰምቷል። ውይይቱ የተዘጋጀው በሰላም ሚኒስትር ሲሆን በውይይቱ ላይ ከዩኒቨርስቲው ፕሬዝዳንትና አንድ መምህር በአጠቃላይ ከአንድ ዩኒቨርስቲ ሁለት (2)ተወካዮች ያካተተ መሆኑን ለሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል።በውይይቱ ሁሉንም ሀይማኖቶች የሚመለከቱ ጉዳዮች የተነሱ ሲሆን በረቂቅ አዋጁ ከተካተቱት መካከል በተለይ ኢስላምን የተመለከቱ ህጎች "በቡድን ማምለክ"እና "ማንነትን የሚያሳይ አለበባስ"ብቻ መፍቀዱ በጋራ ሰላት መስገድን እና ኒቃብ መለበስ የሚከለክል በመሆኑ አንድ ሀይማኖት ላይ ብቻ ያነጣጠረ ለአፈፃም የሚችግር መሆኑን ከምሁራኑ ተነስቷል።ከኦዲት ሪፖርት ከፋይናንስ ቁጥጥር መንግስት በሃይማኖት ያለውን ጣልቃ ገብነት በተመለከተ ፣የሀይማኖት ተቋማት ግንባታ ሊሎር የሚገባ እርቀት ፣የመቃብር ቦታዎች እና ሌሎችም ሰፊ ሀሳቦች መነሳታቸው ተገልጿል።በመጨረሻም ውይይት ሲመሩ የነበሩ አካላት የተነሱ ሀሳቦች ላይ ምላሽ የሰጡ ሲሆን በተለይ በቡድን አምልኮ እና ማንነት የተመለከተ አልባሳት ላይ በድጋሜ ከሀይማኖት አባቶች ጋር ውይይት እንደሚያደርጉበት መናገራቸውን የሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል። በረቂቅ አዋጁ ዙሪያ ከእስልምና ሀይማኖት ተከታዮች በተጨማሪ ሙስሊም ያልሆኑ አካላትም ቅሬታቸውን እያቀረቡ ሲሆን አዋጁ ከመጽደቁ በፊት የህዝብ ቅሬታዎችን ባማከለ መልኩ እንዲስተካከል የተለያዩ ሀይማኖታዊ ተቋማት በየፊናቸው ጥሪ በማቅረብ ላይ ይገኛሉ። https://t.me/Xaaliburidallah
2761Loading...
07
Tuni Ajaaiba maal hedu warri pheexoota laata??? amantaa mana barnoota seensiisuun maaf barbaachise??? Barnoota amantaa pheexe qofa moo kan biraas itti barsiifama??? umanni muslimaa bakka jirtuu dammaqi fuula kee gata quraanatti hadiisa rasuulaatti s a w deebisi oduun amma dhagahamaa jiru maneen barnoota keessatti akka shabaaba muslimaa amantaa fixraa irra gara amantaa ofii isaaniti uumatanitti kan isaan jiijjiraa jiranidha biron barnoota oromiyya dubbi kanaaf daddafitti deebi keennu qaba rabbin diin keenyarratti gadi nuu haa dhaabu. @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
4852Loading...
08
"irra caalaan namaa nama umriin dheerate dalagaan isaa tolte" jecha rasuulati s a w 🥰🥰🥰 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3842Loading...
09
📚 KITAABA TAWHIIDAA DARSII 13FFAA •┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈• 🎙الشيخ عبد الكريم أحمد حفظه الله ورعاه 🎙SHEIKH ABDULKARIIM AHMAD - HAFIZAHULLAAH •┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈• ═════ ≪ °📓🖇📓° ≫ ═════ 📚 Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/sheyk_abdulkarim/525
4540Loading...
10
‏الحمدُ للهِ الذِي أَذِن لنَا بيومٍ جَديد لِنعبده ونشكره ونَتوب إليه..🥺💚 @MuhaajirafiAnsaara
4080Loading...
11
يقول أحدهم  : ڪنت أسير مع طفلي ومررنا بتمثال للمسيح قرب الڪنيسة فسألني ابني :  من هذا يا بابا ؟ قلت له :  هذا ابن الله وهو إلهنا فقال لي : لماذا هو مصلوب ؟ وعلى جسده الجروح ومنظره ضعيف لقد شفقت عليه! فقلت له : هو مصلوب لأن المجرمين الذين لايؤمنون به فعلوا به هذا .. فقال لي ولدي : ولماذا لم يدافع أبوه عنه ؟! أو هو دافع عن نفسه ڪونه إلها قويا ؟! قلت له : الإله اختار ذلك حتى يڪفر عنا ذنوبنا !! لأنه حينما رضي بصلب أبنه ڪان صلبه فداء لنا وتڪفيرا لذنوبنا .. فقال لي : يا أبي هل ترضى أنت أن يصلبوني ؟ وأتعذب من أجل أحد ، وانت تقدر أن تدافع عني ؟ !! قلت : طبعًا لا فقال ولدي :  ڪيف رضي الله أن يفعل ذلك بابنه ؟!! وهو القادر أن يغفر لنا ذنوبنا من غير ان يعذب ابنه ويجعله ذليلًا منڪسرًا بين يد البشر !! ڪان هذا الحوار .. !!.أول طريق هداية الوالد للإسلام !! أسئلة الطفل بالفطرة !! دلت الوالد على الحق !! ڪيف لعقل بشري يرضى بهذه القناعة ؟ وڪيف يؤمن بها ؟! فالحمد الله على فطرة الإسلام .. ربنا آمنا فاغفر لنا وارحمنا برحمتك .. وأدخلنا برحمتك الجنة مع عبادك الصالحين @MuhaajirafiAnsaara
7665Loading...
12
👆👆👆koott ustaaz A/Ramaan xaalibu ridallah wajjin turaa
1 2032Loading...
13
https://t.me/DAANDIISIRRIITTI?videochat=7da67ef11cd14b34df
1 2302Loading...
14
"nabi muhamad s a w ergamaa addunya guutuuti akkasumas alaama hundaaf rahamata🥰🥰🥰🥰🥰" @MuhaajirafiAnsaara
4640Loading...
15
😂😂😂😂😂😂 Kolfaan nuu fuxxe phexeen 😂😂😂😂😂😂 Silaafu kitaabumattu ajeeja 👇👇👇👇👇👇 “''Jaalalli kee daadhii waynii irra waan caaluuf, afaan koo keessa na dhungadhu!” — Wed. 1:2 Weddun hojirra oola jira😂😂😂😂😂😂 Obolaan muslima dhifama naaf godha🥰🥰🥰🥰 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
1554Loading...
16
Amantiin Islaama Amantoota kaawan irra maalin adda tana beeytu??👇👇👇👇👇 1 Amantiin Islaama uumaa / Rabbin biraa dhufte Ragaan isaa👇👇👇👇👇👇👇 Aal-e-Imran 3:19 إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ وَمَا ٱخْتَلَفَ ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْكِتَٰبَ إِلَّا مِنۢ بَعْدِ مَا جَآءَهُمُ ٱلْعِلْمُ بَغْيًۢا بَيْنَهُمْۗ وَمَن يَكْفُرْ بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَإِنَّ ٱللَّهَ سَرِيعُ ٱلْحِسَابِ Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofaIsaan kitaabni kennameef erga beekumsi isaaniif dhufee booda jibbaa gidduu isaanii jiruuf jecha malee [san dura] wal hin dhabneNamni keeyyattoota Rabbiitti kafare dhugumatti Rabbiin ariifataa qormaataati. Erga Islaammulman Rabbin biraa dhufte mee ammatoota kaniin essa akka dhufe gaafadha👇👇👇👇 1 kirstaanni eessa dhufe???❌ 2 kaatoolikin eessa dhufe????❌ 3 pheexeen eessa dhufte???❌ 4 ortodoksiin eessa dhufe???❌ 5 joovaan eessa dhufe???❌ 👆👆 Tari hordooftootumla ammantaa kanattu moggase laata share👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
5442Loading...
17
"waa'ee Biyyo falasxeen keessatti muslimni rahe Rabbin haa dubbatu"😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa rabbi nasrii nui garsiisi😭😭 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
6170Loading...
18
"Rabbin tokko qofa nabi muhaamad s a w ergamaa Rabbiti" "Rabbin tokko qofa yesuus a s ergamaa rabbiti" join👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
2 5392Loading...
19
Yesuus kirstoos / nabi iisaan a s yeroo dhufetti maal barsiisaa ture??👇👇 Rabbin tokkocha tahuu isaa kan inni barsiuseedha👇👇👇 “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.” — Luq. 6:12 👆yesuus kirstoos akkuma asii ol garru kanatti waaqayyon akka kadhachaa jiru kaa nuti hubaanuudha gaafa dhufuulle waaqayyoma kana namni akka waaqeessan kaa inni barsiisaa tureedha👇👇👇 “Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe.” — Mat. 19:17 “Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.” — Mar. 10:18 Mar. 12 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ²⁸ Barsiisota seeraa keessaa tokko yeroo isaan waliin morkatan dhaga'ee, Yesus deebii gaarii akka deebiseef yommuu arge gara isaatti dhi'aatee, "Abboommiin inni hundumaa irra caalu isa kam?" jedhee, gaaffii isa gaafate. ²⁹ Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ³⁰ Atis Waaqayyo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, jireenya kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta'a'! 👆👆 namni yesuus kirstoos ni jaaladha jedhu 🥰🥰 waaqa yesuus waaqeessu waaqa yesuus waaqeessa jedhu waaqeessun nama sanarratti dirqama . Al-Ma'idah 5:116 وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'uYoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteettaWaan lubbuu kiyya keessaa ni beektaAni waan nafsii kee keessaa hin beekuDhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti. Share👇👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara🥀 @MuhaajirafiAnsaara🥀 Barnoota heddu argachu dandeessan join godha👇👇👇👇👇👇 🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋 🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹 🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹 🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
6573Loading...
20
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️ Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️ https://t.me/Xaaliburidallah
5501Loading...
21
Addunyaa kanarra kaa naa gaammachisu ani amantaa islaama hordofuu kiyya🥰🥰🥰🥰🥰🥰 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
5570Loading...
22
Waliin marii MACAAFNI QULQULLUUN DHUGUMA JECHA WAAQAYYOOTII? Toofiq Abarashaad☪ and ibnAdnan☪. 🆚 Maraa Tafese✝ توفيق ابارشاد𝐓𝐨𝐨𝐟𝐢𝐪 𝐀𝐛𝐚𝐫𝐚𝐬𝐡𝐚𝐝: Kataa macaafa qulqulluu keessa kitaabota 13 ol kan barreesse phawulos ergaan sheyxaanaa anaaf kenname jedhe‼️‼️ 👇👇👇👇👇 👉https://t.me/muhaajirafiAnsaara 👇👇👇👇👇 👉https://t.me/Tofik_Abarashad_channel
5471Loading...
قال الحسن البصرى: نفسك إن لم تشغلها بالحق ، شغلتك بالباطل
نمایش همه...
👍 1
Balaan buute Rabbin Balaa isinitti hin buusini Macaafni qulqullun maal jedha??👇👇👇👇👇👇 Kes. 23 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Namni tumamee sangoome yookiis namni saalli isaa murame waldaa Waaqayyootti hin lixin! ² Namni abbaa hin beekaminiif dhalatu waldaa Waaqayyootti hin lixin! Sanyii isaa keessaas hamma dhaloota kudhaniitti waldaa Waaqayyootti hin lixin! Gaafi👇👇👇👇 1 nama qaamni isaa murame akkamittti bekkama?? 2 suurre namarra baasani laalu moo?? 3 namooni kuuwan hoo maal ballesse?? “Ani Phaawulos, isin dhagna yoo of qabsiiftan Kristos homaa waa'ee akka isiniif hin baafne isinitti nan hima.” — Gal. 5:2 warronni kirstoosin hordoftaan dubbi kana maal jettu??? namni kittanate yesuus akka homaa isaa him baafe dubbata phaawloos maaf hordoftu yesuusin??? garam nuu waamtu yaa warra kirstoos??? rabbin isin haa qajeelchu @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
نمایش همه...
😁 6👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
5
Photo unavailableShow in Telegram
DHUGUMA YESUUS AJJEEFAMEE? Tofiq Abarashaad ☪ 🆚 Galaanaa✝ durii kan amma Furqaan☪ 👇👇👇👇 https://t.me/search_True_Religion
نمایش همه...
3👍 2
በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ" በተመለከተ ከዩኒቨርስቲ ተወካዮች ጋር ውይይት ያካሄደ ሲሆን ተቃውሞ ገጥሞታል! (#ሀሩን_ሚዲያ፦ግንቦት 01/2016) ከሰሞኑ በአወዛጋቢነቱ አጀንዳ ሁኖ የቆየው በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ"ከዩንቨርሲቲ ተወካዮች ጋር በአዳማ ከተማ ውይይት ማድረጉ ተሰምቷል። ውይይቱ የተዘጋጀው በሰላም ሚኒስትር ሲሆን በውይይቱ ላይ ከዩኒቨርስቲው ፕሬዝዳንትና አንድ መምህር በአጠቃላይ ከአንድ ዩኒቨርስቲ ሁለት (2)ተወካዮች ያካተተ መሆኑን ለሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል።በውይይቱ ሁሉንም ሀይማኖቶች የሚመለከቱ ጉዳዮች የተነሱ ሲሆን በረቂቅ አዋጁ ከተካተቱት መካከል በተለይ ኢስላምን የተመለከቱ ህጎች "በቡድን ማምለክ"እና "ማንነትን የሚያሳይ አለበባስ"ብቻ መፍቀዱ በጋራ ሰላት መስገድን እና ኒቃብ መለበስ የሚከለክል በመሆኑ አንድ ሀይማኖት ላይ ብቻ ያነጣጠረ ለአፈፃም የሚችግር መሆኑን ከምሁራኑ ተነስቷል።ከኦዲት ሪፖርት ከፋይናንስ ቁጥጥር መንግስት በሃይማኖት ያለውን ጣልቃ ገብነት በተመለከተ ፣የሀይማኖት ተቋማት ግንባታ ሊሎር የሚገባ እርቀት ፣የመቃብር ቦታዎች እና ሌሎችም ሰፊ ሀሳቦች መነሳታቸው ተገልጿል።በመጨረሻም ውይይት ሲመሩ የነበሩ አካላት የተነሱ ሀሳቦች ላይ ምላሽ የሰጡ ሲሆን በተለይ በቡድን አምልኮ እና ማንነት የተመለከተ አልባሳት ላይ በድጋሜ ከሀይማኖት አባቶች ጋር ውይይት እንደሚያደርጉበት መናገራቸውን የሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል። በረቂቅ አዋጁ ዙሪያ ከእስልምና ሀይማኖት ተከታዮች በተጨማሪ ሙስሊም ያልሆኑ አካላትም ቅሬታቸውን እያቀረቡ ሲሆን አዋጁ ከመጽደቁ በፊት የህዝብ ቅሬታዎችን ባማከለ መልኩ እንዲስተካከል የተለያዩ ሀይማኖታዊ ተቋማት በየፊናቸው ጥሪ በማቅረብ ላይ ይገኛሉ። https://t.me/Xaaliburidallah
نمایش همه...
Tuni Ajaaiba maal hedu warri pheexoota laata??? amantaa mana barnoota seensiisuun maaf barbaachise??? Barnoota amantaa pheexe qofa moo kan biraas itti barsiifama??? umanni muslimaa bakka jirtuu dammaqi fuula kee gata quraanatti hadiisa rasuulaatti s a w deebisi oduun amma dhagahamaa jiru maneen barnoota keessatti akka shabaaba muslimaa amantaa fixraa irra gara amantaa ofii isaaniti uumatanitti kan isaan jiijjiraa jiranidha biron barnoota oromiyya dubbi kanaaf daddafitti deebi keennu qaba rabbin diin keenyarratti gadi nuu haa dhaabu. @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
نمایش همه...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
"irra caalaan namaa nama umriin dheerate dalagaan isaa tolte" jecha rasuulati s a w 🥰🥰🥰 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
نمایش همه...
3

2