cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Turullee Dhugatu Mo'ata

Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.

نمایش بیشتر
فنلندة721زبان مشخص نشده استدین و مذهبی10 689
پست‌های تبلیغاتی
8 712
مشترکین
+5324 ساعت
+4277 روز
+1 11730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

06:27
Video unavailableShow in Telegram
Kaayoon isaanii milkaahuullee baatu fagoo ture.
نمایش همه...
N
نمایش همه...
#Magaalaa_Adaabbaa Seenaa guddaa Dhalootaan hojjatame, #Eebba_mana_kitaaba #Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Adaabbaa, Magaalaa #Adaabbaatti, sagantaan #Guyyaa 19/05/2024 or 11/09/2016tti Eebba mana kitaaba barattootaa fi leenjiin bareedaan  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa Irraa eegalee kennamaa ture gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah. https://t.me/Xaaliburidallah
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
00:57
Video unavailableShow in Telegram
Worroota Macaafa Qulqulluu jedhanii hordofaa jiran, hawaasa Muslimaa yoo shakkanillee Mee ni fakkaataa, namoota beekan keenna jedhanii hordofanii hoo maal jedhu laata
نمایش همه...
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Wonti Addunyaa Akka hin ijaaramne isii taasisu maal Akka ta'e quba qabduu? Manguddoon Kun isinii himuu dhageefadhaa. https://t.me/Xaaliburidallah
نمایش همه...
#Magaalaa_Doolee #Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Nageellee Magaalaa #Dooleetti, sagantaa bareedaan #Guyyaa 17/05/2024 or 09/09/2016tti Leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Juma'aa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah. https://t.me/Xaaliburidallah
نمایش همه...
آرشیو پست ها