cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Horn of A lawyers group

This channel is created mainly to ensure the accessibility of law teaching materials, Short notes and available exit exam files and to support law Students by providing information! For questions and comments @moibonwerkina

نمایش بیشتر
فنلندة2 799زبان مشخص نشده استقانونی7 938
پست‌های تبلیغاتی
252
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+5230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

JOURNAL OF ETHIOPIAN LAW - VOL. XXXII.pdf1.77 MB
UDHR (6).pdf1.88 KB
7 Importanr Principles in International Law 2023.pdf7.75 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Murtii kana tumaalee S/D/F/H/H kwt.122-136 tti waa'ee bakka bu'iinsaan itti gaafatamaa A/Seeraa bakka bu'ee dhimma qulqulleessuu waliin akkamitti ilaalamaa?
نمایش همه...
2016-vol- 2-cassation.pdf18.04 MB
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Booyyeeti murtiin du'aa ittii murta'ee😂😂😂 Baraa 1386tii turee biyyaa Faransaay kuta magaala Falaise  keessatii Boyyeen tokkoo ajjechaa daa'imaan shakamuun mana murtii tii dhiyatee😄 Bakka bu'ummaan seeraa guutuu illee kennameef turee🫶 Boyyeen kunis daa'ima xiqqaa cininuu issaa ragaan ittii bahamee sababaa kanan immoo daa'imin kun du'ee turee Dhumaa irratii boyyee kun yakkamaa ta'uun murtiin du'aa ittii murta'ee🙈 Boyyeen kunis fannifamuun ajjefameraa🙈 Dinqisiisoo https://t.me/new_generation_group
نمایش همه...
Repost from Nuraddin Sham - FHS
Share 'Sirna federaaliizimii.docx'
نمایش همه...
Sirna federaaliizimii.docx2.13 KB
Repost from Nuraddin Sham - FHS
'procedural law short note 4 exit Exam.doc'
نمایش همه...
procedural law short note 4 exit Exam (1).doc9.04 KB
Akkam jirtu? Seerichi principal punishment (adabbiilee sadarkaa duraa) warreen jedhee kaa'e muraasa ha ilaallu. Diinagdee yakkamaa sanaa tuquun adabbii taasifamu (pecuniary penalities). 1. Qarshii (fine) Qarshii sababa yakkamaan hawaasa yakka hojjechuusaatiin miidheef mootummaaf galii ta'uudha. Kwt 90. Qarshiin akka kaffaluuf murtaa'u haala diinagdee yakkamtichaa, itti gaafatama maatii yakkamtichaa, haala galii yakkamtichaa fi haga yakkichaa fi kkf ilaalcha keessa galchuun murtaa'uu akka qabu seerri jiru kaayee jira. Dhimma dhaabbata (juridical person) waliin walqabatee gravityiin yakkichaa, qabeenya dhaabbatichaa, fi hojii dhaabbatichi irratti bobba'ee jiruufi kkfn dhimma adaba maallaqaa dhaabbataan wal qabateen ilaalcha keessa galuu akka qabus seerichi nii ibsa. Nama uumamaaf qarsh. 10 haga 10,000,,,,,,dhaabbataaf qarshii 100 haga 500,000.00 Sanas ta'u sana, adabbiilee kanneen biroorra adabbiin maallaqaa faayidaa ofii isaa kan qabu yeroo ta'u, 1. Madda galii mootummaati 2. Rakkoo mana amala sirreessaan wal qabatee jiru nii hir'isa 3. Mootummaan baajata mana amala sirreessaaf ramadee jiru gara hojii birootti naannessuu danda'a. 4. Gama yakkamaan immoo, yakkamaan sun qarshii kafaluun erga adabamee booda gara hojii hojjechuutti deebi'uu nii danda'a. Faayidaalee kanneen oliif yeroo adabbiin qarshii akka filannootti jiraatu, manneen murtii gara qarshiitti akka adabbii naannessan ykn filatan nii godhama. Bu'uuruma kanaan adabbiin maallaqaa yeroo murtaa'u adabbichi haga dandaa'ame yeroosuma raawwatamuu qaba. Yakkamtichi yoo hin qabaatin wabii akka dhiyeessu nii dirqisiifama. Adabbii diinagdee waliin walqabatan keessaa qarshii biratti inni biraan,, 1. Forfeiture (confiscation ) Yakka dalaguuf qabeenya gargaarame ykn bu'aa yakkaa qabeenya ta'e sassaabuu. Kontirobaandiin fkn isa duraati. Konkolaataadhaan kan socho'u yoo ta'e konkolaataa sana galii gochuus nii dabalata. Kwt 98 fi 100,, Hiikni kallattii jecha confiscation jedhuu,, qabeenya kallattiin ykn alkallattiin yakka raawwatamerraa argame yeroo ta'u, ,, jechi forfeiture jedhu immoo kwt 100 jalatti, galii ykn waan qabatamaa ykn financial waan ta'e kan yakkamaaf kenname ykn kennamuuf deemu hunduu mootummaaf galii akka ta'u kan jedhuudha. Inni biraan haalota barbaachisoo ta'an kan guutu yoo ta'eef hojiirra kan oolu sequestration of property isa jedhamuudha. Inni kun qabeenya yakkamaa to'annoo jala oolchuudha. Gadi fageenyasaaf kwt 98 dubbisuun nii dandaa'ama. 2. Hojii humnaa,,,compulsory labour Yeroo itti yakkamaan qarshii ykn maallaqa kaffaluu dadhabutti ykn fedhii dhabutti, kan yakkamaan adabamu ta'uus nii danda'a. Waggaa lama caaluu akka hin qabne seerichi tumeera. Kana malees haalotni ilaalamuun bakka hidhaa salphaa fi bakka yakkamaan hawaasaaf balaafamaa hin taanetti ajajamuu nii dandaa'ama. Bakka hidhaa salphaa adabni hojii dirqamaa ji'a ja'a caaluu hin qabu. Yaadi kun bifa biraan kwt 107 irratti eeramee jira. Inni biraan adabi hojii dirqamaa akka adabbii salphisuuttis yeroo ilaalamu nii jiraata. Kwt 179 Adabbiilee bilisummaa mulqan,,,, Itti fufa,,,, #Gammex
نمایش همه...
Dear fellow Advocates We, the Ethiopian Women Lawyers Association (EWLA), are reaching out to you today with a call for solidarity and collaboration. As you may be aware, the Ministry of Education has proposed a draft law that would severely restrict maternity leave for women pursuing higher education. This proposal not only undermines the affirmative action provisions enshrined in Ethiopia's constitution but also blatantly denies women their fundamental right to access education. We cannot stand alone in this fight. We need your voices, your expertise, and your unwavering support to make our message heard and protect the rights of women in Ethiopia. We invite you to join us in organizing a powerful campaign against this unjust measure. Please share the following # and the key messages in your social media platforms like Twitter, Facebook, and Instagram to raise awareness about the draft law and mobilize support for our protest. Campaign slogan: #MaternityLeaveARightANecessityAFuture Maternity leave is not a privilege; it's a basic right for women to pursue their education and care for their newborn children. Denying maternity leave is an affront to women's dignity and a barrier to their advancement. #MaternityLeaveARightANecessityAFuture                                      https://t.me/moebonlaw
نمایش همه...
Horn of A lawyers group

This channel is created mainly to ensure the accessibility of law teaching materials, Short notes and available exit exam files and to support law Students by providing information! For questions and comments @moibonwerkina

Photo unavailableShow in Telegram
#Quote_of_the Day November 18 By #Ephrem_H
نمایش همه...