cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Jechoota Dinqisisoo🙄fi walaloo👈👆☝

Jechoota dinqisisoo hayyoota adunyaa irraa 🙄Walaloo☺😲😳 mamaaksa oromoo argachuuf JOIN godhaa

نمایش بیشتر
أثيوبيا12 485زبان مشخص نشده استفیلم‌ها104 123
پست‌های تبلیغاتی
323
مشترکین
-124 ساعت
-47 روز
-430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

https://t.me/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId5627031792 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=xuPhQKgbUvIcU9uL Don’t waste your time – make every second count! Tap and earn with Time Farm. Claim your welcome bonus: points
نمایش همه...
Time Farm

Maximize your productivity and earn SECOND tokens

https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId5627031792 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Shamarran gaafa jalqaba heerumtu laakkofsa bilbilaa Abbaa manaa ishee akkanatti save godhatti..... 😂 Guyyaa jalqabaa... My 💕 love... xiqqoo bubbullaa .... Gaalii/qaalii koo....😮 yoo ijoollee horan.... Abbaa Abdallaa... 👨‍👧‍👦 Gaafa manguddooamn.... Jaarsattii..... 😁 😁@Kottaa_Kolfaa😁
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Please 😭😭😭😭Don't Forget 🙏 😢
نمایش همه...
Badii maalii qabnaa......? Assalaamu aleeykum Obbolaa aakiraa Amriin waa hundaatuu Rabbiin harka jiraa Maalif bara baraan Mataa gadi cabnaa Maalif nu roorrisu Badii maali qabnaa..? Adawwiin islaamaa Raftee hin beektu takkaa Rabbitti amanuun Maalif ta'e yakkaa..? Adawwiin hin rafu Garaansaa dhukkubaa Kanaaf nu salphisee Mana rabbii gubaa Islaamummaan ifaa Akka ji'aaf aduu Adawwiin baay'ateef Abadan hin baduu Seenaa baaroomeedaa Waan daganne seetuu Yeroof kaatti malee Dharti laga hin ceetuu Muslimonni hunduu Haa ta'an kaafiraa Kan hin ta'u jedhe Du'atu isaaf jiraa Teedroos akkas jedhus Mootummaan zaalimaa Meeqa galaafatus Darasaaf aalimaa Maqaa jijjirullee Kiristinnaa kaasee Raas mikaa'el jedhee Maqaas yoo moggaasee Roorron jabaattullee Kinoo har'a geenyee Gidiraa adawwii Hundumaa dandeenyee Ilmaan barsiifachuuf Hanga yoom rakkannaa Biyya keenyarratti Hanga yoom salphannaa..? Ijoolleen musliimaa..... Mirgi ishee eegamee Barachuu hin dandeessuu Hanga maatin dhaqee Harkaan mallatteessuu Hin salaatu jedhii Koottuu mallatteessii Ta'uu baannaan deemii Bakka feete geessii Jedhanii doorsisuu Maatii barattootaa Akkamiin haa bartu Daa'imman barnootaa..? Kanaaf osoo aarruu Dabalan kan biraa Mana rabbii gubnaan Obsa maaltu jiraa...?? Qabeenya musliimaa Lafarraa mancaasaa Badii tokko malee Lubbuu namaa baasaa Ummata nagaa Ololaan sakaaluun Ifaa diin islaamaa Shiraan dhaamsuu yaaluun Yoommuu hin milkaa'u Shiraaf jibbaan keessan Ofumaaf damaatuu Yoomis galma hin geessan Copy gochuun dhoorkaadha yoo sitti tole forward gochuu dandeessa....please Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
نمایش همه...
W͙a͙l͙a͙l͙o͙o͙w͙w͙a͙n͙ ᴵˢˡᵃᵃᵐᵃᵃ cོhོaོnོalོ

Yaada nuuf kennuuf:-

https://t.me/FiraafanK_telegram

Join gochuuf:-

https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram

Hidhaa Baatii Tokkoo..... Shororkeessummaadhan Erga himatamee Adabbiin ulfaatan Kan natti kennamee Saahibban kootirraa Ana fageessanii Qaallitti nagalchan Natti murteessanii Sibiilan hidhanii Achi na geessanii Jarri akkaan cimoo Garaa jabaatanii Murtii ji'a tokkoo Kan natti laatanii Yaa hiriyoota koo Maalif na gattanii Ji'a tokko guutuu Narraa baqattanii Anoo waa'ee keessan Yaadudhan machaa'ee Dhiphachaatin ture Mana hidhaa taa'ee Hidhamaan ni ba'a Kan du'etu hin kaanee Akka isin yaaddan Isiniif hin taanee Daqiiqan sekondii Guyyaan torbii ta'ee Ji'a tokko geenyan Torbiinis naanna'ee Dhufee jira anis Kunoo hidhaa ba'ee Hojii koo eegale Kaleessa galgalaa Bu'aa buufachaara Jalqabee daldalaa Hojiin kan koo duruu Nama kakaasuudhaa Bultii namaa diigee Adda facaasuudhaa Baay'ifachuu fedhaa Hiriyaa shabaabaa Waliin ta'ee guutuf Abidda azaabaa Jaabaadhee hojjadha Erga bahee hidhaa Wanti namaaf balaa Anaaf ammoo chidhaa Salaata subhirraa Isa kaan raffisee Isa kaan sossobee Jam'aarraa hambisee Gammaduu barbaadee Kan irkate nattii Isa kaanif kamrii Isa kaan zinattii Baasii tokko malee Qabee bira geessaa Hiriyaa koo hundaa Akkasiin milkeessaa Warra narraa dheessan Hunda jibbee dhiisaa Warra natti dheessan Hundumaa ni kiisaa Kanaaf natti koottaa Karaa kootu caalaa Kan gara koo gore Boru abidda dhaalaa Nuun jedhaara kunoo Sheyxaanni hiikamee Ramadaanni baanan Hidhaa gadhiifamee Warri soomni baanan Saalata dhiiftanii Sheyxaana jallataa Maaf gammachiiftanii Kan rabbiin dhiiftanii Gabbartan soomanaa Soomanni ba'eera Kasaarun yoo tanaa Kan rabbiin gabbaran Gabroonni haqiiqaa Ibaadaan aytowum Inkuwaan la daqiiqaa Baxaam xiruu nabbar Macheem huneetaachoow Ibaadan siyaadrguu Hulleem la geetaachoow Ye jaannat turrufaat Tashallaamii naachoow Gizeewun xabbiqoo Salaat ye saggaduu Haraam nagar titoo Halaal ye naggadhuu Isaan milkaa'oodha Har'aa fi borullee Rabbiin isaan waliin Haal milkeesse nullee Waanuma gabaabduu Jechuu fedheetanii Kana caalaa jechuuf Dadhabaadha anii Kana caalaa jechuuf Anatuu wallaalaa Ibaadaa jabeessaa Waan hunduumaa caalaa Kan rabbin gabbare Jaannatuma dhaalaa I have no more power To speech things We have to avoid Drug and sings The way of devils The house of fire Try to cutoff that Fragile wire Unless otherwise Milkaa'un hin jiruu No need of suspecting The death is true.. Copy gochuun dhoorkaadha yoo sitti tole forward gochuu dandeessa....please Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
نمایش همه...
GARA KAM NAAF WAYYAA......???? Fuuldurri koo taabba...... Taabba dabaaf shiraa Kan bahuun fagaatuu Dudduubben koo boolla..... Boolla gadi fagoo Isa nama nyaatuu Gama tokkoon qoree..... Qoree dhoqqee keessaa Ishee nama dirtuu Ijaan hin muldhattu Bakki isheen jirtuu Gama kaanin ammoo Qileedha hallayyaa Eessan tarkaanfadhu Gara kam naaf wayyaa.....???? Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
نمایش همه...
W͙a͙l͙a͙l͙o͙o͙w͙w͙a͙n͙ ᴵˢˡᵃᵃᵐᵃᵃ cོhོaོnོalོ

Yaada nuuf kennuuf:-

https://t.me/FiraafanK_telegram

Join gochuuf:-

https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram

Bara haaraa jenna Baraan bara lakkaa'aa Guyyaan inuma deema Silas yoom gadi taa'aa Har'a geenyeerraa kinoo Bara meeqa darbinee Bara haaraa malee Wanta haaraa hin arginee Namuu birraa jechaa Gammachuun macha'aa Baga geessan jedhee Jechoota lakkaa'aa Takka turraan garuu Jalqabneerra shakkii Bara darbe wayya Baranarra lakkii Yaa bara dheengaddaa Yaa bara qananii Shaayin shilingiidha Shiroon birrii shanii Bara kana ammoo Wanti hundi cinqiidhaa Kibriitin birrii shan Kan dur shilingiidhaa Barri tokko darbee Kan biraammoo dhufaa Bifa jijjiirratee Rakkoon itti fufaa Bara kaan waraana Bara kaan dhukkubaa Yookan hoongeen bu'ee Ummata guggubaa Rabbii guddaa qofa Kan buqqaasu gufuu Barri jijjiirameef Jijjiiramni hin dhufuu...... By....... Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram
نمایش همه...
W͙a͙l͙a͙l͙o͙o͙w͙w͙a͙n͙ ᴵˢˡᵃᵃᵐᵃᵃ cོhོaོnོalོ

Yaada nuuf kennuuf:-

https://t.me/FiraafanK_telegram

Join gochuuf:-

https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram

https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId5627031792 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.