cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa "Yaada keessan nuuf dhaama hamlees nu jajjabeessaa maal jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii" ||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot

نمایش بیشتر
فنلندة809زبان مشخص نشده استدین و مذهبی12 162
پست‌های تبلیغاتی
7 693
مشترکین
+4924 ساعت
+3277 روز
+1 35930 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
🖥#قال رسول الله صلى الله عليه وسلم "الدنيا متاع وخير متاعها المرأة الصالحة" 🕋"Duniyaan tuni Guutuunuu meeshaadha;Caalaan meeshaa isii immoo Dubartii gaariidha"... #Dubartii gaarii san Rabbi nuu haa hirukaa yaa jarana.... #JOIN&SHARE ⛱⛱⛱ @quwwatulislaam
1780Loading...
02
" Wantoota lamaan kana yoo qabaatte  khayrii dunyaa fi akhiraa milkoofta. . . - Wanta Rabbiin jaallatu tokko yoo lubbuun kee jibbiteelle hojjachu. - wanta Rabbiin jibbuu tokko yoo lubbuun kee jaallattelle hojjachu dhisu". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3261Loading...
03
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
4920Loading...
04
📃🖊. Gaafa Dhimma Aqiidaa teenya Wallaalle akkana taana. *|[ har'a Ganama Ustaazaa fii imaama Masjiida tokkootii Wajjiin Walitti Dhufne. Anaatu itti dhufe waan ta'eef Salaamtaan isaan gammachiisee eegaan fixe booda. " bar gaa yaa boo Pirizdaantii Iraan faatu du'ee xiyyaara keessatti gubatee" naan jedhe. Anilleen akkuma inni dubbii fixeen gammachuun" Mustaraahun minhu || isarraa haara galfatamaadhaan" jedheen. " haay aboo ati akkana hin jedhin akkamitti akkana jetta" naan jedha. Ija ittiin na laalee dhiisi! 📃🖊. Ani Mormii tana hin fedhu. Caluma je'eetiin Wajjiin deemna. An callisnaan Nama biraatu nu wajjiin ture. Isaa wajjiin haasawatti seenan. Anilleen hangamasumattiin biraa miila fuudhe kute. 📃🖊. Obboleessa akkana naan jedhu kun Nama Umriinillee Waggaa 40 oliiti Waggaa Meeqa imaama Masjiidaati Waggaa Meeqa ilmaan islaamaa Qaraasisaa jira. Namni kun Sheeikha Ustaaza!!!. 📃🖊. akkamitti Dubbiin akkanaa isarratti baati hin jedhu Qalbiin hunda keenya harka Rabbii jirtu Waan ta'eef. Rabbiin haala keenya haa tolchu. 📃🖊. Dhimma Aqiidaa Rabbiif jecha jaalachuu fii Rabbiif jecha Jibbuu (Alwalaa'u Walbaraa') Eeysa jirti laata???. 🍀. Rubba isinuma Nama poostii kana dubbisuu kheeysaawuu kan anaan akkamitti akkana jetta je'u hin dhabamu. 🍀. Ani Nama Rabbii gaditti Waan biraa gabbaru kan Jaalallootaa fii habiiboota kiyya Abu bakrii fii Umar faadhaan Ka*aفira jedhu Jiraachuu isaatti hin gammadu. Akkamittiin Du'uu isaatiif gadda????. 🪷🖊Kuni bu'aa aqiidaa teenya Wallaaluuti.
5290Loading...
05
۞ . ilmii Namaa kun ajaa'ibuma qaba. Kan Yeroo ✌ tuubboo fincaanii keessaan bahee dhufe of oldhiibee of tuulee boona "*.
6925Loading...
06
۞ ➻. Qalbii Dhiirootaa keessa Yaaddoo,Cinqii,lola,Girrisa,Mormii, ciqicciqii fii Gooha Dhalaan ba'achuu hin Dandeenyeetu jira. Kanaaf Rabbiin ﷻ Dhiira Dhokfataa godhee uume. Salaftoonni " Dhiira jechuun Dhiira Ciinqii fii yaaddoo isaa liqimseetuma lubbuu isaa keessa gad naqu kan Yaaddoo fii cinqii sun Maatii isaatti fuudhee hin galleedha". Jedhu turan. 💪✊
8602Loading...
07
۞ ➻. Gammachuu, Dasii fii Seeqiinsa obboleessa kee kan Dargaggeessaa hin fuudhin irra naquu yoo feete; " Rabbiin ﷻ Fuudha Siif haa laaffisu,haadha Manaa Saaliha siif haa kennu" jedhiin. Yoo sitti Mul'isuu baatellee Kheeysa isaa Silaa Rabbiin si agarsiisee gammachuurra kan iftee foaaaah jette agarta.🌸💛
10Loading...
08
*" Hadiisa keessatti; Namni Rabbiif ﷻ jecha jaalatee,Rabbiif ﷻ jibbee,Rabbiif ﷻ jecha Kennee fii Rabbiif ﷻ Dhoorkate; iimaana Guuttate "*. Jechuutu jira. Yaa Rabbi Jaalala tee,Jaalala Nama si jaalatuu, fii Jaalala Dalagaa gara kee nu dhiheessitu hundaa nuuf kenni. Yaa Rabbi Waan jibbituu fii diddu hunda Gara keenyatti jibbamaa taasisi,irraayillee nu fageeysi. Wantoota ati jaalattu irratti Nu gargaari Yaa Rahmaanu Yaa Rahiim. 🍀۞
1 0325Loading...
09
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
9913Loading...
10
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
8883Loading...
11
✍Dubartoonni bu'uura hawaasaa yoo tahan, utubaawwan maatii fi ijaarsa isaa hunda caalaa barbaachisoo dha. Dubartoonni hawaasa guutuudha 📌Doktora, barsiisaa, fi omishtuu dhiirotaati, Isiin obboleettii dhimmamtuu fi intala ajajamtuu dha. 🌹Haati manaa obsaa fi ogeettiin rakkina jireenya kheeyssatti isii mudatu irraa mana isii eegaatuf... #Dubartii muslimaa qaali Rabbii isii irraati obsaan qabsaa'aa jirtu, mindaa/saawaba Rabbii oltahaa irraa barbaaddu hundaaf nageeyni ha tahu🫡 🍡‏قال رسول الله ﷺ : 》Addunyaan gammachuu dha, gammachuu addunyyaa irraa dubartii gaarii caalaa wanti gaariin hin jiru. 📚 Saahii Ibnu Maajaa (1516) . #Hayyuun Ibnu Badis Rabbi rahmata haa godhufi akkana ja'e:- Manni🏠 mana barumsaa jalqabaa fi warshaa jalqabaa dhiirota itti uumaman hadhaa, Bu'urri Amantii haadha.          ╭┈──── ••⇣⇣🌹 ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Foowzn @Foowzn @Foowzn
8494Loading...
12
#Deebii *|[ Eliyaa bint Yakub Abbaa manaa = Nabii Ayyuub obboleysii ishii = Nabii Yuusuuf ilmii ishii = Zulkiflii ]|* Namoonnii baayyeen hirmaattanii deebiftanii jirtuu galatoomaa! @Abu_amaar12 || ኢስላማዊ ቻናል
9655Loading...
13
#Gaafii *|[ Dubartiin Abbaan ishee nabiyyii Abbaan mana ishee nabiyii ilmii ishees nabiyii obboleysii ishees nabiyyii |]*. Eenyu isheen 📩 Comment👇 @Abu_Amaar12 || ኢስላማዊ ቻናል
1 1394Loading...
14
*|[ Nuti Miiraa wajjiin Osoo hin taane Ragaa fii Daliilaa Wajjiin Deemna ]|*. ★Sheikh Rabiع Al-Madkhali-hafizahullah. [ المجموع (181 / 15)]
1 3722Loading...
15
- اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد قَالَ رسولُ الله ﷺ : إنَّ مِنْ أفْضَلِ أيَّامِكُمْ يَومَ الجُمُعَةِ ، فَأكْثِرُوا عَلَيَّ مِنَ الصَّلاةِ فِيهِ ، فَإنَّ صَلاَتَكُمْ مَعْرُوضَةٌ عَلَيَّ جْمٌْعتْكِمٌ طِيَبّةِ . `
1 4541Loading...
16
🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa Mu'umintootaa kan iimaanni isaa irra Guutamaati.۞.🌸 https://t.me/shaafiimuhammad99/2264 ✍🏻Kun Alabesira
1 3164Loading...
17
*|[ tolchanii bareechanii wuduu'achuun bantuu qulfiilee khushuu'a salaata keessaa irraa isa tokkoodha. ]|*. ★. Sheikh Muhammad Ramzn Al-haajirii-hafizahullah
1 4581Loading...
18
*|[ Yeroo hirriiba khaate " Alhamdulillaahillazii aafaanii fii jasadii,waradda alayya ruuhii,wa azina lii bizikrihii " jechuun Sunnaadha. ★. Faaruun kan Rabbii Qaama kiyya keessatti fayyaa na godhee,Ruuhii tiyya natti deebisee,akkaan zikrii isaa godhuuf hayyama naaf godheeti ". Jechuudha. صحيح الترمذي ٣/١٤٤
1 4904Loading...
19
📃🖌. Jechi "* لا إله إلّا الله_||_ laa ilaaha illallaah*" Ulaagaalee Yoo Isiin argamte Malee Isiin Nama hin fayyadneetu jira. Sharxii [ Ulaagaalee] kanneen beekuun dirqama. Ulaagaaleen kun Nama tokko bira hin jirtu jechuun Namichi Islaamaa miti Jechuudha. Islaamaa miti jechuun Maal jechuu akka ta'e beekta atuu. Kun Alabesira
1 3711Loading...
20
📃🖌. Sharxii [ Ulaagaan] Jecha *" Laa ilaala illallaahu"* Kan Jalqabaa Isii beekuudha. Kuniis Hiikka Jecha kanaa, Qajeelfamoota isii, Wanta isiin irratti nama akeektuu, wanta isiin Namaaf kennitu, Wanta isiin itti Nama ajajju, wanta isiin irraa Nama dhoorkituu fii Dhimma Jecha kanaan Walqabatu beekumsa Wanta isiidhaan walqabatu wallaaluu waan jedhamu hunda dhabamsiisu beekuudha. 👉 Kun Alabesira
1 3902Loading...
21
📃🖌. Hiyyummaa irratti Obsuun Sadarkaa Namoota Gurguddoo ta'an Malee Namni biraa hin arganneedha. الصبر علي الفقر مرتبة لا ينالها إلا الأكابر ◆إمام أحمد بن حنبل رحمه الله - البداية والنهاية (٣٩٢/١٤)
1 2974Loading...
22
Jeneraala islaamaa Goota biyyikun qabdu Hayyuu gamna aalamaa Kan aduuwwiin dadhabdu! Leenca homaa hin sodaanne Beekaa rasuulaan michuu(saw) Shiraaf kan bakka hin laanne Kan sunnaa irratti cichu!❤️ Sodaa Rabbii isaa malee Kan nama dhuunfaa hin qabu Roorrisaaf koluu galee Yaadaan hamleedhaa hin cabu! Ergaa Rabbii nutti himee Qur'aanaaf hadiisarraa Jechaaf gochattis cimee Nu eega badiisarra! Kuusaa beekumsa akka baahrii Bakkalcha furgaatuu Umrii dheeraaf fayyaa gaarii Rabbiin isiniif ha laatu!❤️
1 4744Loading...
23
Dubbii Ajaa'ibaa! Gaafa tokko Waltajjii guddoo England (UK) keessatti gaggeeffamte takkarratti namni tokko "dogongora Islaamummaa baay'een baasee jira. Namni naan mormu jiraa?!" Ja'ee dhaadachuu eegale. Dhaadannaa itti fufnaan, Barataan Muslimaa Palestine irraa barnootaaf achi ture, isaan mormuuf Speakera fudhate. Namayyuu isaan hordafuu eegale. Namtichi kun "Nabiyyiin keessan akkamitti halkan takka keessatti Samii bahuu dandaye?!" Jachuun gaafate. Mucaaniis, "Galgala Sa'aa 2:00 Miidiyaan wahii Australia irraa oduu Live dabarsaa jira. Daqiiqaa walfakkaataa keessatti as UK, Lendon keessa teessee oduu tana hordafuu dandeessa. Mitii? Akkamitti daqiiqaa Haga kana keessatti oduun Australia irraa dhufuu dandeesse?!" jachuun isa gaafate. Osoo namtichi hin dubbatin Manni guutuun barataa kanaaf harka dhawuu eegale. Itti fufuun, namtichi kun "Isin Malaa'ikaa tokkootu Nama hunda ajjeesa jattan. Ok, Airplane tokkootu osoo Nama hedduun balali'aa jiruu, Atlantic keessatti kufe. Xayyaarri biraa tokkoos osoo namaan deemaa jiruu, Garba Hindiitti kufe. Xayyaarri lachuu daqiiqaa walfakkaataa keessatti kufan Yoo tahe, Malaa'ikaan tokko akkamitti namoota kana ajjeesuu dandaye?" jachuun gaaffii 2ffaa dhiheesse. Barataaniis, "As Magaalaa tana keessatti Sa'aa 2:00 irratti Buufanni Ibsaa (Electric station) Ibsaa dhaamse. Daqiiqaa walfakkaataatti ibsaan mana hundaa dhaama. Mitii?! Akkamitti namni tokko, Ibsaa Magaalaa guutuu yeroo takkatti dhaamsuu dandaye?!" jachuun isa gaafate. Hoggaa kana barattoonni Muslimaa hundi ol ka'anii mucaa kana ol fuudhanii isaan daddeemuu eegalan. Stadium guutuun Takbiirtaan oowwite. Haala kanaan mucaan injifate. Maasha Allah! Dubbii tanaan Yoo gammadde Muslima tahuu kee qofaaf Alhamdulillaahi ja'i.
1 4398Loading...
24
Samii kortus ardii qottus. Kuma hortus Kuma Oontus. Garii badhaastus Garii dhamaastus. Garaa baattus gaara baatus. Gaarii taatus Gaarii nyaattus. Sagal hiixattus Sagal dhiittattus Hunda beektus hunda qeeqxus. Nama har'a du'ee boru awwaalamee iftaan tortoree badu ta'uu kee hin IRRAANFATIN! .
20Loading...
25
#Gaaffii Waajibni Rusulootaa meeqaa? Innis maaliif maalii? Comment👇
1 2240Loading...
26
☘🖊. Jalqaba Yeroo Dhukkubsataa Gaafatan yeroo Sadii duaaii isaaf godhuun Sunnaa Qajeelfama Jalallee keenyaaﷺ Irraa taate kan hedduun Namaa Dagateedha. Rasuulli Keenyaﷺ Yeroo Sa'ad Ibn Abii Waqqaas Gaafate" Yaa Rabbi Sa'ad Fayyisi,Yaa Rabbi Sa'ad Fayyisi,Yaa Rabbi Sa'ad Fayyisi" jedhan. Haa jiraachisnuu!🌼🍁. 4/904- وعن سعدِ بن أَبي وَقَّاصٍ  قَالَ: عَادَني رسولُ اللَّه ﷺ فَقَالَ: اللَّهُمَّ اشْفِ سعْدًا، اللَّهُمَّ اشْفِ سَعْدًا، اللَّهُمَّ اشْفِ سَعدًا رواه مسلم.
1 3381Loading...
27
وقولهم إنا قتلنا المسيح عيسى ابن مريم رسول الله وما قتلوه وما صلبوه ولكن شبه لهم وإن الذين اختلفوا فيه لفي شك منه ما لهم به من علم إلا اتباع الظن وما قتلوه يقينا (١٥٧) Ammas waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre)Isaaniitti fakkeeffame malee isa hin ajjeefne; hin fannisnesDhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiruYaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qabanQabatamaatti isaan isa hin ajjeefne. [النساء : 157] بل رفعه الله إليه وكان الله عزيزا حكيما (١٥٨) Dhugumatti Rabbiin gara isaatti ol isa fuudheRabbiin injifataa, ogeessa ta'e. [النساء : 158] @dubartiimuslimaa
10Loading...
28
Media files
1 3590Loading...
29
“በኔ ላይ አንድን ሰለዋት ያወረደ አላህ አስር ሰለዋትን ያወርድለታል። አስር ሀጢያቱን ይሰርዝለታል። ደረጃውን በአስር ከፍ ያደርግለታል።” ረሱል (ﷺ)
1 2720Loading...
30
Guyyaa caaltuu guyyaa Torbanii Jumaa Gaarii isiniif Haa Ta'uu. Nabiyyii kenyarattii salawaata buusuun guyyaa keessan bareefadhaa. YAA RASUULALLAAH!!! اللهم صل على محمد،وعلى آل محمد...
1 3712Loading...
31
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Yaa Ahbaabal kiraam Otoo dhukkubsattee sireerran ciisin Otoo Awwaalamte ganda ahkiraa hin deemin. Fayyaa qabaattee baga jumaa harraa salaattee. Du'عaiin guyyaa jumaa Asrii booda maqbuulaa kadhachuu hin dagatinaa "Erraa caalaan guyyaa keessaanii guyyaa juma'aati isii keessaa salawaata narrattii buusuu heddummeessaa" jedhan Ergamaan rabbii ﷺ Namni salawaat tokkoo ergaamarattii buuse rabbiin salawaata kudhan erattii buusaa ﷺ @Abu_Amaar12 ||ኢስላማዊ ቻናል
1 4491Loading...
32
" علموا أبناءكم أن الآباء لا يعثرون على الأموال في الطرقات .. إنما هي أعمار تدفع، و صحة تذهب، و جسد تأكله الأيام ."
1 2291Loading...
33
*|[ Dubartiin Dhiira Malee Qiixaaxamtuudha taati. Dhiirriniis Dubartii Malee Qixaaxamaadha. Haa ta'uu Malee Yeroo Abbaan Manaa fii Haati Manaa Lamaan Wal-Gitan Walitti qabaman; Kuni Guutamiinsa ni'imaa irraayi. ]|*. الشيخ د الصالح الفوزان حفظه الله [ﺇﻋﺎﻧﺔ ﺍﻟﻤﺴﺘﻔﻴﺪ (2/220)] 📚 📕🖌تغريدة نور على الفيس[   12 ] #NourTweet
1 7606Loading...
34
*|[ har'a Towhiida keessan tolchitanii Mirkaneeffachuuuf tattaafadhaa; Isa Malee Wanti Rabbittiin ﷻ Nama ga'u hin jiru. Haqoota Rabbiitiin ﷻ Dhaabbachuurratti bololaa; Isa Malee Wanti azaaba Rabbii ﷻ Jalaa Nama baasuu hin jiru. ]|*. Ibn Rajab-Rahimahullah كلمة الإخلاص 45. 📕🖌تغريدة نور على الفيس[   12 ] #NourTweet #al_suniy
1 4622Loading...
35
*|[ Wal-dhabbiin argamuu qofaan Wal-diinoomfachuun Manhaja [adeemsa] Salaftootaa miti. Salaftoonni haala namichaa fii qabatama dubbichaa irratti hundaa'uun [ haala waldhabdichaa] adda baasanii ilaalu. Niyyaan Qulqulluu ta'uu wajjiin Wal-dhabdeen Jaalala hin balleessitu ]|*. 🎙الشيخ محمد بن عمر بازمول حفظه الله
1 3770Loading...
36
*|[ intalti taabi'oota irraa taate takka akkana jetti " subhaanaka yaa rabbi Karaa ati nama hin qajeelchin maalumaatu akkanatti dhiphise. Subhaanaka Karaa ati isa keessatti bohaarsaa namaaf hin tahin maalumaatu akkanatti Mukheeyse [dibbirtii keessa guute]. ]|*. Ibn Quteyba || عيون الأخبار 1/245
1 3762Loading...
37
*|[ Rasuulliﷺ akkana jedhan " irra caaltuun dubraa isii yeroo ilaalte si gammachiistu,kan yeroo ajajje siif ajajamtu fii isii yeroo ati fagaatte lubbuu isii fii qabeenya kee tiksituudha." ]|*. صحيح الجامع 3299
1 3025Loading...
38
Media files
1 2510Loading...
39
*|[ Jumu'aa fii iida dhaquuf jecha Uffataa adii uffatuun Jaalatamaa ta'uu keessatti hanga beeknu Garaagarummaan Ulamaa jidduu hin jirtu ]|*. Haafiz Ibn Rajab-Rahimahullah فتح الباري ٨/١١٩ ★. Adii keessan uffadhaa!! Foaaaah jedhaa jumu'aa keessan!! 📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ] #NourTweet #al_suniy
1 4121Loading...
40
*|[ ati inni salaata fajrii har'aa jama'aadhaan salaatte; Baga Gammadde . Salaata rabbi biratti irra caalaa ta'e akka salaatte yaadadhu. Carra qabeeysa namaati . Rasuulli ﷺ " irraa caalaan salaatootaa Rabbiﷻ biratti Subhii guyyaa jumuaa Jama'aan Salaatuudha " jedhan صحيح الجامع ١١١٩ ]|* 📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 24 ] #NourTweet
1 2642Loading...
🖥#قال رسول الله صلى الله عليه وسلم "الدنيا متاع وخير متاعها المرأة الصالحة" 🕋"Duniyaan tuni Guutuunuu meeshaadha;Caalaan meeshaa isii immoo Dubartii gaariidha"... #Dubartii gaarii san Rabbi nuu haa hirukaa yaa jarana.... #JOIN&SHARE ⛱⛱⛱ @quwwatulislaam
نمایش همه...
👍 7 2🥰 2👏 1
" Wantoota lamaan kana yoo qabaatte  khayrii dunyaa fi akhiraa milkoofta. . . - Wanta Rabbiin jaallatu tokko yoo lubbuun kee jibbiteelle hojjachu. - wanta Rabbiin jibbuu tokko yoo lubbuun kee jaallattelle hojjachu dhisu". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 9 3
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 11🥰 2 1
📃🖊. Gaafa Dhimma Aqiidaa teenya Wallaalle akkana taana. *|[ har'a Ganama Ustaazaa fii imaama Masjiida tokkootii Wajjiin Walitti Dhufne. Anaatu itti dhufe waan ta'eef Salaamtaan isaan gammachiisee eegaan fixe booda. " bar gaa yaa boo Pirizdaantii Iraan faatu du'ee xiyyaara keessatti gubatee" naan jedhe. Anilleen akkuma inni dubbii fixeen gammachuun" Mustaraahun minhu || isarraa haara galfatamaadhaan" jedheen. " haay aboo ati akkana hin jedhin akkamitti akkana jetta" naan jedha. Ija ittiin na laalee dhiisi! 📃🖊. Ani Mormii tana hin fedhu. Caluma je'eetiin Wajjiin deemna. An callisnaan Nama biraatu nu wajjiin ture. Isaa wajjiin haasawatti seenan. Anilleen hangamasumattiin biraa miila fuudhe kute. 📃🖊. Obboleessa akkana naan jedhu kun Nama Umriinillee Waggaa 40 oliiti Waggaa Meeqa imaama Masjiidaati Waggaa Meeqa ilmaan islaamaa Qaraasisaa jira. Namni kun Sheeikha Ustaaza!!!. 📃🖊. akkamitti Dubbiin akkanaa isarratti baati hin jedhu Qalbiin hunda keenya harka Rabbii jirtu Waan ta'eef. Rabbiin haala keenya haa tolchu. 📃🖊. Dhimma Aqiidaa Rabbiif jecha jaalachuu fii Rabbiif jecha Jibbuu (Alwalaa'u Walbaraa') Eeysa jirti laata???. 🍀. Rubba isinuma Nama poostii kana dubbisuu kheeysaawuu kan anaan akkamitti akkana jetta je'u hin dhabamu. 🍀. Ani Nama Rabbii gaditti Waan biraa gabbaru kan Jaalallootaa fii habiiboota kiyya Abu bakrii fii Umar faadhaan Ka*aفira jedhu Jiraachuu isaatti hin gammadu. Akkamittiin Du'uu isaatiif gadda????. 🪷🖊Kuni bu'aa aqiidaa teenya Wallaaluuti.
نمایش همه...
👍 9
۞ . ilmii Namaa kun ajaa'ibuma qaba. Kan Yeroo ✌ tuubboo fincaanii keessaan bahee dhufe of oldhiibee of tuulee boona "*.
نمایش همه...
👍 21👏 7💯 2
۞ ➻. Qalbii Dhiirootaa keessa Yaaddoo,Cinqii,lola,Girrisa,Mormii, ciqicciqii fii Gooha Dhalaan ba'achuu hin Dandeenyeetu jira. Kanaaf Rabbiin ﷻ Dhiira Dhokfataa godhee uume. Salaftoonni " Dhiira jechuun Dhiira Ciinqii fii yaaddoo isaa liqimseetuma lubbuu isaa keessa gad naqu kan Yaaddoo fii cinqii sun Maatii isaatti fuudhee hin galleedha". Jedhu turan. 💪✊
نمایش همه...
👍 14 10🥰 3👏 1
۞ ➻. Gammachuu, Dasii fii Seeqiinsa obboleessa kee kan Dargaggeessaa hin fuudhin irra naquu yoo feete; " Rabbiin ﷻ Fuudha Siif haa laaffisu,haadha Manaa Saaliha siif haa kennu" jedhiin. Yoo sitti Mul'isuu baatellee Kheeysa isaa Silaa Rabbiin si agarsiisee gammachuurra kan iftee foaaaah jette agarta.🌸💛
نمایش همه...
*" Hadiisa keessatti; Namni Rabbiif ﷻ jecha jaalatee,Rabbiif ﷻ jibbee,Rabbiif ﷻ jecha Kennee fii Rabbiif ﷻ Dhoorkate; iimaana Guuttate "*. Jechuutu jira. Yaa Rabbi Jaalala tee,Jaalala Nama si jaalatuu, fii Jaalala Dalagaa gara kee nu dhiheessitu hundaa nuuf kenni. Yaa Rabbi Waan jibbituu fii diddu hunda Gara keenyatti jibbamaa taasisi,irraayillee nu fageeysi. Wantoota ati jaalattu irratti Nu gargaari Yaa Rahmaanu Yaa Rahiim. 🍀۞
نمایش همه...
👍 11 8
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 8🥰 3

👍 5 2👎 1🥰 1