cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Barattoota Shaashee🔜🔝

Oromummaan Tan oromoo qofa Join and add gochuudhaan wol haa jajjabeessinuu!

نمایش بیشتر
أثيوبيا13 577زبان مشخص نشده استآموزش113 245
پست‌های تبلیغاتی
202
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
-530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

📄የሪሜዲያል ውጤት ይፍ ሆኗል የሚሉ መረጃዎች በስፋት እየተሰራጩ ይገኛሉ !! የሪሜዲያል ውጤት ስለመለቀቁ ትምህርት ሚኒስቴር በይፍ ያወጣው መረጃ ባይኖርም ጥቂት የማይባሉ ተማሪዎች ዉጤታቸዉን ማየታቸዉን በዉስጥ መስር ገልፀዉልናል! ነገር ግን Check ለማድረግ ብንሞክርም ዌብሳይቱ ሊሰራልን አልቻለም። ተማሪዎች የሪሜዲያል ውጤት እንደተለቀቀ ዉጤጣችሁን በዚህ ሊንቅ መመለከት ትችላላችሁ 👇 https://result.ethernet.edu.et/remedial/result ✅ የExit exam ውጤት እንደተለቀቀ እዚህ ጋር ነው የምታዩት👇 exam1.ethernet.edu.et ትምህርት ሚኒስቴር ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ ‼️ https://t.me/Tmhrt_Minister https://t.me/Tmhrt_Minister
نمایش همه...
#Warqii....... 🤔 #Nama tokko jalaa Hantuunnni Warqii liqimsite jedhan. Bakka kana hantuuta baay'eetu jira. Warqii isaa argachuuf Hantuuta baay'ee kana fixuu qaba. Kun immoo yeroo dheeraa itti fudhata. Carraan warqii isaa qofaa isaatti Hantuuta kana adamsee argachuu xiqqoodha. Kanaaf Abbaan Warqii kanaas qabeenya isaa argachuuf mala tokko malate. Haaluma kanaan Hantuuta Warqii isaa liqimse kana adamsuuf nama tokko of biratti qacarate. Namni inni qacarate kun yeroo inni hantuuta kana adamsee ajjeesuuf dhufu, Hantuunni lakkoofsaan baay'ee hedduu ta'an walitti qabamanii bakka tokko jiru. Isaan keessaa Hantuunni tokko qofaatti achi bahee taa'a jedhani. Innis jalqabuma yeroo Hantuuta Warqii liqimse ajjeesuuf harka diriirfatu Hantuuta qofaa taa'u sana rukutee ajjeese. Yeroo kana warri kaan baqatanii boollatti dacha'an. Yoo ilaalamuu Hantuunni ajjeefame sun isuma Warqicha liqimseedha. Abbaa Warqichaas gochaan kun baay'ee isa raaje. '' Akkamitti Hantuuta amma kanaa keessaa kan Warqii koo liqimse isa ta'uu bartee isa kana ajjeeste'' jedhee gaafate. Namichi Hantuuticha ajjeeses, "Baay'ee salphaadha. Gad baddoonni gaafa durooman kanneen kanaan dura waliin turan hin yaadatan, qofaatti bahanii na argaa na argaa baay'isu.'' jedheen jedhama....
نمایش همه...
Repost from Hakim
Photo unavailableShow in Telegram
Dr. Gudata Hinika is a board-certified surgeon and a member of the ER team at California Hospital Medical Center. He specializes in trauma surgery and surgical critical care. For the past ten years, he has served as Chief of Trauma and General Surgery at California Hospital Medical Center. Dr. Gudeta’s journey from a small village in Oromia Region, Ethiopia (Duro, West Arsi) to becoming the chief of trauma and emergency surgery in California exemplifies his extraordinary dedication and resilience. His exceptional leadership and surgical expertise have saved countless lives and significantly advanced trauma care. In addition to his medical prowess, Dr. Gudeta's philanthropic work is truly appreciable. His relentless efforts to combat illiteracy, poverty, and disease have uplifted numerous communities, providing education (via Gode Secondary School), healthcare (via Nagelle Arsi General Hospital and Medical College), and hope to those in need. His selflessness and commitment to improving lives showcase the essence of true leadership. We should vote for Dr. Gudeta Hinika for the Lifetime Leadership Award staged by African Economic Development Solutions of Minnesota. His journey and humanitarian efforts serve as a beacon of hope and inspiration for us all. Let’s honor his remarkable contributions and unwavering dedication. Cast your vote now for Dr. Gudeta via this link: https://forms.gle/6Xx4VxCCpwdDStS16 @HakimEthio
نمایش همه...
#BEEKSISA. (Waxabajjii 17/2016) 1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf 2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf ----------------- Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:- - Moobaayilii harkaa, - Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu, - Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu, - Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu, -Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan), - Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu, - Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu. -Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu, - Ajajaafi qajeelfama giddu galli qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha. - Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu, - Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu. GUYYAAN QORMAATAA #Barnoota Saayinsii Hawaaaa Adoolessa 3-5/2016 #Barnoota Saayinsii Uumamaa Adoolessa 9-11/2016 kan kennamu ta'a #Baratttootni_dubartootaa: #ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi #dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu. Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna. #Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa! Carraa_Gaarii !
نمایش همه...
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Photo unavailableShow in Telegram
𝑁𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑓𝑒. 𝑁𝑎𝑛 𝑐𝑎𝑏𝑒. 𝐷𝑢𝑏𝑎𝑡𝑡𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑓𝑒. 𝐺𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑏𝑜𝑜𝑑𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑛𝑎𝑛 𝑘𝑎,𝑒. 𝑁𝑎𝑛 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑒. 𝑁𝑎𝑛 𝑚𝑜,𝑒!
نمایش همه...
عيد مبارك 🕋🕌 🕋🕌 Eid mubarak ✨ 🕋🕌🎆Eid al ADHA ✨ is a time for gratitude, reflection and celebrate, wishing you a blessed and joyful .EID with your loved ones 🌟 🌺May Allah's blessings shine upon you and your family on this auspicious occasion of EID Al ADHA ✨ Eid mubarak! EID mubarak ✨ 🎆🕋 /from A one. ..... Happy Eid Al ADHA ✨ 🌺May Allah protect and guide you. Bagaa itii isin gahee..
نمایش همه...
Guyyaan boruu khun guyyaa jabaadha Keessattuu namni diliin isa yaachiftu Dilii waggaa 2 rabbiin akka naaf haadhiisuu barbaadde guyyaa boru soomanaa fi ibaadaan sadaqan qaraatii Qur'aanatiin jiraachifadhu rabbi isinirraa haaqeebalu asumaan warreen rabbiif jecha waljaalannu du'aa'ii teessan keessaa akka nan dhabne Nuredin Adem
نمایش همه...
1
https://t.me/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId6055659237 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 +2k Coins as a first-time gift 🔥 +25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.