cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Wabii Sanyii

Namni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu

نمایش بیشتر
فنلندة961زبان مشخص نشده استحرفه4 805
پست‌های تبلیغاتی
6 840
مشترکین
+124 ساعت
-167 روز
-8630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from Sanyii Guddataa
Leenjii/Training M/Finfinnee GGAO. Hoggansa/Leadership Biizinaasii/Daldalaa Daandii milkaa’inaa/journey of Success Gurmuun hojjechuu/Team Work Tooftaa hojii fkkk Leenjisaan Dr. Gammachiis Dastaan
نمایش همه...
6👍 3
Repost from Sanyii Guddataa
00:22
Video unavailableShow in Telegram
نمایش همه...
3.94 MB
👍 1
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
Don't share your Big Dream With Small Mind People tiktok.com/@sanyiigudataa2
نمایش همه...
2
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
#Comment kana #like gochuun na moosisaa. #UnlimitedData kan waggaa tokkoo Isinis subscribe, follow godhaatii, SG Entertainment Media jajjabeessaa.Galatoomaa! Isiniin jaaladha❤ Liinkii kan irratti https://www.facebook.com/61556966493634/posts/pfbid02edEAbd9gsXqZhX2BeytueduxWWwf6RRXcuZ1akuYQfV8eXF9sJhr7iJvwcgZS5Xil/?app=fbl
نمایش همه...
👍 3
Repost from Sanyii Guddataa
00:43
Video unavailableShow in Telegram
#DhangaaUbuntuu Personal development Entrepreneurship Leadership skills Accounting skills Stock Marketing Experience Sharing Life Testimonials Argachuuf Telegiramii Kunooti https://t.me/UbuntuSchoolOfLifeUSL Hiryoota keessan afferraa galatoomaa
نمایش همه...
16.62 MB
👍 3
Repost from Sanyii Guddataa
🎴Siinqee Bank S.C🎴 ▪️1 - Senior Risk Analyst-I ▪️2 - Senior Risk Analyst-II ▪️3 -  Senior System Administrator II ▪️4 - Senior Property Administration Officer-I ▪️5 - Branch Manager II ▪️6 -  Senior Program Management I ▪️7 - Senior Partnership Relations Management Officer I ▪️8  - Senior Partnership Relations Management Officer II ▪️9 - Siinqee IHSAN MF CRM ▪️10  - Senior Procurement Officer-I ▪️11 - Senior Inventory Controller ▪️12 - Senior Financial Analysis and Reporting Officer II ▪️13 - Senior Treasury, Fund and Investment Officer- II ▪️14 - Senior Strategy & Change Management I ▪️15 - Senior Product Development Officer II ▪️16 - Senior Loan Recovery Officer I ▪️17 -  Senior Customer Service Officer (Cash I) ▪️18 - Manager, Banking Operation Management –I ▪️19 - Branch Manager I ▪️20 - Customer Service Officer ▪️21 - Senior Internal Controller I ▪️22 - Senior Loan Recovery Officer II ▪️23 - Senior Foreign Accountant II ▪️24 - Institutional CRM ▪️25 - Senior SME Officer I ▪️26 - Manager, Software Development ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/job/siinqee-bank-sc-feb-26-24/ ▪️Deadline: March 04/24
نمایش همه...
👍 4
Repost from Sanyii Guddataa
Gabaa Kappitaalaa (Capital Market) Gabaa Kappitaalaa jechuun gabaa keessatti qoodni (share), boondii fi dookumentiiwwaann gatii fi fudhatama qaban keessatti gurguramuudha. Gabaa keess qabeenya lamatu jira. Kan jalqabaa Real Asset (qabeenya dhugaa fi oomishaaf barbaachisu arfan: Humna namaa, Lafa, Kappitaala(maashineriifi) interpirinershiip) yoo tahu kan lammataa ammoo qabeenya faayinansii (financial asset) kanneen gabaa kappitaalaa. Moggaafamni gabaa kanaa gar gari. Biyya tokko tokkotti Capital market (gabaa Kappitaalaa), gara biraatti ammoo gabaa aksiyoonaa (stock market) ykn Security market jedhuun. Tahullee gabuma Kappitalaa kana keessatti sheerii (aaksiyoona), boondiifi dokumentiiwwaan faayinansii gurguruun ni dandahama. Gabaa Kana keessatti wanti barbaachisu gurguddoon waan lama 1. Amantummaa (Integrity): Keessahuu namootni waajjira gabaa Kaappitalaa keessa hojjetan amanamoo tahuu qabu. Sobni fi odeeffannoo maamilaa baasuun yoo jiraate gabichi ni kufa. 2. Odeeffannoo yeroo yeroon haala walirraa hin citneen hawaasan gahuu. Odeeffannoon gabaa kappitalaa maallaqa. Murtee gaggeessuf, bituuf ykn gurguruuf wanti barbaachisu odeeffannoodha. Sanuu odeeffannoo qaacca’e. Faayidaan gabaa kanaa Maali? A. Guddina diinagdeef faayidaa olaanaa qaba. Namni sheerii bitatee akka duroomu, Dhaabbileen sheerii gurguruun akka investimentii baballisan taasisa. Keessattuu ammoo dhaabileen yeroo gabaabaf maallaqa of harkaa dhaban (liquidity problem) isaan qunname haala salphaan maallaqa argatanii hojii isaanii hojjechuu dandahu B. Sirna faayinansii biyya tokkoo ni ammayyeessa. Galii dabalatallee akka rgataniif ni gargaara. Kana baayy’ee hin barreessu C. Qala’iinsa jireenyaa yeroo dheeraa keessatti hirdhisuuf ni gargaara. Dhaabbileen Aksiyoona gurguran waan ummata baldhaa fayyadu irratti akka invest godhan waan haala mijeessuf inflation illee hirdhisuu dandaha. Dhaabbileen fayya, barnoota, ijaarsaa fi qonna irratti invest godhan waan sheeriin isaanii baldhinaan bitamuufuu qalaa’insi jireenya akka fooyyahu, sirni barnootaa, fayyaa fi qonnaa akka jabaatu ni taasisa yoo haalaan qabame D. Hoji dhabdummaa hirdhisuuf ni gargaara: Tokkoffaa gabaan kun nama qacarata. Kan alammataa ammoo gabaan kun gabaa investimetiiti. Haga investimentiin jiru ammoo hojiin jira. Kanarraa kahuun hojii hidhisuuf biyyoota hedduu akka gargaare qorannooleen ni agarsiisu E. Sirni neetworkii, Elektiriikii, Interneeti, Seekuriitii akka cimu taasisa. Wanti namni kamuu jala muree beekuu qabu gabaan kun investerootaafi namoota itti hirmaatanif bu’aa danuu qaba. Biizinesii haaraafis tahee biizinesii kanaan dura tureef baayyee barbaachisa. Investimentii si’eessuu, dhaabbilee namoota dhuunfaa harka jiran harka ummataa galchuu, Aksiyoona ofii yeroo barbaadanitti gurguruu dabalatee faayidaa garaagaraa biroos qaba! Hundeeffama gabaa kanaan wal qabatee yoo xiqqaate hojiilee gara 8 tahanirratti heyyama baafattanii dalaguu dandeessu. San gochuuf garuu gaba kana beekuu barbaachisa. Hojiilee muraasa keessaa 1. Investment advisor 2. Custodian 3. Investment bank 4. Robo advisor 5. Security broker 6. Security dealer 7. Credit rating… Kanaafuu itti haa yaadnu! Nuti quba qabaachuu dhiisneef waan hundeeffama hafuu miti. Bor gaafa ormi maallaqa keenyan investera tahan ilaaluudhaa ol har’a waahee gabaa kanaa haasofnee, mariyannee, barannee, leenjinee wal yaa qopheessinu🙏 via #MeridTullu
نمایش همه...
👍 2 2
Repost from Sanyii Guddataa
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Yaada kee Yaadi Think Your Thinking Dhangaa Ubuntuu https://t.me/UbuntuSchoolOfLifeUSL
نمایش همه...
16.62 MB
👍 5
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
#Qophii Sagalee #Dargaggootaa. Muudannoo fi Muuxannoo koo. Carraa hojii fi hojii dhabdummaa. Of jijjiiruu/Self development Hojii tuffachuu dhiisuu Biizinaasii/Business Ilaalcha/Attitude Hojiif Biizinaasii Yeroo seeran fayyadamuu Gaalii dabalta argachuu Miidiyaa hawaasaa fayyadamuu https://youtu.be/NsV9M_QT2Hg?si=tt6efOVDQjZEtoR-
نمایش همه...
👍 7
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
#Jireenya Namoonni carraa qabanitti fayyadamuu dadhaban, yaa anaa jedhanii ofii isanii of komatu. Namoonni carraa itti fayyadaman dhaban immoo yaa carraa koo jeechuun carraa isaanii komatu!. Egaa atis bor yaa anaa jettee akka ofi komachaa jin jiraaneef carraa qabdutti fayyadamuun bakka gahuun qaba jette yaaddu gahi argami #Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a. #Yeroodhiyooti/Coming Soon
نمایش همه...
1