Creative Dev
رفتن به کانال در Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
نمایش بیشتر2 413
مشترکین
-524 ساعت
-277 روز
-9630 روز
آرشیو پست ها
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS
Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!!
Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
#Beeksisa
Barattoota Haaraa Waggaa 1ffaa Bara Barnootaa 2016 Hundaaf!
Barattoonnni bara barnootaa 2015 A.L.I.tti qormaata biyyooleesaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argachuun gara Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti ramadamtanifi baratttoonni bara barnootaa 2015 barnoota sagantaa "Remedial" hordofuun qabxii darbiinsaa fiddan, akkasumas barattoonni sababa gara garaatiin bara barnootaa 2014 samisteera 1ffaa 'Withdrawal' guutuun barnoota keessan addaan kuttan; guyyaan yuunivarsiititti qaaman argamtanii galmooftan Sadaasa 24 fi 25/2016 A.L.I. yoo ta'u, guyyaan barnootni itti eegalu Sadaasa 26/2016 ta'uu isin beeksifna.
Barattoonni yeroo gara yuunivarsiitii dhuftan
1. Kaardii kutaa 8ffaa 'orijinaalaa'fi 'koppii'
2. Qabxii Qormaata Biyyoollessaa kutaa 12ffaa orijinaalaa'fi 'koppii'
3. 'Tiraaniskiriptii' kutaa 9-12 'orijinaalaa'fi 'koppii'
4. Suura qomaa olii abbaa 3*4 saddeet
5. Uffata qorraa, 'ansoolaa', uffata boraatiifi uffata ispoortii qabachuun Magaalaa Cirootti kan argamu Mooraa Haaraa Yuunivarsiitichaatti qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksifna.
Hubachiisa: Guyyaa olitti ibsameen ala barattoota dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu isin hubachiifna.
@Alrisaalaa
@Alrisaalaa
@Alrisaalaa
#Qoraasuma_Qalbii
2 413
Repost from 𝐐𝐔𝐖𝐖𝐀𝐓𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌
🅿️Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜
#Maqaa:Rafiiqulislaam
#Biyya;Geeraa
#CODE_06
Milkii Addunyaa Akhiraa Yoo Barbaadde Qur’aana Qabadhu
Imaamni Guddaan Hasan Al-Basriin Waa'ee Qur'aana Ilaalchisee Akkana Je'e:
Namni duniyaarratti jiruu bareedduu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni aakhiratti guddina barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni duniyaa fi aakhiratti namaa fi Rabbii birattis kabajamuu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Ikhwaanii milkii babbareedduu akkanaa akka milkooynuuf mee nu hundinuu if booda deebinee qur'aana lafaa fuunee qaraanee itti haa daleeynuu!
Jechi Rabbii Kabajamaadha, Namni Kabaje Nii Kabajama, Namni Guddise Ni Guddifama!
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
👇👇👇👇👇👇👇
1⃣ffaa kan baheef 500MB🎁🎁🎁
2⃣ffaa kan baheef 400MB🏅🏅🏅
3⃣ffaa kan baheef 300MB🎊🎊🎊
4⃣ffaa kan baheef 200MB✅✅✅
5⃣ffaa kan baheef 100MB📶📶📶
🚦🚦🚦🚦🚦🚦🚦
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
🏆🏆🏆🏆🏆🏆
👇👇👇👇👇
#JOIN_SHARE 🎋🎋🎋
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofatu Hafee #999 Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Haati Warraa Nabiyyii (Sallallaahu alayihi wossallam) Rabbiin (Subhaanahu wota'alaa) Samiiwwan Torban Gubbaa Irraa Nabiitti Heerumsiise Eenyu Isheen?
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS
Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!!
Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
Repost from 𝐐𝐔𝐖𝐖𝐀𝐓𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌
Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜
🔐🔐🔐🔐🔐🔐🔐🔐
#Maqaa:Abdulkariim Awwol
#Biyya:Jimmaa
#CODE_22
🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙🎙
YEROO HUNDA YAADADHU !!
Jiruun Addunyaa jalqabaa fi Xumura Qabdi.
Jalqabni isii guyyaa haadha kee garaa baatee
Qilleensa addunyaa kana fuunfachuu jalqabde yoo ta'u.
Xumurri ishee immoo Guyyaa malakul mowtu (malaayikaan du'aa) Lubbu kee fudhatee dha.
Jireenyi Aakhiraa immoo jalqaba malee Xumura hin qabu, Jalqabni isaa Guyyaa duutee qabrii seenti irraa eegala garuu xumurri isaaf hin jiru.
Kanaafuu yaa ilma namaa Jireenya kee kan jalqaba malee xumura hin qabne sana bareeffachuudhaaf, Jireenya kee kan har'aa gabaabaa kan Jalqabaa fi Xumura qabu kana keessatti waan Rabbiin sirraa jaalatu hunda Akkaataa Rabbiin si Ajajeen, haala Rabbiin sirraa jaalatuun hojjedhu.
Rabbiin (s.w) warra dalagaa garii boruuf isaaf toltu ol kaawwatu irraa Nu haa taasisuu inshaa allaah.
Obboleewwan keenya kan birootiif #Share gootu malee bira hin darbin jazakallaahu kheyr...
🏆🏆🏆🏆🏆🏆
🟠🟠🟠🟠🟠🟠
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
👇👇👇👇👇👇👇
1⃣ffaa kan baheef 500MB🎁🎁🎁
2⃣ffaa kan baheef 400MB🏅🏅🏅
3⃣ffaa kan baheef 300MB🎊🎊🎊
4⃣ffaa kan baheef 200MB✅✅✅
5⃣ffaa kan baheef 100MB📶📶📶
🚦🚦🚦🚦🚦🚦🚦
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
🏆🏆🏆🏆🏆🏆
👇👇👇👇👇👇
#JOIN_SHARE 🎋🎋🎋
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam.
🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸
2 413
✔️✅ ከ8k በላይ members ያላቹ ቻናል ❤️❤️✔️ owners 😂 ኑ wave ግቡ👍📸 @menetser21
🎯 ፍጠኑ ቀድመው ለሚመጡ 5 ሰዎች 😂😂😍 ብቻ ክፍት ቦታ የለም❗❗❗ @menetser21 ✅✅✅✅
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS
Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!!
Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa.
Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
3.3K
2.2K
1.9K
Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!!
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Seenaa Gooticha #Osaamaa_Bin_Laaden
#Kutaa_5ffaa
Mootummaan Paakistan America wajjin waltahun garee Mujaahidoota Osaamaa boombiin haleelamuu eegale jira.
Diinonni Islaamaa biyyoota Islaamaa keessaa harka seensifachuu isaanii mormuu isaa dabalatee dhiibbaa ilaalchi isaa kun Muslimoota addunyaa keessatti uumaa jiruu fi fudhatamni Osaamaan hawaasa Muslimaa biratti qabu guyyaarraan dabalaa waan dhufeef Ameerikaan hirriiba dhabde. Kanumaan wal qabatee Mujaahidoota Osaamaa Bin Laaden kanneen Afgaanistaan keessa jiran irratti Ameerkaan Mootummaa Afgaanistaan dahoo godhachuun haleellaa dhaqqabsiisuu eegalte.
Mootummoonni gantoonni walabummaa Afgaanistaan booda gara aangootti dhufan haleellaa garaagaraa garee Mujaahidoota Osaamaa Bin Laaden irratti fudhachuu isaanii akkuma itti fufanitti jiru. boodarra bara 1991 keessa Mootummoonni Afgaanistaan kunneen "Tarkaanfii jabaa garee Mujaahidoota Osaamaa irratti hin fudhannu" jechuun isaanii Ameerikaa aarse. Taatee kanatti kan dallante Ameerikaan humna badii kan biraa hundeessitee hidhachiisuun shira isiitiin Mootummoota Afgaanistaan kana fonqolchite. kana booda ture Gootichi Osaamaa Bin Laaden biyya Afgaanistaan gadi-lakkisee gama Paakistaan deeme. Osaamaan Paakistaanitti yeroo deemu karaa basaastota isaatiin odeeffannoolee nama rifachiisaniifi nama gammachiisan arkachuu eegale. Saud Arabiyaa fi Ameerikaan humna hidhattootaa gargaaruun biyya Afgaanistaan keessatti lola waliinii uumuuf shira isaan eegalaa jiran tokko tokkoon Osaamaa bira gahee jira...itti fufa...
Kutaa 6ffaa
#Miidiyaa @Riyaaduljannaa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS
Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!!
Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa.
Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 413
Muslimoota lafarraa balleeysuuf waan hin godhin hin qaban. Biyya keeysaa fi alaanis waliif tumsanii meeshaalee waraanaa ammayyaawoo tahaniin waliif dirmatanii heleellaa isaanii itti fufan. Loltoota Haamaas lafarraa barbadeessuu kaayyoo isaanii ijoo godhachuun duulli Israa'elii fi deeggartoota isheetiin eegalame abjuu tahee hafaa waan jiru fakkaata. Haleellaa qilleensa irraatiin hoospitaalota, manneen barnootaa, yuunivarsitoota, kaampii baqattootaa fi magaalota namoonni nagaa keessa jiraatan keeysatti daa'imman, dubartootaa fi lammiilee nagayaa fixuu irraa kan hafe qabsaa'ota bilisummaa loltoota garee Haamaas homaa gochuu hin dandeenye.
Dhiheenya kana ammoo Israa'el irratti haala isheen hin eegneen duulli irratti banamuu fi kufaatiin waraanaa cimaan mudachuun duula waraana lafoo kan duraan geggeeysuuf karoorfattee fi Haamaas nan balleeysa jettee ittiin dhaadatte bu'aa dhabsiisaa jira. Gareen Haamaas hanga ammaatti taankiiwwan Israa'el 200 olitti tilmaamaman guutummaan guututti kan barbadeesse yemmuu tahu loltoota Israa'eliis hedduu isaanii daaraa godhaa jiraachuu gabaasonni bahaa jiran ifatti agarsiisu.
Aarii kanaa ammoo Israa'el akkuma aadaa ishee hoospitaalotaa fi manneen barnootaa, yuunivarsitootaa fi kaampii baqattootaa haleeluun yakka namoomaa raawwachaa jirti. Kanumaanis fudhatamummaa fi deeggarsa biyyoota addunyaa hedduu biratti duraan qabdus dhabaa jirti. Isaan daa'immanii fi dubartoota dabalatee namoota nagaa lafarraa duguudaa jiran, faallaa kanaa ammoo mujaahidoonni Haamaas meeshaalee waraanaa ciccimoo Israa'el qabduu fi loltoota isheetis biyyeetti dabalaa jiru. Egaan dubbiin kanuma, garaa kee hidhattee bilisummaaf baanaan injifannoon galuun shakkii hin qabu. Abbaan fedhes Israa'el cinaa haa dhaabbatu, mu'umintoonni yoo lubbuun hafan nasrii, yoo dhumanis jannata Rabbiin isaaniif baallama godhe abdatu. Kanaaf kutannoodhaan gama fuulduraatti tarkaanfatu. Qabsaawaan ni kufa qabsoon itti fufa. Injifannoon dhiigaan ni dhufa. Yeroon dachiin Filisxiin weerara Israa'elootaa jalaa itti bilisoomtus fagoo miti. Jajjabee fi qabsaawota bilisummaa Filisxiiniif injifannoo fi nasrii hawwina. Shoorarkeessitoota Israa'elii fi deeggartoota isheetiif kufaatii fi waaroo salphinaa hawwina!!
Nutiis bakkuma jirruu du'aa'iin obboleeyyan keenya warra Filisxiin cinaa haa dhaabbannu!!
✍️ By Ararso Mohammed
November 17, 2023
Oromiyaa irraa.
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
✅ Bilbila kana keessa Chaanaalota baay'ee Babbareedoo ta'antu keessa jiru! Namni na fayyada jedhu qofti Mallattoo diimaa ⭕ bilbilichaa 👇 Yeroo tokko qofa gadi tuquudhaan haa seenu!
🚫🚫 admn don't post! 🚫🚫
🕒 Wait For 1hour 🕒
4K+ Subscribers
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪️ ┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃ ⭕ |
╰━━━━━━━
Ilaaluuf "add Channel 4k+"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agartaa.
Ads 👇
https://t.me/+QIqB6eY0JBY3OWQ0
https://t.me/+mIRcTtGUeZwwN2Q0
Nutti makamuu yoo feetan >4k+ @Rafiqul_Islaam
wave irraan nu dubbisaa
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
