EJEREE ACADEMY
رفتن به کانال در Telegram
👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡
نمایش بیشتر5 765
مشترکین
-124 ساعت
-187 روز
-7130 روز
آرشیو پست ها
5 765
✅2016 Entrance
✅Subject: Chemistry
✅ Grade 12 Part only
🔰 Contains 27 questions with answers and detail explanations
5 765
2015 Entrance
Subject: Chemistry
https://t.me/Ejeree_academy
https://t.me/Ejeree_academy
https://t.me/Ejeree_academy
5 765
🔰2016 Entrance exam With Answers
🔰 Subject: Chemistry
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇👇
@EjereeAcademy
@EjereeAcademy
@EjereeAcademy
5 765
Repost from EJEREE ACADEMY
#Barattoota_kutaa_12ffaatiif
Barattoonni kutaa 12ffaa qoormaata"online" toora weebsaayitii https://exam1.ethernet.edu.et kana fayyadamuun shakalaa akka jirtan abdiin qaba.
Mee har'a immoo qoormataa online keessatti wantoota murteessoo fi heedduu isin fayyaadanin isiniif qooda.
1. Faayidaa #flag_questions
"Flag_questions" faayidaan isaa gaaffii isin dhibe ykn deebii isaa shakkitan boodarra itti deebitanii "check" gochuuf isin gargara yoo #flag_question taasistan
2. #Clear_my_choice
Kun immoo deebii keessan jijjirruuf isin fayyaada.
#Hubaachisa: yeroo hundayyuu filannoo gaaffii yeroo jirtan" Clear my choice" taasisuu qabdu.
Yoo" clear my choice" osoo hin taasisin jirtan koompitaarri deebii jalqaba guuttaniin qabata.
Kanaafuu yeroo hundayyuu filannoo deebii keessanii yoo jijjirtan clear my choice gochuu hin dagaatinaa!
5 765
#Update
#Kutaa_12ffaa
Odeeffannoo Lakkoofsa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018
564,219 ➫ Barattoota qormaataaf galmaa’an
306,964 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Uumamaa fudhatan
257,255 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Hawaasaa fudhatan
570 ➫ Wiirtuuwwan qormaataa naannolee keessatti qophaa’an
667 ➫ Wiirtuuwwan haala addaan qophaa’an
122,000 ➫ Koompitaraawwan qormaataaf qophaa’an
97 ➫ Dhaabbilee Barnoota Olaanaa qormaanni keessatti kennamu
🔔 Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa kitaabota barnootaa kutaa 9ffaa hanga 12ffaa irratti qofa kan hundaa’e ta’uu fi sirna barnootaa haaraa waliin guutummaatti kan walsimu ta’uu isaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.
5 765
BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman:
#Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
#Kaardii Galmee/Admission Card/
#Kobbee/Irsaasii/ (Pencil)
#Haqxuu
#Sarartuu
#Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
#2_Kan_Dhoorkaman.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
#Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf
#Qalama
#Sa'aatii harkaa
#Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu,
#Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
#Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
#Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa,
#Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
#Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
#Qormaatnis_kan_kennamu:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama.
5 765
3. Find the area of a trapezium with parallel sides of lengths 8 cm and 12 cm, and a perpendicular height of 6 cm.
A. 120 cm^2
B. 60 cm^2
C. 48 cm^2
D. 96 cm^2
5 765
2. What is the volume of a cylinder with a radius of 3 cm and a height of 7 cm? (Use π≈ 22/7)
A. 198 cm^3
B. 66 cm^3
C. 154 cm^3
D. 132 cm^3
Answer........?
5 765
What is the sum of the interior angles of a convex hexagon (a 6-sided polygon)?
A. 360°
B. 540°
C. 720°
D. 900°
Answer.......?
5 765
#KUTAA_12FFAA
Barattoonni Kuma 560 Ol Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Galmaa'an
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa akka beeksisetti, qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 kennamu fudhachuuf sadarkaa biyyaalessaatti barattoonni kuma 560 ol galmaa'aniiru. Qormaanni kun Waxabajjii 24, 2018 irraa eegalee hanga Adoolessa 17, 2018 E.C. tti kan kennamu ta'uu beekameera.
Daayirektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa kennaniin, barattoota qormaatichaaf galmaa'an keessaa harki caalaan isaanii toora interneetiitiin (online) kan fudhatan yoo ta'u, iddoowwan hanqinni bu'uura misoomaa itti mul'atutti immoo akka kanaan duraa waraqaadhaan kan kennamu ta'uu addeessaniiru.
Dabalataanis, adeemsi qormaata kanaa haala milkaa'aa ta'een akka xumuramuuf, dhiyeessii interneetii fi tajaajila humna ibsaa amansiisaa ta'e mirkaneessuuf qaamolee dhimmi ilaallatu hunda waliin qindoominaan hojjetamaa akka jiru daayirektarichi eeraniiru.
JION: @EJEREEACADEMY
5 765
Consider the following steps:
Step1:Juicing
Step2:Cleansing and Grinding Step3:Clarifying Step4:Refinery Step5:Evaporation Step6:Crystallization. Step7: Collecting Harvest Which one is the correct sequence during the industrial production of sugar?
5 765
#MoE
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Teeknooloojii Adeemsa Baruu Barsiisuu Gargaaru Hojiirra Oolchuuf Yaalii Xumuruu Beeksise.
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Appilikeeshinii adeemsa baruu barsiisuu teeknooloojii hubannoo nam-tolcheen(Artificial Intelligence)n deeggaramu(#Agentic_AI_Teacher_Assistant) jedhamu misoomsuun hojiirra oolchuuf Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa yaaliif filataman keessatti kan milkaa'e ta'uu ibsuun yeroo dhihootti Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa hunda keessatti hojiira kan oolchu ta'uu beeksiseera.
Appilikeeshiniin kunis "#Agentic_AI_Teacher_Assistant" kan jedhamu yoo ta'u, guutumaa guututti tajaajila interneetii kan hin barbaanne, "#Fully _Offfline"n kan hojjatu, baadiyaafi magaalatti qixa kan tajaajilu yoo ta'u,
Appilikeeshinichi #kompitara_deeskitooppii_ykn_laaptooppii irratti kan fe'amu waan ta'eef salphumatti itti fayyadamuun kan danda'amu ta'uun ibsameera.
"#Agentic_AI_Teacher_Assistant " Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa (#kutaa 9 -12) jiran akaakuu barnootaa hunda daataan kennameef(dataset) fudhachuufi hubannoo horachuun
#Karoora_Barannoo (Lesson Plan) kan qopheeffatu,
#Tooftaafi_Mala baruu - barsiisuu ni qindeeffata,
#Gaaffiilee_qormaatileefi assaayimeentota sadarkaa eeggataniifi qulqullina qaban ni maddisiisa
#Barsiisotni yeroo gahaa akka argatan taasisuun qophii gahaa akka argatan taasisa,
#Dandeettii_barsiisummaa barsiisotaa gahomsun qulqullinni barnootaa akka mirkanaa'u gargaara.
#Adeemsa_baruu_barsiisuu ammayyeessuufi salphumatti bu'aa barbaadamu galmeessisuuf barsiisota kan gargaaru ta'uufi
#Iyyaafannoo_barachuu barattootaa gaggeessuun gahumsi barattootaa akka fooyya'u gochuu keessatti faayidaa olaanaa qaba jedhameera.
Walumaa galatti, Appilikeeshiniin 'AI' tti fayyadamuun adeemsa baruu barsiisuu keessatti barsiisota gargaaru "Agentic Artificial Intelligence Teacher Assistant" kaayyoo barnoota dijitaalessuu mootummaan keenya qabate galmaan gahuuf hojjatamaa jiru keessa isa bu'uura yoo ta'u, Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa hunduu qulqullinaan hojiirra oolchuuf akka qophaa'an dhaamsi dabreera.
Dhumarratti, teeknooloojiin kun garaagarummaa itti fayyadama teeknooloojii manneen barnootaa baadiyaafi magaalaa, Network'n Interneetii jiruufi hin jirre jiddutti garaagarummaa kan hin uumne yoo ta'u, '"Offline Mode"n kan hojjatu, kompitara deeskitooppii ykn laaptooppii qofarrati fe'amuun tajaajila kan kennu, akkasumas faasilittiiwwan biroo kan hin barbaadne, kompitara qofa kan barbaachisu waan ta'eef barsiisotaafi barattoota keenya garaagarummaa tokko malee gargaaruun qulqullina barnootaa sadarkaa walfakkaatun kan mirkaneessu jedhamee amanama.
https://t.me/EjereeAcademy

اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 