EJEREE ACADEMY
前往频道在 Telegram
👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡
显示更多5 719
订阅者
-524 小时
-367 天
-5630 天
帖子存档
5 719
Our final exam is next week. You ________ study. Stop watching film.
5 719
Fekensa ___________ his school uniform when I went out to buy sugar.
5 719
Kemal __________ Afan Oromo before he learned English. He is good in Afan Oromo now.
5 719
It is my plan. I ________ Wanchi Eco-Tourism Resort after two months.
5 719
+1
#kutaa_12ffaa
Sagantaan qoormaata kutaa 12ffaa kan bara 2018 ifoomeera.
🔰Bu'uura kanaan, barattoonni qormaata saanii karaa onlaayinii (Computer-Based Testing - CBT) fudhatan marsaa jaha keessatti qoratamu.
🔰 Marsaa 1ffaa irraa hanga marsaa 3ffaatti barattoonni damee Saayinsii Uumamaa ni qoramu.
🔰Marsaa 4ffaa irraa hanga marsaa 6ffaatti immoo barattoonni damee Saayinsii surroundings Hawaasaa ni qooramu.
Sagantaa qoormaatichaa suuraa armaan olii irraa ilaaluu ni dandeessu.
5 719
+1
#kutaa_12ffaa
Sagantaan qoormaata kutaa 12ffaa kan bara 2018 ifoomeera.
🔰Bu'uura kanaan, qoratamtoonni qormaata ground condary isaanii karaa onlaayinii (Computer-Based Testing - CBT) fudhatan marsaa jaha keessatti qoratamu.
🔰 Marsaa 1ffaa irraa hanga marsaa 3ffaatti barattoonni damee Saayinsii Uumamaa ni qoramu.
🔰Marsaa 4ffaa irraa hanga marsaa 6ffaatti immoo barattoonni damee Saayinsii surroundings Hawaasaa ni qooramu.
Sagantaa qoormaatichaa suuraa armaan olii irraa ilaaluu ni dandeessu.
5 719
+1
#kutaa_12ffaa
Sagantaan qoormaata kutaa 12ffaa kan bara 2018 ifoomeera.
Bu'uura kanaan, qoratamtoonni qormaata ground condary isaanii karaa onlaayinii (Computer-Based Testing - CBT) fudhatan marsaa jaha keessatti qoratamu. Marsaa 1ffaa irraa hanga marsaa 3ffaatti barattoonni damee Saayinsii Uumamaa ni qoramu. Marsaa 4ffaa irraa hanga marsaa 6ffaatti immoo barattoonni damee Saayinsii surroundings Hawaasaa ni qooramu.
Sagantaa qoormaatichaa suuraa armaan olii irraa ilaaluu ni dandeessu.
5 719
#KUTAA_12FFAA
Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama!
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.
✍️Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti:
-🔰Saayinsii Uumamaa (Natural Science): #Waxabajjii 23 hanga #Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu)
🔰Saayinsii Hawaasaa (Social Science): #Adoolessa 6 hanga #Adoolessa 16tti ni kennama. (Barattoonni 257,150 ni qoramu)
✍️Haala Kenniinsa Qormaatichaa:
Magaalaa Finfinnee, Dirree Dawaa fi Harar keessatti qormaatichi guutummaatti karaa toora interneetiin (Online) kan kennamu ta'uun ibsameera.
https://t.me/EjereeAcademy

Beeksisa
Barattoota Kutaa 12ffaa Bara 2018 Hundaaf
-------------
BBO - Waxabajjii 12/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalamu ta'uu, Daayirektarri Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee biyyoolessaa Dr. Isheetuu Kabbadaa beeksisaniiru.
Kanaafuu, barattootni qormaaticha #CBT (online)n fudhatan hunduu qormaata yaalii isaaniif ergamaa jiru cimanii akka shaakalaniifi kanneen waraqaan qoramanis qophii barbaachisaa akka taasisan beeksisaniiru.
5 719
💡 2016 Geography Entrance
📚 With Answers and Explanations
⚜️The answer is attached at the back end of the paper!
👍JOIN: @EjereeAcademy
5 719
📄Entrance Exam
📗Social Subject
📆2015
✅ History
✅ Geography
✅ English
✅ SAT
✅ Maths
@Qal_Academy
@Qal_Academy