fa
Feedback
Wajjira barnoota Go/H/Baha

Wajjira barnoota Go/H/Baha

رفتن به کانال در Telegram

Lammin hundi barnootaf

نمایش بیشتر
844
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+35
در 0 کانال‌ها
نوامبر '24
+97
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+131
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+139
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+39
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+103
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+96
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+105
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+93
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+166
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+750
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
09 دسامبر+4
08 دسامبر+3
07 دسامبر+3
06 دسامبر+3
05 دسامبر+5
04 دسامبر+8
03 دسامبر+4
02 دسامبر+2
01 دسامبر+3
پست‌های کانال
Sammuu Kee Eenyutu To'ataa Jiraa? Ati addunyaa kanaaf kennaa addaati. Namni si fakkaatu yoo jiraates, namni si bakka bu'u garuu hin jiru. Si qofaatu si ta'ee addunyaa kanarra jiraate darba. Sammuu kee eenyutu to'ataa jiraa? Maatii kee moo hiriyaa keetu waan ati hojjechuu qabduuf eeyyama siif kennaa? Dhugaadha! Eenyummaan kee fi amalli kee har'aa waliin jireenya naannoo kee fi guddisa maatii keetu si boce. Dhiibbaan isaanii dandeettii kee akka ati hin beekneef ofitti amanamummaa sirraa mulqeera taanaan ofirratti dammaqi! Fedhii kee, filannoo kee, miiraa kee fi dandeetti kee kan beeku Sammuu keeti malee isa namoonni natu siif beeka jedhan miti. 1. Namoonni dhibbantaan 50 hidhaa sodaa maatii fi naannoo isaaniin takaalamanii kaayyoo isaanii irraa kufaniiru. 2. Namoonni dhibbantaan 23 hidhaa anatu siif beeka hiriyootaa fi namootaan mul'ata isaanitti ofitti amanamummaa dhabanii garba ta'aniiru. Namoota sammuu jal'aaf sammuu isaanii kennanii waan hin feene hojjechaa jiraachaa jiru. 3. Namoonni dhibbantaan 18 gammaduudhaaf, hojjechuudhaaf, jiraachuudhaaf baala sammuu isaanii hadoochanii fi ho'isaniif sagadanii jiraatu. Sammuu isaanii araadatti yeroo malee waan gurgurataniif addunyaa dhugaa keessaa bahanii yeroo hojjechuu qabanitti rafanii yeroo boqochuu qabanitti immoo daandii gubbaa ciisanii maraatummaa kadhachaa jiru. 4. Namoonni dhibbantaan 5 dandeettii isaanii wallaalanii namoota ni beeku jedhanii yaadan akkeessuudhaan bu'aa fakkeessummaan hirkatanii jiraatu. Wanti isaan hojjetan yaada ofii isaanii utuu hin taane kalaqa namootaa hatanii gurgurachuudha. 5. Namoonni dhibbantaan 4 waa'ee ofii isaanii, ofii murteeffatanii madaalaa fi orbitii mataa isaanii irra jiraatu. Baay'een isaanii dandeetti waaqni isaaniif kennetti ofii isaaniif maatii isaanii fayyadanii yoo darban isaan keessaa muraasni kalaqaa fi tattaaffii dhuunfaa isaaniin dhalootaaf galaa gaarii guduunfanii kan darbanidha. Kanaaf namni hamma kee siif beeku hin jiru. Ati ofii keef ofirratti dammaqii of ta'ii jiraadhu! Guuboo hirkattummaa jalaa bahii dungoo fiddee dhufte addunyaa kanatti bobeessi! Ati lakkoofsa meeqaffaadha? Yaada kee barreessi!

2
Naamusa (Amalaa) fi Milkaa'ina! Milkaa'ina argachuuf galma gati jabeessa qabaachuu qabda. Galmootakee warra baay'ee barbaaddu adda baastee qabatta. Wantoota milkaa'ina keetiif gargaaru jettee yaaddu argachuuf barachuu qabda. Barsiisonni baay'ee qaxaleen wanta ati dhugdu siif hin kennan garuu, akka ati dheebottu gochuun atumti dheebuukeef deebii akka barbaaddu karaa irra si qajeelchu. Kana keessatti kufaatii injifachuuf of qopheessi. Kana gochuuf immoo furtuulee gara milkaa'inaatti sigeessan kanneen akka fedhii, dhimmamuu, itti gaafatamummaa, hojii cimaa, amala, amantaa gaarii, fudhachuu caalaa kennuu, kutannoo, hojii ofiitiin boonuu, miira barattummaafi gorsaa qabaachuu qabda. Ammoo milkaa'ina caala rakkisaan akkaataa ittiin milkaa'inicha qabannudha. Namoonni baay'een akkamitti akka milkaa'an beeku garuu erga milkaa'anii akkamitti akka milkaa'ina isaanii qabatan hin beekan. Kanaafis dandeettiifi amalli baay'ee barbaachisaadha. Sababnisaa dandeettiin milkaa'ina si gonfachiisee ammalli immoo milkaa'ina keessatti si eega. Kanaafuu amalaafi dandeettii ofii dagaagfachuun daa'imummaa irraa eegalee hanga du'aatti itti fufuu qaba. Guyyaa shaggaa qabaadhaa! Lafa nagaa oolaa! 💔
752
3
بدون متن...
663
4

674
5
Maalii califta wari chanali kan
765
6
CHAPTER FIVE.pptx
1 571
7
Mathematics for natural sciences -1.pdf
1 560
8
20231104_212832.jpg
1 555
9
Calculus I (ch 1&2) (1).pdf
1 548
10
General Chemistry Chapter 1 and 2.pptx
1 506
11
Ass. for math (1).pdf
1 446
12
Calculus I(ch 3).pdf
1 417
13
Calculus I (Ch 4).pdf
1 361
14
FC_Algebra.pdf
1 306
15
FC_Algebra (1).pdf
1 264
16
Fundamental Concepts of Abstract Algebra-1.pdf
1 230
17
XARIIR_AXMED_ASHQARAAR_NEW_OFFICIAL_MUSIC_VIDEO_2023256k.mp3
1 241
18
MOHAMED_KADHEERI_IYO_SACDIYO_SIMAN_MALA_DHUUBTAY_AWGAA_OFFICIAL.mp3
1 221
19
ha_u_caroon_waqtiga_iyo_waxaad_calaf_ku_weeydo_by_farxiyo_fiska.mp3
1 216