844
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
数据加载中...
吸引订阅者
十二月 '24
十二月 '24
+35
在0个频道中
十一月 '24
+97
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+131
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+139
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+39
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+103
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+96
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+105
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+93
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+84
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+166
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+750
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 09 十二月 | +4 | |||
| 08 十二月 | +3 | |||
| 07 十二月 | +3 | |||
| 06 十二月 | +3 | |||
| 05 十二月 | +5 | |||
| 04 十二月 | +8 | |||
| 03 十二月 | +4 | |||
| 02 十二月 | +2 | |||
| 01 十二月 | +3 |
频道帖子
Sammuu Kee Eenyutu To'ataa Jiraa?
Ati addunyaa kanaaf kennaa addaati. Namni si fakkaatu yoo jiraates, namni si bakka bu'u garuu hin jiru. Si qofaatu si ta'ee addunyaa kanarra jiraate darba.
Sammuu kee eenyutu to'ataa jiraa?
Maatii kee moo hiriyaa keetu waan ati hojjechuu qabduuf eeyyama siif kennaa? Dhugaadha! Eenyummaan kee fi amalli kee har'aa waliin jireenya naannoo kee fi guddisa maatii keetu si boce. Dhiibbaan isaanii dandeettii kee akka ati hin beekneef ofitti amanamummaa sirraa mulqeera taanaan ofirratti dammaqi!
Fedhii kee, filannoo kee, miiraa kee fi dandeetti kee kan beeku Sammuu keeti malee isa namoonni natu siif beeka jedhan miti.
1. Namoonni dhibbantaan 50 hidhaa sodaa maatii fi naannoo isaaniin takaalamanii kaayyoo isaanii irraa kufaniiru.
2. Namoonni dhibbantaan 23 hidhaa anatu siif beeka hiriyootaa fi namootaan mul'ata isaanitti ofitti amanamummaa dhabanii garba ta'aniiru. Namoota sammuu jal'aaf sammuu isaanii kennanii waan hin feene hojjechaa jiraachaa jiru.
3. Namoonni dhibbantaan 18 gammaduudhaaf, hojjechuudhaaf, jiraachuudhaaf baala sammuu isaanii hadoochanii fi ho'isaniif sagadanii jiraatu. Sammuu isaanii araadatti yeroo malee waan gurgurataniif addunyaa dhugaa keessaa bahanii yeroo hojjechuu qabanitti rafanii yeroo boqochuu qabanitti immoo daandii gubbaa ciisanii maraatummaa kadhachaa jiru.
4. Namoonni dhibbantaan 5 dandeettii isaanii wallaalanii namoota ni beeku jedhanii yaadan akkeessuudhaan bu'aa fakkeessummaan hirkatanii jiraatu. Wanti isaan hojjetan yaada ofii isaanii utuu hin taane kalaqa namootaa hatanii gurgurachuudha.
5. Namoonni dhibbantaan 4 waa'ee ofii isaanii, ofii murteeffatanii madaalaa fi orbitii mataa isaanii irra jiraatu. Baay'een isaanii dandeetti waaqni isaaniif kennetti ofii isaaniif maatii isaanii fayyadanii yoo darban isaan keessaa muraasni kalaqaa fi tattaaffii dhuunfaa isaaniin dhalootaaf galaa gaarii guduunfanii kan darbanidha.
Kanaaf namni hamma kee siif beeku hin jiru. Ati ofii keef ofirratti dammaqii of ta'ii jiraadhu!
Guuboo hirkattummaa jalaa bahii dungoo fiddee dhufte addunyaa kanatti bobeessi!
Ati lakkoofsa meeqaffaadha?
Yaada kee barreessi!
| 2 | Naamusa (Amalaa) fi Milkaa'ina!
Milkaa'ina argachuuf galma gati jabeessa qabaachuu qabda. Galmootakee warra baay'ee barbaaddu adda baastee qabatta. Wantoota milkaa'ina keetiif gargaaru jettee yaaddu argachuuf barachuu qabda. Barsiisonni baay'ee qaxaleen wanta ati dhugdu siif hin kennan garuu, akka ati dheebottu gochuun atumti dheebuukeef deebii akka barbaaddu karaa irra si qajeelchu. Kana keessatti kufaatii injifachuuf of qopheessi. Kana gochuuf immoo furtuulee gara milkaa'inaatti sigeessan kanneen akka fedhii, dhimmamuu, itti gaafatamummaa, hojii cimaa, amala, amantaa gaarii, fudhachuu caalaa kennuu, kutannoo, hojii ofiitiin boonuu, miira barattummaafi gorsaa qabaachuu qabda.
Ammoo milkaa'ina caala rakkisaan akkaataa ittiin milkaa'inicha qabannudha. Namoonni baay'een akkamitti akka milkaa'an beeku garuu erga milkaa'anii akkamitti akka milkaa'ina isaanii qabatan hin beekan. Kanaafis dandeettiifi amalli baay'ee barbaachisaadha. Sababnisaa dandeettiin milkaa'ina si gonfachiisee ammalli immoo milkaa'ina keessatti si eega. Kanaafuu amalaafi dandeettii ofii dagaagfachuun daa'imummaa irraa eegalee hanga du'aatti itti fufuu qaba.
Guyyaa shaggaa qabaadhaa!
Lafa nagaa oolaa! 💔 | 752 |
| 3 | 没有文字... | 663 |
| 4 | Naamusa (Amalaa) fi Milkaa'ina!

Lafa nagaa oolaa! 💔 | 674 |
| 5 | Maalii califta wari chanali kan | 765 |
| 6 | CHAPTER FIVE.pptx | 1 571 |
| 7 | Mathematics for natural sciences -1.pdf | 1 560 |
| 8 | 20231104_212832.jpg | 1 555 |
| 9 | Calculus I (ch 1&2) (1).pdf | 1 548 |
| 10 | General Chemistry Chapter 1 and 2.pptx | 1 506 |
| 11 | Ass. for math (1).pdf | 1 446 |
| 12 | Calculus I(ch 3).pdf | 1 417 |
| 13 | Calculus I (Ch 4).pdf | 1 361 |
| 14 | FC_Algebra.pdf | 1 306 |
| 15 | FC_Algebra (1).pdf | 1 264 |
| 16 | Fundamental Concepts of Abstract Algebra-1.pdf | 1 230 |
| 17 | XARIIR_AXMED_ASHQARAAR_NEW_OFFICIAL_MUSIC_VIDEO_2023256k.mp3 | 1 241 |
| 18 | MOHAMED_KADHEERI_IYO_SACDIYO_SIMAN_MALA_DHUUBTAY_AWGAA_OFFICIAL.mp3 | 1 221 |
| 19 | ha_u_caroon_waqtiga_iyo_waxaad_calaf_ku_weeydo_by_farxiyo_fiska.mp3 | 1 216 |