cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oromiya ministry channel

Result of oromian ministry

نمایش بیشتر
فنلندة2 581زبان مشخص نشده استآموزش75 901
پست‌های تبلیغاتی
214
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

የ12ኛ ክፍል ፈተና ውጤት ዛሬ ይፍ እንደሚሆን ይታወቃል ተማሪዎች ውጤት ሲለቀቅ ከዚህ ቀደም ሚታይባቸው ሊንኮች👇👇👇 📌በ በዌብ ሳይት https://eaes.edu.et/ 📌 በ6284 አጭር የጽሑፍ መልዕክት መላኪያ ላይ የምዝግባ ቁጥራቸውን (Registration Number) ብቻ በመላክ ወይም 📌፡በቴሌግራም https://t.me/eaesbot ማየት ትችላላችሁ፡፡ መልካም እድል   የተጣሩ ተማሪ ነክ መረጃዎችን ለማግኘት ቻናላችንን ይቀላቀሉን @alluexams
نمایش همه...
EAES 🇪🇹 Result bot

EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.

👍 7👎 1
Repost from ABDII SABAA
#Kutaa_12ffaa Hojjetaan Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa tokko qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015f waraqaa deebii 33 dhoksee galma sirreeffama qormaataa seenuuf jedhaa ture himatame. Hordoffii taasifameen Hojjetaan Tajaajila Madaallii barnootaa fi Qormaataa "waraqaa deebii" dhoksee galma mana qormaata sororsaa seenuuf yaale  malaammaltummaan himatame. Himatamaan Yidnaqaachew Tekolaa jedhamu galmeen kun kan irratti baname Dhaddacha Dirqama Yakkoota Malaammaltummaa Mana Murtii Ol'aanaa Federaalaatiin. Akka himata irratti ibsametti himatamaan kun, qormaata sororsuuf yeroof nama qacarame turedha. Namni kun Dhaabbata Maxxansaa Birhaan fi Salaam keessatti waraqaa deebii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa barattoota 18 fuudhee akka ba'e himata irratti ibsameera. Kana malees namni kun waraqaa deebii 33, kan alatti qopheeffame deebiin irratti guutame dhoksee osoo galma sororrii galchuu qabamee jira. Dabalataan, sakatta'iinsa mana jireenyaa himatamaa kanaa keessatti gaggeeffameen waraqaan deebii barattoota qormaata biyyoolessaa bara 2015 44 fi waraqaan deebii sobaa 10 argamuun abbaan alangaa tarree himannaa irratti dabaleera. Haala kanaan himatamaan kun aangoo isaatti sirnaan ala fayyadamuudhaan yakka guddaa malaammaltummaan kan himatame yoo ta’u, dhaddacha irratti himannaan erga itti dhiyaatee booda gaaffii mirga wabii dhiyeessee jira. Gaaffii mirga wabii himatamaa irratti abbaan alangaa wabiin kennamuu hin qabu jechuun falmeera. Manni murtii falmii garee bitaa fi mirgaa erga qoratee booda  himatamaan kun himata irratti baname mormuuf ragaa yoo dhiheeffachuu dand'eef hanga onkoloolessa 8tti baallamni kennameeraaf. Odeeffannoo kana kan qindeessine Faanaa Biroodkaastiing Koorporeeshinii irraati. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA 🌏Feesbuukii🌏 facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb 🕸Marsaariitii🕸 AbdiiSabaa.com 📚Kitaaba Barataa📚 @Kitaaba_Barataa @AsBookStore @AbdiiSabaabooks @KitaabaGuutuu 🗑ADS🗑 //nebsefte.net/4/6246757 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm @yaadaafqeeqabot
نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 3
Repost from Habesha Fixed Games
Photo unavailableShow in Telegram
#Update የ 2015 የ 12ኛ ክፍል ተማሪዎች ውጤት እስከ መስከረም 20 ድረስ ይፋ ይሆናል መባሉ ይታወሳል። ተማሪዎች ውጤታችሁን በትዕግስት እንድትጠብቁ  እና Share እና Follow በማድረግ እንድትከታተሉን እያሳሰብን ውጤት ሲለቀቅ  በዚሁ @TMHRT_MINISTER_ET ቻናል በፍጥነት የምናሳውቅ መሆኑን እንገልፃለን። #ትምህርት_ሚኒስቴር "SHARE" @TMHRT_MINISTER_ET @TMHRT_MINISTER_ET
نمایش همه...
Qormataa bulti addaa gad lakifamee baga gamadani
نمایش همه...
Repost from Illuminati
🎉Kabajamtoota barattoota kutaa 12ffaa hundaaf qabxiin qormaata keessanii gadhiifameera wanti jedhu dhugaa miti nuti garuu dhugaa jiru adda baafannee isiniif dhiheessina 🫴Qabxiin keessan torban kana keessa akka gadhiifamu oduu dhugaa dhageenyee jirra 🫴Qabxiin keessan yeroo gadhiifame isinitti himna akkasumas isiniif ilaalla TAMSAASA MEDIA 👇👇👇 🔊@sagalee_Biyyaa🔊 🔊@sagalee_Biyyaa🔊 🔊@sagalee_Biyyaa🔊
نمایش همه...
👍 1
Repost from Illuminati
#kutaa_12ffaa Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa karaa kamiin ilaalama? Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qopheessaa jira. Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa sa'a ammaa kana #database irratti fe'amaa kan jiru yommuu ta'u akkuma goolabameen kan gadhiifamu ta'a. hanga yoonattis firiin barattootaa kun hin gadhiifamne. Yeroo gadhiifamus ifaan ifatti miidiyaa garaa garaa fayyadamuun ni ifooma. Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu. 1. eaes.edu.et 2. eaes.gov.et 3. eaes.et 4. result.neaea.gov.et 5. 👉@EAESbot   .      TAMSAASA MEDIA 👇👇👇👇👇👇👇 🔊@sagalee_Biyyaa🔊 🔊@sagalee_Biyyaa🔊 🔊@sagalee_Biyyaa🔊.
نمایش همه...
Repost from Illuminati
#KUTAA_12FFAA Firiin Qormaataa Barattoota Kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? Akkuma guyyaa darbe isin beeksisnee turre sororriin qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan goolabamaa jira. Odeeffannoo keesssoo ministeera barnootaa irraa arganneenis yeroo dhihootti Firiin qormaata kutaa 12ffaa ni ibsama jedhamee eegama. Firiin qormaata barattoota kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan kan warra marsaa 1ffaa qoraman waliin ifooma jechuunis odeessi keenya odeeffannoo nuuf qoodee jira. Oduuu dharaa miidiyaa hawaasumma irra tamsa'uun barattoonniifi maatiin barattootaa akka hin burjaajofne isiniif dhaamaa, dhimma firii qormaataa irratti waan haaraa jiru mara hordofuun kan isiniin geenyu ta'uu keenya kabajaan isin beeksisna. Hangasitti registered number keessan guutaa eegaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🌬️@YAADAA_FI_KOMIIF_bot⛱️ TAMSAASA MEEDIYAA 🔊@Sagalee_Biyyaa🔊 🔊@Sagalee_Biyyaa🔊 .
نمایش همه...
👍 1
#Kutaa_12ffaa Bu'aan qormaata barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 yoom ifooma? Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa firiin barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 dafee akka ifoomuuf hojjachaa jiraachuu ibse. Firiin barattoota kutaa 12ffaa kunis, barattoota Sababaa rakkoo nageenyaatiif jecha qormaata biyyaalessaa hin fudhatin, Fulbaana 07 haga 11/2016'tti qormaata kana fudhatanuu waliin yeroo tokkicha kan ibsamu ta'uun beeksifame. Akka odeeffannoon haga yeroo ammaatti jiru ibsutti, firiin qormaata barattoota kutaa 12ffa xumura ji'a Fulbaanaa keessa kan ibsamuudha. Ministeerri barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa baatii Hagayyaa keessa ibsa kennaniin firiin qormaata kutaa 12ffaa bara 2015'nii walakkaa ji'a Fulbaanaa keessa akka ibsamu dubbachuun isaanii ni yaadatama. . 👇👇Join @Oromia_education
نمایش همه...