ABBI TECH
رفتن به کانال در Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
نمایش بیشتر4 733
مشترکین
-224 ساعت
-227 روز
-9530 روز
آرشیو پست ها
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA
Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!
4 732
Yeroo dhiyootti banamee miseensa 16,000 ol kan argate 😱😱
Chaanali kana beektuu guddicha afaan keenya afaan oromoon 🥰💥
Join DAMBALII BEEKUMSAA 👇👇
4 732
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA
Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!
4 732
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 732
⭐️#Major mining phase Nov 8 ni xumurama jedhamee ibsamuun isaa ni yaadatama.
🪙Haaluma jedhame kanaan kan adeemu taanaan guyyaa borii #mining kan dhaabbatu ta'a.
🪙Kanaaf wantoota xumuruu qabdan xumuraa. Achievements jalatti kanneen argaman dabalatee.
Share 🚀
@Abbi_tech
4 732
Yeroo dhiyootti banamee miseensa 16,000 ol kan argate 😱😱
Chaanali kana beektuu guddicha afaan keenya afaan oromoon 🥰💥
Join DAMBALII BEEKUMSAA 👇👇
4 732
Repost from Oromian Students
Ramaddiin sagantaa #REMEDIAL ifoome.
Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii Yuunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti sagantaa #REMEDIAL irratti hirmaataniif ramaddiin ifoomeera.
Ammaan booda barattoonni ramaddii isaanii karaa
Marsariitii:
https://placement.ethernet.edu.et
Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa dhufeen sagantaa #REMEDIAL akka hordofan himameera.
Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbataa akka hin fudhanne ibseera.
@Oromian_Students
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
📥 wave 📥 😃 Afaan keenya afaan
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔡
✅Advertising Telegram✅
✔️ Channel
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
➺ Above ➣ 1k+ subscribers
➺ Above ➣ 3k+ subscribers
➺ Above ➣ 4k+ subscribers
➺ Above ➣ 5k+ subscribers
➺ Above ➣ 10k+ subscribers
chaanali 🔠🔠🔠🔠hin qabne natti hin fidinaa 🔗❌
Inbox me @Firosol24 🫴
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Jarana, wanti nuti gochuu dandeenyu waan hin jirreef, qarshii muraasa arganna waan ta'eef, yeroon jalqabna, waan kana hin jalqabne waan jiru nutti hin fakkaatu.
Ammaan jalqabi👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=nfqCkQKO
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA
Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!
4 732
😱😅🙊
"Raashiyaan Google irratti adabbii mallaqaa addunyaarra hin jirre dabarsite
Dissiiliyoona 20 jechuun mallaqa abbaa zeeroo 36 yoo ta'u, 20,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000 dha.
Mallaqni kun yeroo ammaa addunyaarra akka hin jirre himameera.
😁😁😁😁
Maddi: The Telegraph"
@Abbi_tech
4 732
🚨 Paws Airdrop yeroo ammaa jiran keessaa Gaariidha waanti isa jechisiisu maalidha?
Akkuma beeksisaa turre Airdrop kun Guyyoota muraasa keessatti beekamtii kan argatee dha
❓ Beekamtii maaf dafee argachuu dandahe ❓
☑️Airdrop kun Projectoota amansiisoo kana dura namoonni baayyeen itti gammaddan kanneen Akka
☑️Dogs fi
☑️Notcoin dhaan
deeggeramaa kan jiru dha!
⭐Kana irratti immo Telegram dhaan ille kan deeggeramuudha!
❓Telegram dhaan deeggaramuu isaa akkamitti beekna?❓
1️⃣ Osoo Telegram dhaan kan deeggaramu miti tahee Bara isin itti Telegram fayyadamuu eegaltan adda baasuun nii ulfaata ture
2️⃣ DOGS kana dura hanga isin hojjettanii turtan isaa dhugaa isinitti himuun ni ulfaata ture
3️⃣ Notcoin Hanga isin hojjettan akkasumas hojjechuu fi dhiisuu keessan isinitii himuun ulfaataa ture
4️⃣ Hamster illee akkasuma
🟡Sababni Inni yeroo dhiyootti beekamtii akkasii argateefis deeggersa akkasii waan qabuufidha
➡️Kutaa 2ffaa ammas itti fufnee bor isinii barreessina➡️
🚨Maatii channel keenyaa namni hin eegalle ni jiraa ❓
As Tuquun eegalaa!
Paws.bot
✈️ @Abbi_Tech
4 732
🤘 PAWS 🤘Community
🔥 Guyyaa lammaffaatti fayyadamtoota miiliyoona 3 ol argachuu danda'eera
☄️ Fayyadamaa airdrop kanaaf wanti guddaan hojiiwwan hojjechuu barbaaddan affeertanii hojjechuudha
📌 Waan namni ati affeerte siif kennu malees waan inni argatu irraa %10 argachuu dandeessa 💥
Jalqabuuf
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=nfqCkQKO
4 732
Hundeessaan TikTok 'Zhang Yiming' sooressa Chaayinaa sadarkaa jalqabaa qabate ta'e.
Qorannoon Inistitiyuutii Hurun sooreyyii Chaayinaa bara 2024 akka tarreessetti Hundeessaan Miidiyaa Hawaasaa TikTok 'Zhang Yiming' si'a jalqabaatiif sooressa Chaayinaa doolaara biliyoona 49.3 kuufachuun sadarkaa jalqabaa qabate ta'uu ibse. Via obn
Share ➡️➡️➡️➡️➡️
➡️@Abbi_tech
➡️@Abbi_tech
➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️
4 732
💸 Dhaabbanni Nageenya Saayibarii Kooriyaa Kibbaa Thero6 Nageenya Blockchain Guddisuuf Marsaa seed Doolaara Miiliyoona 💸6 Walitti Qabe
Thero6, dhaabbata nageenya saayibarii Kooriyaa Kibbaa jalqabaa kan AI-powered blockchain firewalls fi algorithms hojjetu, marsaa seed tokkoon doolaara miiliyoona 💸6 argateera, kunis doolaara miiliyoona 💸1.07 crowdfunding irraa argateera. Dhaabbatichi garee isaa babal’isuu fi agarsiisa oomisha isaa bara 2025tti dhaabbilee Eeshiyaa biratti akka dhiyaatu gochuuf kaayyeffateera.
➡️➡️➡️Share ➡️➡️➡️➡️➡️
➡️@Abbi_tech 👈
➡️@Abbi_tech ➡️
➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
