ABBI TECH
رفتن به کانال در Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
نمایش بیشتر4 733
مشترکین
-224 ساعت
-227 روز
-9530 روز
آرشیو پست ها
4 732
🌐🌐🌐🌐
➡️ Yacine TV Black haaraa
➡️ External player kamuu hin barbaadu.
➡️ Android TV Android Box fi bilbilootaaf kan ooludha.
✅✅
➡️@Oro_Tech_Tipz ➡️ @Oro_Tech_Tipzv
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 732
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOL ITIYOOOOPIYAA
Goolii ajaa'ibaa biyyi keenya kiyyoo keessa buuste GET kan jedhu tuquun seenaa daawwadhaa!!
4 732
+1
🔗Link akkasii akka hin tuqne of eeggadhaa!
Gara marsariitii itti seentan isin geessuu booda salphaatti akkaawuntii Telegram keessan hack gochuu danda'an Adaraa linkii gamma browse isin gessuuf ta'eef xiyyeeffannaa hin kenninaa.
✅@Abbi_tech
✅@Abbi_tech
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
✅Ati deggeraa kilaba kamiiti❓Channel kilaba kee ammuma join gochuun odeeffannoo wayitaawa yeroo yeroon argachuu dandeessa.❤️
4 732
Ramaddii Yuunivarsitii barattoota qormaata biyyaalessaa darbanii karaa
🔍https://placement.ethernet.edu.et
✈️@moestudentbot
Ilaaluun akka danda’amu ministeerri barnootaa beeksiseera.
✈️ @Abbi_tech
4 732
#Ityoophiyaan fayyadamtoota marsaalee hawaasaatiin Afrikaa keessaa sadarkaa 7ffaa kan qabatte yoo ta'u, eenyummeessa hojiirra jiru tilmaamaan miiliyoona 24.83 ol qabdi jedhameera.
Ardii Afrikaatti dursaa kan jirtu Naayijeeriyaa yoo taatu, fayyadamtoota marsaalee hawaasaa miiliyoona 103, Masriin ammoo, fayyadamtoota miiliyoona 82.01n 2ffaa. Afrikaan Kibbaa fayyadamtoota miiliyoona 45.34n sadarkaa 3ffaa irra jirti jedhameera.
✅@Abbi_tech
✅@Abbi_tech
4 732
🔴X empire gara #exchanges kanneen akka OKX, Bitget fi Wallet seenuu eegalee jira #check godhaa. Kanneen siniif hin seennes eegaa ni seenaa🚩
🔴#Listing: Bor October 24, sa'aa 9:00 irratti yoo ta'u;
🔴#Exchanges inni irratti list ta'u:
✔️OKX ✔️Gate io
✔️Bybit ✔️KuCoin
✔️Bitget ✔️BingX
✔️Wallet
Share 🚀
@Abbi_tech
4 732
Dogs Blum keessatti kan dhiyaatu yoo ta'u, Dogs garuu tikkeettii tokkoon ni argama. Tikeetii 👋 fayyadamuun ilaaluu dandeessu
Start dogs
@Abbi_Tech
@Abbi_Tech
4 732
🔍 Google Authenticator
✅Namoonni baayyeen hin fayyadaman garu #security dhaaf App baayyee barbaachisaa ta'edha.
✅Appii fi weebsaayitii Authenticator app 2-Step Verification #support godhan irratti kan hojjetuu fi security keenya kan nuuf cimsudha.
💸 Kessuma App cryptocurrency dhaan walqabataniif (Binance, Bybit, Bitget...) wayita #transaction raawwannu one-time verification codes #generate godhee nuuf kennuun sochii nuti goonu keessatti security keenya dabaluun hedduu nu gargaara
Download Now
Share 🚀
🔗🔗 @Abbi_tech
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 732
🆕 Appii ajaa'ibaa osoo nuti hin beekin bilbila keenya cufnee ykn waan biraa fayyadamnu ⏳viidiyoo waraabu
✈️ @Abbi_tech
✈️ @Abbi_tech
4 732
October 31 list ta'a namoonni hanga amma hin jalqabin jalqabaa
https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0001DF9p
🔗 @Abbi_tech
🔗 @Abbi_tech
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
