cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

نمایش بیشتر
أثيوبيا11 906زبان مشخص نشده استدین و مذهبی107 770
پست‌های تبلیغاتی
366
مشترکین
-124 ساعت
-67 روز
-1230 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro @hundaafkeeyri
330Loading...
02
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro 👇 https://t.me/hundaafkeeyri
410Loading...
03
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
370Loading...
04
Nama jaalattu Yeroo argitu Seeqii akka si jaalatuuf si gargaara. Diina kee yeroo argitus Seeqi cimina kee itti Mul'isa. Nama sii dhiisee deeme gaafa argitus seeqi Sheena ykn gaabbiitu itti dhagahama. Nama hin beekne yeroo argitus Seeqi Nagiyaatu siif bu'aa 😁 Seequun sunnaadha Fuula bareedaan nama simachuun ajrii qaba. Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Dalagaa gaggaarii dalaguu hin tuffatin; Obboleeysa khee fuula bareedaan qunnamuullee maaf hin taane." وعن أبي ذر رضي الله عنه قال‏:‏ قال لي رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ "‏لا تحقرن من المعروف شيئاً، ولو أن تلقى أخاك بوجه طلق‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏)‌‏.‏ https://t.me/hundaafkeeyri
300Loading...
05
Gaafa tokko Ergamaan RABBII ﷺ Ganama mana Aayyoo Aa'ishaa رضي الله عنها Dhufanii;" Ciree (Qursii) qabduu ?!" Jedhanii gaafatan ,Aa'ishaanis :" Lakki,homaa manaa hin qabnu " jetteen, Egamaan RABBIITIS ﷺ ;" Akkas taatu nan soomana " jedhan! Dubbiin hagasuma! Akka ani dhufu hin beektanii?! Maaliif qophooftanii nan eegne?! Ani Nabi Muhammadiin tahuu ni dagattan moo ?! Hin jenne! " Akkas taatu nan soomana" Daakuun manaa dhumte moo jirti?! Sukkaarri kaleessa ani bite hagamitti dhume?! Xaafii ani dheengadda shamate hoo ?! Zeeytii kiiloo meeqa ani bite ni dhugdan moo eessa fiddan ?! Ya'ajuujiifi ma'ajuujiin qallabdanii?! Hin jenne! " Akkas taatu nan soomana" Yoo qabatte karaa hayyichaa kanaati! Yoo didde samii bahi!!
260Loading...
06
Rakkoon natti cimee😔 Hanguma jijjiiramni sammuu keetii dabalaa adeemu, kana jechuun yeroo dandeettin ati waa tokko ittiin furuuf qabdu ol jedhaa deemu, qurumsi si quunnamus al jedhaa deema. Barataan yuniversiitii qorumsa kutaa tokko keessaa akka hin qoramne beekuu qaba! ilaa nama koo, Uuman kee wanta hin danda'amne siif hin kennu. Dandeettif eenyummaa rakkoo si quunnamu hunda keessaa ittiin baatu siif kenneera. Akkuma killeen(buuphan) bishaan danfaa keessatti dhangala'oo irraa gara jajjabootti jijjiirramtu, dinnichi garuu bishaan danfaa keessatti of dadhabee (lallaafee) baha. Filannoon keeti Yoo carraaqqatte hiyyuummaa gabroomfachuu dandeessa ykn si gabroomfachuun shee waan jiru. Beekta garuu ammas irra deebi'een sitti hima🧏‍♂ namoonni milkaa'on, ati osoon akka isaanii ta'ee jettee hawwitu kunniin akkuma garaa haadha isaanii keessaa bahaniin addunyaa milkaa'inaa seenan hin se'en. Michuu koo hanga milkooftee qarshiin siif hojjatutti, yeroo fi humna keetitti fayyadamtee qarshiif hojjachuun dirqama. ani aduu koo fixeera.  Hiriyaa keef shere godhi Qashtiiwwan maatii @hundaafkeeyri
240Loading...
07
#Oduu_Ammee #Odeeffannoo... Duniyaa tana akka itti bahan malee Akka Itti galan hin beekan #Pirizdaantii #Iraan #Ibraahimi_ ra'iisiifi Itti Gaafatamaan Dhimma Alaa #Iiraan #Huseen_Amiir #Abdullahyaan Qondaalota Gurguddoo biyyattii Dabalaee Osoo Kutaa biyyattii #Azrabijaan Irraa Helekobtaraan Balali'aa jiran Helekobtarri Isaanii Kufuun Hanga Ammaatti As buuteen Isaanii Dhabame Barbaacha Irra Jiran @Fursaan_media
290Loading...
08
۞ . ilmii Namaa kun ajaa'ibuma qaba. Kan Yeroo ✌ tuubboo fincaanii keessaan bahee dhufe of oldhiibee of tuulee boona "*.
230Loading...
09
MAALOO HUNDUU DUBBISAA HIRIYOOTA KEECHANIIN GAHAA Seenaa Waan Hedduu Irraa bartuu! ==================================== Abbaa manaaf haadha manaatu ture. Isaan lameenuu hiyyeessa (harka qalleessa) turan. Haati manaa isaa guyyaa tokkos rakkadheera jettee isa rakkistee tasuma hin beektu ture. Gaafa tokko akka tasaa baay'ee waan cinqamteef, fala dhabnaan akkas jette "rifeensi koo garmalee dheera waan ta'eef dibata baay'ee fedha. Osoo qabaattee waan rifeensatti dibatan naaf bittee natti tola ittiin jette". Innis baay'ee gaddee anis taa'ee waa'een moofawuu kophee koo yaadaan ture jedhee yaadaan liqimfame. Dhiisi hin yaadin jaalalli nuuf gaha jettee tasgabbeessiteen. Ganama hirribaa ka'ee osoma deemu dukkaana kuusaa kophee bira gahe. Achumaan dukkaanichatti goree akkas jedhe adaraa ani hiyyeessa waan konkolaataan yaabee galu dhabe karaatti rakkadhe, kopheen koo dulloomaa ta'us narra bitaa qarshii ta'e naaf kennaa jedheen. Isaanis tole jedhanii qarshii kennaniifii kophicha irraa bitan. Dukkaana biraa deemee qarshii sanaan dibata rifeensaa bitee miila qullaa karaa dheeraa qaxxaamuree gale. Yeroo galu haati manaa rifeensa ishee gabaabsitee jirti. Maal goote rifeensa? Maal taate ani dibata ati jette siif bitee dhufe ittiin jedhe. Isheenis akka mana rifeensa dubartootaa deemtee rifeensa ishee irraa kuttee gurgurtee, kophee haaraa isaaf bittee dhufte itti himte. Lamaan isaaniyyuu imimmaan ta'anii hafan. Jaalalli dhugaa kan gaafa maallaqa qaban qofaa miti, Jaalalli isa onnee keessatti mana ijaaree halkaniif guyyaa taa'udha. Jaalala dhugaa rabbi nuuf haa kennu!
320Loading...
10
۞ ➻. Qalbii Dhiirootaa keessa Yaaddoo,Cinqii,lola,Girrisa,Mormii, ciqicciqii fii Gooha Dhalaan ba'achuu hin Dandeenyeetu jira. Kanaaf Rabbiin ﷻ Dhiira Dhokfataa godhee uume. Salaftoonni " Dhiira jechuun Dhiira Ciinqii fii yaaddoo isaa liqimseetuma lubbuu isaa keessa gad naqu kan Yaaddoo fii cinqii sun Maatii isaatti fuudhee hin galleedha". Jedhu turan. 💪✊
501Loading...
11
♻𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐃𝐀𝐑𝐁𝐄 𝟏𝐅𝐅𝐀𝐀 ➮Namoota filmii islaamaa dalagan keessaa namni kuni beekkamaadha. ➮Maqaan isaa ka dhugaa Abdallaah Gays jedhama bakki dhaloota isaa biyyaa Masrii yoo ta'u ganda Kafr Al shalshalmuun jedhamtu keessatti bara 1930 dhalate. ➮Filmii AL Risaalaa irratti Abbeeraa nabii Rabbii ka ta'e akka Hamza Abdul muxxalib ka gaafa lola Uhud shahiidee ta'e ta'uun filmii dalage. ➮Lola Badrii fi Lola Uhuud yoo maqaa kaasan nama kanatu sammuu keessa nama dhufa. ➮filmii ijoollummaa keenya irraa laalaa turreedha namni kuni bara 1993 biyyuma isaa Masrii keessatti du'e. 🌺ʝσιи🌺 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @ifaislaamummaa98  @ifallislamic
420Loading...
12
﷽ ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّـذِينَ آَمَنُـوا صَلُّـوا عـَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ [الأحزاب ٥٦] ☆ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ : " مَنْ صَلَّى عَلَيَّ صَلَاةً وَاحِدَةً صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ عَشْرَ صَلَوَاتٍ، وَحُطَّتْ عَنْهُ عَشْرُ خَطِيئَاتٍ، وَرُفِعَتْ لَهُ عَشْرُ دَرَجَاتٍ ". [صحيح || النسائي] ــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــ ✨ من السنة الإكثار من الصلاة على النبي ﷺ يوم الجمعة وليلتها ✨اللَّهُمَّ صَـلِّ وَسَـــلِّمْ علـى نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ✨ 👇 https://t.me/hundaafkeeyri
450Loading...
13
✍ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... 😁 #Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!
450Loading...
14
‏قال الشيخ حافظ الحكمي -رحمه الله:- ‏« ماهلكت الأمم الغابرة وأُعدّت لهم النيران في الآخرة إلا بالشرك والإباء عن التوحيد» Dunyaa kanarratti badinsa kan fide akkasumas guyyaa qiyaamaas Ibiddi qabamsiifamtee kan qophoofte warra tawhiida dideefi shirkii dalageefi.
360Loading...
15
#Haadhaa fi abbaan tokko tokko  hedduu na ajaa'ibsiisan ‼️  Maaliif yoo jette ⁉️ #IJoollee isaanii  gaafa xixiqqoo osoo itti hin yaanne , gaafa mucaan osoo humaa hin barin guddatee , hiriyyaan isaa isa caaltee , nama duratti mul'atuu eegalte , akka ilmoo namaa maa hin taane jedhee lolaan. #Fashala ( dogongora ) isaa mucaa irra kaayuu barbaada, adeeroo wanuma facaafatte murattaa beeki. #Khanaaf yaa  nama rabbiin  ilmaaniin qananiise, guddisni ilmaanii nyaataa dhugaatii uffata qofaa mitii beeki, ilmaan kee qur'ana haffaziisi, tarbiyaa isaaniitti yaaddahi , akka booda addunyaa fii aakhirattiis irraa gammaddu yoo feete. Muka gaafuma kichuu xiqqaa olii gad qabanii qajeelchan Akka hin dabne, Gaafa akkuma jallateen guddate jabaate, sochoosuun nama dhiba. ©️Facebook irraa @hundaafkeeyri
441Loading...
16
#Gatiin kee Meeqa ? #Bishaan Suuqitti qarshii 15 Dirree xiyyaaraatti 70 Mana Sinimaatti 40 Hoteela Abbaa urjii shaniitti 90 Bishaan tokko tahullee garuu eddoo garagaraatti gatiin isaa wal faalleessa . #Hubatteeree Gatiin keellee akkasuma Akkaatama oolmaa keetiifii iddoo ofii filattee of keetteen gatiin keellee Madaalama. Gatiin kee qaaliidha, iddoo qaalii of kaahi . Iddoo qaalii gaafa jedhu qaalummaa qarshii osoo hin taane bakka siin maltu jechuu kooti ykn rakasa taata. JOIN US: ❯❯ @hundaafkeeyri ♡
501Loading...
17
📸Name:Seenaa Nabi Muhammad s.a.w 🎞Size:1.6MB 📻Amount of Reading:30--40 @quwwatulislaam
330Loading...
18
*" Hadiisa keessatti; Namni Rabbiif ﷻ jecha jaalatee,Rabbiif ﷻ jibbee,Rabbiif ﷻ jecha Kennee fii Rabbiif ﷻ Dhoorkate; iimaana Guuttate "*. Jechuutu jira. Yaa Rabbi Jaalala tee,Jaalala Nama si jaalatuu, fii Jaalala Dalagaa gara kee nu dhiheessitu hundaa nuuf kenni. Yaa Rabbi Waan jibbituu fii diddu hunda Gara keenyatti jibbamaa taasisi,irraayillee nu fageeysi. Wantoota ati jaalattu irratti Nu gargaari Yaa Rahmaanu Yaa Rahiim. 🍀۞
420Loading...
19
Tarii bakkaan barbaadu gahuu dhabuun mala, garuu bakkaan hin barbaanne na geessuu dhabuu keetiif sin galatoomfadha yaa #Rabb☝️
420Loading...
20
Yeroo hedduu wanni na dhibu namoonni hedduu dandeettii tee dhoysuuf yeroo yaalan arguu hin ooltu. Garuu maaliif...? Maaliif..? #Maaliif..!
280Loading...
21
Share godhaa baadiyyaa fi bakka fagoo odeeffannoon hin geenye akka gahutti..jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barri Muslimootaa fi Kiristaanota itti adda baasuu hin dandeenye (identity theft) dhufeera. 🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dalagaa Miishinarootaa 👇👇👇👇👇👇😁😁😁 ❄️ Islaamummaan wajji dorgomanii dadhabnaan 👉"Hijaabnis Nu irraa fudhatame malee keenya ture,"😁😁" 👉Areedaa fi Maqaanis keenya ture" jedhanii dheeressuu fi fafakkeessuu jalqabanii jiru. 👉 Akeekkachhisa Muslimoota hundaaf 👉nama hin beekne kan areeda dheeressee ykn dubartii jalbaaba fi niqaaba godhattee waa'ee islaamaa isinitti haasayu/haasoftu hanga qorattanii maalummaa isaa/ishee bartanitti iccitii keessan itti hin haasayinaa ykn hin bulchinaa👇👇👇👇👇👇👇 ❄️ Wallaahi waan fedhanis tahan waan fedhanis godhan abadan islaamummaa hin moo'an. Rabbitu akkana jedha. ❤ Qura'aana suuraa al imraan 3:139 وَلَا تَهِنُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَنتُمُ ٱلْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ "Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas." ❤ Qur'aana suuraa saff 61:9 هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ "Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha" ❤ Qur'aana suuraa al imrabn 3:120 إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌۭ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌۭ يَفْرَحُوا۟ بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْـًٔا ۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌۭ . "Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisa.Yoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammadu.Yoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhu.Dhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha." Yes👉Waan fedhanis dalagan sharrii fedhanis shiran abadan isaanii hin milkaa'u, yoo akkana jennu ammoo nutis ni rafna jechuu miti haqa nama haqa barbaaduun gahuu fi tattaaffachuun dirqama taati.Insha Allah! ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
461Loading...
22
Tarii bakkaan barbaadu gahuu dhabuun mala, garuu bakkaan hin barbaanne na geessuu dhabuu keetiif sin galatoomfadha yaa #Rabb☝️
420Loading...
23
ውዷ እህቴ ሆይ ❤️‍🩹 ከክፉ እና ከካፍር አይን አላህ ይጠብሽ Ukhtii Qaalii 🤍 Ija Kaafiraarraa Rabbi Sihaa Eeguu
390Loading...
24
🌄 ✍ Ani yoo sababa waan beekneef caldhise wallaalaa hin jedhamu. wallaalaa namaa jechuun nama waan hin beekne irraa haasahu. { Isa waan beekne, Akka waan beeknes kan ufin beekne....!}. Share👇@hundaafkeeyri
480Loading...
25
Rabbiin yoo hedduu si eeysise, hanga eeydee ol tu dhufaa jiraa qophaayi #Rabb☝️
490Loading...
26
Kitaaba "Kiristaanummaa Durii fi Ammaa" jedhu bifa Kan duraa irra fooyya'aa ta'een Kan qophaa'eedha. Dubbisa Share waliif godha. Barakallaahu fiikum. Barnoota dabalataaf:👇 join godha! @Saahibuddiin28
460Loading...
27
"Har'a gadditus, boru gammadda" yeroo ja'an akkanumaanii mii beeki 👌
370Loading...
28
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun Daa'ii Faqii galatoo ispiikarii kana qabatee magaalaa gara garaa keessaa naannahuun bakka hundatti yeroo da'waa taasisu hidhaaf saaxilamee ispiikarii harkaa saamanii isa dararaa turan. Hordoftootuma Amantaa Muslimaatiinuu akka nama fayyaa hin qabneetti lakkaa’ame. Silaa Du'a booda wal faarsuun aadaa teennaa namoonni hordoftoota hedduu qaban ka har'a page face book isaanii gubbatti du'aa daa'ii kanaa maxxansaa Jiran tokko bakka hin kennineef. Daa'ii faqii galatoo dhimmi bakkaafii kabajaa isaa kennuu, beekkamuu dantaa isaa hin turre hidhaafii hiraar karaa da'awaa keessatti isarra gahu hunda dandahee gama Islaamaatti waamaa ture, Da'awaa daandii gubbaatti godhamu namni jalqabe isa yoo jedhe hin sobne. Masjida hedduu keessaa da'awaa hin gootu jedhanii maaykii dhoorgatanii yeroo isa ari'an ija tiyyaan argee jira. Magaalota Oromiyaa, godinoota hunda keessa naannahee da'awaa godhaa ture. Nama akkanaa hedduu hin qabnu ka rabbiif jecha of kennee hojii isaa da'awaa qofa irratti bobba'e Islaamummaaf jiraatu. Kaleen guyyaa dhumaa gala duniyaa irraa isaaf taatee gara daara aakiraatti godaane rabbiin rahmata isaaf haa godhu, qubsuma isaa jannatul firdoowsiin godhee isa haa gammachiisu... Firaafii maatii hundaa sabrii haa kennu. Https://t.me/Fursaan_media
360Loading...
29
Media files
390Loading...
30
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira
390Loading...
31
📖 ✍️ Jamaal Sheikh Bakri 📚 JIREENYA KEETITTI GAMMADI full coming soon 🎯 Channel : @FerhanGursum ━━━━━━━━━━━━━━ 🙃Like share godhaa Join Button👇Galatooma
380Loading...
32
Namoonni osoo ati ibidda wajiija kheessa dabruutti jirtuu yoo si argan, 'Alla ibiddi gurbaa hin gubu' ja'an malee 'Allah gurbaan numa jabaadha' hin ja'an. Rakkoon kheessa jirtu hammaattullee hamma danda'ametti numa tarkaanfadhu jaalo.
360Loading...
33
ወላጆችን መንከባከብ "ጌታህም (እንዲህ ሲል) አዘዘ፡- እርሱን እንጂ ሌላን አትገዙ፤ በወላጆቻችሁም መልካምን ሥሩ፤ በአንተ ዘንድ ሆነው አንዳቸው ወይም ሁለታቸው እርጅናን ቢደርሱ ፎህ አትበላቸው፤ አትገላምጣቸውም፤ ለነርሱም መልካምን ቃል ተናገራቸው።"  (ሱረቱል ኢስራእ 23) "ሰውንም በወላጆቹ (በጎ እንዲያደርግ ) በጥብቅ አዘዝነው…"  ( ሱረቱ ሉቅማን 14 ወላጆችን በመካደም በቀላሉ  የጀነት ትኬት ይቁረጡ አንድ ሰው ከነቢዩ  ﷺ ዘንድ ቀረበና፡-  “የአላህ መልዕክተኛ ሆይ! ጅሀድ መዉጣት  አስቢያለሁ። ላማክርዎት ነው የመጣሁት አላቸው። እናት አለህን? አሉት። አዎ አለ። እንግዲያውስ እርሷኑ ተንከባከብ። ጀነት ከርሷ እግር ሥር ነው አሉት። (ነሳኢይ፣ ኢብን ማጃህና ሐኪም) ወላጆችን 🚫ማስከፋት  አደጋ አለው ነቢዩ  ﷺ  እንዲህ አሉ፡- "የአላህ ውዴታ የሚገኘው ወላጆች ሲደሰቱብን፣ የአላህ ቁጣ የሚመጣው ወላጆች ሲቆጡብን ነው" ብለውናል።(ቡሉጉል መራም 434) 💎ወላጆቻችን መካደም ለጀነት መግቢ  የተሰጠን ቀላሉ እድል ነው በህይወት እያሉ እንጠቀምበት እንዳይቆጨን, በህወት ከሌሉም አዘውትረን አላህ እንዲምራቸው ዱአ እናድርግላቸው
350Loading...
34
Dhimmi umrii fi Bultii khaanaan Khadiijaanuu amata 40 turtee mii yaada ja'u tokkotu natti heddummaate Khadiijaa jechuun bar Dhimmi umrii shamaraa gaafa kha'e namni hedduun haadha teenya fakkii warra jannataa jaallatamtuu ergamaa rabbii Isii rabbiin eegasii Jibriil Salaamtaa irratti qara'e ummaa teenya khadiijaa رضي الله عنها bira wanti dhaqanii akka waan ummaan teenya Khadiijaan namuma normal tokko taheetti laalaniif eenyummaa isii wallaalaniiti natti fakkaata. Yoo bareedinaa khadiijaa jechuun tan hayyuu fi sooressi qureyshii hedduun kajeelee dhabe. Yoo Gamnummaa fi abshaalummaa qabeenyaa fi aangoon sobamuu dhiiftee ergamaa rabbii isa haftee hin qabne coollee san jaallattee isa filattee heerumuun isiituu deebii guddaa dha. Yoo jeynummaa khaafte eenyummaan isii kha seenaan isii ragaa bahu. Yoo qabeenyaatiis Qabeenyi isii qabeenya import export godhuu bira khutee murna hedduu hiriirsitee biyyoota hedduu kheysa daldalatti bobbaasaa turte. Gabaabdumatti haati teenya khadiijaan eenyu akka taate beekhuuf, haati teenya Aa'ishaan jaalala nabiin Khadiijaaf qabutti hinaafaa turte rabbi isaan lachuutirraa ha jaallatu. Khanaafuu khadiijaan رضي الله عنها akka namni isiin hin dorgomnetti waa hundaan(kabajaan jaalalaan bareedaan qabeenyaan jeynummaan obsaan hunda caala Sodaa Rabbiitiin) ol fagaattee jirtii bakka tana osoo namni marti hubatee na gammachiisa. Akka waan haati teenya rakkoo wahii qabaachuuf Bultii male turteetti warri yaaddan hin dogongorinaa. Haati teenya Khadiijaan ergamaa rabbii dura yeroo 2 Bultii jaartee turte ilmaanis argattee turte, takkaa manguddoon isii khadhattu mana maatii isiirraa hin cinne isiitu abshaala taatee nama jabaa laallatteeti akkasitti beekhaa.
280Loading...
35
Media files
300Loading...
36
Media files
330Loading...
37
Media files
320Loading...
38
Media files
350Loading...
39
Media files
320Loading...
40
Media files
290Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro @hundaafkeeyri
نمایش همه...
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro 👇 https://t.me/hundaafkeeyri
نمایش همه...
HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

Photo unavailableShow in Telegram
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
نمایش همه...
Nama jaalattu Yeroo argitu Seeqii akka si jaalatuuf si gargaara. Diina kee yeroo argitus Seeqi cimina kee itti Mul'isa. Nama sii dhiisee deeme gaafa argitus seeqi Sheena ykn gaabbiitu itti dhagahama. Nama hin beekne yeroo argitus Seeqi Nagiyaatu siif bu'aa 😁 Seequun sunnaadha Fuula bareedaan nama simachuun ajrii qaba. Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Dalagaa gaggaarii dalaguu hin tuffatin; Obboleeysa khee fuula bareedaan qunnamuullee maaf hin taane." وعن أبي ذر رضي الله عنه قال‏:‏ قال لي رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ "‏لا تحقرن من المعروف شيئاً، ولو أن تلقى أخاك بوجه طلق‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏)‌‏.‏ https://t.me/hundaafkeeyri
نمایش همه...
HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

👍 1