cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

نمایش بیشتر
فنلندة3 449زبان مشخص نشده استدین و مذهبی109 858
پست‌های تبلیغاتی
358
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

ፍቅር ማለት..! ❤️‍🩹 የአላህ መልክተኛ "ረሱል ﷺ አዒሻ ሆይ ዓይንን እንቅልፍ ይወስደዋል ልቤ ግን ባንቺ ፍቅር አይተኛም እንዳሉት ነው 🥹 ከወደዱን በ REACTION ያበረታቱን! 🤍🫀
نمایش همه...
00:48
Video unavailableShow in Telegram
🎧❤️
نمایش همه...
1.38 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Dhiira Ajaa'ibaa! Daa'iin beekkamaan Ustaaz Xaaliburidallah Hussen (Abdurahmaan Hussein) naannoo Sidaamaa guutuu Islaameessaa Jira. Guyyaa arraa qofa naannoo tanatti paastara waldaa 37 ol hogganu dabalatee Nama 348 Akka gara Islaamummaa dhufaniif Sababa taheera. Islaamummaa keessatti gaala qaqqaalii kudhan sadaqachuurra Namni 1 Sababa keetiin qaceeluutu caala. Ustaazni kuni garuu biyya guutuu qacheelchuuf Sababa tahaa Jira. Rabbi Isahaa tiiysu!
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Harka isaarratti namoota hedduutu amantii isalaamaa seene.....Sochii isaa tana gufachiisuf hidhan eega mana hidhaa seene namoota 30 oltu harka isaa irratti islaamawe ‼ Obbolessa keenya kana maqaan isaa Bilaal Maydoo Ja'ama........Nama Haarawa Islaamaa tahee gosa Hamar ja'amtu tan kibba Itiyoopiyaa kessatti argamu kessaa bahe‼ Sabni Hamar kun irra guddaan isaanii Uffata hin uffatan warra amantiin Islaama hin dhaqqabin kessaa turan Rabbiin gurbaa kana sababa godhee namoota hedduutu gama Islaamaa dhufe ‼ Sochii Isaa kana laalanii da'awaa isaa qancarsuuf isa hidhan.... Inni da'awaa isaa hin dhaabne mana hidhaa kessatti Namoota 30 eega mana hidhaa seena harka isaarratti gara islaamaa dhufan...... Islaamni tuqan ni guddata jechuun hoggaa hojiin mullatu ‼ FatiiAhmed @DrZakirNaikAfaanOromoo
نمایش همه...
✍ Tola Rabbiin sitti ooleen boonuu fi irraa haasahuun garaagarumma guddaa qaba. 🍂🍂🍂🍂 🗣 Tola Rabbiin sitti oolerraa/si qananiiserraa haasahuu jechuun: ☘ Haalaa fi amala Rabbii tola sitti oolee sanirraa dubbataa jirta, ☘ Arjummaa fi badhaadhinna Rabbii keetirraa dubbachaa jirta, ☘ Muldhistee, ol baastee dubbachuun Rabbii kee faarfataa jirta....!, ☘ Rabbii kankee qananii isaa haasahuun galateeffataa jirta, ☘ Tola Rabbiin itti oole hawaasa keessa facaasaa jira, ☘ Kaayyoon isaa sifaata Rabbii muldhisuudha.., ☘ Rabbiin faarfatee, akka ilmi namaa Rabbiin malee nama biroo hin kajeelleef hamilee namatti horuu uf keessaa qaba. ✍ Waan Rabbiin ittiin si qananiise irraa haasahuun: ☘ Rabbiin qofarraa waa barbaaduu, ☘ Jaalala Rabbii horachuu, ☘ Rabbiin kajeeluu fi akka isarratti irkatanii fi isa qofa kajeelaniif namoota kakaasuu uf keessaa qaba... ✍ Ittiin boonuu jechuun: 🌷 Namarrattiin ittiin uf dhaaduun, 🌷 Jabeenyaa fi qabeenya kee muldhifachuu, 🌷Morma namaatiin yaabbatanii, qalbii namaa ittiin gabroomfatuuf, 🌷 Ittiin boonuu fi nama tuffachuu.... #Ibnul-qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Ruuh jedhamu keessatti dubbatan... 🖋 @Ibroo keessan.... Yoo isinitti toleef share godhaa👇 https://t.me/tafak_or
نمایش همه...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

#Booddee_Abii_lahab ✍Dhukkuba Saffisaan daddarbu maqaan isaatis Adasaa jedhamuun qabame; Gaafa kana Abuu lahab Ijoollee dhiiraa lama (UTBAA FI UTEYBAA) qaba... ✍Sanabooda Guyyaan isaa gahee jennaan dhukkubuma kanaan Du'e; Eega du'ee booda Namni tokkochi Isatti dhihaatuu jibbee guyyaa 3'f Reeffi Isaa Bulee Foolii (shururkaa) badaa kennuu jalqabee jennaan warri biyyaa [qureysha] Ilmaan isaatiin akkas jedhaniin... ✍.."Abbaa keessan maaliif hin Awwaalinaa hamma Foooliin isaa akkanatti ajaayuu maal Eegdan jedhaniin" ijjoolleen Akkas jechuun deebiste"Nuti dhukkuba Isa qaba kana nutti dabraa waan sodaannuuf Itti dhihaatuu hin dandeenne"..jedhaniin ✍Sanabooda waan godhan dhabd anii jennaan Abbaa isaanii [ABII LAHABIIN ] Reeffa isaa fuudhanii Naannoo Makkaatti gadi baasuudhaan Dhagaatti ergikisanii Dhagaadhaan cafaqanii Daaraa bubbueen fuute godhanii biraa deebi'an...... سبحان الله ✍Kanaafuu xiqqaatuu guddatus Warra Dhiiga Ummata islaamaa dhugaa jiru karaan isaaniis kanuma.... #JOIN_US @quwwatulislaam
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Yaa Allaah 😊🙏 Fakkaataa Hin Qabdu Dachii Fii Samiirraa Aangoon Tantee Qofa Addunyaa Aakhiraa Hedduu Garaa Laafta Ilmaan Namaa Maraa Jireenyaa Fii Du'aaniis An Sumaan Gabbaraa Jabaa Jabaa Caalu Dadhabeetiin Jiraa Lafaa Ol Na Khaasi Yaa Rabbi Hadaraa....😊🙏 @hundaafkeeyri
نمایش همه...
❥ بــــسْـــــــمِ اللَّهِ الــرَّحْـــمَـــــنِ الـــرَّحِـــــــــيــم.ِ❥ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اجْتَنِبُوا كَثِيرًا مِّنَ الظَّنِّ إِنَّ بَعْضَ الظَّنِّ إِثْمٌ ۖ وَلَا تَجَسَّسُوا وَلَا يَغْتَب بَّعْضُكُم بَعْضًا ۚ  أَيُحِبُّ أَحَدُكُمْ أَن يَأْكُلَ لَحْمَ أَخِيهِ مَيْتًا فَكَرِهْتُمُوهُ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ إِنَّ اللَّهَ تَوَّابٌ رَّحِيمٌ * Yaa worra Amantan sehaa hedduu irraa fagaadhaa gariin sehaadhaa diliidhaa iccitii wolii hin qoqqotinaa gariin keessan garii hin hamatin tokkoon keessan foon obboleessa isaa nyaachuu ni jaalataa ? Ni jibbitan Rabbi sodaadhaa Rabbiin Araaramaa mararfataadhaa يَا أَيُّهَا النَّاسُ إِنَّا خَلَقْنَاكُم مِّن ذَكَرٍ وَأُنثَىٰ وَجَعَلْنَاكُمْ شُعُوبًا وَقَبَائِلَ لِتَعَارَفُوا ۚ إِنَّ أَكْرَمَكُمْ عِندَ اللَّهِ أَتْقَاكُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ خَبِيرٌ *( صَــدَقَ اللهُ الـعَـظِـــيــم) Yaa Nama Nuti Dhiiraa fi dhalaa irraa isin uumnee biyyaa fi gosa isin goone akka wol beeytaniif irra kabajamaan keessan kan irra Rabbi sodaatu Rabbiin  beekaadha beekkumsa waa jalaa hin hafne (Sūūrātūl Hūjūrāāt 12-13) Bārēēdiñā āmāñtāā išlāmāā:-   Bifāāñ, Qābēēñyāñā, Šādarkāāñ,     Bārēdiñāāñ, Jābeēñyāāñ, Gōōtūmmāñ,       Bēēkkūmšāñ, fi kkf Tōkkōñ illēē          Nāmā Hiñ Mādāāltūū.❥ Nāmā išā Sōdāātūū irrāā  ñū hāā tāšišūū Rābbiiñ. •┈┈•┈┈•⊰✿✿⊱•┈┈•┈┈• Passwordiin rakkoo hunda bantu,kan sammuu xaxame hiiktu,qalbii madaa'e sumuddu,yaada faca'e walitti qabdu; لا إله الا أنت سبحانك إني كنت من الظالمين "LAA ILAAHA ILLAA ANTA SUBHAANAKA INNII KUNTU MINA-ZAALIMIIN" Yoo muddamte jedhi Yoo dhukkubsatte jedhi Yoo hiyyoomte jedhi Yoo sodaatte jedhi Yoo dhamaate jedhi.... ☆Yeroo qaamni kee qorsa dide,yeroo motorri xayyaaraa dadhabe,yeroo bidiruun galaana keessa dhamaate,yeroo sararri jiruu si harkaa burjaaja'e,yeroo qilleensi badii biqiltuu jiruu raase,yeroo coodiin kaayyoo sijalaa bade,yeroo addunyaan sitti dhiphatte: JEDHI ! *Jechi tuni Nabi Yuunusiin عليه السلام garaa qurxummii keeysaa,galaana dukkanaa jalaa fuute: Qurxummii rakkoo har'a si liqimse,galaana jiruu kan har'a si nyaate keessaa si fuudhuu hin dadhabdu! ~Jalqabni isii Towhida. Jidduun isii Zikrii. Xumurri isii Harka kennachuu dha. Qoricha dhukkubaati,ifaa dukkanaati,ulee erkooti,gaaddisa ruuhiiti,ittisa jiruuti,jaalala RABBIITI ! Aakhiiraa teenya akka hin irraanfanne Rabbiin ol tahe akkana je’e: ﴿أَيَحْسَبُ الْإِنْسَانُ أَنْ يُتْرَكَ سُدًى﴾ ( سورة القيامة الآية:36) “Sa Ilmi namaa ni herreegaa (ni sahaa) bilaashitti dhiifamuu?” Al-Qiyaamaa: 36 Sa Ilmi namaa ni sahaa kan herregni hin jirre, Dalagaa ifii irratti badhaasni ykn adabni kan hin jirre, akkanumatti bilaashitti lafa tanarra jiraatee dhiifamuutu mala jedhee yaadaa?? Lakkii, akkasii miti dubbiin. Gaafii jira, hisaabaa jira, galataa jira, adabaa jira. Guyyaa saniif qophaawuun abashaalummaadha. ﴿وَإِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآَخِرَةِ عَنِ الصِّرَاطِ لَنَاكِبُونَ﴾ ( سورة المؤمنون الآية: 74 ) “Isaanowwan Akhiiraatti (ganda irraa boodaatti) hin amanne karaa haqaatirraa jallatoodha.” Al-Mu’minuun: 74 Warra akhiiraatti hin amanneen Rabbiin ol tahe akki je’e: 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Share godhii walif dabarsa jzk kheeyran Obbolummaan Waahel Jireenyaati #القرءان_الكريم #سورة_الحجرات #التفسير_الميسر إِنَّمَا الْمُؤْمِنُونَ إِخْوَةٌ فَأَصْلِحُوا بَيْنَ أَخَوَيْكُمْ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ(١٠) Worri Rabbitti Amane obboleewwan Jidduu obboleewwan keessanii tolchaa Rabbi sodaadhaa Akka milkooftaniif        (Sūūrātū Hūjūrāāt 10) ﹏ Gaafa Obbolummaan Jidduu Keenyaa Gabaabbattee Rahmanni Rabbiilleen Nurraa Gabaabbata Rahmata Rabbii Har'aa Boriillee Kajeeluudhaaf Obbolummaa Haa Jabeessinu dhamsa jama'aa RVUMSJ ♡️JOIN♡️SHARE❤️ •┈┈•┈┈•⊰✿✿⊱•┈┈•┈┈ @Rvumsj T.me/Ifnantube YouTube https://www.youtube.com/@Ifnantube
نمایش همه...
Ifnan Tube (RVUMSJ ADAMA)

For All Comment @Rvumsj_bot Rift Valley University Muslim Students Jamea @RVUMSJ Life of youth

https://www.youtube.com/@Ifnantube

#Yaa_Islaamummaa🥰 Mootiin Arshii Gubbaa Rabbiin Samiif Dachii Jabinaaf Aangoosaa Khan Hin Ibsine Jechi Islaamummaa Buuse Akka Ittiin Qaceelluuf Waan Gaarii Hojjannee Jannataan Bitachuuf Nama Hunda Kheeysaa Muhammad Nuuf Filee Haalaafii Amalli Isaa Khan Hedduu Qajeele Nabiyyii Godheeti Bar Nutti Ergatee Amantii Islaamaa Isaa Nuun Jaalatee Lakkii Hin Nyaatinaa Waan Tortoreef Raqa Namaas Hin Oofinaa Biyyasaatirraa Baqaa Faa'idaa Hin Qabuu Taabootan Yaaminaa Dhagaa Hin Dubbanne Lakkii Hin Gabbarinaa Waliis Hin Miidhinaa Tokkoo Hundi Namaa Akkana Nuun Jettiii Amantiin Islaamaa Xiqqaan Haa Khabajuu Guddaa Isaa Lakkii Amantiin Islaamaa Hin Qabduu Bar Shakkii Rabbiin Fakkiin Qabuu Hin Dalaginaa Shirkii Rabbiin Hundaa Olii Hin Madaaluu Bakkii Mirga Ilmaan Namaa Hundaafuu Khabajaa Hamturraa Wal Eegaa Gaariitti Wal Ajajaa Sheyxaana Baqadhaa Azaabaan SI Dhaqaa Gaarii Siif Hin Yaaduu Hamtuutti Isin Naqaa Akkana Nuun Jettiii Amantiin Islaamaa Jechisii Hundinuu Wallaahi Dhugumaa ✍️ @Abdetaahmedd
نمایش همه...
#Assalaamu_Aleykum Assalaamu alaykum Yaa Rasuula Rabbii Nageya Naaf Qabdaa Jaallatamaa Qalbii Hin Daganne Lakkii Akka Duutee Jirtu Nageyaaf Rahmanni Sirratti Haa Buutuu Hedduun SI Jaaladha An Sirraa Fagaadhee Takkaa Waa Sin Garre Seenaateen Baradhee Hadiisaaf Qur'aanaan Haalakhee Yoon Laalu Barbaadeetiin Dhabee Nama Siin Madaaluu Mirga Wal Qixxummaa Barsiisaa Nageenyaa Gurraachaa Fii Diimaa Hundaafuu Fakkeenya 30+❤️ Namni Rasuula ﷺ Jaalatu ✍️ @Abdetaahmedd
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.