fa
Feedback
Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa

رفتن به کانال در Telegram
3 169
مشترکین
+4824 ساعت
+1317 روز
+51530 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
سپتامبر '26
سپتامبر '26
+192
در 1 کانال‌ها
اوت '26
+619
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+764
در 5 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+67
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+538
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+260
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+134
در 4 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+28
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+87
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+23
در 1 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+21
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+47
در 3 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+9
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+6
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+4
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+21
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+29
در 2 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+84
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+104
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+351
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
13 سپتامبر+46
12 سپتامبر+38
11 سپتامبر+7
10 سپتامبر+18
09 سپتامبر+12
08 سپتامبر0
07 سپتامبر+11
06 سپتامبر+5
05 سپتامبر+2
04 سپتامبر+13
03 سپتامبر+13
02 سپتامبر+22
01 سپتامبر+5
پست‌های کانال
2
+2
بدون متن...
495
3
https://www.instagram.com/waaagurawaa?utm_source=qr&stkn=Z2lwZDk2N3Bwb3Fw
https://www.instagram.com/waaagurawaa?utm_source=qr&stkn=Z2lwZDk2N3Bwb3Fw
302
4
‎💥Osoo jaartii namaa xabbasuu qabamee jechuun 🧑‍🤝‍🧑yeroo tarataratti walba'achiisuun ummata keessa oofan video marsaalee media hawaasaa kana irra naanna'u irraa ni mullata.😭 ‎⚖️Ofii seerri dhimma akkanaa irratti maal jedha? Namni sababa yakka raawwate qofaaf haala kanaan to'atamuu qabaa?Yakki sagaggaalummaa namoonni kunneen ni raawwatan jedhamuun qabaman kunoo hangam nama adabsiisa? Waliin haa Ilaalluu 👇 ‎ ‎💫Akkuma beekkamu yeroo adda addaatti namoota yakka osoo raawwatanii qabaman kan waa hate waan inni hate irratti hidhuun yeroo oofan, kan jaartii nama wajjiin sagaggaalees waliin qabuun ummata dura yeroo oofan ni mullata. ‎⚖️Heerri biyya keenyaa keewwanni 18/1 jalatti Namni kamiiyyuu qabiinsa yookiin adaba hammeenyaan guutame karaa farra Namummaa ta'een yookiin karaa ulfina isaa salphisuun to'atamuu irraa eegamuuf mirga qaba jedha. ‎👉As irraa wanti hubatamuu namni kamuu baadi fedhees haa balleessuu harkaafi harkattiis haa qabamuu karaan inni ittiin to'atamuu qabu kara mirga uumamaa heera MFDRI beekkamtii argatee sarbuuniifi salphisuun to'achuu osoo hin taane akkaataa seera deemsaa falmii yakkaa irratti ibsameen yo yakka harkaafi harkaa taate akka hin milqne ittisuun qaamoole nageenyaa dhiyeenya irratti argamuuf eeruu kennuun karaa mirgaa fi kabaja isaanii hin salphifneen to'atamuu qabu malee haala faallaa kanaa ta'een nama qabuu fi mirga uumamaa Heeraan beekkamtii argate sarbuun mataa isaatiinuu yakka raawwatame caalaa kanama adabsiisu dandahuu waan taheef gochaa akkana walirratti raawwachuun haa dhaabbatuu jenna! ‎❓Ofii sagaggaalummaaf seerri hiikkoo akkamii kennaaf? Hangam nama adabsiisu danda'a? Waliin haa Ilaalluu. ‎Seera yakkaa MFDRI keewwata 652 ‎👉Sagaggaalummaa. ‎✍️1. Namni bultii qabu tokko fuudhaafi heeruma bu’uura seera hariiroo hawaasaan ragga’e osoo qabuu nama biroo waliin saalqunnamtii kan raawwate yoo ta’e; iyyannoo dhuunfaa walfuutota keessaa inni miidhame dhiyeeffatuun, hidhaa salphaan yookiin adabbii maallaqaatiin ni adabama. Nama osoo beekuu nama fuudhaafi heeruma seera qabe essa ta’e qabu waliin sagaagalummaa raawwate irrattis adabbiin kun raawwatamaa ni ta’a. Iyyataan gochichi sagaagalummaa akka raawwatamu kan kakaase yookiin kan irratti waliigale yookiin dhiifama kan taasiseef yookiin gochuma kana irraa faayidaa kan argate yoo ta’e; namni balleesse yakkaan gaafatamaa hin ta’u. ‎✍️2. Gochi sagaagalummaa kan raawwatame abbaan warraafi haati warraa sababa lola isaan gidduutti uumameen waliin jiraachuun isaanii waggaa tokkoo ol yeroo ta’uuf hafee yommuu turetti yoo ta’e; manni murtichaa bu’uura keewwata 180 tiin adabbii salphisuufii ni danda’a. ‎✍️3. Balleessichi osoo wal hin hiikiin yookiin walfuutota keessaa inni tokko dhiisee osoo hin deemiin mana jireenyaa isaa keessa sanyoo kan kaawate yoo ta’e; adabbichi hidhaa salphaa ji’a sadii gadi hin taane ni ta’a. ‎Hubannoo Seeraa qabdan gabbifachuuf fuula media hawaasaa Kenya 👇 hordafaa ‎Telegram: https://t.me/MHAAAAG ‎Faceebook: https://www.facebook.com/WAAGurawaa ‎Tiktok : https://www.tiktok.com/@waajjiraabbaaalan1?_r=1&_t=ZS-98MNIWyIVQF ‎Youtube: https://youtube.com/@waajjiraabbaaalangaaaanaaguraw?si=ePkMgNrUST94er3D ‎Haqaan Haqaaf Haa Hoojjannuu ❗ ‎Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa
468
5
https://www.instagram.com/stories/waaagurawaa/3985271923527648698?utm_source=ig_story_item_share&stkn=emNpbTlncXltdHl0
285
6
+5
بدون متن...
681
7
+9
بدون متن...
877
8
Kaayyoon Seera Yakkaa Adabuu Qofa Miti, Barsiisanii Hawaasaatti Deebisuudha! Baga Bara Haaraa 2019 E.C nagayaan geessan! 🌻 Tajaajilli sirna haqaa kallattii hundaan milkaa'e kan jedhamu,namoota adabsiisuu qofa osoo hin taane, hawaasa keessatti obbolummaa, aantummaa fi fooyya'iinsa jireenyaa yoo mirkaneessedha. ​Kaayyoon seera yakkaa inni guddaanis nama adabuu qofa miti, erga adabeellee dogoggora raawwatame irraa barsiisee, amala isaanii fooyyessuudhaan lammii gaarii taasisee gara hawaasaatti deebisuudha. Kaayyoo kana galmaan ga'uu fi aantummaa keenya agarsiisuuf, guyyaa har'aa ayyaana bara haaraya 2019 E.C sababeeffachuun obboleeyyan keenya Mana Amala Sirreessaa Aanaa Gurawaa keessatti argaman waliin sagantaa addaa qopheessineerra. Sirreeffamtoota waliin laaqana qopheessuun, waliin nyaannee dhugnee, akkasumas mari'achuun gammachuu bara haaraa waliin dabarsineerra. Qophiin miidhagaan kun qindoomina dhaabbilee fi waajjiraalee armaan gadiitiin kan milkaa'edha Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa ⚖️ Tajaajila Seeraa Bilisaa Yunivarsitii Haramaayaa 🔨 Mana Murtii Aanaa Gurawaa fi Mana Amala Sirreessaa Aanaa Gurawaa Qaamolee sagantaa kana milkeessuuf gahee keessan baatan hundaaf galanni keenya guddaadha. Sirreeffamtoonni yeroo turtii Adabbii isaanii xumuruun gochaa yakkaa raawwatan irraa barachuun gara maatii isaaniitti akka deebi'an hawwina. Baga nagayaan geessan! 🌼🕊 Barri Haarayni Bara Nagayaa nuuf haa tahu🌼🕊 📱 Telegram: https://t.me/MHAAAAG 📘 Facebook: https://www.facebook.com/WAAGurawaa 📺 YouTube: https://youtube.com/@waajjiraabbaaalangaaaanaaguraw?si=ePkMgNrUST94er3D 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@waajjiraabbaaalan1?_r=1&_t=ZS-98MNIWyIVQF ❌ X (Twitter): https://x.com/alangaagurawaa 📸 Instagram: https://www.instagram.com/waaagurawaa?igsh=Z2lwZDk2N3Bwb3Fw 📢 Odeeffannoon kun namoota hundaaf akka dhaqqabuuf Share godhuun hiriyoota fi hojjettoota biroof qoodaa! ⚖️ Haqaan Haqaaf Haa Hojjannuu ❗ 📍 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa #Gurawa #WaajjiraAbbaaAlangaa #HubannooSeeraa #SeeraYakkaa #Haqaa #Oromia
852
9
I'm on Threads as @waaagurawaa. Install the app to follow my threads and replies. https://www.threads.com/@waaagurawaa?invite=0
1 149
10
Labsii_Yakka_Shororkeessummaa_Ittisuuf_bahe_to_Afan_Oromo_by_Adugna.pdf
1 835
11
Property tax proclamation No 1365/2025 Labsii Gibira Qabeenya @musalawyer
1 650
12
Qajeelfama kafaltii Itti fayyadamaa fi gibira galii hojii qonnaa lafa baadiyyaa Mootummsa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 39/2017 @musalawyer
1 432
13
Dambii Lakk. 202/2010   Dambii Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 202/2009 Hojiirra Oolchuuf Bahe.
1 230
14
#Qajeelfamoota Abbaa Taayitaa Galiiwwani Oromiyaa Adda Addaa bakka tokkotti:- _🥢__ 1️⃣ Qajeelfama Mirkanoo Qulqullina Murtii Taaksii Lakk.22/2012; 2️⃣ Qajeelfama Qorannoo Odiitii Lakk.23/2012; 3️⃣ Qajeelfama Sirna Adabbiiwwan Bulchiinsaa Murteessuuf Bahe Lakk.24/212: 4️⃣ Qajeelfama hojiin daldalaa erga addaan cite booda galii argamu murteessuuf bahe Lakk.25/2012; 5️⃣ Qajeelfama jijjiiramoota beeksisuuf bahe Lakk.26/2012; 6️⃣ Qajeelfama shallaggii Taaksii ofii dhiyeeesse irra deebiin akka fooyyeeffatu eeyyamuuf bahe Lakk.27/2012; 7️⃣ Qajeelfama kaappitaala dabarsuun faayidaa argamu irratti Raawwii Gibira kaffaluuf qajeelfama bahe lakk.28.
1 125
15
+2
Gibira Galii Oromiyaa (1) (1).pptx
1 065
16
Sadaasa 25/3/2017 Qajeelfama  kaffaltii itti fayyadama fi gibira galii hojii qonnaa lafa Baadiyyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk 39/2017.pdf
1 131
17
Ragaa Kaffaltoota Gibiraa Sadarkaa C qindeessuu Ilaala.pdf
857
18
Labsii Gibira Galii Naannoo Oromiyaa Lak. 202/2009
1 059
19
#Qajeelfamoota Abbaa Taayitaa Galiiwwani Oromiyaa Adda Addaa bakka tokkotti:- 1️⃣ Qajeelfama Mirkanoo Qulqullina Murtii Taaksii Lakk.22/2012; 2️⃣ Qajeelfama Qorannoo Odiitii Lakk.23/2012; 3️⃣ Qajeelfama Sirna Adabbiiwwan Bulchiinsaa Murteessuuf Bahe Lakk.24/212: 4️⃣ Qajeelfama hojiin daldalaa erga addaan cite booda galii argamu murteessuuf bahe Lakk.25/2012; 5️⃣ Qajeelfama jijjiiramoota beeksisuuf bahe Lakk.26/2012; 6️⃣ Qajeelfama shallaggii Taaksii ofii dhiyeeesse irra deebiin akka fooyyeeffatu eeyyamuuf bahe Lakk.27/2012; 7️⃣ Qajeelfama kaappitaala dabarsuun faayidaa argamu irratti Raawwii Gibira kaffaluuf qajeelfama bahe lakk.28.
1 179
20
labsii galii gibiraa .pdf
750