fa
Feedback
Haa Barruu Let's Learn⚖

Haa Barruu Let's Learn⚖

رفتن به کانال در Telegram

Waan mudannee fi muuxannee dirree wal-gahii tanarratti qooduufi!

نمایش بیشتر
432
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+67 روز
+3130 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+20
در 1 کانال‌ها
نوامبر '24
+67
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+102
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+31
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+37
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+431
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
09 دسامبر+7
08 دسامبر0
07 دسامبر+2
06 دسامبر+1
05 دسامبر+5
04 دسامبر+4
03 دسامبر0
02 دسامبر+1
01 دسامبر0
پست‌های کانال
'257_2016_Labsii_Misoomaa,_Bulchiinsaa_fi_IttifayyadamaBosonaa_Naannoo.pdf'

2
'256_2016_Labsii_Bulchiinsa_fi_itti_fayyadamaa_Qabeenya_Bishaanii.pdf'
0
3
https://muhe176216441.wordpress.com/2024/07/23/maalummaa-fi-gosoota-bakka-buummaa/
0
4
https://wp.me/pd99Iz-IT
0
5
New post: 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬oo 𝐌𝐮𝐫𝐚𝐚𝐬𝐚 - Haa Barruu
0
6
🥳Hello crazy beans! @cctip_bot is at your command! I am here to manage your crypto asset and community. Call /language to switch bot language (for group owner only) Have fun!
0
7
https://muhe176216441.wordpress.com/2023/03/15/tamboo-fi-seera/
https://muhe176216441.wordpress.com/2023/03/15/tamboo-fi-seera/
0
8
https://haabarruu.blogspot.com/2023/05/itti-gaafatamummaa-beeyladootaan-gahuuf.html?m=1
0
9
Hamma Kaffaltii Barreessitoota Dhimma Seeraaf Kaffalamu https://wp.me/pd99Iz-Hn
0
10
ADEEMSA RAAWWII ARAARA DHIMMOOTA YAKKAA https://wp.me/pd99Iz-rV
0
11
ቀብድ (Earnest) Vs ቅድመ ክፍያ (Down payment)             ቀብድ (Earnest) ➡️ ቀብድ ማለት ውል ሲፈጸም የሚመለስ ወይም ከሽያጩ ገንዘብ (ከዋጋዉ) ላይ የሚታሰብ ገንዘብ ነው። ➡️ ተዋዋዮየች ቀብድ የተቀባበሉ እንደሆነ በመካከላቸው የሽያጭ ውል መኖሩን የሚያረጋግጥ ሲሆን ሻጭ ስምምነት ላይ በተደረሰዉ ዋጋ መሰረት ለመሸጥ ገዥም በዚያዉ ዋጋና የውል አፈጻጸም መሰረት ለመግዛት የጸና አቋም እንዳላው (ሁለቱም ወገኖቸ ቁርጠኛ መሆናቸዉን) የሚያረጋግጥ ነዉ፡፡  ቀብድ መሰጠቱ በማያከራክር ሁኔታ ውል መደረጉን እንደሚያረጋግጥ በፍትሀብሔር ሕጋችን በቁጥር 1883 ስር በግልጽ ተደንግጓል። ➡️ ቀብድ የመቀባበል ውጤት:- ውሉ የማይፈጸም ከሆነ የቀብዱን ገንዘብ የከፈለዉ ወገን የሰጠውን ገንዘብ ለሌላኛው ወገን በመተው ወይም በመልቀቅ ውሉን ለመሰረዝ መብት የሚያገኝበት ሲሆን ቀብድ ተቀባዩ የገንዘቡን እጥፍ በመክፈል ውሉን ለመሰረዝ መብት የሚያገኝበትን ውጤት የሚያስከትል ነዉ፡፡        ቅድመ ክፍያ(Down payment) ➡️ በፍትሀብሔር ሕጋችን ቅድመ ክፍያን የሚመለከቱ ድንጋጌዎች የለም ማለት ባይቻልም ቅድመ ክፍያ በመክፈል የተፈጸመ ዉል በሚመለከት ልክ እንደ ቀብድ ራሱን የቻለ ክፍል ተሰጥቶት የቅድመ ክፍያ ምንነትና የሚያስከትለዉን ዉጤት የሚመለከት አንቀጽ በፍትሀብሔር ሕጋችን በግልጽ አልተደነገገም፡፡ ➡️ ቅድመ ክፍያ ማለት ውል ሲፈጸም ከሽያጩ ገንዘብ (ዋጋ) ላይ የሚታሰብ ከዋጋዉ ላይ በከፊል በቅድሚያ የተከፈለ ገንዘብ ነዉ፡፡ ➡️ ቅድመ ክፍያ ከቀብድ የሚለየው ከሽያጩ ዋጋ ላይ በከፊል ቅድመ ክፍያ በመክፈል የተደረገ ውል ገንዘብ ከፋዩ(ገዥ) በውሉ መሰረት ቀሪ ገንዘብ በመክፈል ግዴታውን ባለመወጣቱ ምክንያት ውል በሚሰረዝበት ጊዜ ከዋጋው ላይ በቅድሚያ የተከፈለዉን ገንዘብ እንዲያስቀር ለሻጭ የፍትሀብሔር ሕጋችን መብት አይሰጠዉም። ➡️ በመሆኑም የተከፈለዉ ገንዘብ ቅድመ ከፍያ መሆኑ ከተረጋገጠ ውል ሲሰረዝ ገንዘብ ከፋዩ ገንዘቡን መልሶ የመዉሰድ መብት ያለዉ ሲሆን ገንዘብ ተቀባዩም የተቀበለዉን ገንዘብ የመመለስ ግዳታ ይኖርበታል፡፡ https://t.me/legal_affairs
0
12
https://muhe176216441.wordpress.com/2021/12/10/dambii-durgoo-oolmaa-fi-baasii-geejjibaa-ragaa-baatota-yakkaa/
0
13
190307.pdf
0
14
📎Abbootii seeraa Torba (7) Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa dhaddacha ijibbaataa Murtii kenname. 📎Galmee lakk 190307 Sadaasa 29 bara 2014 murtii hin maxxanfamne. 📎Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Finfinnee (kutaa Magaalaa yakkaa dhimma kanaaf ka'uma kan ta'eedha) Dhimma kallatiidhan dantaa fi faayidaa ummataa fi mootummaa kabachiisuuf aangoo qabu waajjiri bulchiinsa kutaa magaalaa yakkaa falmii irratti taasisee murtii dhumaa argate irra deebiin mirgaa fi dantaa wal-fakkaataa ta'e karaa Abbaa Alangaa kutaa bulchiinsa Magaalaatiin iyyachuun dhimmichi naaf haa ilaalamu jechuun bu'uura S/D/F/H/H kewt 358tiin gaafachuu ni danda'ama moo miti??? 📎Qaamni 3ffaan falmii keessatti kan hin hirmaanne yoo ta'e. Manni Murtii dhimmicha irratti murtii haqa qabeessa ta'e kennuuf kan rakkisu yoo ta'e (indispensable party) kaka'umsa mana murtii ykn iyyannaa qaama mirga qabuun dhiyaatuun akkasumas Bu'aan falmichaa mirga kiyyaa ni tuqa (intersted party) qaama jedhuun iyyannaa dhiyaatuun qaamni 3ffaa falmii keessatti makamuun akka falmuuf seerri falmii hariiroo hawaasaa sirna diriirseera ( kewt 40 fi 41 ilaalaa) kaayyoon isaa sirni bulchiinsa dhimmaa haqummaa akka qabaatuu fi sirnaan akka raawwatamuuf yaadamee kan taa'eedha. 📎Haa ta'uyyuu malee sababoota garagaraan bu'uura tumaalee armaan olii ibsamaniin falmiin adeemsa irra osoo jiruu falmii keessatti osoo hin hirmaatiin hafe murtiin mirga isaa ykn ishee tuqu kennamuu danda'aa. Kanaaf, manni murtii ykn qaamni seeraan aangoo abbaa seerummaa kennameef dura qaamni mirgi kiyya tuqameera jedhu  bu'uura s/d/f/h/h kewt 358 dhiyaachuu ni danda'aa. 📎Akkaataa S/D/F/H/H kewt 358tiin iyyannoo dhiyaatu qaama falmii osoo hin ta'iin ykn osoo falmii keessatti hin hirmaatiin falmii taasifameen murtiin kenname mirga kiyya ni tuqa qaamni jedhu iyyannaa murtii mormii dhiyeessee qaama falmii ta'uun falmatee mirga isaa ykn ishee akka kabachiisuuf kaayyeeffamee kan bocameedha. Kanaaf, Waajjiri dhimmichi kallatiin ilaallatu falmii keessatti hirmaatee murtiin erga kennameen booda mirgaa fi dantaa wal-fakkaataa ta'e irratti Abbaa Alangaa bakka bu'aa waajjiraa ta'ee bu'uura s/d/f/h/h kewt 358 tiin sababii falmii kaasuuf hin qabu. 📎Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa dhaddacha ijibbaataa jildii 8ffaa galmee lakk 37502 ta'een murtii kenne murtii kanaan jijjirameera. 📎Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Finfinnee (kutaa Magaalaa yakkaa dhimma kanaaf ka'uma kan ta'ee fi Waajjira Abbootii Alangaa sadarkaa jiran hunda kan of keessatti kan hammatuudha) bakka bu’aa ta'ee himannaa fi falmii dhiyeessuun mirgaa fi dantaa jiraatootaa akka kabachiisuuf labsii qaamolee raawwachiiftuu hundeessuuf baheen lakk 64/2011 kewt 5 aangoon kan kennameef ta'uus, Aangoo kun addatti dantaa fi mirga wal-fakkaataa kana kabachiisuuf Aangoo kan qabu dhimmichi kallattiidhan kan isa ilaallattu qaamani bulchiinsa magaalaa falmii keessatti hirmaachuun murtiin dhumaa kan irratti kenname bu'uura godhachuun irra deebiin karaa Abbaa Alangaa tiin falmii taasisuuf bu'uura s/d/f/h/h kewt 358tiin  iyyannaa murtii mormii dhiyaatu sababa hin ta'u jechuun hiikkoo seeraa kenneera. 📎Barreeffame TG Afaan Amaariiffa tiin Obbo Daani'eel Fiqaaduu irraa fudhatamee gara Afaan Oromootti hiikkameedha.
0
15
DHAALTOTA DHAALTUMMAA KEESSAA BUQQISUU: HAALA ISAA FI BU'AA SEERAA HORDOFSIISU === 𝗦𝗘𝗘𝗡𝗦𝗔 Duuti akkuma dhalootaa adeemsa uumamaati. Namni akkuma dhalatu ni du'a. Akka aadaa uummata biyya keenyatti namni gaafa dhalatu maatii fi hawaasni naannoo ni gammada; ni ililcha; gaafa du'u immoo bo'ee boochisee gaggeessa. Gaafa lafa kanarra jiraachaa turettis kan qabeenya guddaa horatu jira; kan homaa osoo hin horatin jiraatee darbus akkasuma. Inni gaafa lafa kanarra ture qabeenya horate waantota baay'ee itti dhiphatu keessaa tokko ergan du'ee booda qabeenyi koo akkam ta'a? dhaaltotni koo akkamitti qoqqooddachuu danda'u?kan jedhuu dha. Seera Hariiroo Hawaasaa Itoophiyaa jabana Hayila Sillaasee keessa (bara 1952) tumame bahe kitaaba 2ffaa Mata Duree (Title) 5ffaa jalatti akkaataa mirgii fi dirqamni nama du'ee tokko gara dhaaltota isaatti darbu ilaalchisee tumaalee adda addaa tumee jira. 𝗪𝗔𝗔'𝗘𝗘 𝗗𝗛𝗔𝗔𝗟𝗧𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔 Mirgii fi dirqamni du'aa sababa du'iitii isaatiin addaan hin citne dhaaltummaadhaan dhaltota du'aatti kan darban ta'uu seera kana keewwata 826 jalatti tumamee jira. Seerichi dhaaltummaa gosa lamaaf beekamtii kan kenne ta'uunis tumaalee kitaabichaa irraa ni hubatama. Isaanis dhaaltummaa dhaamoon taasifamu (testate succession) fi dhaaltummaa dhaamoo malee (intestate succession) dha. Tumaalee seera dhaalaa kana cuunfinee yoo ilaallus dhaalchisaan gaafa lubbuun jiru erga inni du'ee booda qabeenyi isaa akkamitti akka dhaalamuu qabu dhaamoo kaa'ee kan du'e yoo ta'e fedhiin isaa kun dursa argatee raawwatamuu kan qabu ta'uun ni hubatama. Haa ta'u malee dhaalchisaan dhaamoo osoo hin taasisin yoo du'e ykn dhaamoon taasifame bu'uura seerri barbaaduun osoo hin taasifamin sababa hafeef fudhatama kan hin qabne yoo ta'e akkaataa seerichi tumeen qabeenyi du'aa dhaaltota isaatti kan darbu ta'a. Du'aan dhaamoo taasisu keessatti eenyu qabeenya isaa dhaaluu akka qabu; eenyu dhaaluu akka hin qabne (eenyu dhaaltummaa keessaa buqqa'uu akka qabu) fi kkf tumuu ni danda'a. Dhaalchisaan mirga qabeenya isaa nama barbaadeef dhaamuu kan qabu ta'us akkuma barbaadetti taasisuu hin danda'u; daangaan seerichaan irratti gatame ni jira. Kanneen keessaa tokko ulaagaaalee dhaamoon taasifamu tokko guutuu qabu tarreessuudha; kunis dhaalchisaan akka feeteen dhaamoo akka hin taasisne dhorkuu fi ulaagaalee seerri barbaadu hordofee akka taasisu kan godhuu dha. Kana malees dhaalchisaan dhaamoodhaan qabeenya isaa nama barbaadeef dhaamuu danda'us gocha isaa kanaan dhaaltota isaa asii gadi lakkaa'aman akka feeteen dhaaltummaa keessaa baasuu hin danda'u. 𝗗𝗛𝗔𝗔𝗟𝗧𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔 𝗞𝗘𝗘𝗦𝗦𝗔𝗔 𝗕𝗨𝗤𝗤𝗜𝗦𝗨𝗨 Dhaaltummaa keessaa buqqisuu jechuun maal jechuudha? Kana jechuun dhaalchisaan namoota seeraan mirga dhaaluu qaban qabeenya isaa akka hin dhaalle sirna itti taasisu jechuu dha. Sirni dhaaltuun asii gadi lakkaa'aman (descendants of the deseased) itti dhaaltummaa keessaa buqqifaman kan dhaaltota asii ol lakkaa'aman (ascendants) irraa adda akka ta'e tumaalee seerichaa irraa ni hubatama. 𝗗𝗵𝗮𝗮𝗹𝘁𝗼𝘁𝗮 𝗔𝘀𝗶𝗶 𝗚𝗮𝗱𝗶 𝗟𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗺𝗮𝗻 𝗕𝘂𝗾𝗾𝗶𝘀𝘂𝘂:tumaan seerichaa ifatti akka mul'isutti, dhaalchisaan dhaaltota isaa asii gadi lakkaa'aman (jechuunis ijoollee isaa ykn ilmaan ijoollee isaa) akka barbaadetti dhaaltummaa keessaa buqqisuu hin danda'u. Daangaan qixa kanaan dhaalchisaa irra kaa'ame sababa murtii kana irra gahuu isa dandeessise dhaamoo taasisu keessatti ibsuun kan wal qabatuu dha. Haaluma kanaan gocha dhaaltuun sun raawwate ykn raawwachuu dhabe ibsamee dhaamoo keessatti ibsamuu qaba jechuu dha. Sababni dhaalchisaan ilmoo ykn ilmoo ilmaan isaa dhaaltummaa keessaa buqqisuuf dhaamoo keessatti ibse gahaadha moo miti ijoon jedhu Mana Murtiitiin kan madaalamu ta'uunis tumameera (SHH keewwata 938). Dhaalchisaan sababa gahaa dhaamoo keessatti osoo hin ibsin ijoollee isaa ykn ijoollee ilmaan isaa buqqisuu hin danda'u jechuu dha.
0
16
𝗠𝗜𝗥𝗚𝗔 𝗪𝗔𝗕𝗜𝗜𝗡 𝗛𝗜𝗜𝗞𝗔𝗠𝗨𝗨 (Hubannoo Hawaasaaf) ••• 𝗦𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 Mirgoota namoomaa uumama isaanitiin dhala namaa maraaf uumamaan kennaman keessaa tokko mirga walabummaati. Mirgi bal’aa yoo ta’u seeraan ala to’atamuu dhabuu kan dabalatuu dha. Gama biraatiin mootummaan nageenya biyyaa fi uummataa eegaisuuf dirqama kan qabu ta’ee yakki akka hin raawwatamne ittisuu, nama kanarra darbee yakka raawwatu seeratti dhiyeessun adabamee akka irraa baratuu fi kanneen biroo gocha wal fakkaataa akka hin raawwanne akeekkachiisuuf ni hojjata. Kana keessattis namoota yakka raawwatan jedhanii shakkan to’achuun; kanneen yakka raawwachuun qorannoon irratti mirkanaa’e Mana Murtiitti himachuun ni jira. Mirgoota namoota to’atamanii fi himatamaniif eegaman keessaa tokko mirga wabiin to’annaa jalaa bahuuti. Barruu gabaabduu kana keessatti waa’ee mirga kanaa fi raawwatiinsa inni biyya keenyatti qabu gabaabsinee ilaaluuf yaalla. 𝗠𝗮𝗮𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗠𝗶𝗿𝗴𝗮 𝗪𝗮𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗵𝘂𝘂 Wabuu bahuu jechuun namni yakka raawwachuun to’atame ykn hinatame yeroo fuulduratti barbaadamutti dhiyaachuuf wabummaa namaa waammatee ykn maallaqa/qabeenya qabsiisee to’annaa jala bahuun dhimma isaa mana isaatii deddeebi’uun hordofachuu jechuu dha. 𝗠𝗶𝗿𝗴𝗮 𝗪𝗮𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗵𝘂𝘂 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝘀𝗲𝗲 𝗦𝗲𝗲𝗿𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗕𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗞𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗹 𝗝𝗲𝗱𝗵𝘂? Heerri Mootummaa FDRI bara 1987 bahee fi kan Mootummaa Naannoo Oromiyaa bara 1995 fooyya’ee keewwata 19 (6) jalatti mirga kanaaf beekamtii kennaniiru, akkas jechuun: “namni qabame (to’annoo jala jiru) wabiidhaan bahuuf mirga ni qaba. Haala addaa seeraan tumameen Manni Murtii mirga wabiin bahuu nama to’atamee dhorkuu ykn wabummaa gahaa waamsisuun haala irratti hundaa’ee akka bahu taasisuu ni danda’a.” Tumaan heera mootummaa kun ifaa fi gabaabadha; haala addatti mirgi wabiin bahuu ifatti yoo dhorkameen alatti nama to’atame wabii waamsisuun gadi lakkisuun dirqama akka ta’eedha. Seerri deemsa falmii yakkaas keewwata 59 jalatti tumaa wal fakkaata hammateera. 𝗠𝗶𝗿𝗴𝗮 𝗪𝗮𝗯𝗶𝗶 𝗘𝗲𝗻𝘆𝘂𝘁𝘂 𝗛𝗮𝘆𝘆𝗮𝗺𝗮/𝗘𝗲𝗴𝗮? Tumaalee seera deemsa falmii yakkaa fi heera mootummaa yommuu sakattaanu, mirga wabii eeguun wal qabatee adda durummaan kan aangeffame Mana Murtii ta’uu hubanna. Ta’us qorataan poolisii nama yakka raawwachuun shakkamee to’annaa jala jiru waraqaa dirqamaa guuchisuun wabiin gadilakkisuu akka danda’u seera deemsa falmii yakkaa keewwata 28 jalatti tumameera. Kunis ta’uu kan danda’u yakki shakkamaan ittiin shakkame adabbii hidhaa cimaan kan hin adabsiisne yoo ta’e ykn yakka raawwachuun isaa shakkisiisaa yoo ta’ee dha. Akkaataa kanaan qorataan poolisii nama to’atame mallatteessisee gadi lakkisuu yoo dhiise/dide namichi bu’uura seericha keewwata 64 tiin Mana Murtiitti iyyachuu ni danda’a. Manni Murtiis iyyata akkaataa kanaan dhiyaatuf ilaalee murtii kennuuf aangoo bal’aa qaba. 𝗛𝗮𝗮𝗹𝗼𝘁𝗮 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗠𝗶𝗿𝗴𝗮 𝗪𝗮𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗵𝘂𝘂 𝗗𝗵𝗼𝗿𝗸𝗶𝘀𝗶𝗶𝘀𝗮𝗻 Haalotni addaa mirga wabiin bahuu nama to’atamee ykn himatamee dhorkisiisan seerota adda addaa keessatti tumamanii jiru. 𝗦𝗲𝗲𝗿𝗮 𝗗𝗲𝗲𝗺𝘀𝗮 𝗙𝗮𝗹𝗺𝗶𝗶 𝗬𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝘁𝘁𝗶: Seericha keewwata 63 fi 67 jalatti akka tumametti haalotni armaan gadii gaafa mudatan Manni Murtii mirga wabiin bahuu ni dhorka. •Yakki raawwatame jedhame adabbii du’aan ykn hidhaa cimaa waggaa 15 fi isaa oliitiin kan adabsiisu yoo ta’e; fi namni yakki irratti raawwatame (victim) kan du’u yoo ta’e (possiblity); •Namni shakkame/himatame dirqama wabummaa seene hin bahatu (ni bada) jedhamee yoo amaname; •Yoo to’annaa jalaa bahe yakka biraa raawwachuu danda’a jedhamee yoo tilmaamame; •Ragaa balleessuu (ragaa namaa faayidaan ykn haala biraan ni gowwoomsuu dabalatee) danda’a jedhamee yoo amanamee dha. 𝗟𝗮𝗯𝘀𝗶𝗶 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗗𝗲𝗲𝗺𝘀𝗮 𝗙𝗮𝗹𝗺𝗶𝗶 𝗬𝗮𝗸𝗸 𝗠𝗮𝗹𝗮𝗮𝗺𝗺𝗮𝗹𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗟𝗮𝗸𝗸.882/2007 Labsii kana jalatti namni yakka malaammaltummaa adabbii hidhaa cimaa waggaa 10 ol adabsiisu raawwachuun kan shakkame yoo ta’e mirgi wabiin bahuu isaa akka dhorkamu keewwata 3 jalatti tumameera.
0
17
Maalummaa Fi Gosoota Bakka Bu'iinsaa 1️⃣ Maalummaa Bakka Bu'iinsaa ======= ✅ Akkaataa Seera Hariiroo Hawaasaa keewwata 2199 tiin Bakka Bu'iinsa jechuun namni bakka buusaa jedhamu tokko nama bakka bu'aa jedhamuuf akka isaa ta'uun hojii seera qabeessa tokko ykn sanaa ol maqaa bakka bu'aatiin hojjechuuf dirqama Waliigaltee kan itti seenudha. Kanaanis bakka bu'aan akka bakka buusaa ta'ee hojii bakka buusaa maqaa bakka buusaatiin raawwachuuf waliigaltee taasifamuudha. ✅ Bakka Bu'iinsi waliigalteewwan addaa keessaa tokko waan ta'eef; ulaagaalee waliigaltee seera qabeessi tokko guutuu qabu kan seera Hariiroo Hawaasaa keewwata 1678 jalatti kaa'aman guutuu qaba. Ulaagaaleen guutamuu qaban kunneenis: A) waliigaltee seenuuf nama dandeettii qabu (umurii 18 ol ta'uu, Sammuun fayyaa ta'uu, seeran kan hin dhorkamne ta'uu) B) Fedhiin jiraachuu C) Dhimmi irratti waliigalame raawwatamuu kan danda'u ta'uu D) Foormii seerri kaa'e hordofuu fa'i. ✅ Akkaataa Seera Hariiroo Hawaasaa keewwata 2200 tiin Bakka Buusaan bakka bu'aaf Aangoo Bakka Bu'iinsaa jechaan ykn callisaan akkasumatti kennuu akka danda'u yommuu ta'u garuu seerri bakka bu'uunsichi foormii addaatiin kennamuu qaba jedhee yoo ajaje kuni guutamuu qaba. 2️⃣ Gosoota Bakka Bu'iinsaa ====== ✅ Akka waliigalaatti gosootni bakka Bu'iinsaa 2( lama) yommuu ta'u isaanis bakka bu'iinsa Waliigalaa fi Bakka Bu'iinsa Addaa jedhamuun beekamu. 1ffaa. Bakka Bu'iinsa Waliigalaa(shh kwt 2203) ✅ Bakka Bu'iinsi kun bifa waliigalaatiin kan kennamu ta'ee bakka bu'aan hojii bulchiinsaa qofa akka hojjetuuf kan aangessuudha. ✅ Hojii bulchiinsaa kan jedhamanis maal fa'i akka ta'an kwt 2204 jalatti tarreeffamanii jiru. Isaanis: 👉 Qabeenya bakka buusaa teessisuu fi eeguu 👉 Yeroo waggaa 3 oliif hin caallef kireessuu. 👉 Liqii funaanuu 👉 Galii funaanuu 👉 Midhaan funaanuu 👉 Mi'a daldalaa gurgurtaaf ramadaman ykn baduu danda'a gurguruu fkkf 2ffaa. Bakka Bu'iinsaa Addaa(shh kwt 2205) ✅ Gosti bakka bu'iinsaa Kun bakka bu'iinsa bulchiinsaatiin alatti hojii addaa akka raawwatu ibsuun kan kennamuudha. Aangoo bakka bu'iinsaa kanaanis bakka bu'aan qabeenya hin sochoone gurguruu, qabsiisee liqeeffachuu, kennaa raawwachuu, Mana Murtiitti falmuu fi kkf raawwachuu danda'a. ✳️ Dirqamoota Bakka Bu'aa fi Bakka Buusaa ✅ Akkaataa Seera Hariiroo Hawaasaa kwt 22008 fi keewwattoota itti aananiin bakka bu'aan dirqamoota heddu qaba. Kanneen keessaa bakka bu'aan hojii bakka buusaa yeroo hojjetu amanamummaani fi qabeenya amaanaan itti kenname akka ofiisaatti qabuutu irra jiraata. Kanamalees bakka bu'aan faayidaa bakka buusaa qofaafi aangoo isaaf kenname qofaan hojjechuu qaba. Akkasumas yeroo yeroon adeemsa hojii fi herreega beeksisuu qaba. ✅ Gama biraatiin bakka buusaanis akkaataa kwt 2219 fi keewwattoota itti aananiin dirqamoota heddu qaba. Kanneen keessaa: gatii dadhabbii bakka bu'aa kaffaluuf waliigaleera yoo ta'e kaffaluu qaba. Dabalataanis baasii hoji-adeemsistuu uwwisuu qaba. 3️⃣ Hafiinsa Bakka Bu'iinsaa ====== ✅ Bakka Bu'iinsi erga kennamee booda haalota garaagaraatiin hafuu danda'a. Haalonni kunneenis: bakka bu'iinsa haquu, Aangoo bakka bu'iinsaa Fedhiin dhiisuu fi du'uu bakka buusaa ykn bakka bu'aa fa'i. Credit- https://t.me/GolaSeeraa
0
18
How to Fix the Theme File Editor is Missing in WordPress https://pluginsforwp.com/blog/how-to-fix-the-theme-file-editor-is-missing-in-wordpress/
0
19
Qajeelfama Qabeenya Abbaa Hin Qabnee
0
20
Gita Hojii Haarawa Waajjiroota lafa Magaalaa Muummee Godinaa fi Aanaalee+9
Gita Hojii Haarawa Waajjiroota lafa Magaalaa Muummee Godinaa fi Aanaalee
0