cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABDII SABAA MEDIA

👉https://youtube.com/@abdiisabaatube Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
10 063
مشترکین
-124 ساعت
+97 روز
+2030 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Qonnaan bultoonni Oromoo Harargee Jimaa Oomishuun jiruufi jireenya isaanii geggeeffatan nama nurraa bitu dhabuun rakkoo keessa jirra jedhu. Sababa gatiin gabaa baduun immoo ofii keenyaafi maatii keenya waan nyaannuufi nyaachisnu dhabuun beelaaf saaxilameerra jedhu. Qaamota mootummaa dhimmi kun ilaallatutti iyyannu illee iyyanni keenya hin dhaga’amu jechuun komatu. Ooyiruu Jimaa bal'aa osoo qabnuu guurree magaalaa geessinee nama bitu dhabuun magaalumatti gannee galaa jirra jedhu qonnaan bultoonni oomisha Jimaan jireenya ofii fi maatiisaanii geggeeffatan. Jimaan muka isaarraa yeroo guuramutti maallaqni itti ba’ee guurama kan jedhan, yeroo amma nama bitu dhabuun muka irratti dhiisaa jirra jedhu. Oomisha Jimaa hojjennee jireenya keenya sadarkaa fooyya’aa irraan ga’annu illee amma jireenya gadi aanaa kaleessa keessaa baane sanatti deebinee jirra jechuun dubbatu. Ooyiruu Jimaa ala jiru ilaaluun isin abbaa qabeenyaatii nuun jedha mootummaan kan jedhan, dhuguma osoo ooyiruu Jimaa bal'aa qabnuu waan nyaannu dhabuun beelaaf saaxilamnee jirra jedhu. Qaama mootummaatti himannus himanni keenya hin dhaga'amu; mootummaa birayyuu hin ga'u jechuun furmaata dhabanii rakkoo ulfaataa keessa jiraachuu dubbatu. Gama biraan immoo rakkoon kanaa maali jennee yoo gaafannu daldaaltotatu akkas isin gochuutti jira nuun jedhama jedhu. Awwadaay irratti qaraxa kaffallee waraqaa ittiin kaffalle qabannee yoo deemnu bakka biraatti immoo waraqaa sana nurraa fuudhuun dachaa isaan qaraxa nu kaffalchiisu jedhan. Rakkoon gama Jimaan nu mudate waan armaan dura takkaa nu mudatee hin beeknedha kan jedhan, uummanni kun madda jireenya biraa waan hin beekneef amma madda jireenya biraa barbaaduuf ooyiruu qonnaa isaa dhiisee deemuuf dirqamaa jiraachuu himu. Daldaltoonnis qaraxa humnaa olii kaffalamu balaaleffachuun dubbatu. Rakkoon gabaa Jimaa mudate kun saffisa barbaachisuun yoo hin furamne gaaga’ama ulfaataa uummatichaafi biyyattiif qabaata jedhu. MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoo @MEDIA_OMN
1 1223Loading...
02
MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoo @MEDIA_OMN
9380Loading...
03
Tana Taankin ta Arsenaal ajjeefte ....... Wajji kofallaan gadheen hiriyaa nu seete..
1 2071Loading...
04
Perezidaantii Taanzaaniyaa Aadde Saamiyaa Suluhuu Hasan dubartii hooggantuu jabduu adduunyaa kanaa. Jecha Rabbii ol ta'ee Qur'aana qabattee sirna kakuu raawwatte. Hijaaba isiitiin of taatee dubartii muslimaa ta'uu isiitti boonaa ummataafi biyya isiif hojjataa jirti. Marabbaa hijaabaa, simboo of ta'ummaa.
1 5040Loading...
05
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
1 5880Loading...
06
Namoonni malaqaa dalaguuttii jiran milkaa'ina keessa jirachuu himan namonni iraa fagaatee ittii dhihadhuu hojjachuu dadessaa
3840Loading...
07
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
1 5690Loading...
08
#Balaa_Bakakkaa! =============== Harargee Bahaa Malkaa Balloo Araddaa Waldaya Misoomaatti gaafa guyyaa 4/09/2016 rooba roobeen bakakkaan namoota 11,tti buu'ee haala gadii kanaan lubbuun isaanii baraaramee jira. Kanneen miidhaman Rabbi haafayyisu!🤲
6311Loading...
09
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
6290Loading...
10
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
3090Loading...
11
#Harar_Harerge biyyaa jaalala fi tokkummaa itti margee #Waraabessa fuutee yoo gabaa baate, namicha re'ee 🐐 fuudhee gabaa deeme caalaa namoota baayyeetu si daawwata, ajaa'ibsiifattoota baayyee argachuu dandeessa, xiyyeeffannoo namoota baayyee argatta. #Xumurarratti gabaan kan bittu garuu waraabessa utuu hin taane, re'eedha. Qabxii kee xumuraatu murteessa. Waa irraa barachuun yoo danda'ame tahee #Save godhu
2 0725Loading...
12
CITY SQUARE MALL https://citysquare-mall.cc/#/
8050Loading...
13
Waltajjii keenya irratti karaaleen maallaqa itti argannu lamatu jira: ✔️1. Sadarkaa VIP fooyyessuudhaan hojiiwwan banaa, hojiiwwan xumuruu fi komishinii guyyaa guyyaa argachuu. Hojiin kun guyyoota 180f hojiirra oola. Yeroo kana keessatti guyyaa guyyaan hojiiwwan xumuruun komishinii walgitu argachuu dandeessa. Sadarkaan VIP olka'aa yoo ta'e komishiniin ol'aanaa ta'a. akka armaan gadiitti: ⏩VIP 1: Invast 15 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 3 USDT ⏩VIP 2: Invast 88 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 18 USDT ⏩VIP 3: Invastimantii 266 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 55 USDT ⏩VIP 4: Invast 758 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 152 USDT ⏩VIP 5: Invast 1588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 318 USDT ⏩VIP 6: Invastimantii 3588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 718 USDT ⏩VIP 7: Invastimantii 6588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 1438 USDT ⏩VIP 8: Invast 12888USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 3288 USDT ⏩VIP 9: Invastimantii 25888 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 6888 USDT ⏩VIP10: Invastimantii 58888 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 16358 USDT ✔️2. Karaa garee keessanii galii argadhaa, link waamichaa keessan qooduu qofa isin barbaachisa. Gareen keessan jala jiru yeroo galmaa’ee fi chaarjii godhu, ofumaan galii ni argattu, kunis kallattiin gara teessoo boorsaa kee hidhameetti baafamuu danda’a. 👉bonus waamichaa Kuufama fayyadamtoota sadarkaa tokkoffaa affeeraman keessaa %10 argadhu Kuufama fayyadamtoota sadarkaa lammaffaa affeeraman keessaa %3 argadhu Kuufama fayyadamtoota sadarkaa sadaffaa affeeraman keessaa %1 argadhu Fakkeenyaaf A ni afeera B B afeera C C ni afeera D Yoo D 1000USDT kuufame C 100 USDT argachuu danda'a B 30 USDT argachuu danda'a A USDT 10 argachuu danda'a ---------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------- 👉Yeroo miseensa haaraa 15USDT akka chaarjii godhu affeertan hunda carraa carraa carraa ni argattu, 0.88-8888.88. ----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------- 👉Kun hojii yeroo dheeraa, tasgabbaa'aa yoo cimtee hojjettan galii baayyee gaarii siif argamsiisudha.👉 👉Amma join godhaa:https://citysquare-mall.cc/#/register?ic=160795 👉Amma join godhaa https://citysquare-mall.net/#/register?ic=160795 ➡️ tajaajila maamilaa onlaayinii:Amma mariisisaa.
10Loading...
14
CITY SQUARE MALL https://citysquare-mall.cc/#/team
10Loading...
15
#Xiyyeeffannoo Gaambeellaatti barattoonni Oromoo haala yaaddessa keessa jiru. Akkuma yeroo darbe gabaasnee turre yuunivarsitii Gaambeellaa keessatti barattoonni Oromoo haala yaaddessaa keessa akkuma jiranitti jiru! Guyyaa harraas barattoota irratti miidhaan garaa garaa akka dhaqqabaa jiru odeeffannoon nu qaqqabaa jira. Qaamni dhimmi ilaallatu furmaata hatattamaa akka kennuuf barattoonni irra deddeebiin cimsanii gaafachaa jiru. Barnoonni Nageenyaan Boodadha.Nageenyi Hin jiru Taanaan barnoonnis Akkasuma Qaamni dhimmi ilaalatu Yeroo Gabaabaa keessatti Furmaata Akka Kennitan Kabajaan isin Gaafanna Mooraa Mootummaa Hunda keessatti Qamni kamuu Wal qixadha Mirgi Barattoota Oromoo Yaa Kabajamu. Mooraa Biraa keessattis Kabajniif Jaalalli Barattoonni Oromoo Saba kanaaf qaban Addadha. Dhimma Kana Xiyyeeffannoon Hatattamaan yoo furmaata Argachuudhaa baate rakkoon booda dhufu Gaarii hin ta'u. Furmaata Hatattamaa Yuunivarsiitii Gaambeellaa
1 8652Loading...
16
Adaamii Ollaa Agamsaa Finxaaleyyii Faannoo ofiin jettuun kan gaggeeffamu Wolloo Naannoo afaan Oromoo dubbatu irratti Lolli bifa haarayaan baname,,,,, “Qaamni dhimmi ilaallatu nudhaqqabaa” jedhu manguddoonni jiillee keessumattu gyyaa har’aa karaa hedduun lollo hamaa gaggeeffamaa oole Hanga ammatti Wareegamtoonni guyyaa Caamsaa 10/2024 tti kan wareegame 1~ Usumaan Badhoo 👉Caamsaa 11/2024 tti immoo kanneen wareegaman. 1~Husseen Kaliilee ~Ganda elemoo irraa 2~Husseen Umar ~Ganda Elemoo irraa 3~Husseen Muhammad ~Ganda Elemoo irraa 4~Muhammad Shee Hasan~Ganda Oortaa irraa 5~Hasan Muhammad Alii ~Ganda Qalloo irraa 👉Caamsaa 11/2024 tti kan madaahan 1~Muhammad Siraaj Bulee ~Ganda Elemoo irraa 2~Sayyid Muhammad Abduu ~Ganda Elemoo irraa 3~Yaahyaa Abduu Jibriil ~Ganda Elemoo irraa 4~Yasuf Ahmad Bahree ~Ganda Elemoo irraa 5~Abduu Muhammad Husseen ~Ganda Elemoo irraa 6~Husseen Yaasee ~Ganda Elemoo irraa 7~Muhammad Kabbadaa ~
1 5871Loading...
17
Dureessi Oromoo Obbo Yaadataa Juuneddii Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf Birrii Miiliyoona 5 Gumaachan.💪
1 4670Loading...
18
#KUTAA_12FFAA Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:- ➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa Roobii (03/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Herregaa Kamisa:- (04/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Ji'oograafii Jimaata:- (05/11/2016)       Ganama :- History       Guyyaa  :- Economics  ➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu. Kibxata:- (09/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Maths Roobii (10/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Physics Kamisa:- (11/11/2016)       Ganama :- Chemistry       Guyyaa  :- Biology ➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera. ➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.   Share Gochuu Hin Dagatinaa!!  
1 4580Loading...
19
Shanan Dhuuggootti sangaan waggaa tokko dura qarshii kuma 75 bitame qarshii kuma 270000tti gurgurame. OMS caamsaa 3/2016- Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti qonnaan bulaan mala aammayyaatiin gabbisa looniirratti bobba'e sangaa tokko qarshii kuma 270000tti gurgurachuun himame. Qonnaan bulaa maqaan Abdurazaaq Mahammad Hassan jedhamu,jiraataa Godina Harargee Lixaa Aanaa Aanaa Shanan Dhuggooo araddaa Abbaa Cabsii ganda Harooliitii sangaa tokko qarshii kuma 270000tti gurgurachuun himame. Obbo Abdurazaaq Mahammad sangicha waggaa tokko dura magaalaarraa qarshii kuma 75tti bituu hima. Sangicha guyyaa biterraa jalqabee iddoo ciisichaa mijataa manatti tolchuun daakuu boqqolloo,ataraafi furushkaa bishaaniin walitti makuun akka marqaatti nyaachisaa akka ture kan dubbatan Obbo Abdurazaaq bishaan lagaa harreen waraabee manatti obaasaa akka ture hima. Obbo Abdurazaaq sangichi fedhii nyaataaf qabu akkan hir'anneef torbe lamatti yeroo tokko lilmee vitaaminiifi qorachaa manatti dirsiisaa akka turres himaniiru. Obbo Abdurazaaq sangicha daldalaan loonii maqaan Mammad Jamaal jedhamu manatti dhufee guyyaa har'aa qarshii kuma 270000tti akka irraa bite himuun gabaatti osoon gurgurre qarshii 350000 nan gurgura jechuun gatii rakasatti akka gurgure dubbata. Maallaqa sangicha gurgureen mana ijaaruufi kan manarraa hafe sangoota lama bituun bakka buusee gabbisuufis karoorfatee akka jiru hima. Sangicha hubannoo ogeenyii gabbisa looniirraa arqadhetti fayyadameen yeroo gabaabaa keessatti gabbise" jechuun Isaaniis bu'a qabeessa akka tahe himaniiru.
1 4920Loading...
20
HARERGE LIXAA
1 4930Loading...
21
#Odeeffannoo_dhiyeenyaa. Sagantaan qormaata xumuraa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 ifoomeera. Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa sagantaan kun naannoo Tigraay irraa kan hafe naannolee hundaaf akkasumas bulchiinsa magaalaa lamaaniif dorgomtoota qormaata waraqaa fi intarneetii fudhataniif akka oolu beeksiseera. Qormaata xumuraa kutaa 12ffaa bara 2016 Adoolessa 3-5/2016 qormaata saayinsii hawaasaaf; Barattoota saayinsii uumamaatif Adoolessaa 9-11, 2016tti ni kennama.
1 7883Loading...
22
Dhugaa yeroo murteessituu keessatti baate!! Bara 2018 keessa ummata keenya Harargee Naannoo Somalee irraa buqqa'uu hordofee lootoriin Lammiin Lammiif jadhu gurguramuun Maallaqni Birriin Biiliyoonni walakaa ol Baankiitti walitti qabamee ture. Namnichi maallaqa san walitti guure isa suuraa isaa as irratti argitan kanaadha. Waan nama gaddisiisu maallaqa san Namnichi kun Baankii baasuun Hoteela amma suuraa irratti argitan kana Finfinnee Booleetti ijaarratee maallaqa ummata ittiin gargaaruuf guurame dhimma dhuunfaa isaaf oolfachaa jira. Dhimmi Namichi kun yakka yakka caalu hojjate. Kanaaf qaamni dhimmi kun ilaalu hatattamaan Tarkaanfii fudhachuun Hoteelli maallaqa ummataan ijaarame kun gurguramee akka ummata keenya Harargee Beelaan amma daandii irratti harca'ii jira kan ittiin gargaaruuf oolu godhamuu qabu! TARKAANFIIn Saffisaan fudhatamuu qaba!! Maxxansa kana saffisaan 👉#Share godhuun waliif dabarsaa! Har'a Ajandaan kana qofa ta'uu qaba! Itti Muddaa!!
1 6571Loading...
23
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid025hqJm2KE9Priayu1TxcYVG42sBntDXyGwjxbAByNHzkK7YunQkRr3MHgEgqfFwmVl&id=100063740302428&sfnsn=mo&mibextid=6aamW6
1 8771Loading...
24
Itoophiyaan mootummaa Falasxiin deeggarte. Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin ta’inii geggeffamaa ture. Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera. Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama. Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti. Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya ta’uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru. Biyyoonni sagal Falasxiin biyya ta’uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu ta’u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/atomanturiki nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
1 7060Loading...
25
Let's play to win cash prizes! Join me on GAMEE. https://prizes.gamee.com/get/1sdcjlhl
1600Loading...
26
Malaqaa dalaguu Yoo fatee app bufadhu dalaguu dadessaa
1590Loading...
27
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati 1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6349029545 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema. Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6349029545 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ 6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
2 1741Loading...
28
#Update #TaayyeDanda,a Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimmasaanii akka hordofan yaadni murtoo kenname Manni Murtii Ministir De’eetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan mana amala sirreessaa galanii dhimmasaanii akka hordofan yaadni murtoo kenne. Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti dhaddachi ramaddii 1ffaa Liddataa dhimmoota yakka heera mootummaafi sirna heera mootummaa oolmaa har’aan mirga Wabii Obbo Taayyeen dhiyeessan qorachuun yaada murtoo kenneera. Dhaddachichi falmii bitaa mirgaa qorachuun Obbo Taayyeen mana amala sirreessaa galanii dhimmasaanii akka hordofan yaada murtoo kenneera. Ministeera Haqaatti Abbaan Alangaa Daarektoreetii Dhimmoota Yakkoota Gurmaa’aafi Daangaa Ce’aa Obbo Taayyee Danda’aa yakkoota sadiin himachuun kan yaadatamuudha. http://t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡
1 9930Loading...
29
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati 1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6349029545 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema. Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6349029545 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ 6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣ http://t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡
1 9961Loading...
Qonnaan bultoonni Oromoo Harargee Jimaa Oomishuun jiruufi jireenya isaanii geggeeffatan nama nurraa bitu dhabuun rakkoo keessa jirra jedhu. Sababa gatiin gabaa baduun immoo ofii keenyaafi maatii keenya waan nyaannuufi nyaachisnu dhabuun beelaaf saaxilameerra jedhu. Qaamota mootummaa dhimmi kun ilaallatutti iyyannu illee iyyanni keenya hin dhaga’amu jechuun komatu. Ooyiruu Jimaa bal'aa osoo qabnuu guurree magaalaa geessinee nama bitu dhabuun magaalumatti gannee galaa jirra jedhu qonnaan bultoonni oomisha Jimaan jireenya ofii fi maatiisaanii geggeeffatan. Jimaan muka isaarraa yeroo guuramutti maallaqni itti ba’ee guurama kan jedhan, yeroo amma nama bitu dhabuun muka irratti dhiisaa jirra jedhu. Oomisha Jimaa hojjennee jireenya keenya sadarkaa fooyya’aa irraan ga’annu illee amma jireenya gadi aanaa kaleessa keessaa baane sanatti deebinee jirra jechuun dubbatu. Ooyiruu Jimaa ala jiru ilaaluun isin abbaa qabeenyaatii nuun jedha mootummaan kan jedhan, dhuguma osoo ooyiruu Jimaa bal'aa qabnuu waan nyaannu dhabuun beelaaf saaxilamnee jirra jedhu. Qaama mootummaatti himannus himanni keenya hin dhaga'amu; mootummaa birayyuu hin ga'u jechuun furmaata dhabanii rakkoo ulfaataa keessa jiraachuu dubbatu. Gama biraan immoo rakkoon kanaa maali jennee yoo gaafannu daldaaltotatu akkas isin gochuutti jira nuun jedhama jedhu. Awwadaay irratti qaraxa kaffallee waraqaa ittiin kaffalle qabannee yoo deemnu bakka biraatti immoo waraqaa sana nurraa fuudhuun dachaa isaan qaraxa nu kaffalchiisu jedhan. Rakkoon gama Jimaan nu mudate waan armaan dura takkaa nu mudatee hin beeknedha kan jedhan, uummanni kun madda jireenya biraa waan hin beekneef amma madda jireenya biraa barbaaduuf ooyiruu qonnaa isaa dhiisee deemuuf dirqamaa jiraachuu himu. Daldaltoonnis qaraxa humnaa olii kaffalamu balaaleffachuun dubbatu. Rakkoon gabaa Jimaa mudate kun saffisa barbaachisuun yoo hin furamne gaaga’ama ulfaataa uummatichaafi biyyattiif qabaata jedhu. MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoo @MEDIA_OMN
نمایش همه...
👍 11🥰 1
نمایش همه...
1
Photo unavailableShow in Telegram
Tana Taankin ta Arsenaal ajjeefte ....... Wajji kofallaan gadheen hiriyaa nu seete..
نمایش همه...
👍 4 2👏 1
Perezidaantii Taanzaaniyaa Aadde Saamiyaa Suluhuu Hasan dubartii hooggantuu jabduu adduunyaa kanaa. Jecha Rabbii ol ta'ee Qur'aana qabattee sirna kakuu raawwatte. Hijaaba isiitiin of taatee dubartii muslimaa ta'uu isiitti boonaa ummataafi biyya isiif hojjataa jirti. Marabbaa hijaabaa, simboo of ta'ummaa.
نمایش همه...
13👍 8
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
نمایش همه...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

👍 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni malaqaa dalaguuttii jiran milkaa'ina keessa jirachuu himan namonni iraa fagaatee ittii dhihadhuu hojjachuu dadessaa
نمایش همه...
👍 3
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
نمایش همه...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

👍 4 1
#Balaa_Bakakkaa! =============== Harargee Bahaa Malkaa Balloo Araddaa Waldaya Misoomaatti gaafa guyyaa 4/09/2016 rooba roobeen bakakkaan namoota 11,tti buu'ee haala gadii kanaan lubbuun isaanii baraaramee jira. Kanneen miidhaman Rabbi haafayyisu!🤲
نمایش همه...
👍 1
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
نمایش همه...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

👍 4