cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABDII SABAA MEDIA

👉https://youtube.com/@abdiisabaatube Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
10 181
مشترکین
-624 ساعت
+27 روز
+4230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
#Amaaraa #Intarneetii Ji'oota hedduu booda naannoo Amaaraatti tajaajilli intarneetii deebi'ee jira. Naannoo Amaaraa magaalota hedduutti qunnamtiin intarneetii ji'oota hedduudhaaf addaan citee turee, har'a tajaajilli intarneetii naannichatti deebi'ee eegalameera. Hanga ammaatti magaalota 14 keessatti tajaajilli intarneetii deebi'ee eegalameera. Intarneetii addaan kutuun walitti bu’iinsa ittisuu fi nagaa itti fufiinsa qabuuf kan hin mijoofne ta’uu fi uggurri kun akka kaafamu irra deddeebiin waamichi godhamaa turuun ni yaadatama.
نمایش همه...
👍 1
Keeniyaatti reeffi dubartootaa ciccitee qalqalloon gatame balfa keessaa baafameJuly 14, 2024 https://abdiisabaamedia8.wordpress.com/keeniyaatti-reeffi-dubartootaa-ciccitee-qalqalloon-gatame-balfa-keessaa-baafamejuly-14-2024/
نمایش همه...

https://t.me/major/start?startapp=6349029545 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 75⭐️ invite bonus for you 200⭐️ if you are Premium Major
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

እኔ በግሌ በሁለት ቀናት ውስጥ 2599,00 አገኘሁ ሁላችሁም አሁን ጀምራችሁ ይህን ሊንክ ለጓደኞችዎ ያካፍሉ🙆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://T.me/major/start?startapp=6349029545 kana lalun naa amanu dandesu ani dhunfaa kiyyan qarshi 2599,00 guyya lama kessati irra argadhera hundi kessanu ammuma kan start godha link kana hiriyota kessani share godha👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://T.me/major/start?startapp=6349029545
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Donaald Tiraamp yaalii ajjeechaa irratti taasifamen madaa'anJuly 14, 2024 https://abdiisabaamedia8.wordpress.com/donaald-tiraamp-yaalii-ajjeechaa-irratti-taasifamen-madaaanjuly-14-2024/
نمایش همه...

3, galii dhaabbataa nama affeertan keessaa %10 ni jira 4, walgahii halkan hunda sa'aatii 3tti gaggeeffamu keessatti kennaan Birrii 100-2000 ni jiraata 5. Namoota hedduu yoo affeertan gaafa hoogganaa garee taate mindaan ji'aa Birrii 10-15,000 siif kaffalama. 6, Yoo gaarii hojjettan yeroo VIP6 geessan carraan biyya alaa deemuun akka HOGGAA NAANNOO ta'uun ni jiraata.
نمایش همه...
👍 3
👉 Dhaabbata Humna Infinity ❓ Eessatti argama? Waajjirri muummee isaa biyya Masrii keessatti argama. Biyyoota Afrikaa biroo lama, Afrikaa Kibbaa fi Senegaal keessatti bal’inaan socho’a. ❓ Maal hojjeta? 👉 Omishni paanaalii aduu ifa aduu gara anniisaatti jijjiiruun kaarboon daayi’oksaayidii gadi lakkifamu madda uumamaa kan akka ifa aduu fi anniisaa qilleensaatiin bakka buusa. Maaliif gara Itoophiyaa dhufe? 👉 Kaayyoon maashinii qabeenya uumamaa kanaa inni guddaan anniisaa aduu fi qilleensaa ta'ee biyyoota Afrikaa 54 hundatti babal'ateera wanti tokko. 👉 Akkuma beektan sababni ani gara Ethiopia dhufeef inni guddaan biyyi keenya naannoo equator waan taateef ifa aduu biyyoota Afrikaa biroo caalaa waan qabduuf. ❓ Hojiin nuti hojjennu maali? Kiraa maashinii ❓ Maashiniin kireeffannu maali? 👉 Paanaalii aduu ❓ Faayidaan paanaalii aduu kireeffachuun maali? 👉 Guyyaa guyyaan galii arganna ❓Guyyaa tokko akkamitti argachuu dandeenya? 👉 Paanaalii aduu yeroo kireeffannu dhaabbatichi galii maashinii kireeffame irraa %60 fi %40 fudhata. ❓ Maashiniin kireeffannu akkamitti qarshii argachuu danda’a? 👉 Namoonni ifa aduu fayyadamuuf solar panel fayyadaman jiru. Namoonni kun yeroo maashinicha fayyadaman tajaajila itti fayyadamaniif kaffalu. Galiin maashinii keenya guyyaa guyyaa bakka kana seena. Dhaabbatichi maallaqa nuti kaffalu maal fayyadama? 👉Fakkeenyaaf namoonni 1,000,000 maashinii Birrii 550n yoo kireeffatan maallaqni waliigalaa dhaabbatichi argatu 550*1,000,000 = 550,000.0 ta'a. Maallaqni kun pirojektoota paanaalii aduu biroo ijaaruuf oolu danda'a. Nutiif galii maashiniiwwan sadarkaa olaanaa qabaniin argamu guyyaa guyyaan ni yaadna. Argitee dhaabbatichi tokko keenya fudhatee suuta suutaan nuuf deebisee kenna. Kun hunda keenya fayyada. ❓ Maashinoota akkamii kireeffanna? Gatiin isaanii hoo? 👉 i-5 Gatiin: Birrii 550 Yeroon kiraa: guyyoota 47 Galii Guyyaa: 22Br Sadarkaa Bu'aa: 188% Tokkoon tokkoon herrega yeroo tokkotti oomisha i-5 hanga yuunitii 1 kireeffachuu danda'a. I-30 irratti Gatiin: Birrii 3000 Yeroon kiraa: guyyoota 45 Galii Guyyaa: 139Br Sadarkaa Bu'aa: 207% Tokkoon tokkoon herrega yeroo tokkotti oomisha i-25 hanga yuunitii 2 kireeffachuu danda'a. i-78 irratti Gatiin: Birrii 7800 Yeroon kiraa: guyyoota 45 Galiin guyyaa: 374Br Sadarkaa Bu'aa: 216% *Tokkoon tokkoon herrega yeroo tokkotti oomisha i-78 hanga yuunitii 3 kireeffachuu danda'a* i-140 irratti argama. Gatiin: Birrii 14000 Yeroon kiraa: guyyoota 44 Galii Guyyaa: 712Br Sadarkaa Bu'aa: 224% Tokkoon tokkoon herrega yeroo tokkotti oomisha i-140 hanga yuunitii 4 kireeffachuu danda'a. I-320 irratti argama. Gatiin: Birrii 32000 Yeroon kiraa: guyyoota 44 Galiin guyyaa guyyaa Birrii 1760 Sadarkaa Bu'aa: 242% Tokkoon tokkoon herrega yeroo tokkotti hanga yuunitii oomishaa i-320 5 kireeffachuu danda’a. ❓Galii dabalataa hin argattu? achi jiru. fakkeenya 👉 Nama 5 yoo afeerre Birrii 150 👉 Nama 30 yoo afeerre Birrii 400 👉 Nama i-78 yoo afeerre Birrii 500 👉 Nama yoo afeerre i-140 Birrii 700 👉 Komishinii i-320 900 yoo namni affeeme Kaan immoo waan keessummoonni keenya hojjetan keessaa dhibbeentaa tokko irratti hundaa’uun kaffaltii nuuf kaffalu. ❓ Dhaabbatichi miseensota isaatiif carraa akkamii kenna? 👉 Miseensi tokko ulaagaa dhaabbatichaa yoo guute ji'a ji'aan hojjetaa dhaabbataa dhaabbatichaa ta'a. ❓ Maallaqa arganne akkamitti argachuu dandeenya? 👉 Maallaqni nuti argannu guyyaa guyyaan herrega keessa seena. Akkuma birrii dhibba arganneen baasii kana gara herrega keenyaatti ajajuu dandeenya. Faayidaa daldala onlaayinii kanaa yoo baay'ate sa'aatii 24 keessatti ni arganna 1, 550 woyim 3000 yeroo galchitan, galiin guyyaa guyyaan hin dhaabbanne (22/139birr) jira 2, yeroo nama affeertan birrii 150/1000 tagegnalachu
نمایش همه...
👍 3 1
Naannoo guddicha Itoophiyaa Oromiyaa keessatti qaamoleen eenyummaan isaanii hin beekamne hidhannootti fayyadamuun nama uggurani mallaqaa gaafachaa jiraachuun hammaate. Oromiyaa godinaalee waraanni keessatti adeemsifamaa jirutti qaamoleen hidhatan kan eenyummaan isaanii adda hin baane namoota nagayaa ugguruun birrii miliyoonaan lakkaa'amu gaafataa jiru. Uggura kanaaf mootummaan Waraana Bilisummaa Oromoo yoo himatu, Waraanni Bilisummaa Oromoo ammoo “Ani Kaayyoo Nama nagayaa ugguruu hin qabu” jechuun himannaa mootummaa kufaa taasise. Waraana waliinii Itoophiyaa keessatti adeemsifamaa jiruun olaantummaan seeraa laafuun gochoonni seer-dhabdummaa bal'innaan raawwatamaa jiru. Mootummaan hidhattoota isaan falman balleessuuf qaamolee isaan fakkaataan dhoksaan hidhachiisuun isaa kan dubbatamu yoo ta'u, qaamoleen mootummaan hidhachiifamani bobbaafaman kun saamicha qabeenyaa fi ajjeechaa jumlaa hawaasa irratti raawwataa jiru. Naannoo Oromiyaa godinaalee lolli Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jirutti hidhattoonni maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo himatan garuu, kan ABO -WBO miseensa kootii miti jedhuun nama ugguruun maatii nama ugguramee mallaqa gaafataa turanii jiru. Gochoonni akkanaa waggoota sadan darban Godinaalee Wallaggaa bahaa, Wallagga Lixaa Qeellam Wallaggaa, Horroo Guduruu Wallagga, Shawaa kaabaa, Shawaa Bahaa, Shawaa Kibba lixaa, Shawaa Lixaa, Arsii Lixaa, Arsii, Gujii fi Boorana keessatti bal'innaan raawwatamaa turee jira. Adoolessa 3 bara 2024 barattoonni Yuuniversiitii Dabaarq irraa gara Finfinnee imalaa turan 160 Oromiyaa Magaalaa Garba Gurraachaatti butamani jiru. Itti gaafatamaan Biiroo Kominikeeshiinii Oromiyaa obbo Hayluu Addunyaa ibsa guyyoota muuraasa dura miidiyaalee biyya keessatiif kenneen, barattoonni Garba Gurraachaatti Ugguraman WBOn ugguraman jechuun, amma garuu bilisa bahani jiru jedhe. Qondaalli Biltsiginnaa Oromiyaa kun akkana haa jedhu malee maatiin barattootaa ammas ijooleen keenya harka hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekkamnee jiran jechuun himu. Uggura kanaaf mootummaan Waraana Bilisummaa Oromoo yoo himatu, Waraanni Bilisummaa Oromoo ammoo “Ani Kaayyoo Nama nagayaa ugguruu hin qabu” jechuun himannaa mootummaa kufaa taasise. Gorsaan Ajajaa Olaanaa ABO-WBO Obbo Jireenyaa Guddataa “mootummaa dabalatee qaamoleen tokko tokko yakka nama ukkaamsuu kanaan WBO yakkanis, WBOn qaama uummatasaa bilisoomsuuf ba’e malee, qaama uummata ukkaamsu miti jedhan. Obbo Jireenyaan turtii OMN waliin godhaniin, qaamolee WBO fakkaatanii bobbaafaman dabalatee, caasaan mootummaa Koree Nageenyaa hanga Milishaa gandaatti jiru WBO ittiin yakkuuf jecha gochoota garaagaraa raawwataa oolu, hoji-dhabdoonni wal ijaaranii uummata irratti yakka raawwatanis jiru jedhan. Furmaanni rakkoo kanaa shiraan wal yakkaa ooluu osoo hin taane, gaaffii siyaasaa deebisuun wal waraansa dheeratetti xumura gochuu akka ta’es akeekan. Ajajani olaanaan ABO-WBO ibsa baaseen taateen kun miseensota Paartii Badhaadhinaatin kan qindaa'e ta'uu himachuun, ''kaadiroota sadarkaa gadii, basaastotaa fi humnoota nageenyaatiin raawwatame” jechuun ibse. Godina Saba Oromoo Walloo dabalatee Godinaalee Oromiyaa naannoo Amaaraatiin wal daangeessan irratti ammoo humni finxaaleessi Faannoo gocha nama ugguruun birrii gaafachuu itti fufee jira. Itoophiyatti Ambaasaddarri Ameerikaa Ervin Maassingaa mallaqaaf jecha Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessatti nama ugguruun dhaabbachuu qaba jedhan. Xiinxallaan Siyaasaa Jawaar Mohaammadis uggurri mallaqaaf jecha namoota nagaa irratti xiyyeefachuun biyyatti keessatti raawwatamaa jiru dhabamuu olaantummaa seeraa irraa kan maddeedha jedhe. Qaamoleen garagaraa walwaraansi biyyatti keessatti adeemsifamaa jiru dhaabbachuun dararmni ummataa xumura argachuu qabu jedhu https://t.me/MEDIA_OMN
نمایش همه...
👍 5
Guyyaa 5/11/2016 halkan sa’a 2:30 tti wanta sagalee dhukaasaafi kakawweessaa guddaa qabu Godinaalee Jimmaa guutuu , Beddellee, Iluu Abbaaboor, Naqamtee, Gimbii, Dodolaafi bakkeewwan garaa garaatti Samii irraa iyyaa lafa uree seenuun akkasumas rifaasuu guddaa akka uume miidiyaan @Abdii_Sabaa_media odeeffate. Taateen kun maal akka ta’e kan hin qoratamne yommuu ta’u suuraaleen hanga yoonaatti arganne kana fakkaata. Suuraan Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Hundaa Qananii iddoo addaa Abaaloo jedhamu irraa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA
نمایش همه...
👍 3 2
Immigireeshinii: 'Bara haaraa dhufutti tajaajila paaspoortii manaa manatti kennuu jalqabuuf'July 12, 2024 https://abdiisabaamedia8.wordpress.com/immigireeshinii-bara-haaraa-dhufutti-tajaajila-paaspoortii-manaa-manatti-kennuu-jalqabuufjuly-12-2024/
نمایش همه...

👍 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.