GUTEE TECH
رفتن به کانال در Telegram
Odeeffannoo technology kamiyyuu ni argattu Kanaafan filannoon Keessan Gutee tech haa ta'u
نمایش بیشتر6 039
مشترکین
-624 ساعت
-557 روز
-5930 روز
آرشیو پست ها
6 039
🔔 ODUU TEEKNOLLOOJII
✔️ Meta’n Instagram irratti sirna icciitii End-to-End Encryption (E2EE) dhaabuu isaa beeksiseera. Kunis, erga sirni kun dhaabbatee booda, chat dhuunfaa fayyadamtootaa akkuma duraanii icciitii cimaadhaan eegamuu dhabuu danda’a. Kana jechuun garuu namni kamiyyuu chat kee argachuu danda’a jechuu miti.
✔️ Sirni End-to-End Encryption dhaabbachuun fayyadamtoota kallattiin hacking’f saaxila jechuu miti; garuu dhimma privacy fi iccitii ergaa dhuunfaa irratti yaaddoo uumuu danda’a.
✔️ Meta’n murtee kana kan fudhate, fayyadamtoonni Instagram irratti E2EE baay’inaan hojii irra hin oolchine, akkasumas qabiyyee seeraan alaa fi wantoota balaa geessisan to’achuuf barbaachisaa ta’uu isaa ibseera.
💭 Yaada koo: Instagram fayyadamuun yoo itti fufame, odeeffannoo dhuunfaa fi iccitii ta’e qooduu irratti of-eeggannoo gochuun barbaachisaa dha.
👇 Isin hoo maal yaaddu? Instagram itti fayyadamuu ni itti fuftuu moo privacy keessaniif of-eeggannoo dabalataa gootu?
6 039
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
6 039
🚨 AKEEKKACHIISA ARIIFACHIISAA!
Dhiheenya kana Telegram irratti malleen gowwoomsaa fi akaawountii hattaniin saamuu garmalee babal'achaa jira.
⚠️ Saamttonni Akkamitti Nama Gowwoomsu?
• Suuraa fi viidiyoowwan nama hawwatan fayyadamuun liinkii (link) ergu.
• Ergaan kun nama hin beekne qofa irraa osoo hin taane, akaawountii hiriyaa ykn fira keessan isa jalaa saamame irraas ergamuu danda'a.
• Fakkeenyaaf: "Weebsaayiti kana irratti suuraa kee ilaali!" jedhanii liinkii ergu.
⛔ Balaa Isaa:
Liinkicha takkaa cuqaasnan, sakondii muraasa keessatti akaawountiin Telegram keessan to'annoo saamtotaa jala gala. Saniin booda akaawountii keessaniin namoota beektan hundaaf ergaa gowwoomsaa akkasiiti erguu itti fufu.
——————————
🛡 Akaawountii Keessan Akkamitti Eeggattu?
1️⃣ Bilbila/Meeshaa Biraa Keessaa Baasuu (Devices):
• Gara Settings → Devices deemaa.
• Kutaa Active Sessions jalatti bilbila/meeshaa hin beekne yoo argitan Terminate All Other Sessions kan jedhu cuqaasaa.
2️⃣ Jecha Iccitii Lammaffaa (Two-Step Verification):
• Gara Settings → Privacy and Security deemaa.
• Two-Step Verification kan jedhu filadhaati Password cimaa hin dagatamne galchaa.
⚠️ HUBACCHISA GUDDAA: Saanduqa "Hint" jedhu keessa Jecha Iccitii (Password) keessan deebistanii akka hin galchine! Namoonni baay'een dogoggora kaniin Password isaanii saamtotaaf saaxilu waan ta'eef.
📲 Namoota Biraatiif #Share Godhaa!
6 039
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
6 039
Akkaa uumama harka namaa fakkeessuun kan hojjetame NEO'n, roobootii addunyaa keenyaa isa baay'ee ammayyaawaa ta'eera.
•
Ariitii namaa olitti socho'uu kan danda'u yoo ta'u, burcuqqoo harka isaa irraa kufuuf jedhu battalumatti qabatee baraaruuf dandeettii miiraa (sensory) olaanaa qaba.
•
Bishaan kan keessa hin seenne (waterproof) waan ta'eef mi'a qulqullessu kan danda'u yoo ta'u, daa'imman bira sodaa malee ta'uuf laafina fi eeggannoo ga'aa qaba.
•
Hojiiwwan mana keessaa (akka uffata dachaasuu) bira darbee, gara fuulduraatti qaama miidhamtootaaf qaama namtolchee ammayyaa hojjechuuf filannoo guddaadha.
SHARE ➤ @OroTechGutee
SHARE ➤ @OroTechGutee
6 039
⚠️ Gowwoomsaa Laaptooppii Kana Irraa Of Eeggadhaa!
Namni tokko maqaa piroosessaraa (processor) Wiindoowus irratti mul'atu jijjiiruun, laaptooppii moofaa akka waan haaraa ta'etti agarsiisuu akka danda'u beektuu?
Akkaataa itti qorattaniifi maaliif maqaa piroosessaraa mul'atu qofa amanuu akka hin qabne kanatti aana.
🔍 Piroosessara Keessan Qoradhaa
• Windows + R cuqaasaa
• dxdiag jedhaa barreesstanii Enter cuqaasaa
• Odeeffannoo Piroosessaraa kan mul'atu mirkaneeffadhaa.
⚠️ Mala Gowwoomsaa (The Trick)
Namni tokko Rejiistrii (Registry) sirreessuun (edit gochuun) maqaa piroosessaraa Wiindoowus irratti mul'atu jijjiiruu danda'a:
• Windows + R cuqaasaa
• regedit jedhaa barreesstanii Enter cuqaasaa
•
Gara kanaa deemaa:
HKEY_LOCAL_MACHINE → HARDWARE → DESCRIPTION → System → CentralProcessor → 0
•
ProcessorNameString irratti dachaan cuqaasaa (double-click godhaa)
• Maqaa piroosessaraa mul'atu sana gara maqaa biraatti jijjiiraa.
📌 Sababa: Kun maqaa piroosessaraa meeshaaleen Wiindoowus tokko tokko agarsiisan qofa jijjiira. Piroosessara (CPU) dhugaa kompiyuutara keessanii hin jijjiiru, hojii ykn hojjachiisa isaas hin fooyyessu.
✅ Akkaataa Of Eeggannoo Taasisan
✔️ Laaptooppii tajaajilamaa (used laptop) yeroo bitattan, maqaa piroosessaraa dxdiag ykn System Information irratti mul'atu qofa irratti hin hirkatinaa (hin amaninaa).
✔️ Meeshaalee (tools) garaa garaa fayyadamuun ispeesifikeeshinii (specifications) mirkaneeffadhaa, yoo danda'ame BIOS/UEFI qoradhaa, ykn odeeffannoo haardweerii (hardware) sana lakkoofsa moodeelaa fi ispeesifikeeshinii dhaabbata oomisheetiin wal bira qabaa madaalaa.
⚠️ Hubachiisa: Rejiistrii Wiindoowus (Windows Registry) dogoggoraan sirreessuun rakkoo sirna kompiyuutaraa (system issues) fiduu danda'a. Waan gochaa jirtan yoo sirriitti beektan qofa jijjiirama taasaa.
Odeeffannoowwan barbaachisoo akkasii guyyaa guyyaan argachuuf GUTEE TECH join godha 👇
6 039
ᴏᴅᴜᴜ ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜɪɪsᴀᴀ ʙᴀʀᴀᴛᴛᴏᴏᴛᴀ ǫᴀʙxɪɪ ɢᴀᴅᴀᴀɴᴀᴀ ᴀʀɢᴀᴛᴀɴɪɪғ 🎓❤️
ʙᴀʀᴀᴛᴛᴏᴏᴛᴀ ǫᴀʙxɪɪ ɢᴀᴅᴀᴀɴᴀᴀ ᴀʀɢᴀᴛᴀɴɪɪғ, ᴏᴅᴇᴇғғᴀɴɴᴏᴏ ʙɪʀᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀᴀ ᴀᴍᴍᴀ ᴍᴀxxᴀɴғᴀᴍᴇ ᴅᴜʙʙɪsᴜᴜғ: bakka B.B.O jedhu tuquun dubbisa
6 039
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
6 039
🔥 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒏 𝒕𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒎𝒂 𝑶𝒓𝒐 𝑴𝒂𝒂𝒏 𝒀𝒖𝒏𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒅 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝟑𝟎,𝟎𝟎𝟎 (𝟑𝟎𝑲) 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂’𝒊𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒒𝒂𝒒𝒒𝒂𝒃𝒆𝒆𝒓𝒂!
🗣️ 𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐, 𝒐𝒅𝒖𝒖 𝒂𝒓𝒊𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂, 𝒊𝒔𝒕𝒂𝒂𝒕𝒊𝒔𝒕𝒊𝒊𝒌𝒔𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒙𝒊𝒊𝒏𝒙𝒂𝒍𝒂 𝑴𝒂𝒏𝒄𝒉𝒆𝒔𝒕𝒆𝒓 𝑼𝒏𝒊𝒕𝒆𝒅 𝒒𝒖𝒍𝒍𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒔𝒂𝒇𝒇𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒂’𝒖𝒖𝒇 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒒𝒐𝒑𝒉𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂!
🚀 𝑨𝒎𝒎𝒂 𝒊𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝟏𝟎𝟎𝑲 𝒉𝒂𝒂 𝒆𝒆𝒈𝒂𝒍𝒍𝒖!
👉 𝑷𝒐𝒔𝒕𝒊𝒊𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒉𝒊𝒓𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒒𝒐𝒐𝒅𝒂𝒂.
👉 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂; 𝒎𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂𝒔 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂. ❤️🔥
🎁 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝑶𝒓𝒐 𝑴𝒂𝒂𝒏 𝒀𝒖𝒏𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒅 𝟑𝟎𝑲 𝒈𝒂𝒂’𝒖𝒖 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒃𝒂𝒃𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏, 𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂𝒔𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝟑 𝒒𝒐𝒑𝒉𝒆𝒆𝒔𝒔𝒊𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂!
𝑰𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒓𝒎𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒎𝒂 𝒅𝒖𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒕𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒎𝒂 𝑶𝒓𝒐 𝑴𝒂𝒂𝒏 𝒀𝒖𝒏𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒅 𝒋𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒔𝒊’𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝟏 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖𝒖 𝒆𝒈𝒂𝒂 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂
👇👇👇 𝑳𝒊𝒏𝒌 𝒕𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒎𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑶𝒓𝒐 𝑴𝒂𝒂𝒏 𝒀𝒖𝒏𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒅 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒓𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇𝒂𝒎𝒂𝒂! 👇👇👇
https://t.me/Oro_maan_Yunaayitid
https://t.me/Oro_maan_Yunaayitid
6 039
ᴏᴅᴜᴜ ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜɪɪsᴀᴀ ʙᴀʀᴀᴛᴛᴏᴏᴛᴀ ǫᴀʙxɪɪ ɢᴀᴅᴀᴀɴᴀᴀ ᴀʀɢᴀᴛᴀɴɪɪғ 🎓❤️
ʙᴀʀᴀᴛᴛᴏᴏᴛᴀ ǫᴀʙxɪɪ ɢᴀᴅᴀᴀɴᴀᴀ ᴀʀɢᴀᴛᴀɴɪɪғ, ᴏᴅᴇᴇғғᴀɴɴᴏᴏ ʙɪʀᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀᴀ ᴀᴍᴍᴀ ᴍᴀxxᴀɴғᴀᴍᴇ ᴅᴜʙʙɪsᴜᴜғ:
👇 ʟɪɪɴᴋɪɪ ɢᴀᴅɪɪ ᴛᴜǫᴜᴜɴ “ᴊᴏɪɴ ᴛᴏ ʀᴇǫᴜᴇsᴛ” ᴊᴇᴅʜᴜ ᴛᴜǫɪɪ ᴏᴅᴇᴇғғᴀɴɴᴏᴏ sᴀɴᴀ ᴅᴜʙʙɪsᴀᴀ. 👇🔥
6 039
Barattoonni keenya odeeffannoo kana amma dafaatii seenaa dubbisaa bayyee isiin fayyadaa link gadiin seenaa bakka reqest join channel jedhu tuquun seenaa amma dafaatii 👇👇👇
https://t.me/+5t6J-BQUR0czNWNk
https://t.me/+5t6J-BQUR0czNWNk
6 039
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
6 039
+5
🕹️ Barattoota Buha irraatti Komii qabdaan hundaaf
🔰 Kun akkamitti komii keessan galchuu akka dandeessan steps agarsiisuudha.
🔰 Kana hordofuudhaan komii keessan galchaa. Deebii isaas achuma irratti eeggadhaa.
Liinkii kana fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://result.eaes.et/complaint
Adoolessa 19 hanga Adoolessa 26/2018 guyyaa keessaa sa'atii 10፡00 tti komii keessan galchuu dandeessu.
🔗 JOIN ➤ @Biiroo_Barnootaa_Oromiiyaa
🔗 JOIN ➤ @Biiroo_Barnootaa_Oromiiyaa
6 039
𝐘𝐮𝐧𝐢𝐯𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝. 𝟐𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐁𝐮𝐥𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐒𝐚𝐝𝐚𝐧𝐮𝐮 (𝟑𝐧) 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝟏𝟎𝟎% 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐞.
━━━━━━━━━━━━━━
𝐁𝐁𝐎 - 𝐇𝐚𝐠𝐚𝐲𝐲𝐚 𝟐𝟎/𝟐𝟎𝟏𝟖
𝐘𝐮𝐧𝐢𝐯𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐡𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝. 𝟐𝐟𝐟𝐚𝐚 𝟑 𝐤𝐚𝐧 𝐛𝐮𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐭𝐮𝐭𝐭𝐢 (𝟏𝟎𝟎%) 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐫𝐮.
𝐊𝐮𝐧𝐢𝐬, 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝟏𝟎𝟎% 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝟑𝟕 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟑 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐘𝐮𝐧𝐢𝐯𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐭𝐚'𝐮𝐮 𝐚𝐠𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚.
𝐘𝐮𝐧𝐢𝐯𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐜𝐡𝐢 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐫𝐤𝐚𝐧𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐮𝐭𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐧 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐡𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐡𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐠𝐮𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐚'𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐞𝐞𝐫𝐚.
𝐇𝐚𝐚𝐥𝐮𝐦𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝. 𝟐𝐟𝐟𝐚𝐚 𝟑 𝐛𝐮𝐥𝐜𝐡𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐞𝐞𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐫𝐮:
🔗 JOIN ➤ @Biiroo_Barnootaa_Oromiiyaa
🔗 JOIN ➤ @Biiroo_Barnootaa_Oromiiyaa
6 039
Oduu gammachiisaa barattoota qabxii gadaanaa argataniif odeeffanno biroon barnoota amma maxxansee dubisuuf link gadii tuquun join to reqest kana jedhuu tuquun dubbisaa 👇
https://t.me/+5t6J-BQUR0czNWNk
https://t.me/+5t6J-BQUR0czNWNk
6 039
+1
🧨🧨Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadiin ergaadhaa 👇👇👇👇
https://t.me/+QUaDrDLmG1IwYTk8
https://t.me/+QUaDrDLmG1IwYTk8
6 039
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
6 039
🕹️ Kutaa 12ffaa
🏮 Namoonni isiin rakkise ammuma ergaa isiinif ilalala wantoota armaan gadii guutaa dafaa ergaa 👇👇👇
6 039
+1
Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadiin ergaadhaa 👇👇👇👇
https://t.me/+x5Y-G7r3wGBmMjM0
https://t.me/+x5Y-G7r3wGBmMjM0
6 039
🔥🔥🔥🔥 barattoota kutaa 12ffaa hundii baga gammaddan!
bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guutummaatti gadi lakkifameera!
qabxii keessan ilaallachuuf bakka 🔗 result link jedhu tuqaa, sana booda add kan jedhu tuquudhaan ilaalaa.
🍀 carraa gaarii hundumaa keessaniif hawwina! ❤️!
