πππ₯π’π’ πππ₯π‘π’π§π π’π₯π’π ππ
Ir al canal en Telegram
Mostrar mΓ‘s
2 922
Suscriptores
+10424 horas
+6507 dΓas
+2 08130 dΓas
Archivo de publicaciones
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abbaΒ 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10Γ0+10=???
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!!
Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa ππππ
π Internet bilisaa fayyadamaa jirtu?
Yoo amma iyyuu internet bilisaa fayyadama hin jirtaan ta'e π Bakka gadiitti argamu tuquun ammauma fayyadamuu jalqabaa π
π»π»π»
SHARE β€ https://t.me/Biroo_Barnotaa_Oromiya
+1
π’ Kalaandarii Barnootaa Bara 2019 Ifa Ta'eera! π
Biiroon Barnootaa Oromiyaa (BBO) Adoolessa 18/2018tti Kalaandarii Barnootaac Bara 2019 ifoomseera.
Haaluma kanaan:
π Adeemsi baruu fi barsiisuu: Fulbaana 05/2019 ni jalqaba.
π Guyyaa barnootaa Semisteera 1ffaa: Guyyaa 107
π Guyyaa barnootaa Semisteera 2ffaa: Guyyaa 103
β
Walumaagalatti, bara barnootaa 2019 keessatti guyyaan barnootaa 210 adeemsa baruu fi barsiisuu ni gaggeeffama.
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπ
You have successfully added. Please proceed to the next step of settings at @hwdbitbot
π Internet bilisaa fayyadamaa jirtu?
Yoo amma iyyuu internet bilisaa fayyadama hin jirtaan ta'e π Bakka gadiitti argamu tuquun ammauma fayyadamuu jalqabaa π
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abbaΒ 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10Γ0+10=???
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abbaΒ 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10Γ0+10=???
π¬ Guyyaa kaleessaa kan ture diraamaa "Hiree Jaalalaa" sababaa rakkoo teeknikaatiin kutaan 89ffaa gadiin hin dhiifamiin ture
β
Amma garuu kutaan sun gadhiifameera
π Bakka "HIREE JAALALAA" jedhu tuquun seenaa daawwadhaa π
π¨Buhaa Qormaata Kutaa 8ffaa Gutumaatti Gadhifameera Bakka Gadii Tuqun ergaa isiniif ilaalla namonni Connection isiin Rakkisuu ππππ
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera
Iddoo FREE INTERNET π jettu tuquun fayyafamaa
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abbaΒ 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10Γ0+10=???
π¨Buhaa Qormaata Kutaa 8ffaa Gutumaatti Gadhifameera Bakka Gadii Tuqun ergaa isiniif ilaalla namonni Connection isiin Rakkisuu ππππ
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera
Iddoo FREE INTERNET π jettu tuquun fayyafamaa
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abbaΒ 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10Γ0+10=???
π’ Buβaan Qormaata Kutaa 8ffaa Bara 2018 ifa taβeera!
Akka Biiroo Barnoota Oromiyaa beeksisetti, bara 2018 barattoonni qormaata naannoo xumura barnoota sadarkaa giddu galeessaa kutaa 8ffaa fudhatan keessaa:
π¨βπ Dhiira: 214,965
π©βπ Dubara: 200,123
β‘οΈ Waliigalaan: 415,088
β
Gara kutaa 9ffaa kan darban: π¨ Dhiira: 189,938 (88.40%)
π© Dubara: 168,781 (84.3%)
π Waliigalaan: 358,719 (86.4%)
π Kunis bara 2017 irraa yoo madaalamu fooyyaβiinsa 7.7% agarsiiseera
Bara darban keessatti: πΉ Bara 2016 β 73.11% darbe
πΉ Bara 2017 β 78.7% darbe
πΉ Bara 2018 β 86.4% darbe
Kana jechuun buβaan barattootaa waggaa irraa gara waggaatti fooyyaβaa dhufaa jiraachuu agarsiisa
π Barattoota kutaa 8ffaa hundaaf baga gammaddan!
Biiroon Barnoota Oromiyaa barsiisota, maatii barattootaa, barattoota, qaamolee barnootaa fi hirmaattota hundumaa milkaaβina kanaaf galateeffateera
Namoonni hin ilaallatiin jirtan asiin nuuf ergaa isiniif ilaalla ππππ
https://t.me/+Sqg_wOFtUcM1NjBk
https://t.me/+Sqg_wOFtUcM1NjBk
Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera!
Odeeffannoo fuula Facebook sirrii Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 8ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa mirkaneeffanneerra.
Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa!
Website :- http://oromia.ministry.et
Carraa Gaarii!
Barattoota kutaa 8ffaa hundaaf share taasisaa!
π¨Buhaa Qormaata Kutaa 8ffaa Gutumaatti Gadhifameera Bakka Gadii Tuqun ergaa isiniif ilaalla namonni Connection isiin Rakkisuu ππππ