cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Goobanaa Faaraa

@Goobanaa

نمایش بیشتر
أثيوبيا5 026زبان مشخص نشده استسیاست9 928
پست‌های تبلیغاتی
3 545
مشترکین
+1724 ساعت
+887 روز
+36330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from Dhiiroo Garbii
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Waraannii Faashistii PP Mana baruumsaa, university fi hospitaaloota keecha qubattee ummata keenya hiraarsiitu gootichii keessaa qulqulleessa jira.
نمایش همه...
1.36 MB
👍 2
Repost from Dhiiroo Garbii
𝐃𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞-𝐈𝐧𝐜𝐢𝐧𝐧𝐢𝐢 Godina Lixaa Shaggaar Aanaa Dirree Incinniitti Ijoollee keessantu Waraana keessa jira jechuun Faashistiin PP Maatii Manguddoo, Dargaggootaafi Ijoollee homaa siyaasa keessa hin jirre Qotee bulaa, barattootaafi kkf mana hidhaatti guuraa jiru. Haala kanaan yeroo ammaa dubartoonni 30 oli, dhiirrimmoo 210 oli sadarkaa mana sirreessaa poolisii aanaatti mana dhiphoo keessatti walirratti hidhamanii jiru.    Akkaatuma kanaan ganda Roggee Dagaa keessatti maatii tokko keessaa nama torba/07/ horii isaanii waliin mana hidhaatti guuraniiru.   Maqaan 1. Aaddee Suufee Warqinaa Badhaadhaa umuriin - 70 2. Obboo Warqinaa Tarreessaa umuriin - 65 3. Dardaraa Leelliisaa Baqqalab umuriin - 20 4.  Shamarree Immabeet Shallamaa umuriin -16 5. Barataa Amansiisaa Shallamaa umuriin -14 6. Barattuu Meetih Dirribaa umuriin -12 7. Barattuu Kumashii Kabbadaa umuriin - 15 Kan tahedha.
نمایش همه...
👍 2
Repost from Dhiiroo Garbii
Photo unavailableShow in Telegram
Leenca Gaanfa Africaa The lion the Horn of Africa
نمایش همه...
4
Repost from Dhiiroo Garbii
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinniitti Ijoollee keessantu Waraana keessa jira jechuun Faashistiin PP Maatii Manguddoo, Dargaggootaafi Ijoollee homaa siyaasa keessa hin jirre Qotee bulaa, barattootaafi kkf mana hidhaatti guuraa jiru. Haala kanaan yeroo ammaa dubartoonni 30 oli, dhiirrimmoo 210 oli sadarkaa mana sirreessaa poolisii aanaatti mana dhiphoo keessatti walirratti hidhamanii jiru.    Akkaatuma kanaan ganda Roggee Dagaa keessatti maatii tokko keessaa nama torba/07/ horii isaanii waliin mana hidhaatti guuraniiru.   Maqaan 1. Aaddee Suufee Warqinaa Badhaadhaa umuriin - 70 2. Obboo Warqinaa Tarreessaa umuriin - 65 3. Dardaraa Leelliisaa Baqqalab umuriin - 20 4.  Shamarree Immabeet Shallamaa umuriin -16 5. Barataa Amansiisaa Shallamaa umuriin -14 6. Barattuu Meetih Dirribaa umuriin -12 7. Barattuu Kumashii Kabbadaa umuriin - 15 Kan tahedha.
نمایش همه...
👍 3
Repost from Dhiiroo Garbii
》Oduu Qacaam!!!! Gumaan Dammaqaa Kumaa osumaa hin buliin dachaadhan baate! Abarraa Kabbadaa jedhamti! Milishaa kibba lixa shaggar aanaa iluuti! Osuma isheen baadiyyaa keessatti uffata ummataatin sochii WBO hordoftuu risaan qacaam godhe guyyumaan hordofiidhan. Kanaan duraa dhiiga ummataa dhugaa turte.torbeedhuma darbe keessa Qeeerroo sabboonaa tokkoo inni dabballee WBO'ti jechuun hordofte ajjeeftee reeffa isaa hurufatti gatte, Ammas osuma isheen qeerroo WBO waliin hidhata qaban hordoftu qabamte. Dhugaan ilmaa waqaati,,,,, !!!!!
نمایش همه...
👍 6
00:15
Video unavailableShow in Telegram
3.46 KB
Guyyaa halkan ta'ee Gaafa mudannoo addaa Gammachuun dhokatee Alaa fi mannii gaddaa Saatiin jijjiiramee Guyyaan halkanaa'ee Agartuuttuu dhaamee Lafatti dukkanaa'ee Gammadii dhabamee Gaddatti bakka bu'ee Gorsa harmee kootti Hafee narraa gu'ee Hiriyyoomaa mitii Jaal akka haadhaa Golgaa anaaf taatee Ittiftee ila nyaaphaa Dawoo guyyaa jabaa Lootii mootuu lolaa Dhala namaa keessaa Sumatti natti tolaa Gaachana gaafa cufaa Mootii dirree kibbaa Leenca bakkan kaafne Lolee diinnii dhibbaa Agartuu dhalootaa Yaa bakakkaa lolaa Jaal lolee moo'uu Diina kuffisee qolaa Jaal axxeen lolee Diina axaa'ee kaasu Bakka qabuu dhowwee Nyaapha faccisee yaasu Ibidda itti facaasee Lolee diina goolu Tarreen kukuffisee Diina allaatti sooru Mataa faffacaasee Gumaa sabaa baasu Goota alabaa keenya Nuuf jechaa olkaasu Yaa Morkattuu lolaa Maal jedheen si hima Mootii dirree kibbaa Waa'een kee ni cima Goota lolee lolchiisee Irra maree dhaadatuu Goota bara ulfaataatti Waadaa sabaa qaabatuu Hamna bara dheeraatti Goota xiiqii baatu Maaloo adda baanee Anas ana nyaatu Marartuu marartee Urjii lola keessaa Maal faa dubbadhee Hojii kee tarreessaa?! Goota gaafa roorroo Leenca haati deette Marartuu, haadhookoo Maaloo Maaliif deemte?! Jaal toora jireenyaa Haalaan na garsiise Dhugaa saba guddaa Hundaa na barsiise Jaal daandii qabsoo Dhalootaaf akeekee Takka hin qusannee Lubbuun irbuu eegee Qofaan na qarfattee Ceekotti natti marmee Yaaddootti natti dhiiftee Maaliif deemte harmee?! Eegaa maal goonaa Ergaa deemtee karaakee Nurraa adda baatee Dhokfattee garaakee Siif haa toluu bakkii Bakkii atin dhaqxee Dhaloonnii ni cufaa Seelee achiin cabxee Galfatii kee nu biraa Nu dhalootaa kalee Laafnee lafan buufnuu Ni jabeessinaa malee! Faana kee imallaa Daandii orman yaanuu Garaadhaaf bitamnee Warra badaan taanuu Eegaa mee nagaatti Dubbadhee hin fixuu Hanga lubbuunkoos ~ba'ee Fooniin biyyoo lixuu Nagaan naaf boqodhuu Marartee, haadhookoo Anis cicheen obsaa Hidhadheen garaakoo!
نمایش همه...
👍 5
Lixa Shaggar Meettaa walqixxeetti kaabinee quuftee akka re'ee Kormaa hobobsaa qajeelee godhachaa adeemtu lafa isheef malutti sanya'ee Jira.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
𝐊𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐪𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐮𝐟𝐞𝐞 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐈𝐫𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐨𝐨𝐦𝐬𝐞 𝐖𝐨𝐫𝐫𝐢𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟 𝐨𝐟-𝐥𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐣𝐨𝐨𝐦𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐚𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐢𝐜𝐡𝐞 𝐇𝐚𝐪𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐧𝐞 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐎𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐒𝐢𝐢𝐝𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐚 Goobanaa faaraa tiin ..✍️
نمایش همه...
7
Photo unavailableShow in Telegram
~Haqni haqaa; ~Qabsoo jireenya ofii guddiisuus ta'e , Qabsoo bilisummaa saba tokkoof taasifamuu keessatti,Haqa dhoksanii dhiifama taasisuun yakka. Waaqa biratti ammoo cubbuu ta'a. Dhiifama gaafachuufi dhiifama gochuuf haqaaf dura bakka kennuutu sirriidha.Akka aadaa sabni oromoo dur qabuutti dhiifamni erga haqi bahee booda taasifama. Osoo haqi hin hubatamiin gara dhiifamaa deemuun duula badii dhoksuuti,ofiis kaayyoo badii dalaguu qabachuuti hubadhu. Siyaasaa keessatti ammoo, yaadi dhiifamaa kan godhamuu qabu, erga badiin hubatamee, gatiin badii madaalu kennamee booda gara dhiifamaa deemama jala muraa beekaa.
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.