fa
Feedback
Dr. Ilillii Jemaal

Dr. Ilillii Jemaal

رفتن به کانال در Telegram

Fayyaa keenya haa eeggannu

نمایش بیشتر
9 065
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-287 روز
-11630 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اوت '25
اوت '250
در 0 کانال‌ها
ژوئیه '25
+4
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+4
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+188
در 1 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+59
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+273
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+608
در 2 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+2 023
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+448
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+389
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+153
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+843
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+1 695
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+4 753
در 0 کانال‌ها
پست‌های کانال
Repost from Dr. Ilillii Jemaal
>> DV 2026: – Bu’aan Gadhiifameera! << Amma irraa kaasuun confirmation Number, Maqaa Akaakayyuu Fi bara dhalootan
>> DV 2026: – Bu’aan Gadhiifameera! << Amma irraa kaasuun confirmation Number, Maqaa Akaakayyuu Fi bara dhalootan keessani erguun ilaalladhaa. Asiin wantoota jedhame kana ergaafi karaa telegram isaanii kanan ammuma ilaalanii isinitti himuu 👇👇👇 @DV2026Form @DV2026Form

2
Artist Andu'alem Gosaa hardha uffata gurraacha uffachuun mana murtiitti dhiyaateera. Poolisini Andu'alem ajjeesuu isaaf ragaa+1
Artist Andu'alem Gosaa hardha uffata gurraacha uffachuun mana murtiitti dhiyaateera. Poolisini Andu'alem ajjeesuu isaaf ragaa nama 28 argadhe jedhe Waan manni murtii jedheefi oolma dhadhacha hardhaa asiin dhaggeeffadha 👇👇 https://youtu.be/Z_8TKfC3s24?si=gSF0uJsOjOPMXoO8
0
3
Abbaa Warraa Qaalii ❤️ Waa'ee Fayyaa walhormaataa fi saal-qunnamtii yeroon barreessu kan itti saalfatuuf safuu cabsite jedhee
Abbaa Warraa Qaalii ❤️ Waa'ee Fayyaa walhormaataa fi saal-qunnamtii yeroon barreessu kan itti saalfatuuf safuu cabsite jedhee kan lafa dhiituu baay'ee jira. Waan addaa osoo hin taane waanuma sitti uumamee kutaa qaamakeerra jiru fayyaasaa si barsiisaa jirra. Kanaaf yeroo waa'ee isaa haasofnu kan saalfattuuf safuu cabsite jettee kan nama arrabsitu yoo tahe atis waan safuu cabsu baattee hin deeminii ofittii kutii gati. Anis post gochuun dhiisaa😎! Namoonni dhimmaa fayyaa irraatti barachuu feetaan link asii website Koo irraa app baayyee kan Afaan Oromoo qophahee dhukkuba walqunammatti saa-laa irraatti barsiisuu buufadhaa. 👇👇👇👇 https://fayyaa.mvacancy.com/index.php/2025/02/15/blood-pressure-blood-sugar/
0
4
بدون متن...
0
5
Qoricha Cimaa Lafa Kanarra jiru keessaa isa tokko wajjin wal Baraa, Banjiin yokan Asaangirri, Faayidaalee Amanuuf Nama Rakkisu Hedduu Of keessaa qaba, Banjiin Dhukkuboota Dawaa hin Qabne Hedduu Fayyisuu Danda'a, Dhukkuboota Ciccimoo Hedduu Fayyisuu Danda'a Biqiltuun kun Waan Namni Tokko Dhugaadha Jedhee Amanuu hin Dandeenye Hedduu Gochuu Danda'a, Gatii Humni isaa Cimaa Ta'eef Namoonni Hedduun Nama Macheessa, jedhu, kun Sirrii miti Nama Fayyisa malee Nama hin macheessu,!! Dhukkuboota inni Yaaluu keessaa, Gaggabdoo Sammuu fi Gaggabdoo Onnee Wajjin Walqabatu, Ooksijiinii Qulqulleesa seelii Sammuu Jeeqee Gaggabdoo Namatti kaasu. Qaama keessaa Qulqulleessa, Dhukkuba Onnee yeroo kana Waggaa tokko keessatti Lubbuu Namoota miliyoona 18 Galaafataa jiruuf Dawaa Cimaadha! Rakkoo Hiddoonni Onnee irraa dhiiga gara Qaamaa tti Raabsanu Dhippachuu fi Dhiiga Dabarsuu Dadhabuu Akkasumas Rukuttaa Onnee Daangaa Darbuu fi kkf Fayyisuu Danda'a, Nama Hirriba dhabee Rakkatuuf Qoricha Cimaadha, Hirriba Gaarii fi Boqonnaa Qabu Namaaf kenna, %100 Dawaadha, Garaacha keessaa Baakteeriyaa fi Dhangala'aa Summii Asiidii garaa garaa Qulqulleessa, Ciniinnaa yokan Dhukkubbii Garaa keessaa Daqiiqaa Muraasa keessatti Namarraa dhaaba, Dhukkuboota Maalummaan jaraa hin Bekamne dhukkuba Laabraatorii jelaa dhokatee Nama Rakkisu hundaaf Dawaadha! Infeekshinii Ujummoo Qilleensaa fi Sombaa Akkasumas dhukkuba Asmii fi Daranyoo sombaa Sirriitti Yaaluu Danda'a, dhukkuba Asmiif Dawaa filatamaadha, Qufaa Gogaa fi Qufaa yeroo dheeraa Namarra tureef dawaadha, Dhukkuba Sihirii Falfalaa fi Budaa yokan ija Namaatiif Furmaata Gaariidha, Rifeensa mataa Akka in Harcaane Taasisa Rifeensa mataa dhume deebisee Biqilchuu Danda'a, Dhukkuboota Rifeensa mataa wajjin.. Haala itti fayyadama isaa link asii gadiin app fayyaa buufadhaa ilaalaa 👇👇 https://fayyaa.mvacancy.com/index.php/2025/02/15/blood-pressure-blood-sugar/
0
6
Miira namni siif hin hubannee keessa jirta Anduu💔 Miira nama nama dhabee akka itti garaa nama nyaatu. Miira ati amma keessa
Miira namni siif hin hubannee keessa jirta Anduu💔 Miira nama nama dhabee akka itti garaa nama nyaatu. Miira ati amma keessa jirtu tilmaamun nama hin rakkisu, waaqayyoon si haa jabeessu obboleessa koo. Obboleettii keenya qananii addunyaa waaqni dhugaa kee hin gatin…maati fi firoottaniif jajjabina hawwina. Dacheetu kana Qanoo too Lubbuun kee ha boqottu😭... Rabbiin si ha jabeessu haadhoo koo😭😭 Du'a Qanoon Wal qabatee BBC maatii Qanoo hasoofsiseera asiin dhaggeeffadha 👇👇 https://youtu.be/-DK6athSFOs?si=RPTEjWpM0U99zjpq
0
7
Siyaasni soba. Maaltu Abbichuufi Isiyaas Wal lolu jedhee eege?! Wanta deemaa jiru asiin dhaggeeffadha 👇👇👇 https://youtu.be
Siyaasni soba. Maaltu Abbichuufi Isiyaas Wal lolu jedhee eege?! Wanta deemaa jiru asiin dhaggeeffadha 👇👇👇 https://youtu.be/2-kqq5X3QHk?si=67NMEI7woZPHb4zK
0
8
Wanta kana irrattis Urgeessaa Tuujjoo faa  deeggaruun dirqama🙄 Viidi'oo UUrgeessaa Tuujjoofaa gadi yaasaa jiran kana qofaa ilaalanii Darasoota maayyamii kanneen fuuldura dhaabachuun akka sirrii ta'e hubachuun ni danda'ama, Darasoonni Barnootaafi Saayinsii faranjii balfitu Viidi'oo akkaataa itti faranjiin wal sa*ltu agarsiisu ilaaltee apply gochaa jirti, aadaafi duudhaa uummata keenyaatti bishaan naqaa jirti, yeroo of dhaaddu ammoo ilma namaa osoo hin taane waaqaan wal of fakkeessitee of himti. Qoshaashonni muxxee suuftu kuni akkamitti nu faana Oromummaa himatti, qaarominaa biraa jibbaa waan akkanaa qaroomina seetim🙄 Asiin dawwadhaa 👇👇 https://youtu.be/fb0cbXEPIzA?si=GZH9rabxUkepeNIn
0
9
بدون متن...
0
10
بدون متن...
0
11
Durbummaan maali? Dubarri tokko osoo walqunammatti saalaa hin rawwatiin durbummaa baduu ni danda'aa? Dubarri durbummaa qabdu
Durbummaan maali? Dubarri tokko osoo walqunammatti saalaa hin rawwatiin durbummaa baduu ni danda'aa? Dubarri durbummaa qabdu hundi yeroo walqunammatti saalaa rawwatti ni dhiigdi? Gaaffiiwwaan kanneenifi Dr. Chala viidiyoo YouTube irraatti isiniif baase waan taheef guutuu isaa dhaggeeffadha 👇👇👇 https://youtu.be/m7zeF9FuXmE?si=iGAcMaaKZRHxLqwv
0
12
Durbummaan maali? Dubarri tokko osoo walqunammatti saalaa hin rawwatiin durbummaa baduu ni danda'aa? Dubarri durbummaa qabdu
Durbummaan maali? Dubarri tokko osoo walqunammatti saalaa hin rawwatiin durbummaa baduu ni danda'aa? Dubarri durbummaa qabdu hundi yeroo walqunammatti saalaa rawwatti ni dhiigdi? Gaaffiiwwaan kanneenifi Dr. Chala viidiyoo YouTube irraatti isiniif baase waan taheef guutuu isaa dhaggeeffadha 👇👇👇 https://youtu.be/m7zeF9FuXmE?si=iGAcMaaKZRHxLqwv
0
13
Kunuunsa Haadholii Dahumsa Boodaa Kunuunsa dahumsa boodaa jechuun haati tokkoo deessee hanga guyyaa afurtamii shaniitti yeroo jiru jechuudha. 👉Haati kamiyyuu tajaajila dahumsaa qulqullina qabu argachuuf dhabbata fayyaatti dahuun irra jiraata. 🔹Tajaajiloota Murteessoo dahumsaan boodaa ◉Qulqullina dhuunfaa sirriitti eeguu ◉Nyaata lallaafaa fi gosa adda addaa yeroo idileen nyaatamu irratti dabalataan si’a sadii akka argattu taasisuu. ◉Ulfaa waliin walqabatee rakkoo fayyaa kan akka dhiibbaa dhiigaa olka’aa muudatee ture yoo ta'e hordoffi gochuu ◉Karoora maatii eegaluu ◉Dhiigni hangi isaa xiqqaachaa deemuu hordofuu ◉Dhangal’aan qaama saalaa keessaa bahu foolii badaa qabaachuu hordofuu ◉Dhiita’uu ykn dhukkubbiin harmaa jiraachuu hordofuu ◉Hoo'a qaamaa, bowwoo fi dhukkubbii garaa cimaa ta’e 👉Mallattoleen armaan olii kuni yoo jiraate hatattamaan gara mana yaalaa deemuu. 👉Yoo rakkoon hin jiru ta’e beellama ogeessa irratti hunda’uun hordoffii taasisuu.
0
14
بدون متن...
0
15
Eegumsa gogaa daa’imman reefu dhalataniif Gogaa daa'imman reefuu dhalatanii kunuunsuun fayyaa isaa eeguu fi dhimmoota gogaa barame irraa eeguuf barbaachisaa dha. Gorsa kunuunsa gogaa daa’imman reefuu dhalataniif gargaaran muraasni kunooti: 1. Qaama isaanii dhiquu (Bathing) Torbanitti guyyaa 2-3 dhiquun akka waliigalaatti gahaadha. Bishaan xiqqoo ho’ee fi saamunaa daa’imaa ykn qulqulleessituu salphaa fi urgooftuu hin qabne fayyadamuu qabna. Yeroo hedduu dhiquu irraa of qusachuu qabna, sababni isaas gogaan daa'imaa jiidhinsa akka dhabuu (gogu) danda’a. 2. Kunuunsa Daayipparii (Diaper care) Bakka daayipparii qulqulluu fi goggogaa taasisuun shiffee daayippariin wal qabatan ittisuuf gargaara. Daayippariin erga jiidhee ykn xuraa’ee booda hatattamaan jijjiiruu qabna. Qulqulleessuuf haxooftuu lallaafaa ykn bishaan ho’aa fi huccuu lallaafaa fayyadamuu dandeenya. . 3. Jiidhina gogaa isaanii eeguu Erga dhiqnee booda, uffata lallaafaadhaan gogaa daa'imaa suuta gogsaa. Gogaan jiidhinsa gahaa akka qabaatuuf dibata daa’immanii kan urgooftuu hin qabne fayyadamuu qabna. Dibata gogaa namoota gurguddoof oomishame fayyadamuu hin qabnu. 4. Ifa aduu Ifa aduu kan humnaa ol gubu irraa fageessuu qabna. Ifa aduutti baasuuf ganama sa’aatii 3-4 ykn sa’aatii boodaa sa’aatii 10-11 gidduu aduu hin gubne keessatti tahuu qaba. Innis daqiiqaa 20-30 gahaadha. 5. Filannoo Uffata Uffata lallaafaa, qilleensa galchuu danda’u kan huccuu uumamaa kan jirbii irraa hojjetame filadhu. Uffata dhiphaa ykn uffata gogaa daa’imaa jajjabaataa ta’ee gogaa daa’imaa quncisuu danda’an uffisuu hin qabnu. 6. Kunuunsa qeensaa Qeensa isaaniin akka gogaa isaanii hin quncifneef yeroo yerootti ciruu barbaachisa. Innis qortuu isaaniif hojjetameen osoo gogaa naannoo qeensa isaanii hin muriin tahuu qaba. 7. Finniisa Daa'imaa fi shiffeewwan gogaa Daa’imman reefuu dhalatan finnisa ykn shiffee adda addaa qabaachuu danda’u, kunis yeroo baay’ee miidhaa kan hin qabnee fi ofuma isaaniitiin kan dhiisanidha. Oomishaalee garagaraa fayyadamuu ykn garmalee dhiquu irraa of qusachuu qabna, sababiin isaas haala kana hammeessuu danda’a. Yoo yaaddoo qabaattan ogeessa fayyaa daa’immanii mariisisaa. Daa'imni hundi adda akka ta'e, gogaan isaaniis fedhii addaa qabaachuu akka danda'u yaadachuun barbaachisaadha. Waa’ee kunuunsa gogaa daa’ima reefuu dhalatanii ilaalchisee yaaddoo addaa ykn gaaffii yoo qabaattan, gorsa dhuunfaa keessaniif ogeessa daa’immanii ykn ogeessa eegumsa fayyaa mariisisuun gaariidha. Fayyaan Daa'immaniif!
0
16
بدون متن...
0
17
Daa'immaniif wantoota taasifamuufi qaban! Daa'imni tokko argachuuf bu'aa ba'iin nama mudata. Keessattu haati deessee guddisuuf qorumsi garaagaraa ishee ni mudata. Daa'imni tokko dhalatee/ttee gammachuun akka guddatu gochuun immoo fayyaa fi guddina sammuu isaaf/isheef bu'aa guddaa qaba. Kanaafuu maal gochuu qabdu? 1. Daa'imni dhalatee sa'aatii 24 booda qaama isaanii dhiquu qabna. Yeroo kanas of eeggannoo barbaachisa. Bishaan qorraan yoo tahe rakkina garaagaraa fida waan taheef xiqqoo ho'isuu barbaachisa. 2. Daa'imni tokko dhalattee sa'aatii 1 keessatti harma haadhaa hodhuu eegaluu qabdi. Yoo xiqqaate guyyaatti hanga si'a 8-12 hodhuu qabdi, Kunis Garaagarummaa sa'aatii 2-3 jechuudha. Harma haadha qofa hanga ji'a ja'aatti luuguu ykn hodhuu qabdi. Itti dabalees hanga waggaa 2 itti fufiinsaan hodhuu/luuguu qabdi. 3. Baatii ja'a booda nyaata dabalataa eegaluu qabdi. Kunis nyaata madaalawaa fi lallaafaa tahuu qaba. 4. Talaallii yeroo isaa eeggate hordoffii cimaan kennamuufii qaba. Kuni sababii garaagaraan adda citee ni argina. Haala dandahameen talaallii isaa xumuruu qaba. 5. Dhalatanii guyyaa 10 booda ifa aduutti bahuu qabu. Innis erga qaama isaanii dhiqnee gogsinee booda qullaa isaanii, otoo waan tokko hin dibiin daqiiqaa 20-30 kan tahu qaba. Isaa booda ol galchanii dibanii sukkuumuudha. Kuni hanga daa’imni tokko fiigee gadi bahuu danda'uutti itti fufuu qaba. 6. Rakkinni addaa addaa kan akka qufaa, ho'ina qaamaa fi daa'imni yeroo harma hodhu dafquu yoo jiraate mana yaalaa geessanii ogeessa mariisisuu. 7. Gammachuun maatii tokkoo guddina sammuu daa'immanii keessatti gahee guddaa qaba. Akkasuma walitti bu'insii fi sagalee jabaan dhiphinaaf waan saaxiluu maluuf of eeggannoo barbaachisaadha Fayyaa hindhabinaa Eegumsi daa'immaniif!
0
18
بدون متن...
0
19
Dhiironni jaalallee isaanii bira deemun dura fi erga deemanii waan isaan hojjatan👎 1. Message shamarran biraa waliin karaa telegram, fb, imo, whatsapp....haasa'e hunda ni balleessa🤣 2. Shamarran janajjanu hundaaf bilbilee akka booda itti hin tollee fi irratti hin bilbille akeekkachiisa🙄 3. Bilbila shamaratti haasa'e hunda call log jalaa balleessa😁 4. Suura shamara biraa waliin ka'e ni dhoksa, ykn ni balleessa 5. Suurakee wallpaper bilbilasaa godhatee sibira dhufa. akkuma sibiraa deemen wallpaper isaa jijjiirrata😎 6. Amanamaa of fakkeessuf bilbilasaa sitti kenna, kankee sirkaa fuudha😅(of hin dagatiin odeeffannoo harkaa dhoksi sister atis gaafa dhaqxu, yoo siif danda'ame bilbila lama qabadhu😎) 7. Contact bilbilasaa maqaa dhiiraatin save godhata. Fkn Boontuu yoo taate Boonaa jedhee qabata😅 👇👇 https://fayyaa.mvacancy.com/index.php/2025/02/11/make-money-cash-earning-app/
0
20
بدون متن...
0