cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

HAMZI_VIP¥🥇_

﴿رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا﴾ #My social account #Facebook @Hamza_safi Instagram @Hamzi_S_W

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
198
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-1030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Jiraattota Magaalaa Gobbaa hundaaf:- Manni barumsaa lugaa afaanii firaansibakan Damee Goobbaa barattota isaa Kan  waggaa tokkof barsiisaa ture gaafa guyyaa 28/12/2015 waan eebbisiisuf,  guyyama kana sa'atii 7:00 irraa galma koolleejjii medicalaa innatitii afferamtanii jirtu Wal argaan keenna achitti haa Ta'u💜
نمایش همه...
Share gochuun nu qarqaarikaa
نمایش همه...
Namoota tokko tokkoti garumman kee gowwummaa itti fakkata Sababni isaas ofumaaf gowwaa waan ta'aniif @yaadotagaarii21
نمایش همه...
01:42
Video unavailableShow in Telegram
#Congratulations Hundumti keessan
نمایش همه...
89.09 MB
Leenjitotaa Basic computer gochan yammuu barataan. Da'immaani Fi dubartoota nii jajjaabesina. የኮምፒውተር የተግባር ስልጠና። ልጆችን እና ሴቶችን እናበረታታለን።
نمایش همه...
00:09
Video unavailableShow in Telegram
Gode
نمایش همه...
8.56 MB
"Addunyaa kana irratti wanti nama gaddisiisu jireenya kaayyoo hin qabnedha!" ▬▬▬▬▬▬▬ " ◉ ◉ Yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtu!!! ◉ Jireenya jiraachaa hin jirtu taanaan jooraa jirta jechuudha! ◉ Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheeti!" Dr. Maayelsi Munroo ➠ Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor-qalbii of keessatti arguu danda'u jechuudha. Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii hin jiru. ➠ "Sammuu ittin rakkina umnen rakkinicha furuu hin dandeenyu!" Namoonni bay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisnef garuu mul'anni isaanii hawii qofa ta'e hafa! ➠ Mul'ata kee kunuunsuu bannan ogummaa guddaa balleessaa jirta. Mul'ata guddaa qabattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baatte milkaa'ina irraa fagoo jirta. Mul'anni humna ittiin kaayyoo jireenya kee raawwattudha.   @jechoota_kakaumsaa1             
نمایش همه...
ʸᵒᵘ ᵃʳᵉ ⁿᵒᵗ ʸᵒᵘʳ ᵐⁱⁿᵈ ........... ᵗʰᵉᵖᵒᶠⁿᵒʷ
نمایش همه...
Repost from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa Yunivarsitiin Madda Walaabuu barattoota qormaat kutaa 12ffaa fudhatan simachuu jalaqabeera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA Kitaaba Barataa @AbdiiSabaabooks Fuula Feesbuukaan nu hordofuuf https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
نمایش همه...
Tullu-banbasi kan eenyutti ati....?
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.