fa
Feedback
Jechoota Onnachiiftu

Jechoota Onnachiiftu

رفتن به کانال در Telegram

NO ONE IS THERE FOR YOU 💥

نمایش بیشتر
6 281
مشترکین
-524 ساعت
-437 روز
-15030 روز
آرشیو پست ها
Gorsa namoota milkaa'ina barbaadaniif mara; 1. Hiriyaa milkaa'ina ati feetu bira qaqqabe tokko qabaadhu. 2. Guyyaa guyyaatti beekumsa milkaa'ina keetiif si barbaachisu keessaa yoo xiqqaate tokko hojiitti hiiki. 3. Har'a jalqabi; boriif beellama hin qabatin. 4. Bakka oolmaa keetii geeddari. 5. Osoo hin ciisin mul'ata kee sammuu keessatti kaafadhu! @moufi

Mirga sooromuu qabda! ( Jechan hiriyaa koo irraa dhaga'ee jaalladhe!) 💥

Live jirra seena

Birr 100n birri 800 ijifachuu dandeessu

Hordooftoota amantaa Islaamaa hundaaf, baga Ayyaana Iid Al-Fixrii waggaa 1,447ffaa Hijiraa nagaan geessan!
Hordooftoota amantaa Islaamaa hundaaf, baga Ayyaana Iid Al-Fixrii waggaa 1,447ffaa Hijiraa nagaan geessan!

Amma uuman guyyaa si kennaa jirutti abdii hin kutin innii iyyuu utuu abdii sirraa hin kutin hara'as yaali jedhe carraa sii kennaa jira. @moufi

Waan ati obsitee mataakee gadi qabattee kaayyokee milkeessuf ta'a jirtu si male eenyu sii hin hubatu

Repost from Barruulee
Gaaf-tokko guyyaan tokko dhuftee guyyootii kee hafan mara jijjiirti! 🚶‍♂️

Afeerraa gaarii kana simadhaa!💥 Beekumsa seeraa fi wantoota seera faana wal qabatan tola iddooma jirtanitti argachuuf 'channel' kana seenaa hordofaa! 🔥

Repost from Barruulee
Dhugaan hadhooftuun jiru: Jireenyi ulfaataadha, garuu humna dhala namaatiin ol miti!

Nagaadha 🫡 Bara 2026 irraa @moufi

Isa dadhabaafi jirtu sana al tokko yaadime, dhuguma iyyuu dadhabbiin akkasi waantichaaf nii malaa? @moufi

Repost from Barruulee
. Abjuu keef jiraachuudhaan kabaja ofiif qabdu mul'ista! .

Aduu si gubu malee aduun ABJUUKEE hin jiru.

Guyyooti sodaa, Gaddaa fi Gammachuu baayyen darbaniiru inni ati amma keessa jirtus akkasuma.🫡🫡

Eenyu tokko si dangessuu hin danda'u sammuukeen ala.

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

Namni qarshii qabu sodaa qofummaa hin qabu! 💰