Asset Building + Money + Mindset
Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategies For business opportunity👇👇 @naatoo16 Owner: Samuel Wakgari Kitila
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Asset Building + Money + Mindset
کانال Asset Building + Money + Mindset (@im_done_check) در بخش زبانی امهری بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 44 661 مشترک است و جایگاه 524 را در دسته انگیزه و نقل قولها و رتبه 720 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 44 661 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 11 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -1 672 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -43 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0.70% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.34% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 313 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 151 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategies
For business opportunity👇👇
@naatoo16
Owner: Samuel Wakgari Kitila”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 12 ژوئن, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته انگیزه و نقل قولها تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 11 ژوئن | 0 | |||
| 10 ژوئن | 0 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | 0 | |||
| 03 ژوئن | 0 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | 0 |
| 2 | Amma dhumaatti dhaggeeffadhaa 🦻🏽
prof.Mihretu Shanko | 224 |
| 3 | @naatoo16 | 1 |
| 4 | For those who need @naatoo16 | 87 |
| 5 | Qormaanni Madaallii Gahumsa Ogeessota Fayyaa Waxabajjii 17–19, 2018 A.L.Itti ni kennama
Ministeerri Fayyaa akka beeksisetti, ogeessonni fayyaa mootummaa ol’aanaa irraa digirii jalqabaa (First Degree) eebbifamanii fi qormaata madaallii gahumsaa fudhachuuf galmee isaanii xumuran, qormaata isaanii Waxabajjii 17 irraa eegalee guyyoota sadii walitti aananiif ni fudhatu.
Sagantaa Qormaata Madaallii Gahumsaa
📅 Waxabajjii 17, 2018 A.L.I
Ogeessa Yaalaa (Medicine)
Fayyaa Hawaasaa (Public Health)
Saayinsii Laaboraatorii Yaalaa (Medical Laboratory Science)
Da’umsa Deggersuu (Midwifery)
Teknooloojii Raadiyooloojii Yaalaa (Medical Radiology Technology)
Narsii Fayyaa Daa’immanii fi Ijoollee (Pediatric and Child Health Nursing)
📅 Waxabajjii 18, 2018 A.L.I
Narsii (Nursing)
Nyaata Namaa (Human Nutrition)
Optoomeetirii (Optometry)
Fiiziyooteraappii (Physiotherapy)
Narsii Baqaqsanii Yaaluu (Surgical Nursing)
📅 Waxabajjii 19, 2018 A.L.I
Farmaasii (Pharmacy)
Suuxa (Anesthesia)
Yaala Ilkaanii (Dental Medicine)
Narsii Tajaajila Ariifachiisaa fi Kunuunsa Cimaa (Emergency and Critical Care Nursing)
Fayyaa Naannoo (Environmental Health)
Narsii Fayyaa Sammuu (Psychiatric Nursing)
Ogeessonni qormaata kana fudhatan hundi yeroo isaanii eeggatanii qophaa’anii akka irratti hirmaatan ni hubachiifamu.
👇🏾👇🏾👇🏾
TikTok | 82 |
| 6 | 💼 We are Hiring
👉Place of work: Addis Ababa(Head Office)
👉Salary: As per the Bank’s Scale
Required Quantity for each position: (One) 1
👉Interested and qualified applicants shall apply via the following link only
👉CLICK HERE
Application Deadline Date
June, 12/2026
Only Shortlisted Candidates will be communicated.
If you need more information, please call us on
📞+251-11-5-260-795
AHADU BANK
Inclusive Intermediation | 95 |
| 7 | የመጀመሪያ ድግሪ ትምህርት መውጫ ፈተና (Exit Exam) ከሰኔ 4 - 12/2018 ዓ/ም ድረስ የሚሰጥ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል። ተፈታኞች እንዲሁም አስፈታኝ ተቋማት አስፈላጊውን ቅድመ ዝግጅት ሁሉ እንዲያደርጉ አሳስቧል።
🕒 የ2018 ዓ.ም የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች የመውጫ ፈተና መርሐግብር (Exit Exam Schedule) ከላይ ተያይዟል።
Via @tikvahuniversity | 109 |
| 8 | 𝗧𝘂𝘂𝗹𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗝𝗶𝗹𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮🌳❤️
Sirni wal harkaa fuudhinsa Alangee(Aangoo) waxabajjii 4 #Dhaka_Koraatti ni gaggeeffama.
Gadaan quufaa gabbina,
barris roobaa nagaa haa ta'u! | 166 |
| 9 | Dhugaa Hin Haalamne!!!
Yoo ofii keessaniif sagantaa hin baafanne, namoonni sagantaa isiniif baasu.
Jireenya keessan yoo ofiin hin gaggeessine, namoonni gara fedhanitti isin oofu.
Jireenya keessan sirnaan yoo hin ijaarre, haala dhufe hunda fudhattanii jiraachuuf dirqamtu.
sagantaa baastanii waan hordoftan yoo hin qabaanne, haalota jalaa baqachaa jiraattu.
Dandeettii dandeettii keessoo baay'ee qabaattanii garuu karoora fi ijaarama malee yoo jiraattan, warri beekumsa hin qabne garuu ijaaraman isin oofaa jiraatu.
Xiinxalaa! | 452 |
| 10 | Namni dhiphinaaf bakka hin laatne uumama ilaale gammachuusaa gonfata. | 267 |
| 11 | Positive attitude pushs you to happy.
@naatoo16 | 280 |
| 12 | Hamma Abjuu fi Mul'ata kee galmaan geessutti kutannoo jabaadhan itti fufi! Never give up 👋 Yoo injifatte hunduu harka siif rukuta, suuraa si waliin ka'a.
@Oromoo_inspire | 379 |
| 13 | record.ogg | 350 |
| 14 | 🎈Trainer:-#Dereje_Birhanu
On Speaking 🎤📣 | 336 |
| 15 | Barnootawwan 10n kitaaba "Yaada: Milkaa'ina Xiinsammuu Haaraa" jedhu kan Keerol Duwek barreesse irraa fudhatame:
1. Yaadotni lamatu jiru. Isaanis: yaada dhaabbataa fi yaada guddinaati. Yaada dhaabbataa keessatti namoonni dandeettii fi kennaan isaanii dhaabbataa akka ta'eetti amanu. Qaroomina, kennaa fi kalaqa hamma murtaa’e qabatanii akka dhalatan, sana jijjiiruuf wanti isaan gochuu danda’an akka hin jirreetti amanu. Yaada guddinaa keessatti namoonni kennaa fi dandeettiin isaanii guddachuu akka danda’utti amanu. Ciminaan hojjachuu fi carraaqqii gochuun caalaatti qaroo, kennaa kan qabanii fi kalaqa kan qaban akka ta'uu danda’anitti amanu.
2. Yaadni dhaabbataan yaada daanga'aadha. Dandeettii namootaa daangeessa akkasumas galma isaanii akka galmaan hin geenye dhorka. Namoonni yaada dhaabbataa qaban qormaata ni sodaatu, sababiin isaas kufaatii waan sodaataniif. Qeeqas ni sodaatu, sababni isaas akka gaarii hin taaneetti itti murtaa'uu waan sodaataniif.
3. Yaadni guddinaa yaada dandeessisuudha. Namoonni dandeettii isaanii guutuu bira akka ga'an taasisa. Namoonni yaada guddinaa qaban qormaata hin sodaatan, sababiin isaas qormaata akka carraa barachuu fi guddachuutti ilaalu. Qeeqas hin sodaatan, sababni isaas qeeqa akka yaada fooyya’iinsaaf isaan gargaaruutti ilaalu.
4. Yaadni guddinaa yaada dhaabbataa caalaa kan madaquudha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jiru keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaa’inaaf barbaachisaadha. Namoonni yaada guddinaa qaban jijjiiramatti caalaatti madaqu, sababiin isaas qormaata haaraa hin sodaatan.
5. Yaadni guddinaa hariiroof caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban namoota biroo deggeruu fi jajjabeessuuf carraan isaanii guddaadha. Akkasumas yaada kennuudhaaf banaa ta’u akkasumas dogoggora isaanii irraa barachuu danda’u.
6. Yaadni guddinaa fayyaa fi nageenyaaf caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban, bu’aa ba’ii mudatu keessatti dandamachuu danda’u. Akkasumas fayyaa qaamaa fi sammuu isaanii kunuunsuuf carraan isaanii guddaadha.
7. Yaada guddinaa barachuun ni danda’ama. Yaada kee dhaabbataa irraa gara guddinaatti jijjiiruuf yeroon isaa hin darbine.
8. Yaadni guddinaa furtuu milkaa’inaati. Kaayyoo kee galmaan gahuu fi jireenya gammachiisaa jiraachuu yoo barbaadde yaada guddinaa horachuu qabda. Kallattii jireenyaa hundaan milkaa’inaaf furtuudha.
9. Yaadni guddinaa namoota dhuunfaa qofaaf miti. Dhaabbilee irrattis hojiirra oolchuun ni danda’ama. Dhaabbileen yaada guddinaa qaban carraa kalaqaa fi milkaa’inaa guddaa qabu.
10. Yaadni guddinaa egereedha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jirtu keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaa’inaaf barbaachisaadha. Yaadni guddinaa jaarraa 21ffaa keessatti furtuu milkaa’inaati.
Barumsi kun imala milkaa'inaa keetiif akka si gargaaru abdiin qaba. kan hiike Tilahun Gemechü
Waan dubbistaniif 📖galatoomaa!
👇🏾👇🏾👇🏾
@naatoo16 | 400 |
| 16 | بدون متن... | 250 |
| 17 | Post: 2🌟 Wealth is not built overnight. It is built daily through: ✅ Discipline ✅ Investment ✅ Smart decisions
@naatoo16 | 256 |
| 18 | Daandii Milkaa’inaa(The Path to Success)
I. Qajeelfama (Guidelines)
Baradhuu = Learn= Seek knowledge and prepare yourself.
Hubadhuu = Understand = Understand your education clearly and know its meaning.
Hojjadhuu = Act = Put your understanding into practice.
Cimadhuu = Persevere= Do not retreat from challenges; keep going.
Mul’adhuu = Achieve / Manifest = Express yourself through results; demonstrate success.
1. Baradhuu
Milkaa’inni hundi barnoota irraa ka’a. Baradhuun mana barumsaa qofaan hin daangeffamu; jireenya irraa, namoota waliin jiraachuu irraa, akkasumas dogoggora ofii irraa barachuun ni danda’ama. Namni baratu sammuu isaa bal’isa, yaada haaraa simata, of qopheessa. Yoo bu’uura barnootaa cimaa hin qabaanne, tarkaanfiin itti aanu ni rakkisa. Kanaaf, barachuun jalqaba milkaa’inaa ti.
2. Hubadhuu
Barachuun qofa gahaa miti; hubannoon murteessaadha. Hubadhuun jechuun beekumsa argatte gadi fageenyaan xiinxaluu fi kaayyoo isaa sirriitti hubachuu dha. Namni hubate waan inni hojjatuuf hiika kenna; maalif akka hojjatu beeka. Kun hojii isaa sirnaan qindeessa, dogoggora hir’isa, abdii fi ifa sammuu isaaf kenna.
3. Hojjadhuu
Hubannoon hojii malee bu’aa hin fidu. Hojjadhuun jechuun yaada fi karoora gara hojii qabatamaatti jijjiiruu dha. Namni sodaa fi shakkii of keessaa balleesse, tarkaanfii jalqaba fudhata. Hojii jalqabuu qofa osoo hin taane, itti fufee xumuruun barbaachisaadha. Jijjiiramni dhugaa kan dhufu hojii irraa qofa.
4. Cimuu
Karaa milkaa’inaa irratti gufuu fi rakkoon ni mudatu. Cimuun jechuun abdii hin kutin, rakkoo jalaa hin deebi’in, kaayyoo kee irratti cichuu dha. Kufaatin barnoota; nama cimsuu danda’a yoo inni irraa barate. Itti fufiinsi fi obsaan milkaa’inatti si geessu. Namni cimee deemu, yeroo dheeraaf bu’aa waaraa argata.
5. Mul’adhuu
Dhuma irratti bu’aan hojii ni mul’ata. Mul’adhuun jechuun milkaa’ina keessaa fi alaa argisiisuu dha. Keessatti quufaa fi gammachuu argata; alaan immoo kabajaa fi jijjiirama hawaasaa fiduu danda’a. Namni barate, hubate, hojjate, cime, dhuma irratti milkaa’ina isaa ni mul’isa.
Xumura irratti daandiin milkaa’inaa ifa dha,Baradhuu, Hubadhuu, Hojjadhuu, Cimadhuu, Mul’adhuu.Namni tarkaanfii kana sirnaan hordofu kaayyoo isaa galmaan ga’a; jireenya isaa keessatti jijjiirama dhugaa uuma.
@Oromoo_inspire ✨ | 234 |
| 19 | بدون متن... | 202 |
| 20 | Post: 🔥 BUILD ASSETS, NOT EXCUSES! 🔥
Your salary pays bills… Assets create FREEDOM. 💸
Start building today.
#AssetBuilding #FinancialFreedom #WealthMindset
@naatoo16 | 312 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
