cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ifargan Gudeta Official ♉️

For Feedback, Here is @Ifargan

نمایش بیشتر
فنلندة2 258زبان مشخص نشده استحقایق3 859
پست‌های تبلیغاتی
2 003
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-37 روز
-2630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Adsense maali? ------------------ Akkuma beekamu addunyaa kana irratti yeroo ammaa kana internet gubbaatti hojii beeksisaa hojjetamuuf kaffaltii argachuudhaan namootni jireenya isaanii fooyyeeffataa jiru. Kana jechuun kubbaaniyyaan guddichi google beeksisa karaa garaagaraa hojjetamuuf kaffaltii namootaaf kaffalu qaba. ------------------ Namootni kaffaltii kana argatan eenyufaa dha? 1. Namoota Application hojjetatanii tolaanis ta'e gurgurtaadhaan uummataaf dhiheessan. Isaan kun akkaataan isaan itti kaffaltii argatan, google adsense irratti galmaa'uudhaan namni application isaanii download godhatee fayyamu hundi beeksisa second muraasaaf darbee darbee application isaanii irratti mul'atuuf kubbaaniyyaan google qarshii kennaaf. 2. Namoota Website (Marsariitii) qaban. Isaan kunis akkuma warra application qaban sanaatti beeksisa marsariitii isaanii irratti mul'atuuf qarshii argatu. 3. Warra Youtube irratti viidiyoo hojjetee gadhiisu. Egaan warri kun kaffaltii argachuudhaaf ulaagaalee ciccimoo eeguu qabantu jira. Isaan keessaatii warri ijoon:- A. Viidiyoon youtube irratti gadhiisnu kan nama biraa ta'uu hin qabu. Yoo kan nama biraa gadhiisna ta'e nu jalaatii haqamuurra darbeeyyuu yoo namichi abbaan viidiyoo sanaa himata bane youtube channel keenya nu jalaatii cufsiisuu danda'a. B. Audio yookaan sagalee viidiyoo keenyaa algorithm ittiin hubatu waan qabuuf muuziqaa namni biraan hojjete sekoondii tokkollee keenyatti dabaluu hin qabnu. Yoo namichi copy right irratti hingaafanne ta'ee fi muuziqaan sun tola ta'erraan kan hafe. C. Ji'oota 12 keessatti yoo xiqqaate channel keenya watch-time sa'a 4000 yookaan sa'a 4000 namootaan ilaalamuu danda'uu qaba. Yookaan ammoo yoo xiqqaate namoota 1000n subscribe godhamuu danda'uu qaba. Yoo yeroo gabaabduu keessatti subscriber 1000 arganne dirqama ji'a 12 eeguun nurra hin jiraatu. D. Walumaa galatti dabalata viidiyoon keenya wantoota akka ergaa Jeequmsa kaasan, Daa'imman miidhan, Qullaa namaa mul'isanii fi wantoota wal quunnamtii saalaa waliin wal qabatan qaban, Qabiyyeen isaanii kan miidhamuu namootaa mul'isan, Ergaa sobaa, Doorsisaa fi Mirga namootaa sarbuu waliin wal qabatan qabaachuun irra hin jiru. -------------------------- Egaan Adsense kana dha kan irratti galmoofnee lakkoobsa herrega baankii irratti galchinee ammoo hamma channel keenya sirrii ta'uusaa fi account keenya sun qoratamutti xiqqoo turree sana booda viidiyoo nuti gadhiisnu irratti beeksisootni dhaabbatoota addunyaa akka filannoo keenyaatti yookaan viidiyoo jalatti, yookaan karaa mirgaa fi bitaadhaan, yookaan karaa hunda, yookaan ammoo guutummaa iskriinii uffisee kan second 5 booda baduu fi button skip jedhu tuqnee cufnu keessaa filannee kan beeksisoota irraatii qarshii akka argannu nu taasisu. Filannoon bakka itti argama beeksisoota kanaa murteessaa dha. Filannoo inni guutummaa iskiriinii uffisu sun qarshii guddaa nuu kennisiisa akka google jedhutti. -------------------------- Hayyee erga kana hunda jenneetii maaliif yaada hojii uummattanii hojiitti hin dachaataniree? Yeroo fi fedha akkasumas kennaa hojii akkanaa qabdu taanaan viidiyoolee kanneen akka qoosaa, biyya lafaa wal barsiisu, barnoota garaagaraa kennuu, fayyaa, beekumsa walii galaa, oduu, qophii bashannanaa walii galaa fi kan kana fakkaatan kan qalbii namoota baayyee hawwachuu danda'an irratti yoo hojjettan qarshii guddaa argachuu dandeessu. Fakkeenyumaaf kaasuuf namootni youtube irratti yeroo kana oduu garaagaraa dabarsanii fi sirboota wellistoota irraa bituudhaan channel isaanii irratti mul'isan qarshii Itoophiyaatti ji'aan miiliyoonaan galii argachaa jiru. Hubadhaa baasiin keessan baayyee xiqqaa dha. Fakkeenyaaf namni dhuunfaan tokko afaan Amaariffaan oduu deemee funaanee miidiyaa warra gurguddaa caalaa dabarsuudhaan subsciber 290,820 qabaachuudhaan ji'aam doolaara kuma kudha lama yookaan qarshii itoophiyaa 346,920 ol yookaan walakkaa miiliyoonaa jechuu kan nu dandeessisu argataa jira. Internet gubbaatti qofa taa'ee viidiyoo hojjetee gadhiisuudhaan kun. Kanaaf yaada fudhatamuu danda'u qabadhaatii nuffii malee irratti hojjedhaa.
نمایش همه...
Kaameeraa dandeenyaan kan qulqullina viidiyoo gaarii waraabu bitadhaatii oduu yookaan sagantaa bareedaa hamma channel keessan beekamtii argatutti walitti aansuudhaan hojjedhaa. Galatoomaa!!!
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Adsense maali?
نمایش همه...
نمایش همه...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

Yeroo baay'ee yaada keenyaan of miina. Namoonni maal naan jedhu? Namootatti maal fakkaadheen mul'adha? Haalli uffannaa koo, bocni qaama koo namoota biratti akkami laata jennee yaada keenyaan of dhiphifna. Isaan kunimmoo mul'ata keenya coolagsiisu, ofitti amanamummaa keenya ajjeesu. Isaawwan kana hunda akka daawwitii xuraa'aattin fudhadha. Amma barbaadde qaama kee qulquleessitee otuu daawwitii xuraa'aa keessatti of ilaaltee xuraawaa taatee ofitti mul'atta. Ofitti fokkifta, of jibbitas. Lammaffuu deebitee daawwitii sana keessatti of ilaaluu hin barbaaddu. Haamileen kee cabeetu fuula kee guurtee of duuba deebita. Maal ani namni fokkataa akkasii jettee jecha nagatiivii ta'e ofitti dubbatta. Ofitti amanamummaan kees ni du'a. Garuu daawwitii sana osuu qulqulleesitee keessatti of ilaaltee ofitti bareedda, caalchiftee of jaalatta, deddeebitee of ilaalta. Sa'aatii of ilaaltu kanas ni seeqxa, seequun kee kunis onnee kee irraa waan ta'eef boqonnaatu sitti dhagahama. Ofitti amanamummaan kee ni dabala. Fuula kee, rifeensakee, boca qaamakee as garagalchitee achi garagalchitee ilaalta. Yeroo kana hundaa ofitti bareedda. Kunneen hundi gatii kee akka beektuu fi mul'ata keetti akka cichituuf si gargaaru. Egaa wantootnis ani jalqaba kaases isaanuma kana. Namoota keessatti of ilaaltu, namoota waliin ooltu filachuu dhabuun miidhaa akkamii akka qabudha. Filachuu qabda, naannoo kee qulqulleesuu qabda. Hiriyummaa kee qulqulleessuu qabda. Jechoota namoonni siin jedhan hundaan miirrikee hin faalamiin, namoonni waa'ee kee eeyyama kee malee dubbachuu akka hin dandeenyes barsiisi. Namoonni akka kabaja kee sharafan tasumaa hin eeyyamiifiin. Waanta namoonni jedhan hundumaas gara dhuunfaa keetti maxxansitee hin fudhatiin. Namoota waa'umee waliin ooluu, haasawuu fi hojjechuu irraa of dhorki. Barruuwwan beekumsa siif dabalan dubbisi, hojiiwwan maallaqa account kee irratti guddisan hojjedhu, nyaata fayyaa qaama keef filatamaa ta'e filadhuu sooradhu. Yeroo ofiif kennii waa'ee kee waan sirrii ofitti dubbadhu, Yeroo murtaawe murtaaween sosochii qaamaa taasisi, fuula kee fi qaama keetiifis sukkuummaa (Massage) godhiif. Sa'aatiidhuma hojii hojjettee maallaqa argattetti waan gaarii ta'e tokko ofiif godhi. Of badhaasuu shaakali. Isaan kunneen hunduu daawwitii qulqullaa'aatti fakkeeffamu. Akkaataa kanaan nama mu'ataa, nama milkaa'aa, nama of jaalatuu fi nama namootaan jaalatamu taata. Ifargan Guddataa Itichaa Coba wayii, yaada galaanarraa!
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

نمایش همه...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

Photo unavailableShow in Telegram
TON, TapSwap and BlockChain communities are LIVE on X now talking about Tapswap. You might join on ... https://x.com/i/spaces/1LyGBnnbWanGN
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Warri TapSwap hojjechaa jirtan jabaadhaa. Dhaabbatichi BlockChain "TON" waliin akka hojjetuu fi Airdrop karaa sanarraa akak Excange gochuuf jiru beeksiseera.
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.