fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Jechoota Psychology

Jechoota Psychology

رفتن به کانال در Telegram

. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan @Saayikoolooji

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Jechoota Psychology

کانال Jechoota Psychology (@saayikoolooji) در بخش زبانی جاوه‌ای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 20 242 مشترک است و جایگاه 948 را در دسته روان‌شناسی و رتبه 252 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 20 242 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 25 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 359 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 13 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 16.08% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.43% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 3 255 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 1 099 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 24 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan @Saayikoolooji”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 26 اکتبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته روان‌شناسی تبدیل کرده‌اند.

20 242
مشترکین
+1324 ساعت
+717 روز
+35930 روز
آرشیو پست ها
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
React godhaa Mee FAMILY😍😍

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Si jaalala si kuffisa. Ana hirribatu na kuffisa. Anaaf Si tokkoo miti Bro. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Osoo beektee Ani iddoo boqonnaa kan keeti. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Amma pilaaneetii kana irratti hiriyaa koo argachuu akkan hin dandeenye amanuu jalqabee jira. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Nama siif hin dhimmamne qabattee of hin dhabin. 💗 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Madaan kee waan si balleessuuf yaadame irraa akka hafte ragaadha. Fuulduratti tarkaanfachuu itti fufi. Gaaf tokko seenaan kee namoota biroof kaka'umsa ta'a. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Halkan Gaarii isiniif haa ta'u....

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qa
Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namni tokko tokko akka Tiitisaati. Madaa kee keessa si qotuu jaalata. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Waaqayyo cubbamaa ati taate fayyisuu danda'a malee qulqulluu ati of fakkeessitu miti. —Anthony Bloom ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hin Murteessin Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu ykn qoosuu jalqabuu kee dura, Namni hundi Lola isaa lolataa akka jiru yaadadhu. ━━━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Yeroo kee warra haalduree tokko malee si jaallatan irratti dabarsi. Warra yeroo haalli isaaniif mijatu qofa si jaallatan irratti hin qisaasessin. 🙂✨ ━━━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoota kaan yeroo komattu fi qeeqxu waa'ee kee dhugaa tokko tokko irraa fagaachaa jirta. ━━━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Ati nama biraa fakkaachuuf hin dhalanne. Addummaan kee hanqina kee osoo hin taane, humna kee ta’uu danda’a. 💯 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namni amala badaa qabu lubbuma ofii miidha. —Al Ghazali ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin, bu'aa fooyya'aa argachuuf hojjedhu. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️