Jechoota Psychology
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 Jechoota Psychology 的分析概览
频道 Jechoota Psychology (@saayikoolooji) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 19 904 名订阅者,在 心理学 类别中位列第 951,并在 芬兰 地区排名第 255 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 19 904 名订阅者。
根据 28 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 359,过去 24 小时变化为 6,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 12.34%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.57% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 457 次浏览,首日通常累积 1 108 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 17。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan
@Saayikoolooji”
凭借高频更新(最新数据采集于 28 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 心理学 类别中的关键影响点。
19 906
订阅者
+624 小时
+487 天
+35930 天
帖子存档
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sammuun waan uumame guutumatti yaadachuu dhiisuu ni mala. Garuu miirri isaa onnee irratti yeroo hundaa ni dhagahama.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namootni si waliin eegalan kamuu si waliin xumuruu hin danda'an.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Jireenya keessatti waan hundumaaf ariifachuun hin barbaachisu. Yeroo tokko tokko suuta deemuun karaa sirrii filachuudha.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoonni sammuu qaraa hedduun jireenya gammachuu jiraachuu danda’an jiraachuu dadhabu; sababiin isaas yeroo hunda waan hunda irratti yaada baay’isu, garuu tarkaanfii fudhachuuf ija jabina hin qaban.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Yaaduun hojii ulfaataa dha; kanaaf namoonni baay’een namatti murteessu.”
— Carl Jung
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from Haqa Ajaa'ibaa
Loltuun Jaappaan tokko erga Warraanni Addunyaa 2ffaa WWII xumuramee booda waggoota 29f dhokatee ture waraanni sun akka xumurame waan hin beekneef.
https://t.me/+SjGubMObTbVS76Mg
19 904
Repost from Haqa Ajaa'ibaa
Loltuun Jaappaan tokko erga Warraanni Addunyaa 2ffaa WWII xumuramee booda waggoota 29f dhokatee ture osoo waraanni sun akka xumurame waan hin beekneef.
https://t.me/+SjGubMObTbVS76Mg
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Of ta'uudhaan waan ajaa'ibaa kanaan dura hin turre addunyaa kana keessa galchita.🦋
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Waliigaltee fi marii dhabuun waan hunda balleessa; sababni isaas, namni sun dhugumaan maal akka itti dhaga’amu beekuu mannaa, nuti ofuma keenyaan tilmaamna.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Yeroo namni biraa hundi sitti amanuu dhiise illee, haati kee yeroo hunda sitti ni amanti. ❤️
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
19 904
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoonni baay’een namoota haaraa hawachuuf baay’ee dhiphatu; garuu namoota durii yeroo rakkinaa fi gammachuu isaanii cinaa dhaabbatan ni dagatu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
