cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Cooperative Bank of Oromia

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
73 116
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+67 روز
+5430 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Kooppeey I-Birrii: Kaffaltii tajaajila meetir taaksii Faras, Kaffaltii adabbii tiraafikaa Tikeeta Xiyyaaraa murachuuf Yeroo qilleensaa guttachuuf Tajaajila bittaaf gurgurataa dabaltee tajaajilawwan hedduu jiruu keessan salphisu fayyadamaa! Salphaa, Amansiisaa fi Mijaataadha! የዕለት ተዕለት እንቅስቃሴዎን በCoopay E-birr ቀላል ያድርጉ! የሜትር ታክሲ ክፍያን ጨምሮ፣ የትራፊክ ቅጣትን ለመክፈል፣ የበረራ ትኬቶችን ለመቁረጥ፣ የአየር ሰዓት ለመሙላት፣ ያለምንም ድካም ግዢና ሽያጭ ይፈጽሙ። ቀላል ፣ ምቹ እና አስትማማኝ! #Coopbank #Coopaye-birr #Convenience #BankApp
5630Loading...
02
Imala Hajjii taasisuuf isin niyyadhaa malee, maallaqa isin barbaachisu walitti qabachuuf kan isin gargaaru, herreega Qusannoo Labbaayik Wadi’aa filannoo gara garaan mijeessinee jirra. Niyyaa keessan haa milkaa’u! Jumu’aa Mubaarak!        የሀጂ ጉዞ ለማድረግ እርስዎ ይነይቱ እንጂ፣ የሚያስፈልግዎትን ገንዘብ ለማጠራቀም የሚረዳዎትን ለባይክ ወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ፣ በተለያዩ አማራጮች አቅርበናል። ኒያዎት ይሳካ! ጁሙዓ ሙባረክ #CoopbankAlhuda #HajjJourney #LabbaikWadia
4 9093Loading...
03
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል? ለብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ ምዝገባ ከታች ከተዘረዘሩት ቅርንጫፎቻችን ወደ አንዱ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ እርስዎን መግለፅ የሚችል መታወቂያ መያዝ ይጠበቅብዎታል። ለምዝገባው ምንም አይነት ክፍያ አይፈፀምም። 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
6 8423Loading...
04
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii? Dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti yoo gortan waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa baafachuu dandeessu. Waraqaa kana argachuuf waraqaa eenyummaa gandaa, ykn kan hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa ykn waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! Galmeef kaffaltiin gosa kamuu hin barbaachisu. 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
6 1121Loading...
05
Jaarraa fayyadamniifi qabaan maallaqaa gara dijitaalawaatti jijjiirame kanatti, Kaffaltiiwwan addaa addaa dabalatee, bittaaf gurgurtaa kamiyyuu raawwachuuf kooppey I-birrii filannoo keessan godhadhaa.    የገንዘብ አጠቃቀምና አያያዝ በዲጂታል መልክ በሆነበት በዚህ ዘመን፣ የተለያዩ ክፍያዎችን ጨምሮ፣ ማንኛውንም ግዢ እና ሽያጭ ለመፈጸም ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ። #Coopbank #CoopayEbirr
7 0320Loading...
06
Kaffaltii tajaajila bishaanii yeroo yaaddan, hiriira bakka kaffaltiitti isin eeguuf yaadda’uu dhiisaatii, Kooppeey I-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa. Kaffaltii tajaajilaa saffisaa fi si'ataaf Koppeey I-birri!      ስለ ውሃ አገልግሎት ክፍያ ሲያስቡ፣ ክፍያ ቦታ ስለሚጠብቅዎ ሰልፍ አይጨነቁ። ለኮፔይ ኢ-ብር መመዝገብዎን ያረጋገጡ እንጂ ለመክፈል ማንም አይቀድምዎትም። ለፈጣንና ቀልጣፋ የአገልግሎት ክፍያ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!    #Coopbank #CoopayEbirr #Ethiopia
8 0191Loading...
07
Har’a gaafa humni keessan cimaa, hamileen keessan guutuu, egeree daa’imman keessaniif waa guduunfuun Ammayyummaadha! Gaammee Herreega Ijoolleetti dhimma bahaa.        ዛሬ ጉልበትዎ ብርቱ፣ አቅምዎ ሙሉ ሳለ፣ ለልጆችዎ የወደፊት ህይወት ጥሪት መቋጠር ዘመናዊነት ነው! በጋሜ የልጆች የቁጠባ ሂሳብ ዛሬውኑ ይጠቀሙ።      #Coopbank #GammeJuniorsSavingsAccount #SaveForTheChild'sFuture
9 0682Loading...
08
Appilikeeshinii Kooppeey I-birrii keenya bilbila keessan irratti fe'annaan, Kaffaltiiwwan tajaajila addaa addaa, bittaa fi gurgurtaa, akkasumas daddabarsa maallaqaaf hin rakkattan.      የኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያችንን በስልክዎ ከጫኑ፣ ለተለያዩ የአገልግሎት ክፍያዎች፣ ግዢዎች እና ሽያጭ፣ እንዲሁም ስለ ገንዘብ ዝውውር መጨነቅ አይኖርብዎትም። #Coopbank #Coopay #hasslefreetransaction #Convenient
9 1122Loading...
09
Wantoota ciccimoo ta'an yeroo isaan salphaa ta'anitti hojjadhu, Wantoota gurguddoo jedhaman yeroo isaan xixiqqoo ta'anitti hojjadhu. Imalli Maayilii kumaa tarkaanfii qeenxeen jalqabamuu qaba. LAOZI (Hayyuu warra Chaayinaa)         ከባድ የሆኑትን ነገሮች ቀላል በሆኑ ጊዜ ተግብር፣ ታላቅ የተባሉትን ነገሮች ትንሽ በሆኑ ጊዜ ፈጽም፣ የ ሺህ ማይል ጉዞ በአንድ እርምጃ መጀመር አለበት። LAOZI (የቻይናዎች ፈላስፋ) #Coopbank #MondayMotivation #Vision #TakeTheFirstStep
11 2846Loading...
10
Imala xiyyaaraa karoorfannaan, imala keessaniif haala mijeessuu nutti dhiifadhaa; bakkuma jirtanii appilikeeshinii dijitaalawaa Kooppeey I-birriin tikkeetii muradhaa. Kooppeey I-birri filatamaadha!      የዓየር ጉዞ ያቅዱ እንጂ ጉዞዎን የማመቻቸቱን ነገር ለኛ ይተዉት፤ ካሉበት ሆነው በኮፔይ ኢ-ብር ዲጂታል መተግበሪያ ትኬትዎን ይቁረጡ። ኮፔይ ኢ-ብር ተመራጭ ነው! #Coopbank #CoopayEbirr #TravelMadeEasy
11 8911Loading...
11
Tajaajila yeroo qilleensaafis ta’e interneetaaf Kooppeey I-birriin salphaatti guuttadhaa! Feetan wahilaafis ittiin guutuu dandeessu! ለአየር ሰአት እና ለኢንተርኔት አገልግሎት በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይሙሉ! ቢፈልጉ ለራስዎ አለያም ለወዳጅዎ፣ መሙላት ይችላሉ! #Coopbank #CoopayEbirr #EasyTopUp
12 5862Loading...
12
Herreega Olkaawwannaa Invastimantii Mudaarabaa Dargaggoo, mul’ata dargaggummaa dhugoomsu banachuun, bu’aa irraa argamu qooddadhaa! Jumu’aa Mubaarak! የወጣትነትን ህልም የሚያሳካውን፣ የወጣቶች ሙዳረባ የኢንቨስትመንት ተቀማጭ ሂሳብ በመክፈት፣ የሚያስገኘውን ትርፍ ይቋደሱ! ጁሙዓ ሙባረክ! #CoopbankAlhuda #MudarabahSavingsAccount #Ethiopia
13 8583Loading...
13
Baankiin keenya tajaajila baankii argachuuf bu’aa ba’ii hawaasni keenya baadiyyaa keessa darbu hubachuun, qe’ee Qonnaan bulaa fi horsiisee bulaatti, Damee Iikoo banuun, tajaajila baankii guutuu kennaa jira. ከማህበረሰባችን ጎን ነን! ባንካችን የባንክ አገልግሎት ለማግኘት የገጠር ማህበረሰባችን የሚያልፍበትን ውጣ ውረድ በመረዳት፣ በአርሶ አደሩና አርብቶ አደሩ ቄኤ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመስጠት ላይ ይገኛል። #Coopbank #CommunityAccessibleBanking #Ethiopia
13 7784Loading...
14
Hojii daldalaa eegaltanii hanqinni kaappitaalaa isin mudatee? Falli ni jira! MICHUU tajaajila dijitaalawaa wabii malee filannoo lamaan Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii isiniif dhiyeessineerra, liqeeffadhaa mahii bahadhaa! የንግድ ሥራ ጀምረው የካፒታል እጥረት አሳስበዋል? መፍትሄ አለ! ያለምንም ዋስትና፣ የብድር አገልግሎትን የሚሰጠው ምቹ ድጂታል የብድር አገልግሎት በሁለት አማራጭ በምቹ ጉያ እና በምቹ ዋቢ አለልዎ። #Michu #UncollateralizedLending #SMEs #Microenterprises #Ethiopia
14 32616Loading...
15
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ አገልግሎት ወደ ስምንቱ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ ይበሉ! 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ ማሳሰቢያ፡- ለምዝገባ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣የሥራ መታወቂያ፣መንጃ ፍቃድ ወይም የሚገልፅዎትን ማንኛውንም መታወቂያ መያዝ አይዘንጉ! #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
13 7162Loading...
16
Tajaajila galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaa argachuuf dameewwan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa saddeettan kanatti goraa! 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
13 1052Loading...
17
Guuttaniittuu? Sadarkaa itti quufinsa tajaajila keenyaaf qabdan ibsachuuf, gaaffiilee madaallii guutuu hin dagatinaa! https://docs.google.com/forms/d/1c_FJ7GcudV5XuBbReb7b08auMI091m7PKVwLrqQug2Q/edit ሞልተዋል? በአገልግሎታችን ያልዎትን እርካታ መጠን ለመግለጽ፣ መጠይቁን መሙላት አይዘንጉ! https://docs.google.com/forms/d/1S5j9twinnBkangTX8oZQ-nuCMU_rf2mcLeoWaVkPKNM/edit #Coopbank #questionnaire #feedback
13 2922Loading...
18
Waldaalee fi Yuuniyeenotni Liqii fi Qusannoo, hojimaata barmaataa gatii waraqaa fi maxxansaaf isin saaxilu keessaa ba’uun hojimaata dijitaalawaa ammayyaa SACCO-Linkitti madaqaa! Maallaqa yeroo fi humna isiniif qusata. የብድርና ቁጠባ ማህበራትና ዩኒየኖቻቸው ለወረቀት ዋጋና ለህትመት ወጪ ከሚያጋልጥ ዘልማዳዊ አሠራር በመላቀቅ በዘመናዊው ዲጂታል ስልት SACCO-Link ተጠቀሙ! ገንዘብ፣ ጊዜና ጉልበት ይቆጥባል። #Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment
14 2446Loading...
19
ከውጭ ሀገር የሚላክልዎትን ገንዘብ በባንካችን በኩል ይቀበሉ! #Coopbank #InternationalRemittances #Ethiopia
14 1813Loading...
20
Maallaqa biyya alaatii siniif ergame karaa baankii keenyaan fudhadhaa! ከውጭ ሀገር የሚላክልዎትን ገንዘብ በባንካችን በኩል ይቀበሉ! #Coopbank #InternationalRemittances #Ethiopia
15 7293Loading...
21
Media files
10Loading...
22
Media files
16 2222Loading...
23
Media files
15 4832Loading...
24
Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin nagaan isin gahe! Ayyaana gammachuufi jaalalaan guutame akka isiniif ta'u hawwina Ayyaana Gaarii! እንኳን ለብርሃነ ትንሳኤው በሰላም አደረሳችሁ! በፍቅርና በደስታ የተሞላ በዓል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን! መልካም በዓል! #Coopbank #HappyEaster #Ethiopia
15 6243Loading...
25
Gabaa Ayyaanaa kanarratti, dhamaatii kan isin furu Kooppeey I-birriin nagadadhaa! ለዚህ የበዓል ገበያ፣ ልፋት አቅላይ በሆነው ኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይገበያዩ! #Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
14 9015Loading...
26
Guyyaan ayyaanaa jala ga’eera; gabaan ayyaanaas ho’ee jira; bittaa fi gurgurtaa keessan koopey Ii-birriitiin salphaatti raawwadhaa!          የበዓሉ ቀን ቀርቧል፣ የበዓል ገበያም ሞቅ ብሏል፣ ሸመታዎን በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይፈጽሙ!        #Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
14 4121Loading...
27
Baga Ayyaana Yaadannoo Fannoo Yesuus Kiristoosiin nagaan isin ga'e! እንኳን ለስቅለት በዓል በሰላም አደረሳችሁ! #Coopbank #GoodFriday #Ethiopia
13 97317Loading...
28
Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Baankii Keenya Daawwate Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Waajjira Muummee ce’umsaa baankii keenya daawwachuun, kutannoo baankiin keenya kalaqa tekinoloojii baankiitiin qabuu fi kenna tajaajilaa keenya daawaataniru. Daawwannaan isaanii kunis giddugala qorannoo dijitaalaa keenya kanneen akka Dx Valley 1.0 dabalatee, wiirtuuwwan tajaajila Michuu, Dx Valley 2.0 (Giddugala Inkubeeshinii Kalaqaa) fi Damee Ismaartii baankii keenyaa fa'a kan hammateedha. በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ በክቡር አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን ባንካቸንን ጎበኘ! በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ የተከበሩ አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን የባንካችንን የሽግግር ዋና መሥሪያ ቤት በመጎብኘት፣ ባንካችን በባንክ ቴክኖሎጂ እና የአገልግሎት አሰጣችንን ጎብኝተዋል። ጉብኝታቸውም Dx ቫሊ 1.0ን ጨምሮ የዲጂታል የምርምር ማዕከሎቻችንን እንደ የምቹ አገልግሎት ማዕከል፣ Dx ቫሊ 2.0 (የፈጠራና ኢንኩቤሽን ማዕከል) እና የባንካችንን ስማርት ቅርንጫፍ ያጠቃልላል። #Coopbank #NationalBankofEthiopia #TechAdvancement #Ethiopia
16 9158Loading...
29
Yeroo Ayyaanaa kanatti, baasii hin malle irraa of qusachaa, bittaa barbaachisoo ta’an gaggeessuu feetaniif,  kaffaltii keessan karaa Kooppeey I-birri  Raawwadhaa! በበዓል ወቅት፣ አላስፈላጊ ወጪዎችን በመቀነስ፣ ለሚያከናውኗቸው አስፈላጊ የሆኑ ግብይቶች በኮፔይ ኢ-ብር ይክፈሉ! #Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
13 1904Loading...
30
Baga guyyaa dafqaan bultoota idil-addunyaa geessan! Guyyaan kun, qabsoo fi firiin qabsoo hojjattootaa fi warraaqsa dafqaan bultootaa, kan itti yaadatamuudha.        እንኳን ለዓለም አቀፍ የላብ አደሮች ቀን አደረሰዎ! የዛሬው ቀን የሠራተኞች ትግልና የላብ አደሮች ንቅናቄ እንዲሁም ያስገኘው ውጤት የሚታሰብበት ነው። #Coopbank #Labour_day #internationallabourday #Ethiopia
13 5382Loading...
31
Baankiin keenya tajaajiloota Koopbaank Maastar Kaardii fi Kominitii Paass ifatti hojii eegalchiise Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa ‘MasterCard’ waliin walta’uun, tajaajila kaardii kaffaltii dursaa Koopbaank Mastarkaardii, imaltoota biyya alaaf tajaajiluu, fi sistama oomishaa fi daldala bu’aalee qonnaa si’eessu Faarm Paass hojiirra oolchee hará ifatti eegalchiiseera. Kaardiin kaffaltii dursaa, Koopbaank Mastar kaardiin, namoonni biyya alaatti imalan, maallaqa biyya deemanitti isaan barbaachisu maallaqa alaatiin kaardiin fudhatanii akka deeman kan dandeessisu yommuu ta’u, ba’aa maallaqa callaa kan hambisuu fi hanqina maallaqa alaa biyyattiin qabdu furuu keessatti gahee kan qabu. Kominiti Paassiin kan dhiyaate Faarm Paass ammoo sistama oomisha qonnaa si’eessee, daldala bu’aalee qonnaa ammayyeessu, hojimaata maanuwaalaa maallaqa callaa sochoosu hambisuun, odeeffannoo karaa waldaalee hojii gamtaa qindaa’uun, qonnaan bultootaaf karaa waldaalee isaanii gabaa callaa guddistuu, oomisha qonnaa fi tajaajila faaynaansii karaa dijitaalawaan wal qunnamsiisu wayta ta’u, hawaasa qonnaan bulaa tajaajila faaynaansiif dhaqqabamaa taasisuun akkasumas ce’umsa dijitaalawaatti madaqsuu keessatti gahee ijoo kan qabuudha. ባንካችን ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድና ኮፕ ባንክ ኮሚኒቲ ፓስ አገልግሎቶችን አስጀመረ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከማስተር ካርድ ጋር በመተባበር ለውጭ ሀገር ተጓዦች የቅድመ ክፍያ ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድ አገልግሎትና የግብርና ምርት እና ግብይት ሂደትን የሚያሳልጠውን ፋርም ፓስ ሥራ ላይ አውሏል። የቅድመ ክፍያ ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድ አገልግሎት፣ ወደ ውጭ ሀገር የሚሄዱ ሰዎች በሚሄዱበት ሀገር የሚያስፈልጋችውን የውጭገንዘብ በካርድ ይዘው ለመጓዝ የሚያስችል ሲሆን የጥሬ ገንዘብ ሸከማን የሚያስቀርና እንደ ሀገር ያለውን የውጭ ምንዛሪ ችግር በመቅረፍ ረገድ አስተዋጽኦ ያለው ነው። በኮሚኒቲ ፓስ የቀረበው የግብርና አመራረትን አሳልጦ፣ የግብርና ምርት ንግድን የሚያዘምነው ሲስተም ፋርም ፓስ ደግሞ ጥሬ ገንዘብን በማንቀሳቀስ የሚከናወነውን ማኑዋል አሠራር በማስቀረት፣ በኅብረት ሥራ ማህበራት በኩል መረጃ በማቀናጀት፣ ለአርሶ አደሮች የምርት ግብዓት ገበያ፣ የግብርና ምርትና የፋይናንስ አገልግሎትን በዲጂታል ስልት ማስተሳሰር ሲሆን ፣ የገጠሩን ማህበረሰብ ለፋይናንስ አገልግሎት ተደራሽ በማድረግ እንዲሁም ዲጂታል ሽግግርን በማላመድ ሂደት ወሳኝ ሚና ያለው ነው። #Coopbank #Mastercard #FarmPass #Innovation #Convenience
13 19116Loading...
32
Media files
13 9787Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Kooppeey I-Birrii: Kaffaltii tajaajila meetir taaksii Faras, Kaffaltii adabbii tiraafikaa Tikeeta Xiyyaaraa murachuuf Yeroo qilleensaa guttachuuf Tajaajila bittaaf gurgurataa dabaltee tajaajilawwan hedduu jiruu keessan salphisu fayyadamaa! Salphaa, Amansiisaa fi Mijaataadha! የዕለት ተዕለት እንቅስቃሴዎን በCoopay E-birr ቀላል ያድርጉ! የሜትር ታክሲ ክፍያን ጨምሮ፣ የትራፊክ ቅጣትን ለመክፈል፣ የበረራ ትኬቶችን ለመቁረጥ፣ የአየር ሰዓት ለመሙላት፣ ያለምንም ድካም ግዢና ሽያጭ ይፈጽሙ። ቀላል ፣ ምቹ እና አስትማማኝ! #Coopbank #Coopaye-birr #Convenience #BankApp
نمایش همه...
👍 4 3
Photo unavailableShow in Telegram
Imala Hajjii taasisuuf isin niyyadhaa malee, maallaqa isin barbaachisu walitti qabachuuf kan isin gargaaru, herreega Qusannoo Labbaayik Wadi’aa filannoo gara garaan mijeessinee jirra. Niyyaa keessan haa milkaa’u! Jumu’aa Mubaarak!        የሀጂ ጉዞ ለማድረግ እርስዎ ይነይቱ እንጂ፣ የሚያስፈልግዎትን ገንዘብ ለማጠራቀም የሚረዳዎትን ለባይክ ወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ፣ በተለያዩ አማራጮች አቅርበናል። ኒያዎት ይሳካ! ጁሙዓ ሙባረክ #CoopbankAlhuda #HajjJourney #LabbaikWadia
نمایش همه...
👍 27 12
Photo unavailableShow in Telegram
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል? ለብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ ምዝገባ ከታች ከተዘረዘሩት ቅርንጫፎቻችን ወደ አንዱ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ እርስዎን መግለፅ የሚችል መታወቂያ መያዝ ይጠበቅብዎታል። ለምዝገባው ምንም አይነት ክፍያ አይፈፀምም። 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
نمایش همه...
👍 39
Photo unavailableShow in Telegram
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii? Dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti yoo gortan waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa baafachuu dandeessu. Waraqaa kana argachuuf waraqaa eenyummaa gandaa, ykn kan hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa ykn waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! Galmeef kaffaltiin gosa kamuu hin barbaachisu. 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
نمایش همه...
👍 18 3
Photo unavailableShow in Telegram
Jaarraa fayyadamniifi qabaan maallaqaa gara dijitaalawaatti jijjiirame kanatti, Kaffaltiiwwan addaa addaa dabalatee, bittaaf gurgurtaa kamiyyuu raawwachuuf kooppey I-birrii filannoo keessan godhadhaa.    የገንዘብ አጠቃቀምና አያያዝ በዲጂታል መልክ በሆነበት በዚህ ዘመን፣ የተለያዩ ክፍያዎችን ጨምሮ፣ ማንኛውንም ግዢ እና ሽያጭ ለመፈጸም ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ። #Coopbank #CoopayEbirr
نمایش همه...
32👍 25
Photo unavailableShow in Telegram
Kaffaltii tajaajila bishaanii yeroo yaaddan, hiriira bakka kaffaltiitti isin eeguuf yaadda’uu dhiisaatii, Kooppeey I-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa. Kaffaltii tajaajilaa saffisaa fi si'ataaf Koppeey I-birri!      ስለ ውሃ አገልግሎት ክፍያ ሲያስቡ፣ ክፍያ ቦታ ስለሚጠብቅዎ ሰልፍ አይጨነቁ። ለኮፔይ ኢ-ብር መመዝገብዎን ያረጋገጡ እንጂ ለመክፈል ማንም አይቀድምዎትም። ለፈጣንና ቀልጣፋ የአገልግሎት ክፍያ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!    #Coopbank #CoopayEbirr #Ethiopia
نمایش همه...
👍 38🤝 7 4
Photo unavailableShow in Telegram
Har’a gaafa humni keessan cimaa, hamileen keessan guutuu, egeree daa’imman keessaniif waa guduunfuun Ammayyummaadha! Gaammee Herreega Ijoolleetti dhimma bahaa.        ዛሬ ጉልበትዎ ብርቱ፣ አቅምዎ ሙሉ ሳለ፣ ለልጆችዎ የወደፊት ህይወት ጥሪት መቋጠር ዘመናዊነት ነው! በጋሜ የልጆች የቁጠባ ሂሳብ ዛሬውኑ ይጠቀሙ።      #Coopbank #GammeJuniorsSavingsAccount #SaveForTheChild'sFuture
نمایش همه...
👍 37 24
Photo unavailableShow in Telegram
Appilikeeshinii Kooppeey I-birrii keenya bilbila keessan irratti fe'annaan, Kaffaltiiwwan tajaajila addaa addaa, bittaa fi gurgurtaa, akkasumas daddabarsa maallaqaaf hin rakkattan.      የኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያችንን በስልክዎ ከጫኑ፣ ለተለያዩ የአገልግሎት ክፍያዎች፣ ግዢዎች እና ሽያጭ፣ እንዲሁም ስለ ገንዘብ ዝውውር መጨነቅ አይኖርብዎትም። #Coopbank #Coopay #hasslefreetransaction #Convenient
نمایش همه...
👍 26👏 12 3
Photo unavailableShow in Telegram
Wantoota ciccimoo ta'an yeroo isaan salphaa ta'anitti hojjadhu, Wantoota gurguddoo jedhaman yeroo isaan xixiqqoo ta'anitti hojjadhu. Imalli Maayilii kumaa tarkaanfii qeenxeen jalqabamuu qaba. LAOZI (Hayyuu warra Chaayinaa)         ከባድ የሆኑትን ነገሮች ቀላል በሆኑ ጊዜ ተግብር፣ ታላቅ የተባሉትን ነገሮች ትንሽ በሆኑ ጊዜ ፈጽም፣ የ ሺህ ማይል ጉዞ በአንድ እርምጃ መጀመር አለበት። LAOZI (የቻይናዎች ፈላስፋ) #Coopbank #MondayMotivation #Vision #TakeTheFirstStep
نمایش همه...
👍 50 8

👍 51 7👏 3