cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Cooperative Bank of Oromia

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
73 082
مشترکین
-2624 ساعت
+1237 روز
+4930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Baankii Keenya Daawwate Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Waajjira Muummee ce’umsaa baankii keenya daawwachuun, kutannoo baankiin keenya kalaqa tekinoloojii baankiitiin qabuu fi kenna tajaajilaa keenya daawaataniru. Daawwannaan isaanii kunis giddugala qorannoo dijitaalaa keenya kanneen akka Dx Valley 1.0 dabalatee, wiirtuuwwan tajaajila Michuu, Dx Valley 2.0 (Giddugala Inkubeeshinii Kalaqaa) fi Damee Ismaartii baankii keenyaa fa'a kan hammateedha. በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ በክቡር አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን ባንካቸንን ጎበኘ! በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ የተከበሩ አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን የባንካችንን የሽግግር ዋና መሥሪያ ቤት በመጎብኘት፣ ባንካችን በባንክ ቴክኖሎጂ እና የአገልግሎት አሰጣችንን ጎብኝተዋል። ጉብኝታቸውም Dx ቫሊ 1.0ን ጨምሮ የዲጂታል የምርምር ማዕከሎቻችንን እንደ የምቹ አገልግሎት ማዕከል፣ Dx ቫሊ 2.0 (የፈጠራና ኢንኩቤሽን ማዕከል) እና የባንካችንን ስማርት ቅርንጫፍ ያጠቃልላል። #Coopbank #NationalBankofEthiopia #TechAdvancement #Ethiopia
نمایش همه...
Yeroo Ayyaanaa kanatti, baasii hin malle irraa of qusachaa, bittaa barbaachisoo ta’an gaggeessuu feetaniif,  kaffaltii keessan karaa Kooppeey I-birri  Raawwadhaa! በበዓል ወቅት፣ አላስፈላጊ ወጪዎችን በመቀነስ፣ ለሚያከናውኗቸው አስፈላጊ የሆኑ ግብይቶች በኮፔይ ኢ-ብር ይክፈሉ! #Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
نمایش همه...
👍 42 5👏 3
Baga guyyaa dafqaan bultoota idil-addunyaa geessan! Guyyaan kun, qabsoo fi firiin qabsoo hojjattootaa fi warraaqsa dafqaan bultootaa, kan itti yaadatamuudha.        እንኳን ለዓለም አቀፍ የላብ አደሮች ቀን አደረሰዎ! የዛሬው ቀን የሠራተኞች ትግልና የላብ አደሮች ንቅናቄ እንዲሁም ያስገኘው ውጤት የሚታሰብበት ነው። #Coopbank #Labour_day #internationallabourday #Ethiopia
نمایش همه...
👍 45 16👏 6
Baankiin keenya tajaajiloota Koopbaank Maastar Kaardii fi Kominitii Paass ifatti hojii eegalchiise Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa ‘MasterCard’ waliin walta’uun, tajaajila kaardii kaffaltii dursaa Koopbaank Mastarkaardii, imaltoota biyya alaaf tajaajiluu, fi sistama oomishaa fi daldala bu’aalee qonnaa si’eessu Faarm Paass hojiirra oolchee hará ifatti eegalchiiseera. Kaardiin kaffaltii dursaa, Koopbaank Mastar kaardiin, namoonni biyya alaatti imalan, maallaqa biyya deemanitti isaan barbaachisu maallaqa alaatiin kaardiin fudhatanii akka deeman kan dandeessisu yommuu ta’u, ba’aa maallaqa callaa kan hambisuu fi hanqina maallaqa alaa biyyattiin qabdu furuu keessatti gahee kan qabu. Kominiti Paassiin kan dhiyaate Faarm Paass ammoo sistama oomisha qonnaa si’eessee, daldala bu’aalee qonnaa ammayyeessu, hojimaata maanuwaalaa maallaqa callaa sochoosu hambisuun, odeeffannoo karaa waldaalee hojii gamtaa qindaa’uun, qonnaan bultootaaf karaa waldaalee isaanii gabaa callaa guddistuu, oomisha qonnaa fi tajaajila faaynaansii karaa dijitaalawaan wal qunnamsiisu wayta ta’u, hawaasa qonnaan bulaa tajaajila faaynaansiif dhaqqabamaa taasisuun akkasumas ce’umsa dijitaalawaatti madaqsuu keessatti gahee ijoo kan qabuudha. ባንካችን ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድና ኮፕ ባንክ ኮሚኒቲ ፓስ አገልግሎቶችን አስጀመረ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከማስተር ካርድ ጋር በመተባበር ለውጭ ሀገር ተጓዦች የቅድመ ክፍያ ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድ አገልግሎትና የግብርና ምርት እና ግብይት ሂደትን የሚያሳልጠውን ፋርም ፓስ ሥራ ላይ አውሏል። የቅድመ ክፍያ ኮፕ ባንክ ማስተር ካርድ አገልግሎት፣ ወደ ውጭ ሀገር የሚሄዱ ሰዎች በሚሄዱበት ሀገር የሚያስፈልጋችውን የውጭገንዘብ በካርድ ይዘው ለመጓዝ የሚያስችል ሲሆን የጥሬ ገንዘብ ሸከማን የሚያስቀርና እንደ ሀገር ያለውን የውጭ ምንዛሪ ችግር በመቅረፍ ረገድ አስተዋጽኦ ያለው ነው። በኮሚኒቲ ፓስ የቀረበው የግብርና አመራረትን አሳልጦ፣ የግብርና ምርት ንግድን የሚያዘምነው ሲስተም ፋርም ፓስ ደግሞ ጥሬ ገንዘብን በማንቀሳቀስ የሚከናወነውን ማኑዋል አሠራር በማስቀረት፣ በኅብረት ሥራ ማህበራት በኩል መረጃ በማቀናጀት፣ ለአርሶ አደሮች የምርት ግብዓት ገበያ፣ የግብርና ምርትና የፋይናንስ አገልግሎትን በዲጂታል ስልት ማስተሳሰር ሲሆን ፣ የገጠሩን ማህበረሰብ ለፋይናንስ አገልግሎት ተደራሽ በማድረግ እንዲሁም ዲጂታል ሽግግርን በማላመድ ሂደት ወሳኝ ሚና ያለው ነው። #Coopbank #Mastercard #FarmPass #Innovation #Convenience
نمایش همه...
👍 86 24👏 4
1
Kabaja ayyaana waggaa miidhagsuuf, maatii fi fira biyya hambaa jiran irraa maallaqni isiniif ergama yoo ta’e, karaa Siwiftii baankii keenyaa CBORETAA taasisaa! ለበዓል ማድመቂያ ከቤተሰብ፣ ዘመድ፣ ወዳጅ ከባህር ማዶ የሚላክልዎ ገንዘብ ካለ በባንካችን ስዊፍት CBORETAA በኩል ያድርጉ። #Coopbank #SWIFTService #Remmitance #Ethiopia
نمایش همه...
30👍 11👏 5🤝 2
Suupparmaarkeetiifi Buutikiiwwan dabalatee buufataalee daldalaa biroottis adeemsa bittaafi gurgurtaa keessan karaa si’aayina qabuufi amasiisaa ta’een salphaatti raawwachuu kan isin dandeessisu Kooppeey I-birrii fayyadamaa! ሱፐር ማርኬቶችንና ቡቲኮችን ጨምሮ በብዙ የግብይት መዓከላት እንዲሁም የትዕዛዝ ግዢ አገልግሎቶች ክፍያ በቀላሉ ለማከናወን የሚያስችልዎትን መተግበሪያ፣ ኮፔይ ኢ-ብር ይጠቀሙ! #Coopbank #CoopayEbirr #EasyPayments
نمایش همه...
👍 25 10👏 5🤝 2
Gaaffiilee madaallii guuttanii? Kabajamoo maamila keenya, Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa itti quufinsa maamiltoonni tajaajila isaa irratti qabanmadaaluuf gaaffilee qopheesse qooqa filattaniin deebisuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa. Galatoomaa! https://docs.google.com/forms/d/1c_FJ7GcudV5XuBbReb7b08auMI091m7PKVwLrqQug2Q/edit መጠይቁን ሞልተዋል? ውድ ደንበኛችን፡ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የደንበኞቹን እርካታ ዳሰሳ ጥናት ለማከናወን ያዘጋጀውን መጠይቅ በመረጡት ቋንቋ ለመመለስ ከዚህ በታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) ይጫኑ። እናመሰግናለን። https://docs.google.com/forms/d/1S5j9twinnBkangTX8oZQ-nuCMU_rf2mcLeoWaVkPKNM/edit #Coopbank #questionnaire #feedback
نمایش همه...
👍 22👏 4 3
“Injifachuun jaalladha!” Laarii Elisan Laarii Elisan, Ameerikaa, Niiwu Yoorkitti dhalate. Abbaa fi haati isaa waan waliin hin turreef, yeroo daa’imummaa haadha isaa waliin erga dabarsee booda adaadaa fi abbeeraa isaa biratti, Chikaagootti guddate. Erga adaadaan isaa boqqottee booda rakkoo hammaataan isa mudachuun yeroo gara garaatti barnoota isaa addaan kutuuf dirqamaa ture. Umurii isaa waggaa 22tti gara Kaaba Kaalifoorniyaa deemuun achitti sagantaa kompiiwtaraa manumatti of barsiisaa, rakkkoof osoo harka hin laatin, jireenya mo’achuuf waggoota saddeetiif hojiiwwan ulfaatoo ta’an hojjechaa ture. Bu'aa ba'ii jireenyaa abdii kutachiisaa hedduu keessa ce’ee, ALA bara 1977 dhaabbata sooftiweerii oomishu maqaa ‘Oracle’ jedhu hundeesse. Oraakil dhaabbilee teeknooloojii gurguddoo idil-addunyaa keessaa isa tokkodha. Ganama qormaata jireenyaan waxalamee kan guddate Elisan, mul'ata indaastirii daataa beezii jijjiiruuf qabu milkeessee ‘Oracle’ daataa beezii guddicha taasisuun abbaa qabeenyaa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 51 ta’ee tarree dureeyyii addunyaa keessaa tokko ta’uu dandaheera. Bara soorama isaatti illee sooressi kun, maaliif guyyuu waajira akka seenu kan gaafatame Elisan, deebii salphaa fakkaatu garuu ergaa guddaa qabu, “Injifachuun jaalladha. Hammuma injifachaa deemtu, ittuu injifachuu barbaadda,’’ jechuun waldhaansoon jireenya injifachuuf taasifamu deemsa milkaa’inaa ta’uu akeeke. Elisan namoota indastirii teeknoolojii irratti jijjiirama guddaa argamsiisan keessaa tokko ta'uun isaa mirkana. Har'a dhaabbanni inni hundeesse, Oraakil dhaabbilee gurguddoo addunyaa hundaan kan dhimma itti bahamudha. Haala ulfaataa kam keessattillee gonkumaa abdii kutachuu dhiisuun kutannoo fi cichoominaan yoo hojjanne akka mo’annu seenaa Elisan irraa barachuun ni danda’ama. Madda: Business Insider “ማሸነፍ እወዳለሁ” ላሪ ኤሊሰን ላሪ ኤሊሰን የተወለደው አሜሪካ ኒውዮርክ ውስጥ ነበር። ወላጆቹ አብረው ስላልነበሩ የልጅነት ጊዜውን በከፊል ከእናቱ ጋር ካሳለፈ በኋላ ወደ ቺካጎ በመሄድ አክስትና አጎቱ ጋር ነበር ያደገው። አክስቱ በሞት ከተለየችው በኋላ በገጠመው ከፍተኛ ችግር በተለያዩ ጊዜያት ትምህርቱን እስከ ማቋረጥ ደርሶ ነበር። በ22 ዓመት ዕድሜው ወደ ሰሜን ካሊፎርኒያ በመሄድ እቤቱ ስለ ኮምፒውተር ፕሮግራሚንግ በግሉ እያጠና ኑሮን ለማሸነፍ ለ 8 ዓመታት ከባባድ ሥራዎችን ሲሠራ ቆየ። በርካታ ተስፋ አስቆራጭ ውጣ ውረዶች ውስጥ አልፎ እ.አ.አ በ 1977 ‘ኦራክል’ በሚል ስያሜ የኮምፒውተር ሶፍት ዌር አምራች ኩባንያ አቋቋመ። የዘመናት ልፋቱ ውጤት የሆነው ኦራክል በዓለም አቀፍ ደረጃ አሉ ከሚባሉ ታላላቅ የቴክኖሎጂ ኩባንያዎች አንዱ ለመሆን ችሏል። በልጅነቱ በችግር ወላፈን ተገርፎ ያደገው ኤሊሰን የዳታ ቤዝ ኢንዱስትሪን የመለወጥ ዓላማውን ይዞ ወደፊት በመገስገስ የኦራክል ዳታ ቤዝ ታዋቂ በመሆን የሀብት መጠኑ 51 ቢሊየን የአሜሪካ ዶላር በመድረስ በዓለም አቀፍ ደረጃ ካሉ ታላላቅ ሀብታሞች ተርታ አሰልፎታል። በልጅነቱ የህይወትን አስከፊ ገጽታ ያየው ይህ ባለ ሀብት በተለይ በጤና ምርምርና ትምህርት ዙሪያ ለሚሠሩ ግብረ ሰናይ ድርጅቶች በሚሊዮኖች ያሚቆጠር ዶላር ድጋፍ በማድረግ ይታውቃል። በጡረታ ዘመኑ እንኳ መደበኛ ሥራውን ማከናወኑን ለምን እንደ ቀጠለ፣ በየቀኑ ለምን ሥራ እንደሚገባ የተጠየቀው ኤሊሰን ቀላል ያሚመስል ነገር ግን ጥልቅ መልዕክት ያለውን ምላሹን “ማሸነፍ እወዳለሁ። እያሸነፍክ በሄድክ ቁጥር የበለጠ ማሸነፍ ትፈልጋለህ።” በማለት ሰጥቶ መታገልን እንደሚወድ ጠቁሟል። ኤሊሰን በቴክኖሎጂው ኢንዱስትሪ ከፍተኛ ለውጥ ካመጡ ሰዎች አንዱ መሆኑ እሙን ነው። እሱ ያቋቋመው ኩባንያ ኦራክል ዛሬ በዓለም ላይ ያሉ ታላላቅ ተቋማት ሁሉ የሚጠቀሙበት ሆኗል። በየትኛውም አስቸጋሪ ሁኔታ ውስጥ በፍፁም ተስፋ ባለመቁረጥ በጽናትና ቁርጠኝነት ከሠራን አሸናፊ እንደምንሆን ከኤሊሰን ታሪክ መረዳት ይቻላል። ዋቢ: ቢዝነስ ኢንሳይደር #Coopbank #MondayMotivation #Vision #Hardwork #Ethiopia
نمایش همه...
👍 50 11