247
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '24
نوامبر '24
+57
در 0 کانالها
اکتبر '240
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '240
در 4 کانالها
Get PRO
اوت '24
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '240
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+184
در 1 کانالها
پستهای کانال
| 2 | +6 1ኛ ክፍል የአከባቢ ሳይንስ_merged (1).pdf | 422 |
| 3 | +5 Afaan Oromoo Kutaa-1.pdf | 393 |
| 4 | بدون متن... | 371 |
| 5 | بدون متن... | 410 |
| 6 | Beeksisa
Barattootaa fi maatii barattoota keenyaa hundaaf.
Barnoonni bara 2017 gaafa kiphxataa 07/01/2017 waan eegaluuf meeshaalee barnootaa f barbaachisan hunda guuttachuun akka argamtan isiniin jenna.
Bara barnoota gaarii isiniif haa ta'uun hawwii keenya!
M/baruumsaa. | 348 |
| 7 | بدون متن... | 369 |
| 8 | Baratoota haaraa kutaa 5 galmooftaniif hundaaf
Guyyaan qorumsa seensaa kennamuu 04/13/2016 wiixxata Ganamarraa sa'aa 2:30 waan ta'eef yeroon argamtanii qorumsa qophaahe akka fudhatanu isiin hubachiifna. | 3 771 |
| 9 | بدون متن... | 3 731 |
| 10 | بدون متن... | 340 |
| 11 | የመመዝገቢያ ቦታ
👉ኬጂ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1ኛ ደረጃ ት/ቤት
👉ከ1-6ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ ት/ቤት
👉ከ7-8 እና ከ9-12 12ኛ ደረጃ ት/ቤት | 362 |
| 12 | Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017
👉የ2017 ዓ.ም የመመዝገቢያ:የትምህርት ክፍያና የትራንስፖርት ክፍያ ይህን ይመስላል!!! | 315 |
| 13 | Guyyaa15/12/2016
Beeksisa
Barattootaa Mana Barumsaa Koomuuniitii Yuuniivarsitii Jimmaatti kanaan dura barachaa turtanii fi haaraa bara 2017 galmaa'uu barbaaddan hundaaf
# Galmeen Barattootaa Mana Barumsaa Koomuuniitii Yuuniivarsitii Jimmaa Bara barnootaa 2017 akka armaan gadiitti kan gaggeeffamu ta'a.
1.Barattoota Idilee KG2-3 fi Kutaa 1-12 guyyaan galmee Hagayya 21-25,2016 yoo ta'u Hagayya 27-29,2016 adabbiidhaan kan galmooftan ta'a.
#Kaffaltiin galmee qarshii 300/dhibba sadi qofa/
#Kaffaltii barnootaa ji'a Fulbaanaa
#Kaffaltii Tiraanspoortii(Bus transport) kan fedhii qabdan kan ji'a Fulbaanaa
=========//=========
2.Barattoota Haaraa KG1ffaa,kutaa 1-5,7,9,10 fi 11ffaa Hagayya 27-29,2016
#Kaffaltiin galmee qarshii 500/Dhibba shan qofa/
#Hub:- Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kaffaltu!!
#Qaammee 1,2016 Sa'aatii 2:30 irraa eegalee guyyaa qorumsi seensaa barattoota haaraa kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa itti kennamu ta'a.
==========//=========
Iddoon Galmee
1.Barattoota KG f MB KG(Main Campus fi Kittoo Furdisaa JIT Campus) MB sad.1ffaa keessa
2.Barattoota kutaa 1-6 MB sad.1ffaa
3.Barattoota kutaa 7-8 fi 9-12 MB sad.2ffaa
Sa'aatiin galmee
Ganama 2:30-6:30
Waaree Booda 8:00-11:00
========//=========
Yaadachiisa
#Sagantaa armaan olitti ibsameen ala kan hin keessummeeffamne ta'uu isaa isin hubachiifna
#Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kan kaffaltan ta'a
#Barattoota kutaa 6,8 fi 12 ffaa haaraa kan hin fudhanne ta'uu isaa isin hubachiifna!!
👉Lakk.Akkaawuntii MB Baankii Daldala Itoophiyaa 1000038687275
#Yeroo galmeef dhuftan
👉Barattoota KG haaraaf #Waraqaa ragaa guyyaa dhaloota isaanii ibsu Galmeessa Ragaalee Siivilii(የልደት የምስክር ወረቀት) fi Nagahee kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!!
#Maatiin Istaafii Yuuniivarsitii Jimmaa yoo ta'an, Xalayaa deeggaraaa hojjetaa Yuuniivarsitii Jimmaa ta'uu keessan ibsu dhiyeeffachuu qabdu(KG 1ffaa fi barattootaa haaraa galmeeffachuu kan barbaaddan hundaaf)
#Barattoonni idilee Kaardii kutaadhaa kutaatti ittiin dabarfattanii fi Nagahee kaffaltii galmee,Kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!!
👉Odeeffannoo kaffaltii ilaalchisee isa armaan gadii ilaalaa!! | 270 |
| 14 | بدون متن... | 522 |
| 15 | بدون متن... | 618 |
| 16 | بدون متن... | 545 |
| 17 | بدون متن... | 545 |
| 18 | بدون متن... | 481 |
| 19 | بدون متن... | 415 |
| 20 | بدون متن... | 507 |
