ch
Feedback
Jucs Grade 1

Jucs Grade 1

前往频道在 Telegram
247
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
十一月 '24
十一月 '24
+57
在0个频道中
十月 '240
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在4个频道中
Get PRO
八月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
七月 '240
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+184
在1个频道中
频道帖子
ግብረገብ የተማሪ መጽሐፍ 1ኛ ክፍል.pdf23.48 MB

2
+6
1ኛ ክፍል የአከባቢ ሳይንስ_merged (1).pdf
422
3
+5
Afaan Oromoo Kutaa-1.pdf
393
4
没有文字...
371
5
没有文字...
410
6
Beeksisa Barattootaa fi maatii barattoota keenyaa hundaaf. Barnoonni bara 2017 gaafa kiphxataa 07/01/2017 waan eegaluuf meeshaalee barnootaa f barbaachisan hunda guuttachuun akka argamtan isiniin jenna. Bara barnoota gaarii isiniif haa ta'uun hawwii keenya! M/baruumsaa.
348
7
没有文字...
369
8
Baratoota haaraa kutaa 5 galmooftaniif hundaaf Guyyaan qorumsa seensaa kennamuu 04/13/2016 wiixxata Ganamarraa sa'aa 2:30 waan ta'eef yeroon argamtanii qorumsa qophaahe akka fudhatanu isiin hubachiifna.
3 771
9
没有文字...
3 731
10
没有文字...
340
11
የመመዝገቢያ ቦታ 👉ኬጂ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1ኛ ደረጃ ት/ቤት 👉ከ1-6ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ ት/ቤት 👉ከ7-8 እና ከ9-12 12ኛ ደረጃ ት/ቤት
የመመዝገቢያ ቦታ 👉ኬጂ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1ኛ ደረጃ ት/ቤት 👉ከ1-6ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ ት/ቤት 👉ከ7-8 እና ከ9-12 12ኛ ደረጃ ት/ቤት
362
12
Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017 👉የ2017 ዓ.ም የመመዝገቢያ:የትምህርት ክፍያና የትራንስፖርት ክፍያ ይህን ይመስላል!!
Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017 👉የ2017 ዓ.ም የመመዝገቢያ:የትምህርት ክፍያና የትራንስፖርት ክፍያ ይህን ይመስላል!!!
315
13
Guyyaa15/12/2016 Beeksisa Barattootaa  Mana Barumsaa Koomuuniitii  Yuuniivarsitii Jimmaatti kanaan dura barachaa turtanii fi haaraa bara 2017 galmaa'uu barbaaddan hundaaf # Galmeen Barattootaa Mana Barumsaa Koomuuniitii  Yuuniivarsitii Jimmaa Bara barnootaa 2017 akka armaan gadiitti kan gaggeeffamu ta'a. 1.Barattoota Idilee KG2-3 fi Kutaa 1-12 guyyaan galmee Hagayya 21-25,2016 yoo ta'u Hagayya 27-29,2016 adabbiidhaan kan galmooftan ta'a. #Kaffaltiin galmee qarshii 300/dhibba sadi qofa/ #Kaffaltii barnootaa ji'a Fulbaanaa #Kaffaltii Tiraanspoortii(Bus transport) kan fedhii qabdan kan ji'a Fulbaanaa =========//========= 2.Barattoota Haaraa KG1ffaa,kutaa 1-5,7,9,10 fi 11ffaa Hagayya 27-29,2016 #Kaffaltiin galmee qarshii 500/Dhibba shan qofa/ #Hub:- Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kaffaltu!! #Qaammee 1,2016 Sa'aatii 2:30 irraa eegalee  guyyaa qorumsi seensaa barattoota haaraa kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa itti kennamu ta'a. ==========//========= Iddoon Galmee 1.Barattoota KG f MB KG(Main Campus fi Kittoo Furdisaa JIT Campus) MB sad.1ffaa keessa 2.Barattoota kutaa 1-6 MB sad.1ffaa 3.Barattoota kutaa 7-8 fi 9-12 MB sad.2ffaa Sa'aatiin galmee Ganama 2:30-6:30 Waaree Booda 8:00-11:00 ========//========= Yaadachiisa #Sagantaa armaan olitti ibsameen ala kan hin keessummeeffamne ta'uu isaa isin hubachiifna #Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kan kaffaltan ta'a #Barattoota kutaa 6,8 fi 12 ffaa haaraa kan hin fudhanne ta'uu isaa isin hubachiifna!! 👉Lakk.Akkaawuntii MB Baankii Daldala Itoophiyaa 1000038687275 #Yeroo galmeef dhuftan 👉Barattoota KG haaraaf #Waraqaa ragaa guyyaa dhaloota isaanii ibsu Galmeessa Ragaalee Siivilii(የልደት የምስክር ወረቀት) fi Nagahee kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport)  Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!! #Maatiin Istaafii Yuuniivarsitii Jimmaa yoo ta'an, Xalayaa deeggaraaa hojjetaa Yuuniivarsitii Jimmaa ta'uu keessan ibsu dhiyeeffachuu qabdu(KG 1ffaa fi barattootaa haaraa galmeeffachuu kan barbaaddan hundaaf) #Barattoonni idilee Kaardii kutaadhaa kutaatti ittiin dabarfattanii fi Nagahee kaffaltii galmee,Kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport)  Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!! 👉Odeeffannoo kaffaltii ilaalchisee isa armaan gadii ilaalaa!!
270
14
没有文字...
522
15
没有文字...
618
16
没有文字...
545
17
没有文字...
545
18
没有文字...
481
19
没有文字...
415
20
+1
没有文字...
507