Kanenus Tech
رفتن به کانال در Telegram
🚀 Welcome to KANENUS Tech! 🚀 Your one-stop hub for Website Development, Mobile App Development, and Online Business Solutions. Contact: @danimekonnen
نمایش بیشتر7 143
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-287 روز
-12430 روز
آرشیو پست ها
7 143
🔒Wi-Fi keenya akka namni nu jalaa cabsee hin fayyadamne akkamitti maqaa(SSID)isaa akka nama biroo biratti hin mul'anne dhoksuu dandeenya?
✅Maqaa WiFi keenyaa nama biraatti akka hin mul'anne gochuun namoonni akka salphaatti nu jalaa cabsanii akka hin fayyadamne taasisa. Kanaafuu steeppii armaan gadii kanaan maqaa Wi-Fi keenya dhoksuu dandeenya.
1️⃣ Connect to your WiFi
Bilbila ykn computer/Pc fayyadmnee karaa WiFi ykn cable router keenyaatti connect gochuu.
2️⃣ Open your router settings
IP address 192.168.1.1 ykn 192.168.0.1 login gochuu
3️⃣ Log in
Default login info (often admin/admin) fayyadamnee login gochuu
4️⃣ Go to Wireless Settings
*Wireless*, *WiFi Settings*, or *Basic Setup* ilaaluun keessa galla.
5️⃣ Disable SSID Broadcast
San booda"Enable SSID Broadcast " kan jedhu disable goona.
6️⃣ Save changes
Click *Save* or *Apply* gochuun xumurra.
📌Kana yoo goonee WiFi keenya available network irratti hin mul'atu. Connect gochuuf immoo maqaa WiFi ( SSID) fi password manually galchuu qabna.
7 143
SMS(Message) nama tokko gara keessan Akka dhufu gochuuf video isiinif gadhiifame kana ilaalaa.
YOUTUBE KEENYA SUBSCRIBE GOCHUU HIN DAGATINAA.
DON'T FORGET SUBSCRIBE MY CHANNEL
https://youtu.be/YRxaOcGsf6o?si=2tm1ertEWpt1oZbk
7 143
+1
Konkolaataan ‘Jetour F700 Pickup’ jedhamu kun yeroo chaargii fudhatu Parseentii 20% kaase 80% gahuuf daqiiqaa 6 qofa itti fudhata jechaa jiru 🙆♂️🙆🏼
Bilbilli daqiiqa 30 - 45 gidduutti guutu Super Fast Charging jedhamuun ajaa’ibsiifatama!
Kun immoo konkolaataa ta’ee daqiiqaa 6 gidduutti parsentii haga kana guuta, isin maal jettu ?
7 143
Kunoo irraa baafadheera sirriidha
🎯 1TON ~ 3$ (480 birr)
💎 TON karaa salphaa ittiin argattan Telegram Bot
Task isaa hojjettanii point walitti qabattu point walitti qabaattan sana immoo gara TON itti jijjirtanii baafachuu dandeessu.
✅ 10,000 point = 1Ton
Taskota 50 ol tu jira ariitiin hojjedha.
➡️ 1 Task gara 100 Point dha 🔼
Jalqabuuf 👇
https://t.me/ToNowAppBot/App?startapp=ii_6613311743
7 143
DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KUTAA 8FFAA HAR'A GADHIIFAMA.
KANA JECHUUN GALGALA HAR'AA SA'AATII 12 IRRATTI GADHIIFAMA.
MAARREE CHANNEL KANA JOIN GODHACHUU DHAN EEGGADHAA.
WARRONNI HAARAA REEFUU ILAALUUF JETTANIS BAKKA 1TTI WALITTI QABNE ISIINIF GADHIISNE JIRRA, BAKKA PIN TUQUUN ILAALAA.
AMMUMA SEENUUN JOIN GODHADHAA HORDOFAA
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾
7 143
✅️ Bilbila ismaartii/Smartphone keenya irrattti yeroo baayyee application tokko tokko yeroo fayyadamuuf jennu banachuuf sa'aatii dheeraa nutti fudhata . Rakkoo kanaaf immoo sababoota fi furmaata isaa haala kanaa gadii kaanan isiniif dhiyaatee jira.
Sababa isaa:
👉1. Appilikeeshiniiwwan yeroon isaanii irraa darbe( Outdated apps): Yeroo hunda Apps keessan isa haaraa (Update) ta'e qabaachuu keessan mirkaneessuu qabdan.
👉2. Appilikeeshiniiwwan caccaban (Cracked apps): Appii sooftiweerii isaa 'patched' ta'e fayyadamuun application sun baayyee akka nuuf hin hojjanne taasisa.
👉3. Slow Internet Connection: Network akkasumas raawwii application mobile irratti dhiibbaa qaba, yoo networkiin suuta jedhu gahumsi appis suuta jedha ykn ni harkifata.
👉4. Bakki Kuusaa(Storage space): bilbilli (Device) keenya bakki Kuusaa( Storage) isaa yoo guute application bilbila keenyaa akka dafee nuuf hin hojjanne ykn suuta akka jedhu taasisa.
Furmaata isaa:
👉1. Bilbila keenya yeroo yeroodhaan Haaromsuu(Update godhachuu)
👉2. Faayiloota (files) ykn application yeroo isaa irra darbee fi nu fayyadne ofirraa balleessuun storage bilbila keenyaa akka nu jalaa hin guunne gochuu.
👉3. Application kamiyyuu karaa playstore irraan buufanne fayyadamuu qabna. Sababni isaa bilbila biraa yoo dabarfanne carraa appiichi vaayrasii qabaachuu waan dabaluuf akkasuma application isa dhugaa fayyadamuu qabna.
7 143
✅ Telegram Tips
✍️Namoonni nuti contact listii bilbila keenyaa irraa qabnu yeroo telegram join godhan message" joined telegram " irra deddeebiin nu rakkisa yoo ta'e karaa setting armaan gadii sirreeffachuun ni danda'ama.
👉Akkaataa itti sirreeffannu
1. Telegram *Settings* seenna
2. *Notifications and Sounds* filanna
3. Gara gadii siquun "*Contact joined Telegram*" jedhu arganna
4. Isaa irratti cuqaasuun, booda *Off/Disable* gochuun sirreeffachuu dandeenya.
7 143
Free internet fayyadamuu dhaaf link gadii kanaan app buusaa
Link app 👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.trptunnel.xyz
Akkaataa itti fayyadama isaa video YouTube link gadiin ilaalaa.
Link video 👇🏾👇🏾👇🏾
https://youtu.be/uHVbb9B8Iis?si=62m0a_dBrrf8dc7q
7 143
Free internet fayyadamuu ni barbaadduu?
React dhan nu agarsiisaa
Yoo react bayyate sa'aati 1 irratti gad isiinif dhiifnaa
7 143
HIREE JAALALAA
DIRAAMAA HIREE JAALALAA KUTAA 7FFAA ISAA GAD DHIIFAMEE JIRA.
LINK GADI KANAAN SEENUUN DAAWWADHAA.
AKKASUMA YEROO HUNDA AKKA ISIIN BIRA GA'UUF JOIN GOCHUUN HORDOFAA.
SEENUUF LINK GADII FAYYADAMAA.
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
7 143
DIRAAMAA BAAYYEE BAREEDAA TA'E DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KAN DARGAGGOTA QOFAN DALAGAME.
DIRAAMAAN KUN KUTAA 7FFAA ISAA HARA GADHIIFAMA KANAF CHANNEL KEENYA GADIIN SEENAA EEGADHA.
HAR'A JECHUNIS JIMAATA SA'ATI 12 BOODA GADHIIFAMA HANGASITTI REACT (👍🏾♥️🥰...) GODHAA
CHANNEL KANA HIRIYOOTA KEESSANIIF QOODAA
JOIN JOIN JOIN JOIN JOIN
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾
7 143
✅Dhabbanni Google filmmaking AI tools "Flow" jedhamu hojjachuun hojiirra oolchuu isaa beeksisee jira.
👉Ai Tools kunis video, images fi moodela Gemini advanced irraa design kan ta'e yoo ta'u oggeeyyii filmii hojjatan bayyee kan gargaaru akka ta'e Google beeksisee jira.
Tools kuni namoota hundaaf gadi hin lakkifamne. Viidiyooleena Ajaaibaa isaan hojjataman Liinkii armaan gadii kanaan galtanii ilaaluu dandeessu.
https://labs.google/flow/tv/channel/snout-about/7aJwhiYdOHHYAVaQvTrX?random=true
Linkii isaa: https://blog.google/technology/ai/google-flow-veo-ai-filmmaking-tool/
7 143
✅️ Lakkofsa USSD Mobile banking baankilee biyya keenyaa kanneen namoonni isin rakkise yoo jiraate fayyadamaa.
7 143
✅️ Conference call 📞/multi-party call
✍️Conference call jechuun Taajajila bilbilaan yeroo tokkotti namoota 2 fi isaa ol wajjiin haasawuu nu dandeessisudha. Hiriyyoota , maatii keesan ykn dhimma hojiitiif sa'aati dheraa iddoo gargaaraa taa'anii karaa bilbilaatiin namoota hedduu wajjiin haasawuun akka danda'amu beektuu? Yoo hin beeknee ta'e step asii gadii kan hordofuun taajajilicha fayyadamuu dandeessu.
👉Step1. Jalqaba nama tokkotti bilbiluun hanga inni kaasutti eegdu
👉Step2. Nama sanis akka toora irratti isin eegu itti himtu
👉Step3. Bilbila keessan irratti iddoo 'Add call' jedhuun nama lammataaf bilbiltu. Ammas nama biraa yoo dabaluu barbaaddan akkasuma gootu.
👉Step4. Dhumaratti namoota itti bilbiltan kun hunduu akka wal dhagahuuf "merge call' kan jedhu filattanii namni hunduu akka wal dhagahu gochuun fayyadamuu dandessu Bifuma saniin hanga namoota shanii (5) irratti bilbiltanii nama jaha(6) taatanii wajjiin haasawuu dandeessu.
7 143
Repost from Illuminati Registration In Ethiopia
✅Namoota dhuunfanis ta'e dhabbattoota adda addaaf karaa Onliinii(Telegram Facebook & Instagram) karaa kessaa nu qunnaamun wantoota asii gadii tarreeffamani jiraan kan gatii madaalawaan hojjechifadha❗
➡️LOGO
➡️POSTER
➡️BANNER
➡️ART(DRAWING)
➡️PHOTO & VIDEO EDITING
💥Afaan keenya afaan Teekinoolijii ha goonu!✊
Nu qunnaamuf👇
📥 @JOSHUASMRT
📥 @JOSHUASMRT
JOIN CHANNEL👇👇
@JOSHUA_GRAPHICS
@JOSHUA_GRAPHICS
7 143
✅️ Bilbilli keenyaan Taajajila VoLTE hojjachuu/Support gochuu fi dhiisuu isaa baruuf/check gochuu namoonni barbaaddan linkii kanaa gadii kaanan seentanii baruu dandeessu.
Linkii: https://www.ethiotelecom.et/vas/
✍️Linkiichaan yeroo galtan "VoLTE service Supportive device " jedhee isiniif fida. San booda iddoo model bilbila keessanii itti galchitanii "search " gootan isiniif dhufa.
Isarrattis model qafoo bilbila keessaanii galchitanii ilaaluu dandeessu.
✍️Yeroo search gootan type bilbila keessanii l( Samsung, iPhone, Tecno, ZTE fi infix) ilaaluu qabdu. Fkn Samsung Galaxy A23 yoo search gochuu barbanne search bar Samsung jedhu irratti search gochuu dandeenya. Yoo search goone model bilbila keenyaa nuuf dhufe bilbilli keenya VoLTE ni hojjata jechuudha.
7 143
🎯 1TON ~ 3$ (480 birr)
💎 TON karaa salphaa ittiin argattan Telegram Bot Task isaa hojjettanii point walitti qabattu point walitti qabaattan sana immoo gara TON itti jijjirtanii baafachuu dandeessu. ✅ 10,000 point = 1Ton Taskota 50 ol tu jira ariitiin hojjedha. ➡️ 1 Task gara 100 Point dha 🔼 Jalqabuuf 👇 https://t.me/ToNowAppBot/App?startapp=ii_6613311743
7 143
HIREE JAALALAA
DIRAAMAA HIREE JAALALAA KUTAA 6FFAA ISAA GAD DHIIFAMEE JIRA.
LINK GADI KANAAN SEENUUN DAAWWADHAA.
AKKASUMA YEROO HUNDA AKKA ISIIN BIRA GA'UUF JOIN GOCHUUN HORDOFAA.
SEENUUF LINK GADII FAYYADAMAA.
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
7 143
✅ Yoo bilbilli keenya nu jalaa bade iddoo isaa barbaaduuf kan nu gargaaru Samsung Find My Device fi Google Find my device kan jedhaman garaagarumma isaanii maal akka ta'e beektuu? Kamtu feature gaarii qaba?
👉Samsung Find My device
Fayyadamuuf Samsung account qabaachuu barbaachisa. Account kanaanis bilbila ykn computer keenya irrattti login gochuu barbaachisa. Akkasumas bilbila Samsung qofaaf barbaachisa.
Link: https://smartthingsfind.samsung.com/
✍️Features
⚫Bilbilli keenya remotely sagalee guddaadhaan akka yaamu gochuu dandeenya.
⚫Bilbila keenya irraa odeeffannoo/data guututti balleessuu dandeenya.
⚫Locatin bilbila keenya itti argamu map track fayyadamuun argachuu dandeenya (location bilbila keenyaa On ta'uu qaba).
⚫ Battery life bilbilaa extend gochuu dandeenya.
⚫Bilbila keenya Lost mode irraa gochuu dandeenya.
⚫ battery satatus bilbila keenyaa ilaaluu dandeenya.
👇Featurota kanneen argachuuf :
1) bilbila keenya internet iŕratti connected ta'uu qaba.
2) Iddoo exact beekuuf Location ON ta'uu qaba.
👉Google Find My device
Fayyadamuuf Google account qabaachuu qabna. Bilbila keenya irrattti login gochuu qabna. Bilbila hunda irrattiyyuu ni hojjata.
Link: https://www.google.com/android/find/
✍️Features
⚫ bilbila keenya remotely cufuu dandeenya.
⚫ battery status bilbila keenya ilaaluu dandeenya.
⚫ Bilbila keenya guutumatti remotely factory reset gochuu dandeenya.
⚫ payment information bilbila keenya irra jiru guutumatti balleessuu dandeenya.
⚫ Google account bilbila keenya irra jiru hunda sign out gochuu dandeenya.
Note!!
Kanaan dura pattern keenya yoo irraanfanne filannoo unlock jedhu waan qabuuf carraa bilbila keenya banuu qabna turree amma garuu feature kuni lamaan isaanii irrattuu hin argamu.
