cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

KANENUS Tech

https://t.me/kanenus_tech 👆👆👆Barumsa tekinooloojii afaan Oromoon argachuuf 'channel' kana 'subscribe' godhaa! Yaada yoo qabaattan 👇👇👇 @danimekonnen

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
9 324
مشترکین
-724 ساعت
-97 روز
-6330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#Tapha kubbaa miillaa Appilikeeshinii kana bilisaan linki ani jala isiniif ka'e qofa xuquun erga gara website Keenyaa seentanii al tokkoof iddoo Install jedhu qofa xuquun buufachuun taphoota kubbaa miilaa jaallattan mana keessan tessani akka nama DSTV qabuutti ilaaluu dandeessu. 👇👇👇 https://site.simbirtuu.com/premise/
نمایش همه...
19👍 12👎 2
Tajaajilli ibsaa akka guutuu biyyaatti addaan cituu Humni Elektrikaa Itoophiyaa beeksise. Naannawa Magaalaa Bahaardaar irraan kan hafe ibsaan sa'aa 9:46 irraa eegalee addaan citeeraa jedhe. Rakkoon 'siistama' irraa ta'uu himuun ka'uumsa isaa baruuf carraaqaa jirras jedhe. 'Rakkoo uumame haga sirreesinuttis obsaan nu eegaa' jechuun toora Facebook fi marsaalee birootiin barreessaniiru.
نمایش همه...
ethio free internet 🇪🇹 🆕 SocksIp Config ✅ New Fast DNST ✓ For Ethiotelecom
نمایش همه...
Link kana xuquun App HTTP injector keessan update godhadha https://site.simbirtuu.com/http-injector/
نمایش همه...
Http injector App - App Store and Blogs

HTTP Injector is a powerful and versatile mobile application that serves as a multifunctional toolkit for network and internet-related tasks

🔥 6👎 2👍 1🥰 1
Irancell 🇮🇷 March 21 Android
نمایش همه...
👍 13 2
Gidduu kana Facebook irratti video pornography fakkaatu ykn kan safuu hawaasa keenyaaf hin malle fedha namoota malee account namoota irratti post ta'a Jira. Wanta jibbisiisaa kana irraa akkamitti akka of eeggattanii fii Wanti qaneessaan Kun fedha namoota malee akkamitti akka Facebook acc namoota irratti post ta'aa akka jiru baruu yoo feetan video gabaabdu kana ilaala https://vm.tiktok.com/ZMMhQMWVn/
نمایش همه...
👍 25 9🔥 4
Karaa Fula TikTok keenya yeroo Gabaabaa gidduutti Hordooftoota 100K dhaqqabne jirra. Galatoomaa🙏🙏
نمایش همه...
19👍 8👎 1
Gidduu kana fedha namootaa malee Facebook irratti suuraa viidiyoo safuu cabsu, bifa nama qaanessuun pirofaayila namoota baay'ee irratti maxxanaa fi tag ta'aa turuun ni yaadatama. Wantichi akkuma linkiiwwan garaa garaa marsaalee miidiyaa hawaasaa kanarra naanna'aa oola. Link kana gaafa ilaaluuf tuqnu lakkofsa ykn email nu gaafata. dhumarra jecha darbii (password) gaafa itti galchinu Fb n to'annaan keenyaan ala waan ta'uuf ajaja keenyaan ala ta'a. yeroo kana wanti safuu hin eegganne (unethical) kun toora fb keenyarratti maxxana jechuudha. Wanta sin gochuu qabdan! 1) linkii kana banuuf yaaluu dhiisuu 2 Akka carraa yoo bantan password Facebook account keessan atattamaan jijjiiruu. Akkasumas Device'soota biraa account'n keessan keessatti Login ta'ee jiru hunda logout gochuudha!
نمایش همه...
👍 42 14🥰 7
ethio free internet 🇪🇹 🆕 SocksIp Config ✅ New Fast DNST
نمایش همه...
11👍 7
Oduu Gammachiisaa: Telegram waltajjii beeksisa isaa Amajjii 2024 eegaluuf kan jiru yoo ta'u, abbootiin qabeenyaa chaanaalii beeksisa chaanaalii isaanii irratti mul'atu irraa maallaqa akka argatan kan taasisudha. Hojii gaggeessaan olaanaa Pavel Durov akka ibsetti abbootiin qabeenyaa chaanaalii galii beeksisa irraa %50 kan argatan yoo ta'u, kunis toncoin TON blockchain irratti kaffalama. Ji'atti chaanaalii tamsaasaa irratti daawwattoota tiriliyoona tokko qabaatanis, yeroo ammaa kana ilaalchawwan kana keessaa %10 qofatu karaa Beeksisa Telegramiin maallaqaan kan argamudha. Durov waltajjiin kun mala beeksisa icciitii irratti xiyyeeffate ibseera. Galii qooduun, Telegram tarkaanfii waltajjiiwwan akka YouTube fi X hordofee, amala kana gara biyyoota haaraa 100tti babal’isuuf kaayyeffateera. Addunyaa guutuutti fayyadamtoota ji'a ji'aan sochii qaban miliyoona 800 ol kan qaban yoo ta'u, tarkaanfiin kun uumamtoota qabiyyee humneessuu fi maallaqa miidiyaa hawaasaa irra deebi'ee bocuuf waadaa galeera.
نمایش همه...
👍 21 5👏 4