fa
Feedback
Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)

Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)

رفتن به کانال در Telegram

Dambaliin kun dambalii Kitaabota gaggaarii PDF-tiin jiran irratti isiniif qoodnudha. Hayyu Digital Library A reader is a leader. Send me your favorite PDF books via my Telegram username @HDLDKAO If I like them, I’ll share them here.

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)

کانال Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL) (@liahdl) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 26 598 مشترک است و جایگاه 1 211 را در دسته کتب و رتبه 1 293 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 26 598 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 25 اوت, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 325 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -1 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 16.83% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 7.31% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 4 475 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 1 945 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 10 است.
  • علایق موضوعی: محتوا بر موضوعات کلیدی مانند ethiopia, oromo تمرکز دارد.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Dambaliin kun dambalii Kitaabota gaggaarii PDF-tiin jiran irratti isiniif qoodnudha. Hayyu Digital Library A reader is a leader. Send me your favorite PDF books via my Telegram username @HDLDKAO If I like them, I’ll share them here.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 26 اوت, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته کتب تبدیل کرده‌اند.

26 598
مشترکین
-124 ساعت
-87 روز
+32530 روز
آرشیو پست ها
The Bible and Politics in Africa ( PDFDrive ).pdf3.72 MB

photo content

Kitaaba Gundoo Booree (3).pdf48.18 MB

Gundoo Booree Artist Maaramee Harqaa

Power,_Politics,_and_Society_An_Introduction_to_Political_Sociology.pdf7.18 MB

photo content

Master you emotions!

Hin Gaabbu ! Jawar Mohammed

Anis namni sun intala ani eegaa jiru akka hin taane beekee rifaatuun gubannaa doobbii sanuu osoon hin dhagayin keessatti kufaa ka'aa qaxxamuraa manatti gale. Warri manaa yoo na gaafatu "durriyyeetu waan mallaqa qabu se'anii na waraanuuf jennaan doobbii keessaan qaxxaamuree harkaa bahe" jedheenii sobe. Obboleettiin tiyyas biyyeefi qorsa garagaraa na dibuun dhukkubbii qaama kiyyaa kan doobbiin horbobbeessite fooyyessuuf yaaluu eegalte. Edaa namni ani dhungachuuf qabe jaalallee tiyya osoo hin taane haadha ishiiti turte. Gaafas haati meeshaa biraa gandaa fudhachuuf waan baatuuf achumaan aannanis fuudhuuf murteessitee intala hambiftee ofii dhufte. Bara san bilbilli harkaa waan hin jirreef jijirama karooraa kana miciyyoon carraa ittiin naaf himtu hin qabdu ture. Hanga wayyaa namni sun ana ta'uu haati hin beeyne, iyyaaluma biraa seete. Nutis hin dubbanne. Dubbiin achumaan iccitii awwaalamte taatee hafte. Jawar Mohammed Hin Gaabbuu Fuula 52

Ichima Jaalalaa Barrin Asallaa ture sun yeroo reefu umril dargaggummaa (teenage) eegalu waan tureef intala waliin barannu takkaan wal jaalanne. Ifatti waliin haasayuufi mul'achuun sodaachisaa waan tureef, dhoksaan qe'eerraa fagaannee wal agarra turre. Jaalalti dhoksaa tun garuu waan hedduuf na saaxilte. Gaafa tokko iddoo bashannanaa bosona gabu kan e'ee ishiitiifi kiyya irraa fagoo tokko dhaqnee akkuma baala afannee gadi teenyeen dargaggeeyyiin dhufanii nu marsan. Ana bitaa mirgaan kaballaafi dhiitichoon na gaggabsanii, lammata ishii waliin mul'achuu mitii abjuunis akkan hin agarre na akeekkachiisan. Ishiis "maxxee / baqataa./ kana waliin maal goota?" jechaa kakkabalaa fuudhanii deemaniin. Booda yoon dhagayu ijoolleen sun eessumman ishiifi dhalattootuma magaalaa saniti. "Maxee" jechuun yoo na arrabsan 'kana kan bakka dhufeefi hiddi irraa marge hin beekkamne' jechuu isaaniiti. Ani warri biyyatti barnootaa na ari'e akka na jala hin dhufneef eenyummaafi bakkan irraa dhufe namuttuu hin himun ture. Arsiin ammoo nama hidda dhalootaafi duubbee isaa hin beeknetti intala hin kennu. Dargaggeeyyiin sunis intala isaanii harka nama hiddi hin beekamneetti akka hin kufneef ittisuu isaaniiti. Reebichaafi dallansuun firoota ishii garuu jaalala waliif qabnu jujiiruu hin dandeenye. Tooftaa bifa iccitiitiin itti wal arguu dandeenyu haarawa baafanne. Kanaafuu dukkana dahoo godhachuun akka wal agarru murteessine. Yeroo san soomni seenee waan tureef, yeroo maatiin salaata taraawiitiif bayan ishiifi obboleessa xiqqaa tokko qofaatu manatti hafa. Obboleessi sun akka hin himne mallaqa shankooraafi karameellaan bitatu kennineefii ishiin baatee gola mana isaaniitiin gadi jiru tokkotti wal arguun wal hammannee miilaan deemaa haasofa ture. Falli kun rakkoo lama horate. Kan duraa mucaan xiqqaan dura sumunii kennaafii turre guyyamarraa nutti dabalaa shilingii, xigqoo jedhee ammoo birrifi sanii olis gaafachuu eegale. Nuti sumuniifi shilingi sanuu yeroo maatiin sukkaaraafi zeeytii bitaa nuun jedhu irraa kutannee hambifanneeti malee mallaqa hin qabnu. Kanaafuu guyyaa tokko utaalaa gaafa mallaqa wahii arganne gurbaa sanii kennaa wal argaa deemne. Rakkoon kana daranii nu mudate. Galgala tokko akkuma gaafa biraa gola mukkeenii dukkanayaa san keessa wal hammanne osoo qaxxamuraa jirruu waraabeessi eessaa bahee isaa hin argin nu fuulduraa filgaa dhufee nu lamaan addaan facaasee nu jidduu dabre. Naasuun dugda nu kuttee nu lamaanuu karaa faallaa figicha itti ejjanne. Eega achii fignee osoo walitti hin deeblin ishiinis mana isaani anis keenyatti galle. Waraabessaaf jecha dheessuun kiyya 'dhiirummaa' koo waan hir'ise natti fakkaatee hedduu saalfadhee torban tokkoo oliif ija ishii arguu saalfadhe. Akka dur galgala arguu dhiisii mana barnootaattuu karaa ishiin irra deemtu yoon arge irraa goreen miliqaa ture. Booda dhokattee daguun na qabdee na jajjabeessitee hariiroo keenya itti fufne. Soomni erga bahee boodas dukkana daheeffachun wal arguu mala godhannee itti fufne. Bakka garuu ni jijiirre. Torbanitti guyyaa sadi galgala galgala suuqii kiyooskii mana isaaniitirraa haga meetira dhibba shanii fagaattee argamtu takkarraa aannan maatiif fuuti ture. Sa'aatii lama yoo ta'u akka baatu waliif galle. Ani dursee bahee karaarraa moggaatti maqee dukkanaan of dhoksee eega. Karaan ishiin irra dhuftu kallattiin hulaa isaanii agarsiisa. Kanaafuu yeroo isiin balbala bantee baatu waanin arguuf dukkana sanii bahee harka wal qabannee hanga kiyooskiitti dhiyaannu deemna. Warri kiyooskii akka nu hin agarreef jalaa hafeen yeroo ishiin aannan fuutee deebitu hanga mana isaaniitti dhihaannu nama ofirraa laalaa geggeessa. Haaluma kanaan jaalala ijoollummaa dhoksaan osoo geggeeffannuu, gaafa abaaramaa tokko salphinni natti bu'e. Akkuma yeroo maraa dukkana keessa dhaabannee balbala warra isaaniitti ija dhaabee hanga banamee ishiin baatu eegaa jira. Balballi banamee yoo as qajeeltu akkuma dur simachuuf karaatti achi bahee hammadhee dhungachuuf yoo jedhu "uu'uu" jettee iyyuun ofirraa darbitee doobbii keessa na buufte.

Krapf,Travels_Researches_and_Missionary_Labors_During_an_Eighteen.pdf17.83 MB

photo content

WHY-A-STUDENT-WORK-FOR-C.pdf3.39 MB

photo content

The_Stranger_-_Albert_Camus.pdf8.64 KB

Political Economy

HUSEEN SURAA - BOOK HARD COPY.pdf5.14 MB