fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید 👈

Finfinnee Post

Finfinnee Post

رفتن به کانال در Telegram

Yaada yoo qabaattan @wakumafekadu dubbisuu dandeessu. Ulfaadhaa, horaa bulaa🙏

نمایش بیشتر
3 848
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-87 روز
-4130 روز
آرشیو پست ها
#Taajjabbii_Irreechaa ✋ ⭕️ Nuti Waaqa caalaayyuu warra waldaa sodaannee konsartii Daawwitee hafne. Garuu paastarii waldaa kee
#Taajjabbii_Irreechaa ✋ ⭕️ Nuti Waaqa caalaayyuu warra waldaa sodaannee konsartii Daawwitee hafne. Garuu paastarii waldaa keenyaa Live irratti argine. Keessumaa sirba 'Soolanee' jedhu sana irratti utuu inni hirqinfatee boo'aa ture. Nu dhoksee deemuu isaa malee boo'uu isaa irraa komii hin qabnu. Paasteriin Ex hin qabu eenyu jedhe? 💔 ⭕️ Oromoo miiliyoona meeqatu walitti dhufee haasa'aa ture. Garuu hanga ammaa jecha '#Sherereree' jedhuuf hiikni sirriin hin argamne 🤷‍♂️ ⭕️ Gurbaan shamarran gola hunda irraa 'Irreecha irratti wal argina' jedhee beellamaa ture sun, hundi isaanii wal qabatanii bakka inni jirutti itti dhufnaan Irreechas isaaniis dhiisee gara Mojootti baqate jedhan. Argitee Oromoo? Tokkummaa gaafa qabaattu diinakee miti firrikeeyyuu si jala hin dhaabatu 😊 ⭕️ Dhuma irratti Waaqa nagaan baasee nu galche, akkasumas mootummaa uummata hamma kana baay'atuuf eegumsa addaa godhe galateeffachuu barbaanna 🙏

⭕️Jaalalleekoo wajjin 'hamattuuf goomattuun addaan nu hin baastu' jechaa wajjin gudannee abbaan ishee addaan nu baase. ⭕️ Nam
⭕️Jaalalleekoo wajjin 'hamattuuf goomattuun addaan nu hin baastu' jechaa wajjin gudannee abbaan ishee addaan nu baase. ⭕️ Namichi balbala #anbassaa_bus utuu hintaane, balballi jannataa itti cufamnaan seenuuf waan dhiibu fakkaata. ⭕️ Isheen Tiktok ilaalti. Ani isheen ilaala. Mucaan ishee anaan ilaala. Sadan keenyayyuu kaayyoo manaa baaneef daganneerra. ⭕️ Gooftaa Maccaa qofa miti, gooftaan Tuulamaas yoo na gargaare malee amalli Turungoo Mazgabuu baayyee ulfaata. ⭕️ Gurbaan sunis dorgommii bishaan daakuudhaan biyyakoon meedaaliyaa nyaachisa jedhee deemee bishaan of nyaachisee oole. @wakumafekadu @wakumafekadu @wakumafekadu @wakumafekadu #RAKKOO_HIN_QABU #Kitaaba_haaraa #Yeroo_dhiyootti

Join waan gootaniif qofa Dollar 3$ kan siniif kaffalu yoo hojjattan ammoo waan gaarii kan irraa argattan airdrop bareedaa kana dafaatii itti bu'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

#Tigist_Shallee 💃 Gurbaa hiriyaakoo dur wajjin baranne tokkotu hanga ammaa lakkoofsa bilbilakoo 'Waaqoo Mucaa Class' jedhee save godhatee jira. Ammayyuu mucaa class🤔 Waanti kun sirrii miti. Fakkeenyaaf gurbaan dur baajaajii oofaa ture tokko guddatee taaksii bituu danda'a. Sin garuu ammayyuu lakkoofsa bilbila isaa 'Gammee Baajaajii' jettanii qabachaa jirtu taanaan guddachuu isaa hin jaallanne jechuudha😂 Intalli isin yeroo wayii wal bartanii lakkoofsa bilbilaa ishee 'Tigist Shallee' jettanii save gootan sunis, gooftaan ishee gargaaree mana ijaarrattee ijoollee 2 godhatteetti ta'a😂 Yoo xiqqaate waggaa waggaan contact keenya haa sakattaanu jechuumaafi😋 @waaqooF @waaqooF @waaqooF

Dur dur baradhee yeroon hojii qabadhu namoota naannoo keenyaa gargaaruun qaba jedhee yaadu nama 15 galmeeffadheen ture. Galata rabbii amma 16'ffaa irratti maqaakoo barreesseen taa'aa jira 😂

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

Bubbee S1E18 Misirroo Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K

Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw

Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV

Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46

Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m

Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs

Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx

Bubbee S1E2 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/uwEyIJMtBlU?si=aqYUih0W6kSFWc1Y

#Intala_Ilkaan_Bireesii 💃😂 Haati manaakoo Turungoo Mazgabuu waggaa 3 dura ilkaan ishee #bireesii'dhaan hidhattee turte. Garuu ilkaan ishee bireesiidhaan hidhamee haa hafuu, milishaatiin utuu hidhameyyuu waan sirraa'u miti. Dhiyoo kana wal lollee isumaan na ciniinte. Tarii dhukkuba #teetaanesii na qabsiisuu danda'a jedheen mana yaalaa deeme. Dookterichi "laabraatoorii ilaaleera nagaakeeti" nan jedhe. Ani garuu hin amanne. "Yaa dookter! Laabraatooriidhaan ilaaluu qofa miti, maaloo VAR'dhaan naaf ilaali" jedheen dubbii kaase😂 Sirbi nuti dur beeknu tokko... "Magaalleen bifaan boonti Diimtuun konkonaan boonti, Kam jaalleen kam dhiisa Lachuu garaa na nyaatti!" Jedha. Utuu bara kana ta'e garuu... "Magaalleen #human_hair'n boonti Diimtuun #bireesii'n boonti, Kam qabeen kam gadhiisa Lachuu kaaffeerra joortii!" Waan jedhu natti fakkaata😂 @waaqooF @waaqooF @waaqooF Hordofaa✌️

#Jinjanaa_Durba_Horroo_Wajjin💃 Isa: Hi Ishee: Eenyu'a ati? Isa: Wal haa barru Ishee: Eenyu'an je'eem, maqaakee hima'u Isa: Suuta jedhi maal taate? Ishee: Maqaakee hima'u yookaan bilbilakee cufa'u Isa: Tole, Olqabaan jedhama. Ishee: Bakki alootakee eessa'a? Isa: Naannooma ati jirtu Ishee: Shaambuu'aa? Isa: Lakki Ishee: Guduruu'aa? Moo Fincaa'aa'a? Isa: Lakki achis miti Ishee: Haratoo'aaree? Moo Saqalaa'a? Isa: Lakki achis miti. Ishee: Yoo dubbatte dubba'u. Kana caalaa nan amaasiin Isa: Tole nan dubbadha. Ishee: Dubba'ukaa. Moo Jaartee, Jaardagaa yookaan Amuruu'a? Isa: Lakki. Ishee: Maa'a je'a kunimmoo?! Gurbee yoo dubbatte dubba'u yookaan bilbilakoon cufa'a Isa: Anoo Dongoroodha Ishee: Ati Dongoroo miti Donqoroo'a malee. Lammaffaa akka natti hin bilbille tortoraa. Bilbila gura irratti cufte! Part 2 itti fufa...

Taaksii keessatti narratti rafte. Narratti rafte jechuurra narratti duute yoon jedhe wayya! Ani nama irratti mitii, siree irratti akkas rafee hin beeku. Bakkan itti bu'u ga'e. Intalli hirribaa hin kaane. Akkam godhuu? Darbeen deeme. Narraa kaati jedhee utuun eeguu sirumaa taa'umsa sirreeffattee jilbakoorra rafte. Amma egaa dirqama narraa ka'uu qabdi. Sababni isaayyuu isheen narraa ka'uu baannaan na biraa waanti ka'u jiraachuu danda'a. Homaa gochuu hin danda'u, seera uumamaati😀 Utuu waantichi hin ka'iin ishee kaasuun yaale. Gad jedhee ilaallaan akkuma silaa of gattee rafaa jirti. Daandii hamma kanaa wajjin deemeen tola deebi'aaree? Gad jedheen maddii ishee dhungadhe. Takkumaan utaaltee kaatee teesse. Ani maddii isheen dhungadhe; isheen garuu maddiikoo kabalte😭 Sana booda rifadheen hirribaa ka'e. Kan rafaa ture ishee utuu hin taane anadha. Kanan jirus taaksii irra utuu hin taane sireekoo irra. Abjuudha 😀