ar
Feedback
Finfinnee Post

Finfinnee Post

الذهاب إلى القناة على Telegram

Yaada yoo qabaattan @wakumafekadu dubbisuu dandeessu. Ulfaadhaa, horaa bulaa🙏

إظهار المزيد
4 068
المشتركون
-524 ساعات
-367 أيام
-16430 أيام
أرشيف المشاركات
Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw

Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV

Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46

Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m

Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs

Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx

Bubbee S1E2 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/uwEyIJMtBlU?si=aqYUih0W6kSFWc1Y

#Intala_Ilkaan_Bireesii 💃😂 Haati manaakoo Turungoo Mazgabuu waggaa 3 dura ilkaan ishee #bireesii'dhaan hidhattee turte. Garuu ilkaan ishee bireesiidhaan hidhamee haa hafuu, milishaatiin utuu hidhameyyuu waan sirraa'u miti. Dhiyoo kana wal lollee isumaan na ciniinte. Tarii dhukkuba #teetaanesii na qabsiisuu danda'a jedheen mana yaalaa deeme. Dookterichi "laabraatoorii ilaaleera nagaakeeti" nan jedhe. Ani garuu hin amanne. "Yaa dookter! Laabraatooriidhaan ilaaluu qofa miti, maaloo VAR'dhaan naaf ilaali" jedheen dubbii kaase😂 Sirbi nuti dur beeknu tokko... "Magaalleen bifaan boonti Diimtuun konkonaan boonti, Kam jaalleen kam dhiisa Lachuu garaa na nyaatti!" Jedha. Utuu bara kana ta'e garuu... "Magaalleen #human_hair'n boonti Diimtuun #bireesii'n boonti, Kam qabeen kam gadhiisa Lachuu kaaffeerra joortii!" Waan jedhu natti fakkaata😂 @waaqooF @waaqooF @waaqooF Hordofaa✌️

#Jinjanaa_Durba_Horroo_Wajjin💃 Isa: Hi Ishee: Eenyu'a ati? Isa: Wal haa barru Ishee: Eenyu'an je'eem, maqaakee hima'u Isa: Suuta jedhi maal taate? Ishee: Maqaakee hima'u yookaan bilbilakee cufa'u Isa: Tole, Olqabaan jedhama. Ishee: Bakki alootakee eessa'a? Isa: Naannooma ati jirtu Ishee: Shaambuu'aa? Isa: Lakki Ishee: Guduruu'aa? Moo Fincaa'aa'a? Isa: Lakki achis miti Ishee: Haratoo'aaree? Moo Saqalaa'a? Isa: Lakki achis miti. Ishee: Yoo dubbatte dubba'u. Kana caalaa nan amaasiin Isa: Tole nan dubbadha. Ishee: Dubba'ukaa. Moo Jaartee, Jaardagaa yookaan Amuruu'a? Isa: Lakki. Ishee: Maa'a je'a kunimmoo?! Gurbee yoo dubbatte dubba'u yookaan bilbilakoon cufa'a Isa: Anoo Dongoroodha Ishee: Ati Dongoroo miti Donqoroo'a malee. Lammaffaa akka natti hin bilbille tortoraa. Bilbila gura irratti cufte! Part 2 itti fufa...

Taaksii keessatti narratti rafte. Narratti rafte jechuurra narratti duute yoon jedhe wayya! Ani nama irratti mitii, siree irratti akkas rafee hin beeku. Bakkan itti bu'u ga'e. Intalli hirribaa hin kaane. Akkam godhuu? Darbeen deeme. Narraa kaati jedhee utuun eeguu sirumaa taa'umsa sirreeffattee jilbakoorra rafte. Amma egaa dirqama narraa ka'uu qabdi. Sababni isaayyuu isheen narraa ka'uu baannaan na biraa waanti ka'u jiraachuu danda'a. Homaa gochuu hin danda'u, seera uumamaati😀 Utuu waantichi hin ka'iin ishee kaasuun yaale. Gad jedhee ilaallaan akkuma silaa of gattee rafaa jirti. Daandii hamma kanaa wajjin deemeen tola deebi'aaree? Gad jedheen maddii ishee dhungadhe. Takkumaan utaaltee kaatee teesse. Ani maddii isheen dhungadhe; isheen garuu maddiikoo kabalte😭 Sana booda rifadheen hirribaa ka'e. Kan rafaa ture ishee utuu hin taane anadha. Kanan jirus taaksii irra utuu hin taane sireekoo irra. Abjuudha 😀

Akka ilaalcha hawaasa keenyaatti, utuu dhukkubsattee ciisaa jirtuu nyaata siif kenname sirriitti yoo nyaatte fayyiteetta jechuudha! "Akkamimmoo waa fudhateeraa? nyaata nyaateeraa?” “Eyyee, har’a sirriitti nyaateera” “Ishoo, akkas taananoo fayyeera jechuudha” Kanaaf jennee gaafa dhukkubsannu, yeroo tokko tokko utuma nyaachuu feenuu lama fudhannee dhiifna🙁 Lataa Qanaiitu jedhe

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Eessuman Ture jedhu kanatti dhiyaadhaa. https://youtu.be/HqulmEeswxw?si=REawP_NpawgtvsFx

Kurnan Torbee Jaalattoota Fiilmii akkasumas jaalattoota aartii maraaf bakka itti irraa beekumsa corattan kanatti goraa. Maatii ta’aa. https://youtu.be/IbPwCfNG-ko?si=WXfi4JLXbNNDokUA

Dhiimmoota Fiilmiin wal qabatan Yuutuubii kana irraa argattu. https://youtu.be/71a97weD8FA?si=xZIYelaIA3n52vDA

Gurbaan gurraachi kun nama marara... Yeroo Barcelona keessa ture leenjisaa Barcelona yeroo sanaa kan ta'e Xavi'n 'ati ga'umsa
Gurbaan gurraachi kun nama marara... Yeroo Barcelona keessa ture leenjisaa Barcelona yeroo sanaa kan ta'e Xavi'n 'ati ga'umsa hin qabdu' jedhee tuuta taphattootaa keessaa isa hir'ise. Dhiibbaa gara garaan kilaba sana gadhiisee ba'e. Sana booda gara PSG deeme. Kun hundi kan ta'e waggaa 2 dura (2023) ture. Har'a 2025 irratti Ousmane Dembele raphataa cimaa addunyaa kanaa jedhamuun badhaasa guddicha Ballon d'Or injifatee jira. Bara darbe ciminni inni agarsiise kan nama ajaa'ibu ture. Kilaba isaa PSG waliin geeba (waancaa 5) nyaate. Badhaasota hedduus argate. Yeroo tokko tokko bakka siif malu taa'uu dhabuunkee gatiikee gad buusa. Sirna badhaasaa sana irratti haadha isaatiin 'gaafa addunyaan hundi na dagattu kan na biraa hin hafne sidha' ittiin jedhe. Yeroo hamtuu sana haadha isaa waliin akka dabarse dubbata. Yeroowwan ulfaatoo akkamii akka dabarse isatu beeka. Abdii utuu hin kutiin cimanii hojjennaan waanti bira hin ga'amne hin jiru. Nagaan oolaa🥰

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

Fiilmii guyyaa tokko qofa keessatti galii doolaara Miiliyoona 157 ol argate https://vm.tiktok.com/ZMAAaADE1/

Fiilmota addunyaarraa galii doolaara Biiliyoona lamaa ol argamsiisan 7’n https://vm.tiktok.com/ZMASEkRyt/