fa
Feedback
Dhandhama Jaalala💘🔔

Dhandhama Jaalala💘🔔

رفتن به کانال در Telegram

Jaalala seenaa bashanaanaaf gammachuu

نمایش بیشتر
1 817
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-87 روز
-2330 روز
آرشیو پست ها
NAFSAALA GABAABAA ★★★★★★★★★★★ ➲ Dubartiin tokko dhiirti tahe tokko Qaama saalaa dheeraa waan qabuuf jajuu hin qabdu. Yoo inni garuu walqunnamtii saalaatiin isii gammachiise galateeffachuu dandeessi. Akkasumas dhiirri waan nafsaala xiqqoo qabu qofaaf halaalumatti tuffachuu hin qabdu. Mala garaa garaa fayyadamee isii fedhii baasuu waan danda'uuf. Yoo inni dadhabe garuu yookin baradhu yookin sin barsiisa jechuuni dandeessi. ➲ Dubartii nafsaalaa gidduma galessatti bal'aa ta'e qabduuf nafsaala dhiiraa dheeraa irra furdaatu ishiitti tola. Sababni isaas nafsaalli dhiiraa furdaan nafsaala ishii waan jabeessee qabuufii girgiddaa nafsaala ishii bakkuma hunda tuquu waan danda'uf miira addaatu ishiitti dhaga'ama. Garuu nafsaalli dheeran waan fiixee gadameessa ishii tuttuquuf itti hin tolu. Waan dhukkubsuuf guyyaa biraa sex dhaaf heeyyamamaa hin taatu. ➲ Dubartii qubaa fi arrabaan fedhii ba'uu dandeessuu jedhanii nafsaala dheeraa hawwuun hin barbaachisu. Ammuma fedhe yoo gabaabbate nafsaalli hanga quba xiqqoo ga'uu hin dadhabu. Kuni immoo walqunnamtii saalaa raawwachuuf ga'aadha. Guddinni nafsaala fi gammachuun walqunnamtii saalaa waan walitti dhufan hin qaban. ➲ Dubbiin nafsaalli dheerachuu fi gabaabachuu miti. Wanti guddaan walqunnamtii saalaa gochuu keetin dura gochoota ati gootutu murteessa. Nafsaala kee dheeraa itti galchitee yeroo ishiin iyyaa boossu itti tolee qofa hin se'in dhukkubeetis ta'u danda'a. Akka carraa ta'ee nafsaala dheeraa waan qabduuf hunda itti seensisuu hin qabdu, hambisuu yookin waan ta'een jalatti xaxuu qabda, bineensa gochaa waan hin jirreef. ➲ Waan gadi rarraaftuf akkuma salphaatti waan fedhii baastu hin se'in. Dhiirri fattaggi qaamni saalaa isaa godhuun fedhii ba'u danda'a. Dubartii biratti kun hin hojjatu. Miira dubartoota toora tokko qofa osoo hin taane karaa baay'ee fedhii baasun ni danda'ama. ➲ Iddoowwan miiraa dubaraa itti argamu kan akka qinxirii (clitoris), harma (breast) fiixee harmaa (nipple) nafsaala (vagina), hudduu (anus)... fi iddoo addaa https://youtu.be/vgkfzSyK9O0?si=Q-WGvW7LVaUnhEJ2

𝗚𝗢𝗦𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗤𝗔𝗔𝗠𝗔 𝗦𝗔𝗔𝗟𝗔𝗔 𝗗𝗛𝗜𝗜𝗥𝗔𝗔 Qaamni saalaa dhiiraa hamma guddina yeroo ka'uu fi hin ka'in qabu irratti hundaa'uun bakka lamatti qoodama. Isaanis afaan Ingliffaatiin "Shower" fi "Grower" jedhamu. 1. Shower: kan jedhamu osuma hin ka'in baay'ee guddaa fi dheeraadha. Yeroo dhaabbattu garuu achumatti jabaata malee furdinaa fi dheerina hagas mara waan dabalu hin qabu. 2. Grower: kan jedhamu ammoo yeroo hin ka'in xiqqaachuu irraa kan ka'e qaama saalaa daa'ima xiqqoo fakkaata. Garuu yeroo ka'u dheerinas ta'ee furdina dabaluudhaan guddaa ta'ee argama. Vidio guutuu linkii kanaan argattu Join us 4 details: 👉 https://youtube.com/shorts/vgkfzSyK9O0?si=hazSOpuRjVGXWNU8

photo content

𝗚𝗢𝗦𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗤𝗔𝗔𝗠𝗔 𝗦𝗔𝗔𝗟𝗔𝗔 𝗗𝗛𝗜𝗜𝗥𝗔𝗔 Qaamni saalaa dhiiraa hamma guddina yeroo ka'uu fi hin ka'in qabu irratti hundaa'uun bakka lamatti qoodama. Isaanis afaan Ingliffaatiin "Shower" fi "Grower" jedhamu. 1. Shower: kan jedhamu osuma hin ka'in baay'ee guddaa fi dheeraadha. Yeroo dhaabbattu garuu achumatti jabaata malee furdinaa fi dheerina hagas mara waan dabalu hin qabu. 2. Grower: kan jedhamu ammoo yeroo hin ka'in xiqqaachuu irraa kan ka'e qaama saalaa daa'ima xiqqoo fakkaata. Garuu yeroo ka'u dheerinas ta'ee furdina dabaluudhaan guddaa ta'ee argama. Vidio guutuu linkii kanaan argattu Join us 4 details: 👉 https://youtube.com/shorts/vgkfzSyK9O0?si=hazSOpuRjVGXWNU8

📚 • SHARE • ♻️ SHARE ♻️ 1 ) Yeroo Malee Jaalachuu...! ✳️ Ijoolleen dhiiraa gaafuma durba tokko jaalatan adduunyaa kanarraa ishee qofaatu tokkoffaadha. Ishee qofaatu nama marara. Utuuma waa'een jaalallee isaanii bakka hundumaatti lallabamee barbaadu. Gaafa tokko jettee durba tokko jaalattu ishee malee bareedduu 99tu jira. Sababni isaas dhibba keessaa reefuu tokko jaalachaa jirta. Kana beekaa jaaladhu. Yoomuu taanaan of amansiisi kana. Sababni isaas ati mucaa durbaa kana dhiisuu hin dandeessu, ishee malee jiraachuu hin dandeessu taanaan, yoo isheen si dhiiste akkam gootaa? ✳️ Kanaafuu yoo isheen si dhiiste akka miidhaa yookaan balaa biraaf hin saaxilamnetti of kunuunsaa, jaalala madaallii qabu jaalachaa deemi. Waan gochuu dandeessu qofaan jaaladhu. Waan humna keen oliin hin jaalatin. Yeroo baay'ee namni gaafa kennaa isaa malee fuudhu wal hiika. Waliif hin ta'u. Kun gaarummaa hin qabu. Isheen simalee kan biraa hin ilaaltu taanaan, atis ishee irratti kan biraa hin jaalattu taanaan jaalalli yeroo hin qabu. Garuu utuu mana barumsaa sadarkaa 2ffaa kutaa 10ffaa barattuu mucaan akka mooraa mana barumsaa sanaatti tokkoffaa taate irraa yoo jaalalli si qabe, gaafa Yuunivarsiitii deemtus kan biraa irraa akka jaalalli si qabu shakkii hin qabu ! ✳️ Sababni isaas durba sitti bareeddu hundumaa jaalallee kee godhachuu yaadda. Kun immoo kaayyoo dhabuu kee agarsiisa...! ✅ Durba Miliyoona jaalachuu osoo hin taane ; Durba tokko karaa Miliyoona jaalachuutu jaalala dhugaa ta'uu ibsa. 2 ) Yeroo Malee Jaalatamuu...! ✳️ Yeroo baay'ee yeroo malee kan jaalatamu ijoollee durbaadha. Jaarsi waggaa torbaatamaa, mucaa kichuu umurii xiqqoo barbaada. Namni hundumtuu durba reefuu guntuta baasaa jirtu hawwa. Keessumaa durba umurii 13-17 gidduu jiran hundumtuu akka coomaatti ilaala. Dhiirri kamiyyuu osoo Hawwuu bira darba. Isheenis beekaa nama maraachiti. Gaafa bira darban beekaa boroo kanatti akkuma konkolaataa Fireeniin citee gooti. Garuu durbi yeroo malee jaalatamtu balaa hedduu qaba. Waan namni itti haasa'u hundumaa akka dhugaatti fudhatti. Yeroo kanatti kan isaan gaabbii guddaan caban! ✳️ Durbi gaafa kutaa 9ffaa geessu dhiirri baay'ee jaalata. Nama baay'eetu hiriyaa godhachuu barbaada. Kana keessatti bu'aas miidhaas qaba. Gaafa hiriyaan jaalalaa lama wajjiin deeman isaan ilaalanii inaafuu danda'u. Yooman anis akka isaanii Hiriyaa baafadha jettee yaaddi. Isheen akkasii durba kaayyoo hin qabneedha. Wayyoo bareedina kee duraa...! 😥 Gaafa dhiiga ijoollummaa guyyaatti dhiira meeqatu gaaffii jaalalaa siif kaase! , Har'a hundumtuu cabaa qodaa si godhee mana si kaa'e Kun hundumtuu cubbuu warra onnee qulqulluun si jaalataniiti. 3 ) Onnee Madaa Qabu...! 👭🏽 Leensaan jalqaba gaafa jaalala eegalte mucaa Abdii jedhamuu wajjiin waggaa sadii bu'aa ba'ii jaalalaa dabarsan. Waggaa lama erga wajjiin jaalala dabarsanii booda waggaa sadaffaa irratti durbummaa kee naa laadhu jedhee gaaffii kaaseef. Isheenis sababa baay'ee jaalattuuf hoomaa diduu hin dandeenye. Abdiinis waan hundumaa waadaa galeefii eenyummaa ishee fudhate. Abdiin erga durbummaa irraa fudhatee dhimma ishee hin qabu. “Mi'eeffataan bukoo liqeeffataa” jedhu warri keenya dur. Leensaa mana kaa'ee kan biraaf mataa baata. Erga durbummaa ishee irraa fudhatee Abdiin ni dhiise. Egaa waan jennu hin qabnuu cubbuun Leensaa badee hin hafin jenna! 👭🏽 Ammas Leensaan akkuma durbaa of babbareechuu jalqabde. Ijoollee dhiiraa laphee fuudhuutti kaate. Ammas mucaan Caalaa jedhamu gaaffii jaalalaa isheef kaase. Isheenis maalummaa ishee erga itti himtee, miidhama jaalalaa akka qabdus hundumaa kaastee itti himte. Innis waan hundumaa irra darbee ishee jaalate. Isheenis waan hundumaa wajjiin dabarsitee waggaa lama booda gargar ba'aan. Leensaan ammas caba irratti caba dabalatte. Waan Dubbiftaniif Galatoomaa 🌷 Waan jaalattan hin dhabinaa😘@wabiisa  `·. 🌹 @dhandhama2 🌹

Oromoo qaluun amaarri bilisoomaa kadiir martuu linkii kanaan daawwadha https://youtube.com/shorts/4aMWeLq1c6E?si=nf1p29PJUXIeDnJ2

Baayyeen gadde nan booyee mee daawwadhaa jara keennaa. https://youtu.be/8ri_mjfeo_U?si=-y9005l3VVfNxKC4

https://t.me/bybit_spaces_bot/SpaceS?startapp=invite_QU6QDGE_Mmuhyedin Blast off into the fun with SpaceS! 🚀 Join me through my link to earn 800 points instantly. Invite to unlock more Boosters and join me in unboxing and sharing the limited Supply Box rewards!

Hadhooftus liqimsine gaddi silas maal fuuti guyyaa eeggatti malee Lubbuun hunduu ni duutii. Seenaa dhiigaan tiksuudhaaf bakka keessan buuneerra Hin dagannu yoomiyyuu waadaa keessan fuuneerra Waadaa ganne taanaanis osoo jirru duuneerraa.! Diina qaltee geerarte guyyattii lola annaa Abbaa seenaa kitilaa akkamiin si daganna Jannataan sin haa eegu rabbi woliif kadhannaa @dhandhama2

Saaron - - ‘Jaalalli uffata nama gachisiisee, midhaan nama lagachiisee, hororaa abbaa wallaale nama godha’ yeroo jedhan dhaga'eera. Yeroo tokko anis maraadhee argeera. Akkas ture. Yuunibarsitii irraa ba'ee akkan ba'een hojii hin argannen ture. Ganama hirribaa akkan ka'een hojii barbaaduuttin muddama. Achii ergan deebi'ee booda bakkan irraa hin hafnen qaba. Suuqii Dandir jala dhagaa soofamaa irra taa'ee haadha manaa Dandir faana haasa'aa ooluudha. Gaaf gaaf ammoo obboleettiin Dandir, kan fuula namaa hin kennine tokkos ni dhufti. Dandir Markaatoo oola. Haadha manaa Dandir faana haasa'uun kan natti toluuf waan ijoo tokkoofi. Amaarinyaa yeroon caccabsu akka ollaa keenya warra kaanii natti hin kolfitu. Isheefis afaan lammataa waan ta'eef ofirraa kaastee naaf beekti. Bakkan hojiif dorgome hundatti (Finfinneetti) Amaarinyaa beekuun dirqama waan jedhaniif afaanicha sodaa malee baruuf tattaaffiikoo naa cimsite, niitiin Dandir. Egaa achi ooluun barteekoo ta'e. Manaa namni na dhabe achii na arga. Achittan arge, Saaronis. ... Bareedduu...jecha jedhu qofaanin ibsa Saaron. Uffata sebelesee waaqumse uffattu keessaa akka jirbii iddamaa ijatti ba'aa... akka warqee tumamaa qalbiitti mi'aa taati. Guyyaa hunduma dhuftee waa bitti. Aniif isheen suuqicha hanqannee, osoo wal hin argiin hafnee hin beeknu. Garuu walitti hin dubbannu. Ijuma qofa, gojommii irra hin darbu ture. ... Gaafa tokko.... eessatti akka jalqabne hin beeku. Ofuma birattin ishee arge. Uffata yeroo suuqii deemtu uffattuun hin jirtu. Daran uffatee, daran miidhagdee, bareedina an takkaa irraa hin argineen na biratti argamte. Yeroo dheeraa wajjin dabarsine. Waan heddu wajjin haasofne. “An hiriyaa jaalalaa sii tahuun barbaada” jedheeniin “Ani niitiikee ta'uun fedha” jettee daandii dheeraa naa gabaabsite. Biliq jedhee gammadeen, mormashee jala akka wayiitti dhungadhe. ... Tureemmoo, Lafti galgala. Bakka wayii ooleen galaa jira ture. Karaa jijjiirradheen, karaa galumsa warra Saaroniinan bahe. Marfata gara mana keenyaatti otoon deemaa jiruun qarqara dallaa mana barumsaa tokko jalatti dhiira fi dubartii walitti maraman tokko arge. Uffataan halaalatti waanin shakkeef, yeroon sirriitti hubadhu Saaronif dhiira ani hin beeknedha. Bira gahee “kana nyaatta” jedhee funyaan gurbichaa keessa harka hin jirreen si'a lama dha'uukoo nan yaadadha. ... Obboleessikoo na qabee “maal taatee gorroo reebda?” jedhee yeroo na qabun dammaqe. Hirriba keessan ture. Abjuudhaanin Saaron itti dubbadhee hin beekne argee, abjuun jaaladhee, abjuun maraadhe. Dhaaba manaa waanan garmalee rukuteef quba shan keessaa afur na cabe. Dafanii gara mana ogeessaatti naan fiigan. * * * Ergaa Jaalalaa keessan kaa'uf @t.me/boost/dhandhama2 @t.me/dhandhama2

Akka baayyee wal jaalannu nu lachuu sirriitti beekna. Waliin taanee waan hedduu tarre; seenaa baayyees waliin qabna. Garuu, jijjiiramni amalaa nurratti mullachaa jiru kun hariiroo jaalalaa nuti waliin qabnutti gufuu ta'aa laata jedheen yaadda'uutti jira. Wal qoccoluun, bulanii ka'anii wal jeequun, deebii gaarii hin taane waliif deebisuun dhiheenyuma nu jalqabe; erga nu jalqabee garuu addaan citee hin beeku! Waaree dura wallollee, waaree booda araaramna; borumtaan keenya, iftaannis haaluma kanaan itti fufaa jira. Bakka ati dubbii fiddu naaf hin galu; jechoonnikee dur gurrakootti tolanis jechoota badoodhaan bakka bu'anii miirakoo tuqu. Kabajni ati kaleessa naaf qabdu salphinaan naaf jijjiiramaa jira. Badiin kee qofa jechaa hin jiru; anis ana isa durii sana miti; amala fookkisaan ofirratti argaa jira. Akka durii suuta siin mari'achuunkoo, akka durii sifaana taphachuunkoo, jaalalan siif qabu siif ibsuunkoo hafeera! Haalli dubbiikoo ifannaafi dheekkamsatti jijjiirameera; afaankoo dur jaalalakee labsu, harra maaltu akka hidhe bita na galeera. Nan sirradha jedhee yaadeen, dubbii haaraa ati uumtuun jeequmsakoo jalqaba; atis amalakee isa bareedaa sanatti deebi'uu barbaaddee, haalakoo ilaaltee na jeequukee itti fufta! Wal jeequuma taate jiruun keenya!🥺 Lamaan keenyayyuu wal morkii gaarummaa hin qabne keessa jirra. Wal jibbina jechuuf jibba miti; wal jaalachuu keenyaafimmoo ragaan imimmaan nuti dhoksaatti buusnudha; isa nuti duuba walii badii keenya amannudha. Osooma badii keenya amannuu, sirrachuu barbaadnee sirrachuudhaaf murteessuu dadhabne; waliin morkii! Egaa, tokkittiiko, haalli keenya kun naaf hin taane, na yaaddesseera. Adaraakee! Mee gadi teenyee waliin haa dubbannu; rakkoo nu gidduu waliin haa furru! Osoo wal jaalannuu, akka waan wal jibbinuutti fakkeessuu haa dhiisnu; nurraa hin tolu bareedduuko! Waliin morkiin kun nuhaa ga'u; waliigaltee keenya duraatti haa deebinu! Nan sirradhaatii, atis sirradhu!🤲 Sin jaalladha; na jaallatta! Ergaa Jaalala keessan kaa'uf 👉 @t.me/boost/dhandhama2 👈 fayyadamaa. @dhandhama2

Akka ibidda diimatee Onneetoo na shiddee "Sin jaaladha" jennaan Deebii kennuu diddee ~~~~ Oowwa laphee jalaa Kan hin qabne dawaa An sirraa qabameen Kunoo ta'e gowwaa ~ Akka nama sammuu Dhukkubsataa qabuu Dagachuun baay'isaa Otoon fayyaa qabuu ~~~~ Bakkan deemuuf ka'e Si yaadeetin hafaa Yeroonin beelawees Suman yaadee quufa ~~~~ Ati qaamaan malee Anaan waliin jirtaa Sanuu gubbaa mitii Keeysakoo na bultaa ~~~~ Kophee miilaa taatee Silaa firraan baasuu Deebii sirraa dhabuun Natti kaase naasuu ~~~~ Fedhiif hawwiinkoo Hanga bakka ga'uu Deebii sirraa dhabee Jiraachuun danda'uu ~ Hangan si argadhuu Rabbii kiyyan kadhaa Jaalalatee baadhee Obsee nin jiraadhaa SHARE               SHARE         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ─────•◈🔥◈•───── 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 ─────•◈🔥◈•─────           #share             #join

Osoon si jalladhuu Hatee(x2)n si ilaaluu Nan dhabeem sibiraa Kabaja naaf malu Jaalalli keenya har'a waliif dhabeera obsa Anoo dhibeef hiyyumako Si ilaaleetaniin obsa Yoon sitti fakkaadhees Gowwaa hin beeknee Waan hunda dabarree Walumaan as geenyee Waanta dabarsinee hundumasaa yaadee Gad taa'ee lakkaa'ee Garaakotu aadee Maalumaaf dadhabde Fedhii kankoo eeguu Yoo dhiifte maal ta'a jiruu keenya jeequu Kan waliin dabarre ilaalee Garaatu na dide maleessa Osoo akka yaadakeettiif Gargaar baane kaleessa Waan feete na jettus Waaqatu beeka garaakoo Si jibbes hin beeku Siin jibbus barakoo Qooda haadha jaalallee Anaaf taatee masaanuu Waan ati naan jettes Hin jedhamu namaanuu Arrabake dheerressitee Yoo gootees akka karabaataa Waan ati har'a dubbttes Seenaan boor si gaafata Guyyaa darbuu jiruuf Dubbatte waan hin dabarre Naan jetteem ati takkaa ijiko akka siin agarree Egaa Ani hin seene Yommuun si sossobuu Yaadnif qalbiin si'iif Yommuu na caccabuu Yoo feetes arrabsi Yoo feetes tuffadhu Garuu booruu kankeef Arrabake eeggadhu Sitti madaa'eera na dhukkube garaanii Yommuu hin dagadhu Na miidhuke baraanii Egaa kankee dubbadhee hin xumuruu Ajaa'e jedheenis quba kankoo hin muru guyyaan naaf haa dhufu inni rakkoo furuu Gamex Oro @dhandhama2

Sobaadha Sobaadha giiftikoo Jaalalli jaamaadhan Jaalalli duudaadhaan Sobaadha. Jaalalli ulaagaadha Jaalalli gucaadha Jaalalli barbaadu Jaalalli araadu Jaalalli hawwuudha Jaalalli arguudha Didiiti liqiimsii Didiiti cillimsii Jaalalli… Kennuuf fudhaachuudha Fedha guutaachuudha Jaalalli miiraadha Miira waloomaadha Jaalalli Lafa goobe Samii cobee Qilleensa’ee Fafaaca’ee Suuta lo’ee Quruuphiisaa Bubuubbiisaa Nama hinqabu Jaalalli ilaallatee Filaateetu Hubaateetu Waanta sirraan … Ilaalchakee Amalakee Biifakankee Beekumsaakeef beekamtiikee Sooqaateetu Qoraateetuu Sitti duula. Malee Junuunfaatee Waan hin argiin Hinjaallatu Hin simaatu Maaf nuti nama Ulaagaa itti dhiifne Haalootarra buufne Waljaallachuu mitii Raabbi isa nuuf godheef Nuti homa hingooneef Uuma isa nuuf jedheef Nuti homa hinjenneef Tarii… ulaagaan alaatti Inni jaalalaadha Inni nuuf arjaadha Jaalalli inni tola Jaalala waaqaadha kan isaarra hafe Hundu ulaagaadha Haftee Baqqalaa @dhandhama2

Lookoo giiftii durbaa Giiftii abdii gurbaa Ato inumaraftaa yeroo bonni boonu, yeroo gannis gannu Tarii biyyoo awaala reeffaa sirra firfirsinnuu? Maaltu si dammaqsu beeka kam gaafannu? Bunaa qalaa qalluu? Waa sii dhibaafannuu? Kan ilka siif cabsuu Dhaabaa Wase kaasnuu? Moo…Galma Abba Gachiitti moora sii ilaalchisnu? Maalumaa sii mallu? Beeka kam sii dhaqnu Mana aadde Maammitee…moo mana Haadha Hasanuu? Beeka kam gaafannu? Maali hoodi akkanaa?... Ka’uun maa si dida Abaarsaa tainnaa? Dubbii akka hoodaa Abaarsaa fi sookkoo kan Kumsaa Morodaa Dur yeroo bara ’saa, galgala guyyaa hundaa Nyaataa lafee seene mokotaan of waadaa Bulee...yeroo barihu Seeraa biyaa ilaaluuf dhaqee yommuu taa'u Silaa tokko tokkoo nan sugaayee hin beeku "Seerrii natti badee... Dubbiin gototame,” yommu Kumsaa yakku "Nyaataan dhukubsadha…., galgalaa fi ganama Mokota laaftootiin of waada buleenii dhageessuu yaa jamaa Kaniin ka'e dhufe; Malee... seera dabsuuf miti, matumaa, matumaa Koon eega hin sugoofnee... Egaa… isini habuusuree mootii biyya ormaa!" Jedhee abaare jedhu Kumsaa ilmi Moroda Si qaqqabe laata sookkoon akka hoodaa? * * * Tarii…, hin qabduu laataa, muuziqaa dammaqsu Kan bifa kee saadee, miidhaga kee faarsu Kan miira kee qaree irribaa si kaasu Garuu jira miti…? Orkeestraan Waachaa Baandiin karaa Koomboo? Maestro Tamsgeen; kompoosar Ashanaa, Obbo Ashanaa Booboo Gaafa Mikaeli, yookaan gafaa Aabboo; Masqala Mucucoo, masqala Qoraattii Ajjeesaa gafarsaa fi ateetee dubartii Dhandha-qabaa gurbaa yookaan intalattii Yookaan mana deessuu yookaan cidha irratti Gaafa Huumbaa Waaqaa, gaafa Bismillaahii, … Yookaan Beqidme zaattii, Barcuma gooftaafa fi yookaan doombii jaartii Birraa fi arfaasaa yookaan bonaa fi ganna Kan naa-gamtee hin beeknee xurumbaa obbo Ashanaa Bara-baraan kana, qooqi hin geeddaramu tokkuma caraanaa Tarii…rafee si raffisee yaadalloon fajaje Raatuu si taasisee akka saawwa baajee Sinsinni ajjeese, of si dagachiisee…? Akka waan barri ejjee?! * * * Dhiiro…! Intalli haa dammaqxuu mee harka-harkaan dafaa Biyya Dhaaba Wasee…, Biyya Mardaasaa ti dhirrii hin jiruun fafa! Biyya Abiishee Garbaa, biyya Oliiqaa ti, biyyaa Abdiisaa ti dhiirri hin jruun kolfa! * * * Lakkii mee qaanayi Dammaqii ol ka'i Mee fuula dhiqadhu Qullaa kee dhokfadhu Diinatu si gudeedaa Maqaa abbakeetu badaa! Caamsaa 30, 2003 Dr. Zalaalam Abarraa @dhandhama2

Walqunnamtii saalaatii dubartii gammachiisuu yoo barbaade kadiir martuu linkii kanaan dawwadhu. https://youtube.com/shorts/IlTIQ28VfzI?feature=share