fa
Feedback
Dinigaas Trading S.C official

Dinigaas Trading S.C official

رفتن به کانال در Telegram
2 959
مشترکین
-124 ساعت
-87 روز
-6230 روز
آرشیو پست ها
Boordiin Daayirektatootaa Waldaa Aksiyoona Dinigaas Trading Caamsaa 30, 2018 Walgahii Idilee Kurmaa 3ffaa geggeeffachuun ajan
+3
Boordiin Daayirektatootaa Waldaa Aksiyoona Dinigaas Trading Caamsaa 30, 2018 Walgahii Idilee Kurmaa 3ffaa geggeeffachuun ajandaawwan ijoo ta'an irratti mari'achuun kallattii kaawwate. Walgahii kana irratti Gabaasni hojii Kirmaana 3ffaa Fi Gabaasni Faayinaansii dhiyaatee irratti mari'atamee jira.

photo content
+1

Kalaqa yaada biizinasii Ogummaa fayyaa irratti hojjetu qabadhee dorgommii kanarratti hirmaachuun Badhaafamaa Meedaaliyaa Warqii ta'eera! Kalaqni kun dhukkubsattoota qaamaan gara dhaabbilee fayyaa deemuu hin dandeenye, bakka hanqinni ogeeyyii fayyaa jirutti dhukkubsattoonni akka hin miidhamne kan ittisu dha. Innis odeeffannoo haala fayyaa dhukkubsattootaa dursee ogeeyyiif kara bilbila isaanii erguun tarkaanfii barbaachisaa ta'e akka fudhatan isaan gargaara. Kana malees dhukkubsattoonni sa'a 24/7 kallattiin ogeeyyii fayyaatti akka hidhamuu danda'aniif kan isaan gargaaru dha. Kalaqa "Remote patient monitoring system" Galanni fi Ulfinni isa nugargaare Waaqayyoof haa ta'u! Warreen nucina dhaabachuun nu jajjabeessaa turtan galatoomaa jechaa Kalaqni fi Mul'anni saba keenyaaf qabadhee dhufe hojiitti galee hawaasa keenya akka tajaajiluuf ammallee akka nabira dhaabbattan Waamicha isiniif taasisa. Namoonni Ogummaa Softwarn kennaa fi dandeettii qabdan akka waliin hojjennu asumaan waamicha isiniif taasisa. Email: dabaseyoum@gmail.com Phone: +251923014132

1:11=1
1:11=1

💪Waliin taanee waan dadhabnu hin qabnu!💪

photo content
+3

photo content

The Vision Will Never Fail, but the Stakeholders Might! A company’s vision is not just a statement written on paper—it is a promise, a direction, and a commitment to a future that is bigger than today’s challenges. Vision does not fail by itself; it only becomes delayed when the people responsible for carrying it forward lose focus, commitment, and belief. Dinigaas Trading Share Company was established with a bold ambition: to become one of the most competitive and influential companies in Ethiopia within ten years. This is not a small dream—it is a strategic mission that requires patience, discipline, investment, sacrifice, and above all, united shareholders who understand the power of long-term vision. Every great company that dominates today was once only an idea supported by people who refused to give up. Success was never created by chance; it was built by shareholders who contributed beyond capital—through trust, active participation, accountability, and strategic thinking. Today, the greatest risk is not market competition, economic pressure, or operational challenges. The greatest risk is stakeholder disengagement. When shareholders become passive, when contributions weaken, when personal interests rise above collective success, the company’s growth slows—not because the vision is weak, but because the support system becomes fragile. A vision is like a seed. It carries greatness within it, but it cannot grow without water, care, and protection. Dinigaas has the seed of greatness. The question is: are the shareholders willing to nurture it? Being a shareholder is not only about expecting dividends; it is about building legacy. It is about asking: What am I contributing today so the company can stand stronger tomorrow? Strong shareholders do not wait for success—they create it. The next ten years will define whether Dinigaas becomes an ordinary company or a national symbol of excellence. That decision does not belong to management alone. It belongs to every shareholder. Now is the time to strengthen commitment. Now is the time to increase strategic contribution. Now is the time to protect the original vision. Because if stakeholders fail in responsibility, discipline, and unity, even the strongest vision can remain unrealized. But if shareholders rise with commitment and purpose, no obstacle can stop the company from becoming what it was created to be. Let us remember: The Vision Will Never Fail, but the Stakeholders Might! Let us ensure that history records Dinigaas not as a company with great potential that was abandoned, but as a company whose shareholders believed enough to build greatness together.

Guyyaa 16/8/2018 Sagantaan qormaata moodela kutaa 6ffaa fi 8ffaa guyyaa har'aa eegalee jira.

photo content
+1

Intala shareholder keenya Obbo Alamayyoo Birhaanoo Kan taate durbee Tsiyoon Alamaayyoo waldorgommii Miss World Ethiopia irratti dorgomaa waan jirtuuf link asiigadii tuquun koodii 260 galchuun akka filattan isin gaafanna!

photo content

Barri kun bara cyber attack/hacking itti baay'atu waan ta'eef cimsinee of haa eeggannu. 1. Secutiy social media keenya hunda haa jabeessinu! Password lakkoofsa, qubee guddaa fi xiqqaa, mallattoo(character) walkeessa makuun haa fayyadamnu. 2. Security verification keenya two step verification haa taasfinu. 3. Device login notification email fi bilbila(device) keenyaan wal haa qabsiifnu. Stepwwan kanneen video hojjechuun youtube kanarra siniif kaa'a, subscribe godhaa! 👉🏻👉🏻👉🏻https://youtu.be/fYqa3A5emp4

photo content

⚠️ Warning A hacking/spam link is spreading in Telegram groups, channels and DMs. ❌ Do NOT click it It will hack and compromise your Telegram account. If you already opened the link:
• Terminate all active sessions in settings • Enable Two-Step Verification immediately • Change your password

Moseensa Boordii to'annoo W.A Dinigaas kan ta'an Aadde Birqii Taaddasaa Hoteela sadarkaa isaa eegate bananii eebbaaf isin waa
Moseensa Boordii to'annoo W.A Dinigaas kan ta'an Aadde Birqii Taaddasaa Hoteela sadarkaa isaa eegate bananii eebbaaf isin waamaa jiru! Dhaabbileen biizinasii obboloota keenyaan hundaa'an akka milkaa'aniif walbira dhaabbachuun dirqama obbolummaa Kenya haa bahannu!