DINIGAAS TRADING S.C HQ
270
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-330 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Supervision dhumaa kan heyyema duraa Mana Akkaadaamii Olbiraayit, Ogeeyyii Waajjira barnoota Shaggar irraa dhufan waliin.
22310
Repost from Dinigaas Trading S.C official
Photo unavailable
Yooyyaa Yooyyaa!
Nageenyi keenya isin haa qaqqabu! Waamicha Kitaaba tokko Akkaadaamii Olbiraayitf jedhu isiniif dhiyeessine simachuu Fi gumaacha keessan taasisuuf kanneen waadaa Nuuf galaa jirtan galatoomaa! Kitaabota of harkaa kan qabdan Fi Gosa Kitaaba gumaachuuf feetan warri adda baafattan ammallee gumaacha keessan jabeessaa Itti Nuuf fufaa.
Kaan ammoo Gosa Kitaaba bitamuuf yaadame isin adda baasaa Nuuf maxxansaa kan jettanillee haga qopheessinutti nueeguu dandeessu. Hunduu Ashaaraa keessa Albright keessa keewwadhaa. Keessumaa Hayyoota Fi barsiisota Seektera barnootaa keessa jirtanirraa waan baay'ee eegna. Isin Caalaa Eenyumtuu Bu'aa Kitaabaa waan hin beekneef.
❤ 1
14000
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.