fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Oromo protestants

Oromo protestants

رفتن به کانال در Telegram

Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
3 260
مشترکین
-224 ساعت
-57 روز
-930 روز
آرشیو پست ها
Mootummaan Ni Rafa! Barattuu kutaa shanaffaati. Barumsa Lammummaa fi Amala Gaarii guyyaa dareetti barattetu isheef hin galle. Kanaaf abbaan ishee akka isheef ibsu barbaaddee isa gaafatte. "Abbaa! Har'a barnoota Lammuummaa fi Amala Gaarii keessatti wanti ani baradhe haalaan naaf hin galle! Utuu naaf ibsitee?" jette. "Waa'ee maaliiti?" jedhee gaafannaan, "Jechoota akka qaama ol aanaa, qaama gad aanaa, mootummaa, uummata, dhaloota haaraa fi kkf" jette. Abbaan ishee hamma isaaf danda'ame erga ibseefii booda fakkeenya kenneef. "Amma fakkeenyaaf, haala qabatamaa mana keenya keessa jiruun siif haa ibsu. Mana keenya keessatti ani abbaan kee qaama ol aanaadha, harmeen kee mootummaadha, obboleessi kee (mucaa waggaa tokkoo fi walakkaati) dhaloota haaraadha, hojjettuun keenya immoo qaama gad aanaadha. Amma siif galee?" jennaan, "Eyyee, sirriitti naaf galee jira" jette. Sa'atiin hirribaa geenyaan hundi isaanii rafan. Halkan walakkaa kaatee mana fincaanii deemuuf yoo kaatu, waan amanuu hin dandeenye tokko argite. Abbaan ishee hojjettuu mana isaanii gudeeduuf wallaansoo qaba ture. Ni rifatte. Harmee ishee yoo ilaaltu raftee jirti. Obboleessi ishee—daa'imni xiqqaan sun—boo'aa jira. Suuta jettee kutaa isheetti deebi'uun waan ta'aa jiru sana yaadannoo ishee irratti barreeffatte. Yaadannoon isheen barreeffattes akkana jedha: "Qaamni ol aanaan qama gad aanaa yommuu cunqursu (rakkisu) mootummaan ni rafa; uummanni dhaabatee ilaala; dhaloonni haaraan immoo boo'aa jira!" Akka kolfitan abdii qabda gaaru chaannalii keenya akka share join gootaniis shakkin qabnuu @ethio5media @ethio5media @ethio5media

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota ☕ Wangeela Kiristoos ☕ Amantii ☕ Faarfannaa Wangeelaa ☕ Dinagdee ☕ Hawaasummaa ☕ Siyaasa ☕ Fayyaa ☕ Barnoota Walii galaa ☕ Bashananaa fi Bohaartii ☕ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu! Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa! 👇👇👇👇 ███▓▒░►JOIN ►░▒▓███ ███▓▒░►JOIN ►░▒▓███ ███▓▒░►JOIN ►░▒▓███ ███▓▒░►JOIN ►░▒▓███ ███▓▒░►JOIN ►░▒▓███ STAY CONNECTED WITH US!!! ❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa! ❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!

bikila kebede0925770218 10.mp36.43 MB

bikila kebede0925770218 9.mp34.85 MB

bikila kebed0925770218e 8.mp34.22 MB

bikila kebed0925770218e 7.mp33.80 MB

bikila kebed0925770218e 6.mp34.64 MB

bikila kebed0925770218e 5.mp34.57 MB

bikila kebede0925770218 4.mp35.07 MB

bikila kebede0925770218 3-1.mp35.00 MB

bikila kebede0925770218 2.mp33.92 MB

bikila kebede 0925770218.mp35.31 MB

#UPDATE PMO Nan Irraanfadha! Dhukkuba rakkisaa tokkoon qabamee gara ogeessa fayyaa deeme—namichi tokko. "Dokter, jireenyan jira miti! Waanan amma dhaga'e ammuman irraanfadha. Rakkoon kun jireenya koo keessatti baay'ee na miidhe! Falli koo maali?" jedhee fala gaafate. "Rakkoon kun yoom si jalqabe? Sirraa tureeraa?" jedhee gaafate. "Rakkoon maalii?" Ni irraanfate! * * * Kan fudhatame kitaba Ebbisa Bayisa Join👉👉@ethio5media Join join join to @ethio5media @ethio5media

Farfanaa eliyaas gabulaa

Eliyas Gabula new mp3.mp36.12 MB