Oromo protestants
الذهاب إلى القناة على Telegram
Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
3 260
المشتركون
-224 ساعات
-57 أيام
-930 أيام
أرشيف المشاركات
3 258
Mootummaan Ni Rafa!
Barattuu kutaa shanaffaati. Barumsa Lammummaa fi
Amala Gaarii guyyaa dareetti barattetu isheef hin galle.
Kanaaf abbaan ishee akka isheef ibsu barbaaddee isa
gaafatte.
"Abbaa! Har'a barnoota Lammuummaa fi Amala Gaarii
keessatti wanti ani baradhe haalaan naaf hin galle! Utuu
naaf ibsitee?" jette. "Waa'ee maaliiti?" jedhee gaafannaan, "Jechoota akka
qaama ol aanaa, qaama gad aanaa, mootummaa, uummata,
dhaloota haaraa fi kkf" jette.
Abbaan ishee hamma isaaf danda'ame erga ibseefii booda
fakkeenya kenneef. "Amma fakkeenyaaf, haala qabatamaa
mana keenya keessa jiruun siif haa ibsu. Mana keenya
keessatti ani abbaan kee qaama ol aanaadha, harmeen kee
mootummaadha, obboleessi kee (mucaa waggaa tokkoo fi
walakkaati) dhaloota haaraadha, hojjettuun keenya immoo
qaama gad aanaadha. Amma siif galee?" jennaan, "Eyyee,
sirriitti naaf galee jira" jette.
Sa'atiin hirribaa geenyaan hundi isaanii rafan. Halkan
walakkaa kaatee mana fincaanii deemuuf yoo kaatu, waan
amanuu hin dandeenye tokko argite. Abbaan ishee
hojjettuu mana isaanii gudeeduuf wallaansoo qaba ture. Ni
rifatte. Harmee ishee yoo ilaaltu raftee jirti. Obboleessi
ishee—daa'imni xiqqaan sun—boo'aa jira. Suuta jettee
kutaa isheetti deebi'uun waan ta'aa jiru sana yaadannoo
ishee irratti barreeffatte. Yaadannoon isheen barreeffattes
akkana jedha: "Qaamni ol aanaan qama gad aanaa yommuu cunqursu
(rakkisu) mootummaan ni rafa; uummanni dhaabatee
ilaala; dhaloonni haaraan immoo boo'aa jira!"
Akka kolfitan abdii qabda gaaru chaannalii keenya akka share join gootaniis shakkin qabnuu
@ethio5media
@ethio5media @ethio5media
3 258
⌚️ HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME
Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.
👇👇👇👇
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
3 258
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota
☕ Wangeela Kiristoos
☕ Amantii
☕ Faarfannaa Wangeelaa
☕ Dinagdee
☕ Hawaasummaa
☕ Siyaasa
☕ Fayyaa
☕ Barnoota Walii galaa
☕ Bashananaa fi Bohaartii
☕ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!
Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
👇👇👇👇
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
3 258
⌚️ HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME
Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.
👇👇👇👇
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
3 258
Hojii Aartii Keessatti Guddachuu ni feetuu? Yoos linki kanaa gadi jiru cuqaasuun(gadi tuquudhaan) nutti dabalamaa!
🎥 Faarsaa Waraabsifachuuf
🎥 Dokumentarii Garaagaraa
🎥 Fiilmii Waraabsifachuuf
🎥 Diraamaa Hojjechuuf
🎥 Baruumsa Taatummaa(Action) fi
📞 Tajaajiloota Dabalataa argachuuf join taasisaa!
Hunduma Bakka tokkotti argachuuf ►JOIN► kan jedhutti bu'aa!
👇👇👇👇
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
3 258
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota
☕ Wangeela Kiristoos
☕ Amantii
☕ Faarfannaa Wangeelaa
☕ Dinagdee
☕ Hawaasummaa
☕ Siyaasa
☕ Fayyaa
☕ Barnoota Walii galaa
☕ Bashananaa fi Bohaartii
☕ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!
Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
👇👇👇👇
███▓▒░►JOIN ►░▒▓███
███▓▒░►JOIN ►░▒▓███
███▓▒░►JOIN ►░▒▓███
███▓▒░►JOIN ►░▒▓███
███▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
3 258
⌚️ HOPE PROMOTION - 02
📖 Qajeelfama hope promotion dubbisuuf asitti bu'aa! 📖
Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa.
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.
👇👇👇👇
███▓▒░▶JOIN░░▒▓███
███▓▒░▶JOIN░░▒▓███
███▓▒░▶JOIN░░▒▓███
███▓▒░▶JOIN░░▒▓███
███▓▒░▶JOIN░░▒▓███
3 258
#UPDATE PMO Nan Irraanfadha!
Dhukkuba rakkisaa tokkoon qabamee gara ogeessa fayyaa
deeme—namichi tokko.
"Dokter, jireenyan jira miti! Waanan amma dhaga'e
ammuman irraanfadha. Rakkoon kun jireenya koo
keessatti baay'ee na miidhe! Falli koo maali?" jedhee fala
gaafate.
"Rakkoon kun yoom si jalqabe? Sirraa tureeraa?" jedhee
gaafate.
"Rakkoon maalii?" Ni irraanfate!
* * *
Kan fudhatame kitaba Ebbisa Bayisa
Join👉👉@ethio5media
Join join join to
@ethio5media
@ethio5media
