Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan
رفتن به کانال در Telegram
1 526
مشترکین
-124 ساعت
-87 روز
-2730 روز
آرشیو پست ها
1.በከመ ሰማዕነ
በከመ ሰማዕነ ከማሁ ርኢነ፥
ወይነ ቃና (2) በቤትከ ኮነ (2)
ትርጉም ፦
እንደ ሰማን ዓየን፥ በቤትህ የቃና ወይን ኾነ
==WDB=The Orthodox =2018
5.ድንግል ሆይ ባርኪልን ሙሽሮቹን
ድንግል ሆይ ባርኪልን ሙሽሮቹን (2)
ባርኪልን ኧኸ
ባርኪልን ኧኸ
የሙሽሮች ኧኸ
መልካም ፍሬ ኧኸ
አምሮ ደምቆ ኧኸ
ታየ ዛሬ ኧኸ
ባርኪልን ኧኸ
ባርኪልን ኧኸ
የሙሽሪት ኧኸ
መልካም ፍሬ ኧኸ
አምራ ደምቃ ኧኸ
ታየች ዛሬ ኧኸ
የሙሽራው ኧኸ
መልካም ፍሬ ኧኸ
አምሮ ደምቆ ኧኸ
ታየ ዛሬ ኧኸ
╭══•|❀WDB✧2018✧❀|: ══╮
7.ሙሽራዬ አበባዬ (አበባ ነው አበባ)
ሙሽራዬ አበባዬ (2)
አበባ ነው አበባ የኛ ሙሽራ
አበባ የኛ ሙሽራ
አበባ ናት አበባ የኛ ሙሽራ
አበባ የኛ ሙሽራ
ከከመቼውም ይልቅ የኛ ሙሽራ አበባ የኛ ሙሽራ
አምረው አጊጠዋል » » »
በነጩ ልብሳቸው » » »
ፀአዳ መስለዋል » » »
Ceesisa
ገብቷል ከቤታቸው » » »
ከጣሪያቸው ስር » » »
ደስታን ተጎናፅፈው » » »
ታጥረዋል በፍቅር » » »
Ceesisaa
በድንግል ቃል ኪዳን » » »
ሰምሯል እቅዳችኹ » » »
የኛማ ሙሽሮች » » »
እንኳን ደስ አላችኹ » » »
Ceesisa
ምስጢሩ እሱ ነው » » »
እንዲህ ያማሩበት » » »
በጾም በጸሎት ነው » » »
ቀድመው በአብነት » » »
Ceesisa
በእልልታ ታጅበው » » »
በፍቅር ያዜማሉ » » »
አምላክን በሀሴት » » »
ያመሰግናሉ » » »
╭══•|❀WDB✧2018✧❀|: ══╮
9 .ይትባረክ
ይትባረክ እንደ አብርሃም
ዘለዓለም(4) ይትባረክ እንደአብርሃም
የአካል አንድነት እንደአብርሃም
በቁርባን ተሰሳሯል እንደአብርሃም
ከዛሬ ጀምሮ እንደአብርሃም
ሁለትነት ጠፍቷል እንደአብርሃም
ከአካሉ ተጣብቃ እንደአብርሃም
ዘመናት የኖረች እንደአብርሃም
ዘመረች በደስታ እንደአብርሃም
አካሏን አገኘች እንደአብርሃም
ብሩክ ነው ምንጣፉ እንደአብርሃም
ጸጋ የከበበው እንደአብርሃም
የሙሽሮች ድንኳን እንደአብርሃም
አምላክ ያልተተለየው እንደአብርሃም
እልል በሉላቸው እንደአብርሃም
ዛሬ ነው ሠርጋቸው እንደአብርሃም
የተመረጡበት እንደአብርሃም
መልካም ጋብቻቸው እንደአብርሃም
╭══•|❀WDB✧2018✧❀|: ══╮
10.እልል እልል (የሰርግ)
እልል እልል ደስ ይበለን (2)
አጅበን መጣን ሙሽሮቹን
እልል ብላችሁ ተቀበሉን
እናንት ሙሽሮች እንኳን ደስ አላችሁ (2)
የአብርሐም የሳራ ይሁን ጋብቻችሁ መልካም መተሳሰብ ክርስቶስ ይስጣችሁ
እልል እልል ደስ ይበለን (2)
አጅበን መጣን ሙሽሮቹን
እልል ብላችሁ ተቀበሉን
╭══•|❀WDB✧2018✧❀|: ══╮
Bara Baranii
Bara baraanii(4)
Nu eebbisi akka Abrahami 2/
Eyyee Bara baaraani 4/
Nu eebbisi akka Abrahami
Yeroo keenyaa hundaa (akka Abraahami)
Kan nu waliin taatee A.Abrhm
Addaan nu baasinii A Abrhm
Kan tokko nuu gootee A.brhm
Eyye bara baraani /4/ nu eebbisi akka abrahami
Waaqa abbooti keenyaa
Kan Abrahamiif saaraa
Ati abbaa nagaatii
Nuuf kenni jalaalaa
Eyyee bara baraani 4 nu eebisi akka abrahami
Maandara galiilaa
Rajjii kan rawwattee
Dokimaas dhiphaataa
Godoo isa kan guutte
Eyyye bara baraani /4/ nuu eebbisi akka abrahami
Des Alaatii
Des alaatii beete kirstaan beexaam des alaati (2)
Ehee Mushiiriit mushuraaw lijochowaa (2)
Betekliil be qurbaan Tewaahidoolaat
Desaleew geetaa be mushurooch (2) Ehee
Bee qiddus qurbaan tewaaseneew desaalew geetaa
Desaalat dingil be mushurooch (2) Ehee
Bee qiddus qurbaan tewaaseneew desaalat dingil
Repost from Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan
Yitbarek ende Abrham weding song
👇👇 🔺JOIN🔺
Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa
👇👇
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
🔺JOIN🔺
Repost from Kuusaa Faaruu
Baga gammaddani (Eeyyee*2) /2/ Misirroonni lachuu
Umrii keessan/3/ Waaqayyo haa bubbulchu
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Baga gammaddani/6/
Misirroonni/3/ Baga gammaddani Eeyyee
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Dubreedhan bareede jiruunkoo
Maariyaamiin bareede jiruunkoo
Waammannan seentee naaf manakoo
Dubreedhan bareede...
Du'a gidduu baastee
Lubbuu natti hortee
Cubbuun osoon jiruu
Nadhaabde ol na kaastee
Gaddiif dhiphinniikoo
Seenaa ta'ee hafee
Jireenyikoo isheedhan
Dubreedhan bareede
Maaramiin bareede
Dubreedhan bareede.....
Cubbuu baayyisuudhan
Dhahichaan reebame
Ati na qulleessitee
Dhiphuun dabalame
Gara laafettiidha
Kadhannaan kee turu
Maqaakee waammadhee
/Na hin qaanessine *2/
Dubreedhan bareede......
Gaddi koo jabaatee
Imimmaan na duursee
Fira kan jedhe hunduu
Fuulasaa naannesse
Ati anaaf geessee
Maqaankoo haarome
Jireenyi koo martuu
Dubroodhan bareede
Maaramiin bareede
Dubreedhan bareede......
Gaddi koo jabaatee
Imimmaan na duursee
Fira kan jedhe hunduu
Fuulasaa naannesse
Ati anaaf geessee
Maqaankoo haarome
Jireenyi koo martuu
Qaaxilaan bareede
Gisheeniin bareede
==•|•==
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Misirroo koo (3) abaaboo koo
Cinaacha keerrati obboleetti argatte
Yaa misirroo keenya baguma carromte
heyyamni waaqayyoo erga asin si ga'e
mana keessanitti Eebbi dhangala’e
Isaa si'if yaadu obboleessa argatte
Yaa misirroo teenya baguma gammadde
Galata waaqayyoo nutis gammanneerra
Mana waaqayyootti ta'e cidhi keessan
Akka isa jaalattu akka lubbuu keetti
imaana sin jenna fuula waaqayyootti
Akka ofi keetti yaadifi atisii
Adaraa sin jetti wangeel harmekeesi
Dhiigaaf foonsaatini jireenya argattani
Gaa'elli keessan haa guutuu eebbani
Waaqat keessa jiraa gaa’ela keessani
Jiraadha hanga dhuma gammachuun keessani
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Damma Rooba
...Rooba... Damma Rooba...
Jaalalli Waaqayyoo...
Kadhannaan maaramii....
Kadhaan Mikaa'elii....
Kadhaan Gabri'eelii....
Rooba... Damma Rooba/4/
Eebbi misirrootaa....
Kadhannaan Abbootaa...
Eebbi manguddootaa....
Eebbi hangafootaa....
Rooba... Damma Rooba/4/
Jaalalli obbolootaa....
Akka Abboota keenya....
Barootaaf jiraataa.....
Arge ijji keenya.....
Rooba... Damma Rooba/4/
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Kan Waaqayyoon tokko godhe
Namni akkamiin gargar baasa Gammadanituu jiraatu
Eebba gooftarra argatu /2/
Foonii fi dhiiga isaatinii
Tokko ta'anii isaanii
Kanaa booda lama miti
Isaan akka nam tokkoti
Addam qofa ta'uun isaa
Gaarii hin ta'u jireenyi isaa
Akka ulfannef qorumsisaa
Yoo tokko kufe tokkot kaasa
Biyya qaanaa galiilatti
cidha dookimaas irratti
Argamee eebbise Gooftaani
Maariyaam haadha isaa wajjinii
Eebbifamaadha cidhi isaani
Kan tokko ta'an Misirroonni
Qorumsa heddu irra darbanii
Ulfina kanaaf kan ga'anii
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Miidhagnii bareedu misirrooni keenya(2)
Akka Abraahamiif saaraa...
...Misirroonni keenya...bareedu
Isin haa eebbisu....
Dhala gaarii godhaa.....
Bara dheeraaf tura.....
Inni giiftii jedhe.....
Isheem Gooftaa jettee....
Mana gaarii ijaara....
Misirroonni miidhaganii
Minzoolinii dhaabbatanii
Faarfoottonni marsuudhani
Isaan lama miti....
...Misirroon keenya.. Bareedu
Foon tokko ta'anii....
Eebba waaqayyootiin.....
Har'a ni murtaa’anii...
Foonii fi dhiiga Gooftaan...
Tokko kan ta'anii.....
Dibata qulqulluu.....
...Misirroonni keenya.. Bareedu
Gooftaan ni eebbisa.....
Maariyam wajjiin.....
Ilma ishee wajjiin......
Gabri'eel wajjiin.....
Eebba goonfatani.....
Ergamoonni marsanii....
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Bareeddukoo Yaa Gugee Solomoon jedheera
Solomoon/2/....... Solomoon jedheera/2/
Haati mana gaariin ....
Kabaja jedheera...
Misirroon Waaqarraa....
Ulfina argateera......
Solomoon/2/.... Solomoon jedheera/2/
Burqaa eebbifameedha....
Waaqni haa eebbisuti...
Hedduu kan jaalatu....
Baay'ee gammaddeetti...
Solomoon/2/.... Solomoon jedheera/2/
Manaafi qabeenya...
Abbaaarraa Dhaalani..
Kennaa Waaqayyooti
Dubartii Hubaattuni
Solomoon/2/.... Solomoon jedheera/2/
Haadha manaa isan.....
Eebbi guuteefira.....
Waaqayyo biraati....
Ulfina argateera.....
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Qaamni kee Qaama kootirraa
Foon kan kees foon kan kootirraa
Gooftaan siin anaaf qopheessee
Yaada koo Anaaf milkeesse /2
Foon kan koo foon kan keetirraa
Lafeen koos lafee keetirraa
Gooftaan siin anaaf qopheessee
Hawwiikoo Anaaf milkeesse /2/
@Ceesisa
Yaandi koo hundinuu ta’e
Xumurrii siin naaf milkaa'e
Daandiinkoo mijeffameera
Kadhaan koos dhagahameeera
Dhugaadha Addaam kennaakoo
Kanadha Hawwiif kadhaan koo
Waaqayyooni Marti sirratee
Hin Gadduu kan si Abdate
Gammanneerra Gammadaa sini
Kun ta'uusaa kan Hawwitani
Gammanneerra Gammadaa sini
Nu dhagaheera Waaqayyooni
@Ceesisa
Daabiloos Rukutameera
Fedhii koo Gooftaan Guuteera
Si'iidha naaf Gaa'ellikoo
Sirriidha si jaallachuun koo
Ta'eera ishoo ta'eera
Fedha koo kunoo argadheera
Yaadnikoo firii godhatee
Jiruun koo si waliin taate
Gammanneerra.....
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Ol Ka'aati simadhaa (dhufanii misirroonni*2)
Baga ittin isin ga'e (cidha ijoollee keessanii*2)
Ol kaa'atii simadhaa...
Gammadaatii ilil jedha
maaf callistu faarfadha
gammachuudha yeroonii
haa ulfaatu Waaqayyoon
Ol Ka'aatii simadhaa...
misirroonni gammada
Raajii Gooftaa laatanii
Waan isiniif raawwate
maaliif hin dubbattanii
Ol Kaa'atii simadhaa
Ajaa’iba kan jedhame
Addunyaa dinqisiise
Kan Waaqayyoo raawwate
Hunduu Afaan qabate
Ol Ka'aatii simadhaa...
kan Gooftaan isaaniif godhe
Diinni afaan qabate
misirroota lameenuu
Waaqayyoon isaan filate
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
Repost from Kuusaa Faaruu
Daraaraa birraa fakkaatanii
Gonfoo kabajaa kawwatanii
Gammadi kunoo yaa Maariyaamii
Ijoollee keetii kaa Misirroonni
Maariyam jechuudhan dhufanii
Abdiin keenya si jedhanii(2)
Ati irratti argamii gidduu saanitti
Akka guuttamuuf hir'uun isaanii(2)
Abboomii Gooftaa kan eegaanii
Galmaa ga’eera hawwiin saanii(2)
Abdii godhachuun haa dhufanii
Miidhagan durbee ijoolleen kee(2)
Maqaa kee gatii waammatanii
Guutuudha kunoo manni saanii(2)
Gamoo fakkaatee gaaddisni kee
Akka rakkanneef ijoolleen kee(2)
==•|•==
Faaruu Cidhaa
👇follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
