1 371
مشترکین
-324 ساعت
+87 روز
+1530 روز
در حال بارگذاری دادهها
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26اکتبر '26
اکتبر '26
+566
در 0 کانالها
سپتامبر '260
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '260
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '260
در 3 کانالها
Get PRO
ژوئن '260
در 1 کانالها
Get PRO
مه '260
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '260
در 3 کانالها
Get PRO
مارس '260
در 3 کانالها
Get PRO
فوریه '260
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '260
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '250
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '250
در 2 کانالها
Get PRO
اکتبر '250
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '250
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '250
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '250
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '250
در 0 کانالها
Get PRO
مه '250
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '250
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '250
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '250
در 2 کانالها
Get PRO
ژانویه '250
در 2 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+49
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+44
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+34
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+23
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+29
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+37
در 1 کانالها
Get PRO
مه '24
+32
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+42
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+28
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+53
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+43
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+639
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 24 اکتبر | +3 | |||
| 23 اکتبر | 0 | |||
| 22 اکتبر | +6 | |||
| 21 اکتبر | +4 | |||
| 20 اکتبر | +2 | |||
| 19 اکتبر | +4 | |||
| 18 اکتبر | +4 | |||
| 17 اکتبر | +3 | |||
| 16 اکتبر | +2 | |||
| 15 اکتبر | +2 | |||
| 14 اکتبر | +6 | |||
| 13 اکتبر | +3 | |||
| 12 اکتبر | +3 | |||
| 11 اکتبر | 0 |
پستهای کانال
| 2 | SENTENCE ERRORS.docx | 109 |
| 3 | VOCABULARY REVIEW.docx | 140 |
| 4 | Good morning students,you are kindly requested to download the above worksheet as soon as possible. | 149 |
| 5 | PRE-TEST WORKSHHET.docx | 148 |
| 6 | Answers to tutorial questions 6.pdf | 207 |
| 7 | Answers to Tutorial questions.pdf | 296 |
| 8 | coherence.docx | 403 |
| 9 | #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2019 Guutumaan Guututti Kompitararratti Hundaa'e /#CBT/'n Kan Kennamu Ta'uun Beekame.
BBO - Onkololeessa 06/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2019 Guutuu Oromiyaatti Kompitaran(#Computer_Based_Test - CBT) '#Online'n Kennuuf haala mijeessaa jira.
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 CBT '#online'n fudhatan keessaa 16.46% qormaaticha qabxii 50%fi ol galmeessisaa yunivarsiitiif kan galan yoo ta'an, barattoota qormaata biyyoolessaa #Waraqaan (#Paper_Based_Test - PBT) #fudhatan_keessaa_immoo_3.12% ta'an qofti qabxii 50%fi ol galmeessisuun yunivarsiitii galaniiru.
Kanuma hubachuun Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota keenya fayyadamoo taasisuuf qormaata waraqaan kennamu hambisuun Giddu Gala Qormaataa hundatti CBT kennuuf kompitaraafi tajaajila interneetii guutaa kan jiru ta'uun beekameera.
Walumaa galatti, barattootni qormaaticha #CBT'n #fudhatan_keessaa_16.46% ta'an yunivarsiitiif darbuu yoo danda'an, barattootni qormaaticha '#PBT'n #fudhatan_keessaa_3.12% ta'an qofa yunivarsiitiif darbaniiru. Kunis qormaaticha salphumatti hubachuufi hojjachuuf CBT #Online'n kennamu filatamaa ta'uun mirkanaa'eera.
Kanaafuu, #Barattootni_keenya gamanumaa haala itti fayyadama kompitaraa irratti akka of qopheessan,
#Barsiisotni_keenyas barattootni gamanumaa akka qophaa'an akkuma kanaan dura deeggaraa turtan daran akka cimsitan,
#Maatiin_barattootaas barattoota jajjabeessuu irratti gahee keessan akka bahatan dhaamsi darbeera.
👉Biiroon Barnootaa Oromiyaa(BBO)
==========//===========
#Grade 12 National Examination 2019 E.C. to Be Conducted Entirely Through Computer-Based Testing (CBT)
OEB – October 16, 2026
#The Oromia Education Bureau has announced that it is making preparations to administer the 2019 E.C. Grade 12 National Examination entirely online through Computer-Based Testing (CBT) across Oromia Regional State.
#According to the Bureau, among students who took the 2018 E.C. Grade 12 National Examination through online Computer-Based Testing (CBT), 16.46% scored 50% or above and qualified for university admission. In contrast, among students who took the examination using the traditional Paper-Based Test (PBT), only 3.12% scored 50% or above and qualified for university admission.
Taking these results into consideration, the Oromia Education Bureau is working to eliminate paper-based examinations and introduce CBT at all examination centers. To achieve this, the Bureau is equipping examination centers with computers and internet services to facilitate the administration of online examinations.
#Overall, the Bureau's reported figures indicate that 16.46% of students who took the examination through CBT qualified for university admission, compared with only 3.12% of those who took it through PBT. These figures suggest a substantial difference in the reported outcomes of the two examination methods.
Therefore, the following parties are encouraged to take the necessary steps:
Students: Begin preparing in advance by developing their computer skills and becoming familiar with computer-based examinations.
Teachers: Strengthen their support for students and help them prepare adequately for CBT, building on the support they have already been providing.
Parents: Play their part by encouraging and motivating their children to prepare for the upcoming examination.
The Oromia Education Bureau calls upon students, teachers, and parents to work together to ensure students are well prepared for the transition to computer-based national examinations.
Oromia Education Bureau (OEB) | 613 |
| 10 | Answers to Questions from Application of Biology.pdf | 707 |
| 11 | Answers to Questions from Application of Biology.docx | 1 |
| 12 | G_12_Web_Design_and_Development_Student_Module_–_25_Jun_2025_1.pdf | 937 |
| 13 | Share Worksheet for Grade 12 Students.docx WAAA BUZE (1).docx | 238 |
| 14 | For Your Tutor class practice | 990 |
| 15 | Share Worksheet for Grade 12 Students.docx WAAA BUZE (1).docx | 1 090 |
| 16 | Share Grade 12 Maths units 1-4 worksheet (4).pdf | 1 020 |
| 17 | Guyyaa 12/01/2019
Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf
Barnoonni akka mana barumsaa keenyaatti Fulbaana 11/2019 jalqabuun ni beekama. Haa ta’u malee barattootni muraasni daree keessatti kan hin argamne ta’uu ragaa fudhanne irraa adda bafannee jirra. Kanaafuu guyyaa boruu barataan galmaa’e hundi daree keessatti yoo hin argamne maatii barattootaa fi barattootni itti gaafatamummaa itti aanee dhufu kan fudhattan ta’uu isin beeksisaa, guyyaa sadii walitti aansee kan hafe yoo ta’e kan hin keessummeessine ta’uu cimsinee isin beeksifna.
Mana Barumsicha
ቀን፡ 12/01/2019 ዓ.ም.
ለሁሉም የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች
እንደ ትምህርት ቤታችን ትምህርት ከመስከረም 11/2019 ዓ.ም. ጀምሮ የመማር ማስተማር ሂደቱ መጀመሩ ይታወቃል። ሆኖም ግን ከክፍል የተሰበሰበው መረጃ እንደሚያሳየው የተወሰኑ ተማሪዎች በክፍል ውስጥ ያልተገኙ መሆኑን ለይተናል።
ስለሆነም ከነገ ጀምሮ ማንኛውም የተመዘገበ ተማሪ በክፍል ውስጥ ካልተገኘ፣ ተማሪውም ሆነ የተማሪው ወላጅ/አሳዳጊ ለሚከተለው ተጠያቂነት የምትወስዱ መሆኑን እናሳውቃለን።
በተጨማሪም ተማሪው ለሦስት ተከታታይ ቀናት ከትምህርት ከቀረ፣ ትምህርት ቤቱ እንደማያስተናግድ በጥብቅ እናሳውቃለን።
ትምህርት ቤቱ | 1 378 |
| 18 | Guyyaa 9/1/2019
Barattoota Bara 2019 Galmooftan hundaaf
Barnoonni guyyaa jalqabaa Fulbaana 11/2019 akka jalqabu beeksifamuun beekamaadha. Kanaafuu Wiixata 11/1/2019 sa'aatii 2:00 irratti barataan galmaa'e tokko osoo hin harca'in mooraa mana barumsaa keessatti meeshaalee barnootaa barbaachisan hunda guuttachuun, akkasumas Yuunifoormii mana barumsaa keenyaa uffachuun akka argamtan isin beeksifna.
Hub:- Jalqaba irratti ergaawwan adda addaa waan barataa tokko irraa eegamu ni darba waan ta'eef yeroon argamaa!
============================
ቀን፡ 9/1/2019 ዓ.ም
ለ2019 ዓ.ም. የተመዘገባችሁ ተማሪዎች ሁሉ
የ2019 ዓ.ም. የትምህርት ዘመን መስከረም 11/2019 ዓ.ም. እንደሚጀምር የሚታወቅ ነው።
ስለሆነም ሰኞ መስከረም 11/2019 ዓ.ም. ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ላይ እያንዳንዱ የተመዘገበ ተማሪ ሳይቀር በትምህርት ቤታችን ግቢ ውስጥ በመገኘት፣ ለትምህርት የሚያስፈልጉ ሁሉንም የትምህርት መሳሪያዎች በማሟላት እንዲሁም የትምህርት ቤታችንን ዩኒፎርም ለብሳችሁ እንድትገኙ እናሳውቃለን።
ማስታወሻ፦ በመጀመሪያው ላይ ከእያንዳንዱ ተማሪ የሚጠበቁ የተለያዩ መልዕክቶችና መመሪያዎች ስለሚተላለፍ ፣ በሰዓቱ እንድትገኙ እናሳስባለን!
መልካም የትምህርት ዘመን! | 833 |
| 19 | ማስታወቂያ
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምደባ ምርጫችሁን ከመስከረም 7/ 2019 ዓ.ም. እስከ መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም. ድረስ ወደ ትምህርት ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ ሆናችሁ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም እራሳችሁ እንድትሞሉ እንገልጻለን።
የማስፈንጠሪያ ሊንክ (Link): https://student.ethernet.edu.et/preferences | 974 |
| 20 | Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf
Yuunifoormii Barattootaa Mana Barumsaatiin beekamtii kennameen ala dabalanii kan biraa uffachuun dhorkaadha waan ta'eef barattootni haala kanaan yaaddanii jirtan akka irraa of qusattan cimsinee isin beeksifna. Maatiinis kana beekuun baasii biraatiif akka hin saaxilamne isin hubachiifna.
==========================
ለሁሉም የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች
በትምህርት ቤቱ በይፋ ከተፈቀደው የተማሪዎች ዩኒፎርም በተጨማሪ ሌላ ልብስ ወይም ዩኒፎርም ጨምሮ መልበስ የተከለከለ በመሆኑ፣ እንዲህ ያለ ነገር ለማድረግ ያሰባችሁ ተማሪዎች ከዚህ እንድትቆጠቡ በጥብቅ እናሳስባለን።
በተጨማሪም ወላጆች/አሳዳጊዎች ይህንን መረጃ አውቃችሁ ለአላስፈላጊ ተጨማሪ ወጪ እንዳትዳረጉ እናሳስባለን።
የትምህርት ቤቱ አስተዳደር | 1 941 |
