cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABDII SABAA

نمایش بیشتر
فنلندة187زبان مشخص نشده استآموزش5 090
پست‌های تبلیغاتی
30 352
مشترکین
+424 ساعت
+177 روز
+50830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu ibsame Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera. Balaa qaqqabeen imaltoonni hundi du’uu isaanii Pireezidaantiin biyyattii Laazaaruus Chaakweeraan beeksiisuu BBCn gabaaseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
نمایش همه...
👍 46 7😱 7🥰 1
Namoota dursanii banan 10 qofaaf fayyada. Carraa gaarii! t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_UGveJG5NJD
نمایش همه...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

👍 28 23🥰 3🤬 2👌 2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
#OduuAmmee Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
نمایش همه...
👍 27 14🥰 4😁 3
Hojii Rabbii hin beekanuu waan kana yaalaamee 👇👇👇 https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId623498942
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👏 9👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5062635488 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5062635488 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
نمایش همه...
👍 21 12
Hamster kombat Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu TON, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati. Gatiin TON 1 Doolaara Ameerikaa 6.6 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti. Link armaan gadii tuquun hojjedhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇 https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId623498942 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 29 19🔥 7
Ministeerichi Barnootaa Qormaata Kutaa12ffaa Bara Kana ‘Online’ Kennamu Ilaalchisee Ibsa Kenne Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ‘online’ niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo jalqabaaf karaa bilisa dijitaalaan qoruuf hojii dijitaalessuu hedduun raawwatamaa jiraachuu beeksiseera. Bu’uura kanaan kilaasteroota bakkeewwan qormaataa adda bahan fuula duratti liinkiiwwan qophaa’an tuquun shaakaluun danda’aman ibseera. Hanga ammaattis barataan qormaata kana fudhatu ‘username’ fi ‘password’ kan hin arganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’an Ministeerri barnootaa beeksiseera. Hojiin kunis kilaasteraan qoodamuu himeera. Haaluma kanaan:- Kilaastera 1ffaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et Kilaastera 2ffaa keessatti Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et Kilaastera 3ffaa Naannoo Beenshaangul gumuz https://c4.exam.et Naannoo Hararii https://c4.exam.et Naannoo Affaar https://c4.exam.et Naannoo Oromiyaa 1 •magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et Magaalaa Agaaroo https://c4.exam.et Magaalaa Amboo https://c4.exam.et • Godina Arsii https://c4.exam.et •Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et • Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et Baalee https://c4.exam.et • Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et • Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et •Boorana https://c4.exam.et • Magaalaa Bulee horaahttps://c4.exam.et • Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et • Magaalaa dodolaa https://c4.exam.et • Baalee Bahaa https://c4.exam.et • Boorana Bahaa https://c4.exam.et •Gujii https://c4.exam.et • Harargee Bahaa https://c4.exam.et • Harargee Lixaa https://c4.exam.et • Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et • Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et • Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et Kilaastera 4ffaa Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et Naannoo Oromiyaa -2 • Jimmaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et • Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et • Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Mooyaalee https://c5.exam.et • Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et • Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et • Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et • Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et • Magaalaa Sgaggar https://c5.exam.et • Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et • Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et • Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et • Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et • Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
نمایش همه...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 47 13👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5062635488 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5062635488 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
نمایش همه...
👍 18 5
Photo unavailableShow in Telegram
8👎 3
Qormaata Kutaa 6ffaa, 8ffaa Fi Kutaa 12ffaaf Qophiin Xumurame – BBO Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera. Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamuufi qormaata biyaaleessaa kutaa 12ffaaf qophiin kan xumurame ta’uu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo ibsaniiru. Oromiyaatti bara kana barattootni kuma 246 ol qormaata kutaa 12ffaa kan fudhatan ta’uu eeraniiru. Akka Naannoon Oromiyaatti bara kana qormaanni kutaa 6ffaa yeroo jalqabaaf kan kennamu yoo tahu, Barattoonni kutaa 6ffaa kumni dhibba 731 fi 955 kan qoraman ta’uu himaniiru. Yeroo ammaa Qormaanni giddu gala wiirtuu qormataa hunda qaqqabee jiraachuu kaasuun qophiin qormaataaf taasifamu xumuramuu ibsaniiru. Akka Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 11.6 ta’an barnootaa irratti argamu jedhan. Gama Onlaayiinin Magaalota Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu fi Jimmaatti Barattoonni shaakala ga’aa taasisanii jiraachuus kaafameera. Kanneen hafanis, Yuuniversitiiwwan Oromiyaa keessa jiranitti shaakaluun ga’umsi isaanii erga ilaalamee gama onlaayiniin kan qoraman ta’uu dubbataniiru. Waliigala naannichatti barattoonni miiliyoonni1 fi 651 ol qoramaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf qophiin xumuramuu himaniiru. Qormaanni kutaa 6ffaa Caamsaa 29 fi 30 akkasumas qormaanni kutaa 8ffaa waxabajjii 4 fi 5 akka kennamu ibsuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
نمایش همه...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 45 9