cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dr.Haile Fida Kuma

4.Kaayyoon chanalin kun banameef Seenaa Dr. Hayilee Fidaa ittin yaadachaa hafuuf akkasumas Seenaawwan gotoota dhokatan kan biroo ifa baasufidha @YaadaKennuuf_bot @WaadanQaba_bot

نمایش بیشتر
فنلندة2 354زبان مشخص نشده استسیاست25 946
پست‌های تبلیغاتی
223
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Bb
نمایش همه...
Repost from Dr.Haile Fida Kuma
ABDII HIN KUTIIN "Abdii kutannaan kee miidhama addunyaa kanaati" "Addunyaa kana irraa wantoonni gurguddoon hojjetamuuf malan hin hojjetamin hafan abdii kutachuu namootaani!" Kitaaba 'Daandii_Mo'attoota. Eebbisaa Baayisaa keessa kan ani fudhadhadhe @DrHaileFidaKuma
نمایش همه...
Repost from Dr.Haile Fida Kuma
ABDII HIN KUTIIN "Abdii kutannaan kee miidhama addunyaa kanaati" "Addunyaa kana irraa wantoonni gurguddoon hojjetamuuf malan hin hojjetamin hafan abdii kutachuu namootaani!" Kitaaba 'Daandii_Mo'attoota. Eebbisaa Baayisaa keessa kan ani fudhadhadhe @DrHaileFidaKuma
نمایش همه...
sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://youtube-b26.xyz/8059861384282391/
نمایش همه...
Watch the video to make money 🎉

Watch videos and get $ 0.60 per minute of viewing.

"Mul'ati kee rakasa miti;yoo ati rakasiiste malee"
نمایش همه...
ABDII HIN KUTIIN "Abdii kutannaan kee miidhama addunyaa kanaati" "Addunyaa kana irraa wantoonni gurguddoon hojjetamuuf malan hin hojjetamin hafan abdii kutachuu namootaani!" Kitaaba 'Daandii_Mo'attoota. Eebbisaa Baayisaa keessa kan ani fudhadhadhe @DrHaileFidaKuma
نمایش همه...
Repost from Onnee jaalalaa
maqaa Oromootiin waamamu/tu nituffatama/ti, ni’arrabsama/ti, akka ofitti qaana’an taasifamu. Dhala Oromoofi qe’ee Oromoo maqaa geeddaran. Oromoo faana balleessuuf duula bara dheeraafi tarsimoo addaatiin qindaa’e geggeessan. @onnee_jaalalaa @onnee_jaalalaa Godaannifni madaa duula kanaa muul’su har’allee ilmaan Oromoofi qe’ee Oromoorraa hinbanne. Dhalli Oromoo maqaa Oromootiin waamamuutu miidhaga. Dacheen Oromiyaa moggasa Oromootiin waamamuutu irraa tola. Kana hunda gochuuf dhaloonni saba kanaa mirgas dirqamas niqabu. Koloneeffataan biyya humnaan qabate maqaa itti jijjiiree akka abbaan biyyaa biyya isaa dagatu gochuuf akeekkatee hojjechuun waanuma jiru. Kan dabe qajeelfachuun garuu dhimma abbaati. “Kan cunqursaan dhoksuuf yaale ifatti basuuf carraaquun dhimma yeeroon gaafatu.” Jechaa, Seenaa Finfinnee Keessaa Waan Muraasa Oromoon baruu qaba jennu walbarsiisuf yaalla. Abbaa biyyummaa Oromoo hubachuufi Finfineen kan Oromoo ta´uu @onnee_jaalalaa @onnee_jaalalaa
نمایش همه...
#Addunya_kana_irrattii =================== #Jechaa kee eeggadhu ,isattu gochaa tahaatii #Amala kee Sirreessii Isatu namootaan waliin si Jiraachisaati. #Jireenyaa kee fooyyeessi isattu Boqonnaa bara jireenyaa kee guutuuti #Qabeenyaa qabduun namatti hin booniin qabeenyii fixeensa ganamaati #Bekkumsaa qabdun of hin tuulin namooni si Caalaa Beekan Heddutu Jiraatii..! #Angoo Qubaan si filaniin of hin Dhiibin qubaan irraa si buusuti #Hin haatin Abaarsa jalaa Baataatii..!! *Hin kijibin Amanamaa tataatii #Gallatomaa waani #Dubbiftanif..!!
نمایش همه...
Repost from Fayyaa sammuu
Akkuma dubbiftaniin waliif dabarsaa @sammuukoof join godhaa! Maatii fayyaa sammuu ta'uudhaan gorsa waliirra hin citne qooddadhaa! @sammuukoof
نمایش همه...
fayyaa sammuu.pdf1.06 MB
Repost from Onnee jaalalaa
# SEENAA_FINFINNEE Seenaa Finfinnee, gosoota Oromoo Shaggar/ Finfinnee keessaafi naannoo ishii Qubatanii. Shaggar/Finfinneen gosa Oromoo keessa isa tokkoo kan ta’eefi damee Booranaa keessa Tuulama ture. Tuulama keessa gosti guddaafi isa angafaa kan ta’e Galaan kan jedhamu qarqara kibba tulluu Cuqqaalaa irraa ka’ee Hawaas (Hawaash) cehuun hanga walakkaa Shaggar/ Finfinneetti tamsa’ee ture. Gosti kun balbala baayyee of jalatti kan qabu yoo ta’u, hanga Wallootti diriiree jiraata. Inni Lammaffaan Oboo Tuulamaammoo Galaanirraa gara kaabattii Caffee Doonsaarraa kaasee hanga Qarree-Gowaa jedhamuttii diriiree kan jiru yoo ta’u, naannoo Finfinnee/Shaggar kan qubate, ilam angafaa Oboo kan ta’e gosa Gumbichuu yoo ta’u hanga kaabaa Finfinnee/Shaggar naannoo Caancotti jira. Gullallee Oboo Finfinnee irraa kaasee gara kaabaa fi kaabaa Lixaatti diriiree hanga baha laga Mogoritti yoo ta’u, gara kibbaattimmoo Galaan keessa gadi seenee jira. Inni biraan Eekkaa Oboo kan jedhamu Galaanirraa gara Kaabaafi Gullallee irraa gara bahaatti laga Qabbanaawaa (Qabbannaa) irraa kaasee Finfinnee gara bahaa dhuunfatee hanga daangaa Gumbichuutti deema. Lafti Shaggar/Finfinnee jedhamu kun bara Minilik qabamuun ishii beekamaadha. Jalqaba qubsuma waraanafi maatii nafxanyootaa yoo ta’u, booda gara magaala guddiitti Empaayerittiitti jijjirame. Oromoonis bakka kanarraa buqqifamee gara kutaa adda addaatti faca’uufi gosoota naannoo sana jiranitti makamee ture.Ittii aanee Empaayerittii kan qabatees, bara Hayila Sillaasee, Shaggar babal’achaa deemuun, Oromoota buqqisee godaansisuu itti fufe. Fakkeenyaf, bakki Gootaraa jedhamuufi Warshaan Simmintoo ture sun bosaana dukkanaawaafi Leenci keessaa baroodaa akka ture jaarsoleen dubbataa turan. Baruma bittaa H/ Sillaasee kana naannoon Finfinnee kun “mannaggashaa Awuraajjaa” jedhama. Finfinneen kantiiban haa bultu malee, Awuraajjaa kana jala turte. Awuraajjichis akkuma qaamaa Finfinneetti ilaalama ture. Babal’ifannaan mootota habashaa bara Dargiis itti fufuun sirumaa hanga 125km babal’ise jedhma. Oromoota buqqiisuun bara dargiisi itti fufee ture. Dabalataanis Shaggar karaa kibba Dhihaatin jahan (6n) Bachootin daangeffama. Kan jechuun warra Finfinnee/Shaggar keessaa gadi dhiibamanii, naannoo Sabbataafi naannoo Furii turan dabalatee jechaadha. Jahan Bachoo jechuun ilmaan jahan Bachoo-Tuulamaa hore jechaadha. Fakkeenya Meettafi Subba Sadeen (3n) fi kkf. Ammaas buqqifamuun Oromoo itti hammaatee, sababni isaa misooma maqaa jedhuun gurgurtaa lafaarraa argamu maallaqa waan barbaadaniif, warra qabeenya qabanitti lafa maqaa liizii jedhuun hanga waggaa 99ti kontiraata gurguruuf waan ta’eefi. Seenaa Finfinnee/Shaggar ilaalchisee barruu “Duudhaa” jedhurrati maxxanee dhihaatee ture keessaa hanga tokkoo akka itti aanutti gabaabbinaan ilaala. Uummanni tokko biyya, ilmaan, qabeenya(kan uumamaa ykn kan ofii horate ),waan arge, waan dhaga’e walumaa galatti waan naannoo isaa jiruufi jira jedhee amanu hundaaf maqaa moggaasa. Akkaataan moggaasa maqaa kun waa’ee uumatichaa waan agarsiisu qaba. Fakkeenyaaf Oromtichi tokko ilma isaatiin Galgaloo yoo jedhu waan jechuuf edate qaba. Mucichi gara galgalaa dhalachuu isaa ykn abbichi dhala kana kan argate umrii gara dullumaa keessa ta’uu ykn ilmi dhalate sun bara dullumaatti “abdii kiyya” jedhee yaadee ta’uu mala. Warri, intala isaaniin Gaaddisee yoo jedhan akkuma kana waan jechuu barbaadan qabu.Gaaddisa, dawoo,abdii dhala isaaniirraa qaban muul’isuuf jedhaniiti. Orom-durii yoo waa moggaasu ergaa dabarsu qaba. Isa dhufutti waan agarsiisu waan dhaammatutu jira. Maqaa baasee ittiin ergaa dabarfata. Biyya isaa keessaa naannoo tokkoof yoo maqaa baasu akkataa faana Oromummaa agarsiisutti, haala foolii Oromoo urgaa’uuni. Fkn, maqaa Gullallee jedhamee beekamu yoo ilaalle, biyya Oromoo ta’uu agarsiisa. Faana Oromoo muul’sa. Gullallee jechuun gosa Oromoo keessaa isa tokko waan ta’eef, Oromoon gaafa biyya isaa dhabu waahedduu dhabe. Dhala isaa maqaa ofii barbade,kan fedhii isaa guutu, ilaalcha isaa calaqqisiisu, abdiifi hawwii isaa muul’isuun moggaasee waammachuu dhoowwame. Tasa moggasee yoo argame ilmi/intalli
نمایش همه...