AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
رفتن به کانال در Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
نمایش بیشتر999
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-77 روز
-2630 روز
آرشیو پست ها
AS WR WB AKKAMI NGY NAAF QABDANII JAALLAWWAN KIYYA QAALII
TOOLE BARATTOOTA KEENYA ISLAAMUMMAAN TEENYAAS NUMALEE NAMA BIRAA HIN QABDU KANAAF GALGALA ARRAA SA'A 2:00 TTI SAGANTAA DA'AWATII FI SAGANTAA DU'A'II WAAN QABNUUF NAMUU NURRAA HIN HAFINA SA'A TOKKITTII TANA
SHARE WALIIF GODHA HIRMAADHA
https://t.me/+H9vUWNhEwuczOTc0
Asalaamu Aleeykum Warahamatuulaha wabarakaatuhu Akkam jirtan Barattoonni Muslimaa Koolleejjii Awaash vaalii hundii keessanu Nagaa keessani Ega akkuma beekkamu Alhada iftaan kana jachuun Gaafa guyyaa 22/10/2017 Sagantaa Muhaadaraa qopheessa jiraachuun keenya ni yaadatama Haa ta'u garuu Sababa Guyyaa Balama keenya kana irratti Akkuma biyyaatu Rooba akkanatti dhabamee Midhaan facaaffammee biqiluu dhabee kan biqillee Sababa Rooba dhabuuttin gogogee Makluuqni Afaan hin beeyne miidhamaa jiru kanaaf jacha Namni tokko osoo hin hafne
Dhiirraafi Dubbarttiin
Guddaafi Xiqaan
Beekaafi Walaalan Namni hundi bahee Rabbii isaa akka kadhatuuf Sagantaan Guyyaa Alhadaa San Stadium imaam Ahmaditti qophaawwee waan jiruuf nutiis Sababa kanaaf Sagantaa keenya gaafa Alahada akka iftaan jachuun gaafa guyyaa 6/11/2017 kanaatti achii dabarsinee jira waan ta'eef Dhiifama waliin akka nuuf hubbatan isiin jachuu barbaana🙏 !
Kanaafu Obbaalleeyyan kiyya dhimmi Roobni Dhabamuu dhimma hunda keenyaati waan taheef Sagantaa kana irratti akka waliin hirmaanu kabajaafi jaalalan isiin beeksisuu barbaana Galatoomaa #share waliif godha JBMKAV
🤝Asalaamu Aleeykum Warahamatuulaha wabarakaatuhu
👉Oduu Gammachiisa Barattoota koolleejji Awaash vaalii fi Naannawa isii hundaaf
👇👇👇👇👇👇👇👇
Akkuma Beekkamu Jama'aan koolleejji Awaash vaalii yaroo gara garaatti Muhaadarraallee garagara qopheessaa jiraachuun isa ni yaadatama👌
👉Haaluma kanaan jama'aan keessan ammaas Muhaadaraa Aja'iba Gaafa Guyyaa Alhada(Sunday) jachuun Guyyaa 22/10/2017 Muhaadarraa Ajaa'ibaa akka isiniif qopheesse yaroo isinitti himu Gammachuu gudaadhaani Maarree
Barattoonni Muslimaa Koolleejjii keenyaafi Naannaawa ishee jirtan marti keessan Affeerramtanii jirtu Maal kana qofa Ulamaa'oota Gurgguddaa Biiyyattiin teenya qabdu hedduun isaani Affeerramanii jiru isaan keessa
1,Sheikh jamaal Abdulla
2,Sheikh taaju m/d
3,Sheikh Mohammed Amiin
4,Ustaaz Ahamednuur
5,Ustaaz Abdurahamaan
6,Ustaaz Ahamed Amiin
Kana Malees Uztaazoonni hedduun Affeerramanii jiru! eega Barattoota keenya Kabajjammoo Sagantaa kana fakkaatu irraa hafuun wahii taati ?Hoo hin taatu akka naan jatan Abdiin qaba ! Kanaafu yaa Barattoota keenyaa Kabajammoo Guyyaa Alhadaa ganama sa'aa 2 :00 irratti wal arkaan teenya Arratenyaa M/Barnoota #Maddarrassaa_Bilaal Buuffata Fayyaa Artenyaa Cinaatti arkamuudha kanaafu obballeessa kiyya obballeetti tiya guyyaan kun akka isiin hin dabarree isiniin jachaa dhaamsa kana wal birraan gahuun hojii keeyrii nu waliin qoodadha isiniin jana Galatoomaa 🙏
👉Huliidha islaammumaan Roga hundaan Dagaagguuf jiraati inshaa allaha
JBMKAV🙏
As Wr Wb JAALLAN KIYYA DUBBIFTEE FIXXU MALEE HIN DHIISIN
☞𝗤𝗨𝗥'𝗔𝗔𝗡𝗔 ...... ......
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗬𝗮𝗮 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶
☞𝗞𝗮𝗹𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗮𝗮𝗹𝗶𝗾𝗮𝗮
☞𝗛𝘂𝗻𝗱𝗮 𝗼𝗳 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗮
☞𝗠𝗮𝗮𝗹𝘁𝘂 𝘀𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗶𝗾𝗮𝗮
☞𝗥𝗮𝗵𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗯𝘂𝘂𝘁𝗲
☞𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗺𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 𝗵𝗮𝗾𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗦𝗶𝗶𝘁𝘂 𝗮𝗱𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗮𝘀𝗮
☞𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗵𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶
☞𝗫𝗶𝗾𝗾𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮𝗻𝗶𝘀
☞𝗚𝗮𝗺𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗿𝗶𝗶
☞𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗿𝗮𝗮𝗯𝗮𝗱𝗵𝘂
☞𝗕𝘂𝗿𝗾𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗼𝗴𝗻𝗲 𝗯𝗮𝗵𝗿𝗶𝗶
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗗𝗲𝗲𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮
☞𝗕𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂 𝗱𝗵𝗮𝗾𝗮𝗮
☞𝗦𝗶𝗿𝗿𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮𝗻
☞𝗝𝗮𝗮𝗻𝗻𝗮𝘁𝗮 𝗻𝘂 𝗻𝗮𝗾𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗕𝗲𝗲𝗸𝗮𝗮𝗻 𝗸𝘂𝗻𝗼𝗼 𝗴𝘂𝘂𝘁𝗲𝗲
☞𝗘𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗯𝗮𝗮
☞𝗫𝗶𝗾𝗾𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮𝗻𝗶𝘀
☞𝗕𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗱𝗵𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮𝘀
☞𝗚𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮𝗳 𝗴𝗮𝗹𝗴𝗮𝗹𝗮
☞𝗞𝗼𝗼𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗻𝗻𝘂𝘂
☞𝗠𝗮𝗮𝗳 𝗱𝗲𝗲𝗺𝘁𝗮𝗻 𝗵𝗮𝗹𝗮𝗮𝗹𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗤𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗻𝗶 𝗱𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮
☞𝗗𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗶𝗯𝗲𝗲 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮𝗮
☞𝗞𝗼𝗼𝘁𝘁𝘂𝘂 𝘁𝗶𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂
☞𝗠𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝘀𝗲𝗲𝗻𝘁𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗬𝗮𝗮 𝘀𝗮𝗮𝗺𝘂𝗻𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗹𝗯𝗶𝗶
☞𝗗𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗮𝗮𝗹𝗮𝗺𝗮𝗮
☞𝗞𝗮𝗻 𝘀𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗮𝘁𝘂𝘂𝗳 𝗻𝗶 𝗹𝗮𝗮𝗳𝘁𝗮
☞𝗜𝘁𝘁𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝘁𝘂 𝗰𝗶𝗺𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗥𝗮𝗵𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝘀𝗶
☞𝗕𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗮
☞𝗠𝗲𝗲 𝗸𝗼𝗼𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗶𝗻𝘂𝘂
☞𝗕𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗼𝗹 𝗸𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗠𝗮𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗵𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗻𝗻𝘂𝘂
☞𝗢𝗯𝗯𝗼𝗹𝗮𝗮 𝗸𝗼𝗼 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶
☞𝗠𝘂'𝘂𝗷𝗶𝘇𝗮𝗮 𝗿𝗮𝘀𝘂𝘂𝗹𝗮𝗮
☞𝗞𝗮𝗹𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗷𝗮𝗯𝗯𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗥𝗮𝗮𝗵𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗹𝗯𝗶𝗶𝗳 𝗾𝗮𝗮𝗺𝗮𝗮
☞𝗬𝗮𝗮 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶
☞𝗬𝗮𝗮 𝗷𝗲𝗰𝗵𝗮 𝗺𝗶'𝗮𝗮𝘄𝗮𝗮
☞𝗡𝗮𝗺𝗮 𝘀𝗲𝗲𝗻𝘂 𝗾𝗮𝗹𝗯𝗶𝗶
☞𝗜𝗻𝗻𝗶 𝘀𝗶𝗻 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝗶𝗻
☞𝗬𝗮𝗮 𝘀𝗵𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗴𝗮𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗧𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮 𝗹𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗺𝗶𝘁𝗶𝗶
☞𝗠𝘂'𝘂𝗷𝗶𝘇𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗮𝗮 𝗱𝗶𝗹𝗮𝗮
☞𝗢𝗳 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝘂
☞𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘅𝗶𝗹𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗶 𝗺𝗲𝗲 𝗻𝗶'𝗶𝗺𝗮𝗮
☞𝗛𝗮𝗿𝗳𝗶𝗶 1 𝘀𝗮𝘄𝗮𝗮𝗯𝗮 10
☞𝗦𝗶𝗶𝗳 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮 𝗮𝗷𝗮𝗯𝗮𝗮
☞𝗔𝗷𝗿𝗶𝗶 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮
𝗝𝗲𝗰𝗵𝗶 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗷𝗮𝗯𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗗𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗼𝗻𝗻𝗲𝗲𝘁𝗶 𝗶𝗻𝗻𝗶
☞𝗜𝗯𝘀𝗶𝘁𝘂𝘂 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
☞𝗞𝗮𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂
☞𝗛𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝘂 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗔𝗴𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗿𝗮𝗮
☞𝗕𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮
☞𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶𝗻 𝗾𝗶𝘅𝘅𝗮𝗮𝘁𝘂
☞𝗠𝗮𝗮𝗹𝘁𝘂 𝘀𝗶𝗺𝗮𝗱𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗗𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗸𝗸𝘂𝗯𝗮 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮𝗮
☞𝗞𝗮𝗻 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗲𝗻𝗻𝘂 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮
☞𝗬𝗮𝗮 𝗺𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
☞𝗝𝗲𝗰𝗵𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗸𝗶𝘆𝘆𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗜𝘀𝗶𝗻𝗮𝗻 𝗴𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗺𝗮𝗮𝗹𝗼𝗼
☞𝗡𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗴𝗮𝗵𝗮𝗮 𝗶𝗸𝘄𝗮𝗮𝗻𝗶𝗶
☞𝗜𝗻𝗻𝗶 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝘂
☞𝗠𝗮𝗺𝗺𝗮𝗿𝘁𝗲𝗲𝗻 𝗸𝗮𝗮𝗵𝗶𝗻𝗶𝗶
☞𝗗𝗲𝗲𝗺𝗶𝗶 𝘁𝗶𝗶 𝗯𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗶𝗶
☞𝗪𝗮𝗿𝗿𝗮𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗻𝗲 𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶
☞𝗕𝗼𝗿 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝗮𝗺𝘁𝗮
☞𝗬𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝗯𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗞𝗮𝗻 𝗾𝗼𝗺𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗮𝗳𝗳𝗮𝘇𝗲
☞𝗛𝗶𝗻 𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝘁𝘂 𝗯𝗶𝘆𝘆𝗲𝗲𝗻𝗶𝗶
☞𝗪𝗮𝘆 𝗼𝘀𝗼𝗼𝗻𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗵𝗲𝗲
☞𝗛𝗮𝗮𝗳𝗶𝘇𝘂𝗹 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗶𝗶
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
☞𝗬𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗮𝗳𝗶𝘇𝘂𝗹 𝗾𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻
☞𝗦𝗶 𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻𝗶𝗶
☞𝗤𝗼𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗮
☞𝗞𝗮𝗹𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗿𝗮𝗵𝗺𝗮𝗮𝗻𝗶𝗶
☞𝗡𝘂𝘂𝗳 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝘀𝗶 𝗻𝘂𝗹𝗹𝗲𝗲
☞𝗔𝗸𝗸𝗮 𝗷𝗮𝗿𝗮𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶..𝗷𝘇𝗸
➪ 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶, 𝗵𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗵𝗮𝗹𝗮𝗮𝗹𝗮 𝐟𝐢 𝗯𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗸𝗵𝗲𝗲𝘆𝗿𝗶𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗱𝘂 𝗢𝗼𝗹𝗮𝗮
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
By ❤️ Iskuuni
As wr wb kabajamtoota koree jama'aa koolleejji awaash vaalii hunddi keessan baga jiraattaan isiniin jechaa
Dhiimma qaraati quraana tan guyyaa kaleessaa irratti marihannee turre San inshaa Allah guyyaa roobii /arbi'aa schedule baafnee galgaluma San isin beeyisifna hangasitti if qopheessine wal haa qopheessinuun isiniin jechuu bar baada
As wr wb maasha Allah karee jama'aa koolleejji awaash vaalii ti wajiin saganta marii bareedduu dabarsinee jirra warra dhiira qofaan
Dhuuma 1. Naamusaa
2. Walquba qabaachu
3. Dhimma qaraati quraana
4. Dhimma marii keenya kan fuulduraa irratti marihanneerra
Alhamdulillah
Wantoota Dhala Namaa Milkeessan Sadan
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
..........#C3..............
-------------------------------
❏ Competence (Dandeettii)
❏ Character (Amala)
❏ Chemistry (Keemistirii)
--------------------------------
➛ Namni tokko dirree ogummaa isaatti barbaadamummaa, fudhatamummaa akkasumas nageenyummaa isaa mirkaneessuuf wantoota armaan olitti eeraman sadan walfaana horachuu qaba jedhama.
1. Dandeettii: Dandeettii qabda taanaan bakka hundatti barbaadamta. Furmaata tokkoof situ furtuu waan ta'eef hanga ati bakkicha geessutti namni hunduu balbala furmaataa ta'ee siin eega. Situ dhaqee banee hiika kennaaf.
Dandeettii kee kanaan:
➛ Addunyaatu si mararsiifata;
➛ Kan rakkatetu si iyyaafata;
➛ Halkan hirriibaa si kaafata;
➛ Rakkoo isaaf fala si gaafata;
Eeyyeen, dandeetticha keetu kanaan si gahe.
Qabda taanaan ittumaa jabeeffadhu; hin qabdu taanaan hulaa isaa irra gori! Dandeetticha horadhu!
2. Character/Amala: Amalli kee namoota biratti kabaja akka qabaattu si gargaara. Fudhatamummaa keefis utubaadha. Amala hin qabdu taanaan garuu dandeettii hangamuu qabaattu gateettiin namootaa danda'ee si hin baatu.
3. Chemistry/Keemistirii:
Keemistirii yeroo jennu wal nyaatinsa, yaa'a fi jijjiiramummaa ati naannoo kee waliin taasiftudha. Kunis jijjiirama fudhachuu, ilaalchaa fi ejjennoo ofii irra deebi'anii ilaaluun kan warra kaanii waliin walitti araarsuudha. Kana yeroon jedhu, "bakka hundatti amala gaararraa qabaachuu qabda" jechuu osoo hin taane, yaadaa fi ilaalcha tokko kanuma koo qofatu sirriidha jettee rincicaa ta'uu dhiistee, yaada haaraa fudhachuufis qophaa'oo ta'iidha. Kun yoo hin taane nageenyi kee yaaddessaa dha. Umuriin naannoo sana turuu kees ni xiqqaata.
➛ Walumaa galatti dandeettiin kee barbaadamummaa kee murteessa. Amalli kee fudhatamummaa kee murteessa. Keemistiriin kee nageenya kee murteessa.
As wr wb
Dubartoota 10 Kan Rabbiin Abaaree Rahmata Ofiirraa Fageesse
===================================
♻️ Dubartoota 10n kan Rabbiin abaare rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} nuf himan.
1🔽Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumatuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).
2🔽Dubartii nyaara haaduu fi tan haaddatuu.
3🔽Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumatuu fi tan tumttu.
4🔽Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxaltu《 Wiigii isa jedhamu sani》.
5🔽Dubartii yeroo Abbaan mana ishee hirribaaf gara sireeti waame didu.
6🔽Dubartii dhiirati fakkaatu.
7🔽Dubartii qabrii ziyaartu.
8🔽Dubartii yeroo namni du'ee suuraa nama sanii qabatee boochiiftu.
9🔽Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaati ol dhaabdee hiitu.
10🔽Dubartii uffaata qaama ishii mul'isu uffaate ummata keessa ooltu.
♻Wantoota Kurnaan kana keessa tokko keessati yoo argamte rahmata rabbii irraa akka hin faggeeffamne toowbadhuu gama rabbii keetii deeb'ii😭
Kuniis ziyaara Sheeka keenya guddaa aana baddannooti sheikh Mohammed jibaraayil ja'aman Masha allah
+3
Jama'aan keenya GURMUU ISLAAMAA sheeka keenya jaalatamaa Shek Mahammad Shaanqee Haala Gaariidhaan Ziyaaraa Goonee Jirra Maashaa Allaah
As wr wb Alhamdulillah Akkanatti turree kuno ji'a ramadaana guutu Rabbiin nuufi isinirraahiis haa qeebalu
As wr wb Kabajjamtoota korree Jama'aa Barattoota Muslimaa Koolleejjii Awaash vaalii xiqo dadhabbiin takka waan na jirtuufin ergaa kana dura Suurraallee saniin isiin dhakkabee Allahamdulliha amma dadhabbii baafadheen jira kuno ergaa kana naaf dubbisa
👉Allahamdulliha wani hundi fadhii Rabbiitin numa taati Allahamdulliha
Hunda Dura Amiirraan JBMKAV ani Bakka isaani bu'ee Sagantaa Seena qabbeessa kana irratti akkan hirmaadhuf Hayyamaa naaf kenaniif Galata Galchuun Barbaada hedduu takka Galatooma Ulfaadha nuuf jiraadhaan isiniin ja'a
Guyyaa arraa Dhaabbanni #Gaadisa_islaama Leenjii Bakkaa Buutoota Barattoota koollaajjiillee N/Harar keessa jiran 13 fi University Haramaaya irraa hirmaachise Guyyoota lammaaf Magaala Harar Huteella Rawdaati Mata Dure #Dargaggoonni_Diin_islaam_Tokkummaa_Hawwaassa_Muslimaa_Eeguu_keessatti_gahe_maali_qaba? Ja'uun kenaa ture Haala gaarii ta'een Xumuree jira nutis Barattoota Koolleejjii keenya Koolleejjii #Awaash_Vaalii bakka bu'uun Fadhii Rabbiitin Leenjicha irraatti hirmaane jira
Dhaabbanni Gaadisa islaamaa Dhaabbata waggaa 15 dura Bara 2010 GC Biyyaa #Keeniyaa Magaalaa #Naayroobbitti kan hundaawwee yammuu ta'uu dhaabbatichi erga hundeeffammee kaasse Bu'aawwan hedduu Ummata islaamaf hojatee jira
Xumura leenjiichaa irratti #Certificate_Successfully_Completed_the_training hooggantoota dhaabaticha harka fudhannee jira Allahamdulliha wani hundi Fadhii Rabbiitin numa taati!! Galatooma Obballeeyyan kiya Rabbii jachaan isin jaaladha 💖 🙏 bakka niyyanee san Fadhii rabbiitin numa geenya inshaa allah
JBMKAV Ebla 8 2017
